uz
Feedback
Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Kanalga Telegram’da o‘tish

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTaʼlim4 098

📈 Telegram kanali Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa analitikasi

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 44 359 obunachidan iborat bo'lib, Taʼlim toifasida 4 098-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 44 359 obunachiga ega bo‘ldi.

27 Iyul, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni 12 024 ga, so‘nggi 24 soatda esa 232 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 82.15% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 29.96% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 36 337 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 13 251 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 1 003 ta reaksiya keladi.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 28 Iyul, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Taʼlim toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

44 359
Obunachilar
+23224 soatlar
+2 3167 kunlar
+12 02430 kunlar
Postlar arxiv
Barattoota keenya kabajamoo, Qormaanni torbee jalqabaa Leenjii Hojii Qalbii amma marsariitii (website) Akaadaamii irratti ban
Barattoota keenya kabajamoo, Qormaanni torbee jalqabaa  Leenjii Hojii Qalbii amma marsariitii (website) Akaadaamii irratti banamee jira. 🗓️ Qormaanni kun hanga boru Dilbata (Alhada) galgala sa'aatii 1:00tti banaa ta'ee tura. Kanaafuu, herreega (akkaawuntii) itti galmooftan fayyadamuun marsariiticha seentanii qormaata keessan akka fudhattan isin beeksifna. Akaadaamii Afrikaa

🎙 Dr. Abdallaah Kadir

Leenjii Hojii Qalbii-6.pdf3.80 KB

📚 Kutaa Jahaffaa 📮 Leenjii Hojii Qalbii 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/uycncTPwY7o ⚠️ Beeksisa Barbaachisaa fi Ariifachiisaa Barattoota Hundaaf ⚠️ 🚫 Hubachiisa: Yoo herreega (akkaawuunti) dhunfaa keessan marsariitii (Pilaatifoormii) irratti hin uumne, akka barataa marsaa kanaaf galmaa'eetti hin fudhatamtan. Kanaaf carraa kana hin dabarsinaa; har'auma galmaa'aa! 🔗 [Liinkii Platformii/Marsariitii] https://orm.africaacademy.com/my/courses.php 📲 Yoo rakkoon isin mudate, deeggarsa teknikaa keenya qunnamaa: 👉@AfricaacademyOromo

الله المستعان بس مرة أخرى

السلام عليكم ورحمة الله وبركاته Sagantaan keenya jalqabuuf daqiiqaa muraasaatu hafe itti dhihaadhaa!! Erga sagantaan jalqabee booda yoo sagaleen isiniif dhagahaamu dide rakkoo connection ta'uu waan danda'uuf ammuma bakka nitwoorkii gaariin jiru ta'uuf yaalaa. Akkasumas sagantaan kun sagantaa wal argaa baga nagaan dhuftanii fi dhaamsaa waan ta'eef sagantaa gaafii fi deebi waan hin ta'iini ijooleen erga dabruu dhiiftanii gaafii gaafachuu irratti xiyeeffannoo gootan osoo sagantaa dabruu irratti xiyyeffannoo gootan irra gaariidha. Sagantaa gaarii isiniif haa ta'u!!

📢 🔴 SAGANTAA KALLATTII (LIVE) ADDAA! 🎙 Keessummaa Kabajamaa: Sheekh Alii Muhammad (Jimmaa) 🗓 Jimaata booru: 10/11/2018 🕒
📢 🔴 SAGANTAA KALLATTII (LIVE) ADDAA! 🎙 Keessummaa Kabajamaa: Sheekh Alii Muhammad (Jimmaa) 🗓 Jimaata booru: 10/11/2018 🕒 Sa'aatii 3:00 P.M. (Halkan)Sagantaa kana irratti ergaa baga nagaan dhuftanii fi dhaamsa gabaabaa Sheeka keenya irraa isiniif dhihaata. 📲 Chaanaala Teelegiraama keenya irratti kallattiin (LIVE) ni tamsa'a. 🤝 Maatii, hiriyyoota fi obboleeyyan keessan affeeraa irratti hirmaadhaa!! #Akaadaamii_Afrikaa #Marsaa_Jalqabaa.

🎉🎊 Ammuma dorgommii Akaadaamii Afrikaa kan barattootaa fi hordoftoota isheetiif qophaa'e irratti hirmaadhu; badhaasa gatii guddaa qabu moo'adhu! 🕋 Badhaasa 1ffaa: Umraa. 💵 Badhaasa 2ffaa: Qarshii Itoophiyaa 50,000 Birrii. 💵 Badhaasa 3ffaa: Qarshii Itoophiyaa 30,000 Birrii. 🎥 Ibsi guutuun viidiyoo keessatti dhiyaateera!

⚠️ Beeksisa Barbaachisaa fi Ariifachiisaa Barattoota Hundaaf ⚠️ 📌 Hundi keessan Chaanaala Akaadaamii Afrikaatti makamuun galmee keessan Akaadaamii keessatti xumuruun, akkasumas liinki armaan gadii fayyadamuun herreega keessan Marsariitii (Pilaatifoormii) irratti uumaa: 🔗 https://orm.africaacademy.com/my/courses.php 🎬 Viidiyoo akkaataa galmeen itti raawwatamu tartiibaan agarsiisu ilaaluuf: 👉 Liinkii viidiyoo kana ilaali https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8 🚫 Hubachiisa: Yoo herreega (akkaawuunti) dhunfaa keessan marsariitii (Pilaatifoormii) irratti hin uumne, akka barataa marsaa kanaaf galmaa'eetti hin fudhatamtan. Kanaaf carraa kana hin dabarsinaa; har'auma galmaa'aa! 📲 Yoo rakkoon isin mudate, deeggarsa teknikaa keenya qunnamaa: 👉@AfricaacademyOromo

🎙 Dr. Abdallaah kadir

Leenjii Hojii Qalbii-5.pdf3.73 KB

📚 Kutaa Shanaffaa 📮 Leenjii Hojii Qalbii 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/GwRBtwfbpms

Rabbiif jecha Mu'umintoota warra Rabbitti amanan Jaallachuun
Anonymous voting

Mi'aan iimaanaa kan argamu
Anonymous voting

Baga gammanne, Baga Gammaddan!! Lakkoofsi warra galmaa'ee kana ga'uun waan nuufi isiniis hedduu gammachiisuudha. Ammas, beeks
Baga gammanne, Baga Gammaddan!! Lakkoofsi warra galmaa'ee kana ga'uun waan nuufi isiniis hedduu gammachiisuudha. Ammas, beeksisa kana nama beektan hunda biraan gahuun, namoota afaan kana dubbatan hunda bira akka ga'uu taasisaa Wanti Akaademicha adda adda taasisu : 💵 Bilisan 📱 Fageenyaarraa (Onlaayiniin) 👳🏽‍♂️ Ulamaa'ii babbeekkamoonYeroon barumsaa waggaa tokko 🎉 Ragaan dippiloomaa kennamu #Akaadaamii_Afrikaa #Marsaa_Jalqabaa

🎙 Dr Abdallah Kadir

Leenjii Hojii Qalbii-4.pdf4.24 KB

📚 Kutaa Afraffaa 📮 Leenjii Hojii Qalbii 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/y8DeHN0dCn4

Dhugaan arraba irraa maddee (jalqabee) Qalbii balleessa.
Anonymous voting

Gadi of qabuun (Kushuu'ni) Salaata keessatti mul'atu.
Anonymous voting