Oromummaa Online
7 087
Obunachilar
-2924 soatlar
-747 kunlar
+23130 kunlar
- Kanalning o'sishi
- Post qamrovi
- ER - jalb qilish nisbati
Ma'lumot yuklanmoqda...
Obunachilar o'sish tezligi
Ma'lumot yuklanmoqda...
July 18 list ta'a waan Jedhameef warroonni hangaa hin Jalqabin yoo Jiraattan
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/pixelversexyzbot?start=1906887206
Let's fight for rewards together!
Take your welcome bonus:
💸 2,000 Coins + 2X multiplier for the first 24 hours
🔥 10,000 Coins + 3X multiplier if you have Telegram Premium
PixelTap by Pixelverse
Tap tap tap! Earn Coins and Fight for supply in real time battles ⚔️ Build by @pixelverse_xyz gaming team 👾
Photo unavailableShow in Telegram
Inj. Taakkalaan hojii gaggeessaa Tajaajila Baaburaa Itiyoo-Jibuutii ta'un muudaman
Injinar Taakkala Uumaan Hojii Gaggeessaa Olaanaa Tajaajila Baabura Itiyoo-Jibuutii ta’un muudamuu dhaabbatichi beeksise.
Ministirri Albuudaa duraanii kan muudaman Ministira Muummee Abiy Ahimadiin ta’u ibsameera.
Guyyaa har’aa Injinar Taakkalaan ergaa miidiyaa hawaaasummaarratti barreessaniin deeggarsa naaf taasisaniif jedhaniin MM Abiy galateeffataniiru.
Biyya kana tajaajiluun anaaf kabaja jechuun muudamuu isaanii waan akeekus kataban. Ammoo lafa muudaman ifatti hin ibsine ture.
Injinar Taakkalaan waggaa darbe barnootaaf gara Ameerikaa akka imalan BBC’tti dubbatanii turan. #BBC
👏 1
Oduu Gammachiisaa
Dorgomaa badhaafamaa. Suura Gootota, Weellistoota, Falmattoota, Mootota, Haayyota, Abboota, Atileetota, Taatota Oromoo barbaaddan Post gochuun badhaafamaa.
Badhaasa
1ffaa kan ba'eef kaardii Abbaa dhiibbaa 100
2ffaa kan ba'eef kaardii Abbaa 50
3ffaa kan ba'ee kaardii Abbaa 25
4ffaa kan ba'eef kaardii Abbaa 15
5ffaa kan ba'eef kaardii Abbaa 10
Ulaagaalee Dorgommii
1. Suura sadarkaa isaa argate lakkisuu
2. Suura post gootan jalatti hiriyoota keessa baayyinaan mention gochuu
3. Garee kanatti namoota invite gochuun screenshot isaa comment jalatti dhoobuu
4. Suura yeroo lakkistan yoo xiqqaate namoota 10 tag gochuu.
Ulaagaalee gulaallii
1. Baayyina Like, Comment fi share
2. Qulqullina suuraa
Dorgommiin kun guyyaa tokkoof qofa kan turu ta'a. Carraa Gaarii
Photo unavailableShow in Telegram
Kakuu baay’ee-
Abdii meeqa utuu qabduu
Eegdee eegdee yoo dadhabduu…
“Hin abdadhu” jettee diddaa?
Abdii kutteemmoo maal fiddaa?
Eelaan garaa - bowwuun mataa
Abdii kutnaan siif salphataa?
Yoos hiibboon kee hiika argataa?
Kana beeki-
Hagam turus karaan haqaa
Bakka abdatan namaan dhaqa…
Si dhukkubus imimmaan kee coccobsitee
Rakkoo har’aa ciniinnattee yoo obsite,
Ni argita-
Bara aduun siifis baatu
Fagaatullee-
Kakuu kan kee ormi hin nyaatu!
👍 3
Major yeroo dhiyootti garaa token Jijiramu waan heduuf Jabaadha hojjeedha Namoonni hin Jalqabin yoo Jiraattan
👇👇https://t.me/major/start?startapp=1906887206
Major
Hello, future major! Welcome to @Major⭐️ Your task is to become the best of the best in the player rating. Vote for others by stars and collect stars yourself⭐️ The coolest majors will receive a valuable token in the future!
👍 1
Notcoin deebi'ee Jiraa namoota Affeerun tasks guyyaa guyyaan fudhaachun irraa Fayyaadama
https://t.me/notcoin_bot?start=er_34642557
Notcoin
Probably nothing @notcoin
Waaye maali yoo Isini dheesinee isinitti toola fillannoo keessanin murtaa'aAnonymous voting
- Walaloo fi barnoota Addaa Addaa
- Airdrop fi Hojii online hundumaa
- Oduu Oolmaan Addunyaa fi biyyaa keessa
- Hundaa
❤ 2
Boshqa reja tanlang
Joriy rejangiz faqat 5 ta kanal uchun analitika imkoniyatini beradi. Ko'proq olish uchun, iltimos, boshqa reja tanlang.