Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.
Ko'proq ko'rsatish📈 Telegram kanali Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa analitikasi
Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 44 359 obunachidan iborat bo'lib, Taʼlim toifasida 4 098-o'rinni egallagan.
📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika
невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 44 359 obunachiga ega bo‘ldi.
27 Iyul, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni 12 024 ga, so‘nggi 24 soatda esa 232 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.
- Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
- Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 82.15% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 29.96% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
- Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 36 337 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 13 251 ta ko‘rish yig‘iladi.
- Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 1 003 ta reaksiya keladi.
📝 Tavsif va kontent siyosati
Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”
Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 28 Iyul, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Taʼlim toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.
Ma'lumot yuklanmoqda...
Ma'lumot yuklanmoqda...
Postlar | Ko'rish dinamikasi | |||||
Qabrii irratti gorsa addaa godhuun barbaachisaadha. | 14 373 | 32 | 0 | 1 170 | Loading... | |
Shuruuxa Da'awaa keessaa nama tokko osoo da'awaa itti hin godhiin maal beekuutu barbaachisa | 14 321 | 37 | 0 | 938 | Loading... | |
🎙Prof. Muhammad Kamaal Tilmoo | 15 877 | 53 | 0 | 800 | Loading... | |
Kutaa Sadaffaa- Hadith Sim 1ffaa.pdf | 15 882 | 74 | 0 | 533 | Loading... | |
📚 Kutaa Sadaffaa
📮Barnoota Hadiisaa
🎙 Prof. Muhammad Kamaal Tilmoo
🔗 https://youtu.be/AfXWMcjoMQw?si=5e2d-NA9EEIX6YNY | 15 970 | 46 | 0 | 434 | Loading... | |
Abdallaah ibnu Mas'uud dachii habashaatti yeroo meeqa godaane? | 16 215 | 65 | 0 | 1 396 | Loading... | |
Dalagaan Namaa Rabbii biratti fudhatama kan argatu Niyyaani. | 16 025 | 36 | 0 | 819 | Loading... | |
🎙Prof. Muhammad Kamaal Tilmoo | 18 165 | 59 | 0 | 1 041 | Loading... | |
Kutaa Lammaffaa- Hadith Sim 1ffaa.pdf | 18 073 | 92 | 0 | 754 | Loading... | |
📚 Kutaa Lammaffaa
📮 Barnoota Hadiisaa
🎙 Prof. Muhammad Kamaal Tilmoo
🔗 https://youtu.be/TQSc_wOqtWQ?si=dOIz1UcaiDklDwvK | 18 297 | 53 | 0 | 422 | Loading... | |
Islaamummaan Waan shan qofa? | 18 611 | 52 | 0 | 1 648 | Loading... | |
1.Ilmii hadiisa barachuun, irra gara mataa ol aanuu sababnni inni ta'ef maalif? | 18 720 | 55 | 0 | 1 205 | Loading... | |
🎙Prof. Muhammad Kamaal Tilmoo | 22 803 | 117 | 0 | 1 233 | Loading... | |
Kutaa Tokkoffaa - Hadith Sim 1ffaa.pdf | 22 839 | 135 | 0 | 838 | Loading... | |
📚 Kutaa Tokkoffaa
📮 Barnoota Hadiisaa
🎙 Prof. Muhammad Kamaal
🔗
https://youtu.be/Ih0ErBCwbXE?si=4iw9YcnVYNXifhJo | 22 731 | 88 | 0 | 739 | Loading... | |
record (2) (1).m4a | 22 630 | 70 | 0 | 1 135 | Loading... | |
record (2).m4a | 91 | 0 | 0 | 0 | Loading... | |
🌿 بسم الله الرحمن الرحيم 🌿
📢🔴 ODUU GAMMACHIISAA
🎓 Sagantaan Keenya Barnoota Dippiloomaa Shari'aa Islaamaa, Guyyaa Boruu 25/7/2026 Ykn 18/11/2018 Koorsii Dippiloomaa Jalqabaatiin ifatti ni jalqaba.
Korsiin Keenya kan Jalqabaa Gosa Barnoota Hadiisaa ta'a.
📖 Sagantaan Barnoota Hadiisaa – Marsaa 1ffaa bifa Gabatee sagantaa kanaan kan dhihaatu ta'a.
🎙️ Barnoota kan keennan:
Prof. Muhammad Kamaal
🗓️ Sagantaa guyyoota barnootaa fi qormaataa guutuu suuraa kana keessatti argattu.
"Beekumsi Shari'aa ifa jireenyaa fi karaa milkaa'ina addunyaa fi akhiraati."
Ifaa beekumsa Nama Hundaaf!!
Akaadaamii Afriikaa!!
Marsaa Jalqabaa!! | 25 919 | 134 | 0 | 2 133 | Loading... | |
📢 🔴 SAGANTAA KALLATTII (LIVE) ADDAA!
🎙 Keessummaan Kabajaa:
Prof. Muhammad Kamaal
🗓 Jimaata booru: 17/11/2018
🕒 Sa'aatii 3:00 P.M. (Halkan)
✨
Sagantaa kana irratti ergaa baga nagaan dhuftanii fi dhaamsa gabaabaa Sheeka keenya irraa isiniif dhihaata.
📲 Chaanaala Teelegiraama keenya irratti kallattiin (LIVE) nu eeggadhaa!
🤝 Maatii, hiriyyoota fi obboleeyyan keessan affeeraa irratti hirmaadhaa!!
#Akaadaamii_Afrikaa
#Marsaa_Jalqabaa. | 27 213 | 92 | 0 | 1 502 | Loading... | |
📢 Yaadachiisa Cimaa!!
🔖 Qormaanni xumuraa koorsii lenjii gabaabaa "Hojii Qalbii" har'a halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (website) irratti qooramuu ni dandeessu.
🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa jimaata halkan sa'aatii 1:00 banaadha. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijaatu marsariitii (Website) irratti seenuun qoramaa.
➡️ Barattoonni ammaan duratti Marsariitii (Website) irratti hin galmaa'iin akkaataa viidiyoo gababaa chaanaala irratti maxxanfameen galmee keessan xumuraa!!
🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!!
👉 orm.africaacademy.com
📲 Viidiyoo akkaataa itti salphaatti Marsariiticha (Website) irratti herreega (akkaawuntii) keessan itti uumtan ilaaluuf as tuqaa 👇🏽
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa/96 | 30 949 | 478 | 0 | 984 | Loading... |

