fa
Feedback
Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

رفتن به کانال در Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

نمایش بیشتر
کشور مشخص نشده استآموزش3 620

📈 تحلیل کانال تلگرام Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

کانال Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 48 218 مشترک است و جایگاه 3 620 را در دسته آموزش دارد.

📊 شاخص‌های مخاطب و پویایی

از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 48 218 مشترک جذب کرده است.

بر اساس آخرین داده‌ها در تاریخ 17 سپتامبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر 568 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر 23 بوده و همچنان دسترسی گسترده‌ای حفظ شده است.

  • وضعیت تأیید: تأیید نشده
  • نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 48.57% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 21.57% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب می‌کند.
  • دسترسی پست‌ها: هر پست به طور میانگین 23 422 بازدید دریافت می‌کند. در اولین روز معمولاً 10 400 بازدید جمع‌آوری می‌شود.
  • واکنش‌ها و تعامل: مخاطبان به‌طور فعال حمایت می‌کنند؛ میانگین واکنش به هر پست 401 است.

📝 توضیح و سیاست محتوایی

نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاه‌های شخصی توصیف می‌کند:
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

به لطف به‌روزرسانی‌های پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 18 سپتامبر, 2026)، کانال همواره به‌روز و دارای دسترسی بالاست. تحلیل‌ها نشان می‌دهد مخاطبان به‌طور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته آموزش تبدیل کرده‌اند.

48 218
مشترکین
+2324 ساعت
+1357 روز
+56830 روز
آرشیو پست ها
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dib
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu. 🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu. 📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu. 🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu. 📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu. 👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu. 🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename). ⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu. 📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu. 💰 Sadaqaa kennuu. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Hayyoota qeequun (jechaan tuquun) karaa ummata kalaqaa fi safuu badaa dha.
Anonymous voting

Kanneen armaan gadii keessaa miidhaa mirga hayyootaa ykn beektootaa guutuu dhiisuun fidu kan hin ta'in kami?
Anonymous voting

📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni torbee lammaffaa koorsii Tarbiyaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (web
📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni torbee lammaffaa koorsii Tarbiyaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (website) irratti ni banama. 🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa Dilbataa halkan sa'aatii 1:00  banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijaatu marsariitii (Website) irratti seenuun qoramasuu dandeessu. 🔸 HUBACHIISA: ☑️ Qabxii (Firii) qormaata keessaaniiti fi Deebii sirrii erga qormaanni cufame booda ifooma.Qormaata kanaaf kitaaba, sagalee, viidiyoo fi wantoota garagaraa fayyadmuus ta'ee hojjachuu hin hayyamamu. 🌟 Hundi keessaniif Qormaata gaarii isiniif hawwina! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. #Qormaata_torbee_tokkoffaa

🏆 Barattoonni jahan Akkaadaamii lameen irraa Mo’atan Ifoomaniiru!!! Barattoota keenya kabajamoo, Akkuma beekamu, kaleessa ba
+5
🏆 Barattoonni jahan Akkaadaamii lameen irraa Mo’atan Ifoomaniiru!!! Barattoota keenya kabajamoo, Akkuma beekamu, kaleessa barattoota qormaata xumuraa Hadiisaa Akkaadaamii Afaan Oromoo fi Siiraa Akkaadaamii Afaan Amaaraa irratti Qabxii ol'aanaa galmeessan adda baasuuf sagantaan kallattii qophaa’ee ture. Sagantaa kana irratti carraawwan mo’attootaa kanneen badhaasa argatan beekkamaniiru. Barattoonni imeelii isaanii suuraa irratti ibsame kun, warroota carraan baheefi injifataniidha. Barattoonni injifattan imeela keessaniin kan isiin dubbisnu ta'a. 🎉 Mo’attoota hundaaf baga gammaddan! Rabbiin beekumsa keessan isiniif haa dabalu, carraa fi milkaa’ina keessanis haa baay’isu. Barattoonni hafan kan qabxii ol'aanaa galmeessitan tattaaffi keessan Rabbiin isinirraa haa qeebalu isiniin jenna!! #Akaadamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

🏆 Mo’attoonni Ifoomaniiru!!! Barattoota keenya kabajamoo, Akkuma beekamu, kaleessa barattoota qormaata xumuraa Hadiisaa irra
+2
🏆 Mo’attoonni Ifoomaniiru!!! Barattoota keenya kabajamoo, Akkuma beekamu, kaleessa barattoota qormaata xumuraa Hadiisaa irratti Qabxii ol'aanaa galmeessaniif sagantaan kallattii qophaa’ee ture. Sagantaa kana irratti carraawwan mo’attootaa kanneen badhaasa argatan addaan baafamaniiru. Barattoonni imeelii isaanii suuraa irratti ibsame kun, warroota carraan baheefi injifataniidha. 🎉 Mo’attoota hundaaf baga gammaddan! Rabbiin beekumsa keessan isiniif haa dabalu, carraa fi milkaa’ina keessanis haa baay’isu. Barattoonni hafan kan qabxii ol'aanaa galmeessitan tattaaffi keessan Rabbiin isinirraa haa qeebalu isiniin jenna!! #Akaadamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 12ffaa (1).mp39.26 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 12ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Kudha Lammaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/LzmiUWB2xsc?si=6mFhD8sDvj2CBk5F

Haqoota Nabiyyiin (S.A.W) nurraa qaban irraa zaataa fi jaalala Nabiyyii keessatti garmalee olkaasuu ykn dangaa darbuu dha.
Anonymous voting

Kanneen armaan gadii keessaa haqoota Nabiyyiin (S.A.W) nurraa qaban kan hin ta'in kami?
Anonymous voting

Sagantaa kallatti TV Afriikaa irratti!!
Sagantaa kallatti TV Afriikaa irratti!!

Sagantaa kallattii barattoota koorsii hadiisaa irratti mo'atan beeksisuu TV Afriikaa irratti kallattin darbaa jiru Yuutuubii  fi fesbuuki irratti hordofuuf: Youtube: https://www.youtube.com/watch?v=RwJiV-auIGA Facebook: https://www.facebook.com/share/v/1EZz3c5BnS/

📣 YAADACHIISA CIMAA!! 👨‍🎓 Barattoota keenya kabajamoo, 🏆 Sagantaan keenya kallattii kan TV Afriikaa (AFRICA TV) irratti d
📣 YAADACHIISA CIMAA!! 👨‍🎓 Barattoota keenya kabajamoo, 🏆 Sagantaan keenya kallattii kan TV Afriikaa (AFRICA TV) irratti darbuu sa'aatii 10:15 -10:30 gidduu irraa eegalee kallattiin kan isiniif darbu ta'a. Sagantaa kana irratti: 🔸 Adeemsi galmee akkam ture? 🔶 Haga ammaatti adeemsi barnootaa maal fakkaata? 🔶 Haallii madaallii qormaataa bifa kamiin adeemsifamaa jira? 🎊 Kan jedhuu fi sagantaa barattoota koorsii haadiisaa irratti qabxii ol'aanaa galmeessan carraa baasuu kan taasifamu ta'a! 🎁 Isin Hundaafu carraa gaarii isiniif hawwina!!! #Akaadamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 11ffaa (1).mp38.66 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 11ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Kudha tokkoffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtube.com/watch?v=8gPCRsikTiU&si=IDa6J00_AHzHD1rC

Lubbuu ofii qoruun sababa nagaya ba'uuti fi milkaa'inaati.
Anonymous voting

Waan lubbuu ofii qoruu irratti nama gargaaran keessaa:
Anonymous voting

Wantoota lubbuu ofii qoruu irratti nu gargaaran keessaa:
Anonymous voting