Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa
前往频道在 Telegram
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.
显示更多未指定国家教育3 620
📈 Telegram 频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa 的分析概览
频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) 是活跃参与者。目前社区聚集了 48 218 名订阅者,在 教育 类别中位列第 3 620。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 48 218 名订阅者。
根据 17 九月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 568,过去 24 小时变化为 23,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 48.57%。内容发布后 24 小时内通常能获得 21.57% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 23 422 次浏览,首日通常累积 10 400 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 401。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”
凭借高频更新(最新数据采集于 18 九月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。
48 218
订阅者
+2324 小时
+1357 天
+56830 天
帖子存档
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu
🛁 Qaama Dhiqachuu
👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu.
🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu.
🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu.
📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu.
🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu.
📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu.
👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu.
🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename).
⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu.
📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu.
💰 Sadaqaa kennuu.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
Hayyoota qeequun (jechaan tuquun) karaa ummata kalaqaa fi safuu badaa dha.
Kanneen armaan gadii keessaa miidhaa mirga hayyootaa ykn beektootaa guutuu dhiisuun fidu kan hin ta'in kami?
📢 Yaadachiisa Cimaa!!
🔖 Qormaanni torbee lammaffaa koorsii Tarbiyaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (website) irratti ni banama.
🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa Dilbataa halkan sa'aatii 1:00 banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijaatu marsariitii (Website) irratti seenuun qoramasuu dandeessu.
🔸 HUBACHIISA:
☑️ Qabxii (Firii) qormaata keessaaniiti fi Deebii sirrii erga qormaanni cufame booda ifooma.
❌ Qormaata kanaaf kitaaba, sagalee, viidiyoo fi wantoota garagaraa fayyadmuus ta'ee hojjachuu hin hayyamamu.
🌟 Hundi keessaniif Qormaata gaarii isiniif hawwina!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa.
#Qormaata_torbee_tokkoffaa
+5
🏆 Barattoonni jahan Akkaadaamii lameen irraa Mo’atan Ifoomaniiru!!!
Barattoota keenya kabajamoo,
Akkuma beekamu, kaleessa barattoota qormaata xumuraa Hadiisaa Akkaadaamii Afaan Oromoo fi Siiraa Akkaadaamii Afaan Amaaraa irratti Qabxii ol'aanaa galmeessan adda baasuuf sagantaan kallattii qophaa’ee ture.
Sagantaa kana irratti carraawwan mo’attootaa kanneen badhaasa argatan beekkamaniiru.
Barattoonni imeelii isaanii suuraa irratti ibsame kun, warroota carraan baheefi injifataniidha. Barattoonni injifattan imeela keessaniin kan isiin dubbisnu ta'a.
🎉 Mo’attoota hundaaf baga gammaddan!
Rabbiin beekumsa keessan isiniif haa dabalu, carraa fi milkaa’ina keessanis haa baay’isu. Barattoonni hafan kan qabxii ol'aanaa galmeessitan tattaaffi keessan Rabbiin isinirraa haa qeebalu isiniin jenna!!
#Akaadamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
+2
🏆 Mo’attoonni Ifoomaniiru!!!
Barattoota keenya kabajamoo,
Akkuma beekamu, kaleessa barattoota qormaata xumuraa Hadiisaa irratti Qabxii ol'aanaa galmeessaniif sagantaan kallattii qophaa’ee ture.
Sagantaa kana irratti carraawwan mo’attootaa kanneen badhaasa argatan addaan baafamaniiru.
Barattoonni imeelii isaanii suuraa irratti ibsame kun, warroota carraan baheefi injifataniidha.
🎉 Mo’attoota hundaaf baga gammaddan!
Rabbiin beekumsa keessan isiniif haa dabalu, carraa fi milkaa’ina keessanis haa baay’isu. Barattoonni hafan kan qabxii ol'aanaa galmeessitan tattaaffi keessan Rabbiin isinirraa haa qeebalu isiniin jenna!!
#Akaadamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 12ffaa (1).mp39.26 MB
📮 Barnoota Tarbiyaa
📚 Kutaa Kudha Lammaffaa
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtu.be/LzmiUWB2xsc?si=6mFhD8sDvj2CBk5F
Haqoota Nabiyyiin (S.A.W) nurraa qaban irraa zaataa fi jaalala Nabiyyii keessatti garmalee olkaasuu ykn dangaa darbuu dha.
Kanneen armaan gadii keessaa haqoota Nabiyyiin (S.A.W) nurraa qaban kan hin ta'in kami?
Sagantaa kallattii barattoota koorsii hadiisaa irratti mo'atan beeksisuu TV Afriikaa irratti kallattin darbaa jiru Yuutuubii fi fesbuuki irratti hordofuuf:
Youtube:
https://www.youtube.com/watch?v=RwJiV-auIGA
Facebook:
https://www.facebook.com/share/v/1EZz3c5BnS/
📣 YAADACHIISA CIMAA!!
👨🎓 Barattoota keenya kabajamoo,
🏆 Sagantaan keenya kallattii kan TV Afriikaa (AFRICA TV) irratti darbuu sa'aatii 10:15 -10:30 gidduu irraa eegalee kallattiin kan isiniif darbu ta'a.
Sagantaa kana irratti:
🔸 Adeemsi galmee akkam ture?
🔶 Haga ammaatti adeemsi barnootaa maal fakkaata?
🔶 Haallii madaallii qormaataa bifa kamiin adeemsifamaa jira?
🎊 Kan jedhuu fi sagantaa barattoota koorsii haadiisaa irratti qabxii ol'aanaa galmeessan carraa baasuu kan taasifamu ta'a!
🎁 Isin Hundaafu carraa gaarii isiniif hawwina!!!
#Akaadamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 11ffaa (1).mp38.66 MB
📮 Barnoota Tarbiyaa
📚 Kutaa Kudha tokkoffaa
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtube.com/watch?v=8gPCRsikTiU&si=IDa6J00_AHzHD1rC
Lubbuu ofii qoruun sababa nagaya ba'uuti fi milkaa'inaati.
Waan lubbuu ofii qoruu irratti nama gargaaran keessaa:
Wantoota lubbuu ofii qoruu irratti nu gargaaran keessaa:
