ar
Feedback
Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

الذهاب إلى القناة على Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدالتعليم3 601

📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

تُعد قناة Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 48 328 مشتركاً، محتلاً المرتبة 3 601 في فئة التعليم.

📊 مؤشرات الجمهور والحراك

منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 48 328 مشتركاً.

بحسب آخر البيانات بتاريخ 27 سبتمبر, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار 349، وفي آخر 24 ساعة بمقدار 40، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.

  • حالة التحقق: غير موثّقة
  • معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 54.40‎%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 20.61‎% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
  • وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 26 291 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 9 960 مشاهدة.
  • التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 517.

📝 الوصف وسياسة المحتوى

يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”

بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 28 سبتمبر, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة التعليم.

48 328
المشتركون
+4024 ساعات
+847 أيام
+34930 أيام
أرشيف المشاركات
Aqiidaa Sirrii barachuu fi barsiisuu irraa garagaluun maloota Aqiidaa sirrii ittin tikfataniidha.
Anonymous voting

[@download_it_bot mp3] Aqiidaa Barnoota 3ffaa.mp313.23 MB

📚 Kitaaba Aqiidaa 3ffaa

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Sadaffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir 🔗https://youtube.com/watch?v=t7lp-4WXhaY&si=howJfvMMTG71lGLu

Uumaman sirrii (Fixraan) tokkichumaa Rabbii irratti nama ni qajeelcha.
Anonymous voting

Maddoota Aqiidaa sirrii irraa fudhatan keessaa kan jalqabaa maali?
Anonymous voting

[@download_it_bot mp3] Aqiidaa Barnoota 2ffaa.mp312.13 MB

Kutaa2ffaa.pdf1.33 MB

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Lammaffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir 🔗https://youtu.be/azlSdfu_rgA?si=Wz70tXMxxlo7gco0

Aqiidaa sirrii jedhuun kan jallina hin qabne qulqulluu ta'ee jechuudha.
Anonymous voting

Aqiidaa jechuun akka afaanitti maal jechuudha?
Anonymous voting

[@download_it_bot mp3] Aqiidaa Barnoota 1ffaa.mp39.83 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 1ffaa

📮 Barnoota Aqiidaa 📚 Kutaa Tokkoffaa 🎙 Dr. Jeeylaan Kadiir 🔗 https://youtu.be/zQqHyOkt7G4?si=51Ns110inqKpho9h

🌟 ODUU GAMMACHIISAA!! 🎓 Barattoota keenya kabajamoo fi jaallatamoo, 📖 Fedhii Rabbiitin boru Guyyaa Sanbataa, 19/09/2026 yk
🌟 ODUU GAMMACHIISAA!! 🎓 Barattoota keenya kabajamoo fi jaallatamoo, 📖 Fedhii Rabbiitin boru Guyyaa Sanbataa, 19/09/2026 ykn 09/01/2019  irraa eegalee barnoonni Aqiidaa kan jalqabu ta'a. 📚 Koorsiin kun Kutaa 16 of keessaa yoo qabaatu, Barnoonni Torban sadiif (3f) Yeroo hunda guyyaa Dilbataa irraa hanga Jimaataatti kan kennamu ta'a. 🔖 Koorsii kana keessatti qormaatni torbee (halkan guyyaa jimaataa banamee guyyaa Dilbataa cufamu) lama (2) ni kennama. Qormaatni xumuraa Torban 4ffaa keessatti kennama. 📌 Barattoonni hundi yeroo isaa eeggatanii barnoota akka hordoftanii fi qormaata kennamu yeroo kennamutti xiyyeeffannoo akka hordoftanii qoramtan isin yaadachiifna!! 💡Rabbiin barnoota keessan isiniif haa laaffisu, beekumsa keessan haa dabalu, milkaa’ina fi bu’aa gaarii isiniif haa kennu. Milkaa’ina isiniif hawwina! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dib
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu. 🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu. 📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu. 🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu. 📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu. 👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu. 🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename). ⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu. 📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu. 💰 Sadaqaa kennuu. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

📣 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Marsaa Jalqabaa Dippiloomaa Shari'aa 📚 Fedhii Rabbiitin barnoonni keeyna korsiin Aqiida
📣 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Marsaa Jalqabaa Dippiloomaa Shari'aa 📚 Fedhii Rabbiitin barnoonni keeyna korsiin Aqiidaa simisteera tokkoffaa Sanbata dhufu guyyaa 22/08/26 A.L.A ykn 16/12/2018 A.L.E irraa eegalee kan jalqabu ta'a. 📝 Ammaas Imala beekumsa keessanii nu waliin taasisuun jireenya adduunyaa akhiraa keessan bareechifadhaa!! ☑️ Beekumsa Shari'aa barachuun of haa dagaagsinu!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

📣 YAADACHIISA!! 🔏 Qormaanni Xumuraa Koorsii Tarbiyya Cufamee jira. 📝 Barattoonni qormaata fudhattan hundi Rabbiin tattaaff
📣 YAADACHIISA!! 🔏 Qormaanni Xumuraa Koorsii Tarbiyya Cufamee jira. 📝 Barattoonni qormaata fudhattan hundi Rabbiin tattaaffi keessan isinirraa haa qeebalu.

🎓 Barattoota keenya kabajamoo, 🔖 Qormaanni Xumuraa koorsii Tarbiyaa Islaamaa guyyaa tokkoof hanga boru Roobii 16/09/2026 Yk
🎓 Barattoota keenya kabajamoo, 🔖 Qormaanni Xumuraa koorsii Tarbiyaa Islaamaa guyyaa tokkoof hanga boru Roobii 16/09/2026 Ykn 06/01/2019 banaa ta'ee jira. 📝 Barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhatin ammuma carraa kanatti fayyadamaa qoramaa!! 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=103
============================== 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala! 👇👇
📎https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H
#Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni Xumuraa koorsii Tarbiyaa cufamuuf sa'aatii 24 qofatu hafe. Hanga ammaatti baratt
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni Xumuraa koorsii Tarbiyaa cufamuuf sa'aatii 24 qofatu hafe. Hanga ammaatti barattoonni 6,800 qormaata fudhatanii jiru. Isinhoo?? 📝 Osoo yeroon qormaataa hin cufamiin carraa kanatti fayyadamuun ammuma qoramaa!! 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=103
============================== 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala! 👇👇
📎https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H
#Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa