cookie

Sizning foydalanuvchi tajribangizni yaxshilash uchun cookie-lardan foydalanamiz. Barchasini qabul qilingยป, bosing, cookie-lardan foydalanilishiga rozilik bildirishingiz talab qilinadi.

avatar

Abdisa Bancha Jara

This is ABJ Tech Blog - A channel for who have a passion for Computer Vision, #ICTNews and #MachineLearning, #AI #DigitalMarketing & #TechUpdates

Ko'proq ko'rsatish
Reklama postlari
14 928
Obunachilar
-324 soatlar
-227 kunlar
+1 08630 kunlar

Ma'lumot yuklanmoqda...

Obunachilar o'sish tezligi

Ma'lumot yuklanmoqda...

Magaalaa Uumamaan badhaate! Bishaan Gurraachaa, Haroo Habaas. Qaamni dhimmi ilaalu xiyyeeffannoo kennee giddugala Turizimii taasisuu qaba, Hundi keenyas gahee nurraa eegamu bahachuu qabna. Visit Oromia #shashamannee #HaraHabaas Check it out on my telegram https://t.me/abdisabancha
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 45๐Ÿ‘Ž 2
Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa Ameerikaa labsii fayyadama TikTok guutuu biyyattii keessatti dhorku raggaasiseera. 'TikTok' US keessatti yoo dhorkame, 'bilisummaan dubbii fi yaada lammiilee Ameerikaa miliyoona 170 ni sarbama,' jedhe dhaabbatichi. Odeeffannoo guutuu Marsariitii irraa dubbisaa๐Ÿ‘‡๐Ÿผ https://3fpost.com/if-tiktok-is-banned-the-freedom-of-speech-will-be-violated/
Hammasini ko'rsatish...
If 'TikTok' is banned in the US, "the freedom of speech and expression of 170 million Americans will be violated," - 3F POST | Media

If 'TikTok' is banned in the US, "the freedom of speech and expression of 170 million Americans will be violated," The Tiktok said.

๐Ÿ‘ 20๐Ÿ‘ 1
Marsariitii Afaan Oromoo jalqabaa(www.afaan-oromoo.com) kana irra ยปBarnoota Afaan Oromoo(Qubee, sagalee, Gaalee, Hima,Hima-Dachaa, Hima-dachaa-Xaxamaa, Keeyyata..) , ยปSeerluga, ยปAfoola, ยปGalmee Jechootaa, ยปKitaabota Afaan Oromoo Adda Addaa PDFdhaan fi kkf hamma danda'ametti ofkeessaa qabu kanarraa waan barbaaddan ni argattu....Waan dhabdan nu gaafadhaa Kitaabota adda addaa - Geessituu(link) arhmaan gadii seenuudhaan buufadhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿผ https://afaan-oromoo.com/kitaabota-afaan-oromoo/ Odeeffannoo barbaachisoo adda addaatiif:- Telegiraama kana hordofaa๐Ÿ‘‡๐Ÿผ https://t.me/abdisabancha
Hammasini ko'rsatish...
Kitaabota Afaan Oromoo Adda Addaa PDFdhaan

Fuula Marsariitii Keenya kanarratti Kitaabota adda addaa Afaan Oromoo, English, Afaan Amaaraa fi kanneen biroo barbaachisoo tahan bifa PDF...

โค 34๐Ÿ‘ 17๐Ÿ‘ 2๐Ÿ”ฅ 1
Kitaabota Afaan Oromoo Adda Addaa PDFdhaan - Geessituu(link) arhmaan gadii seenuudhaan buufadhaa๐Ÿ‘‡๐Ÿผ https://afaan-oromoo.com/kitaabota-afaan-oromoo/
Hammasini ko'rsatish...
Kitaabota Afaan Oromoo Adda Addaa PDFdhaan

Fuula Marsariitii Keenya kanarratti Kitaabota adda addaa Afaan Oromoo, English, Afaan Amaaraa fi kanneen biroo barbaachisoo tahan bifa PDF...

๐Ÿ‘ 1
1st Afaan Oromo Dictionary published in 1842 in London. Yesterday is not only History, but also one of the evidence you can define where you was and how you and your culture, language, history was so powerful and giant too.๐Ÿ‘‡๐Ÿผ๐Ÿ‘‡๐Ÿผ https://afaan-oromoo.com/waliigala/1st-afaan-oromo-dictionary-published-in-1842-in-london/
Hammasini ko'rsatish...
1st Afaan Oromo Dictionary published in 1842 in London

1st Afaan Oromo Dictionary published in 1842 in London. Yesterday is not only History, but also one of the evidence you can define where you was and how you and your culture, language, history was so powerful and gaint too.

โค 12๐Ÿ‘ 2
Barreeffama kana Sirnaan dubbisaa Achi booda waan isin dhibe gaafadha https://3fpost.com/oduu-gammachiisaa-namoota-karaa-interneetaa-galii-argachuuf-hojjattaniif/
Hammasini ko'rsatish...
Oduu Gammachiisaa | Namoota Karaa Interneetaa Galii argachuuf hojjattaniif: - 3F POST | Media

Dhaabbatni Marsaa Hawaasaa Telegiraam jedhamuun beekkamu, Oduu Gammachiisaa 2 ifa godheera. Ibsi dhaabbatichaa kun Namoota Karaa Interneetaa Galii argachuuf hojjachaa turanii fi kanneen bifa haaraan

๐Ÿ‘ 14
Telegram tooftaa baay'eedhaan kafaltii kafaluu eegaleera jabaadhaa duuka bu'aa
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ‘ 9
#VACANCY๐Ÿ‘‡๐Ÿผ https://t.me/afan_africa/24
Hammasini ko'rsatish...
Afan Africa Association - 3A

3A is looking for senior Executive Secretary โ€ข Minimum Qualification : BA/Diploma with 3/5 Years relevant Work Experience โ€ข Female applicants are highly encouraged to apply! โ€ข 3A Member fulfilling the listed criteria will prioritized. โ€ข Salary: Negotiable Please get detailed information from below link, and apply online now!

https://afanafrica.org/job/vacancy-executive-secretary/

Contacts: Tel: +251903439943 / 0918905062 Email: [email protected] Telegram:

https://t.me/afan_africa

Website:

https://afanafrica.org

Nagaan Boqodhu Hayyu Keenya!
Hammasini ko'rsatish...
๐Ÿ™ 32๐Ÿ‘ 11โค 3
๐Ÿ‘ 13โค 1