uz
Feedback

Firibgarlarga uchmang! Telemetrio bunday kanallarni topadi va belgilaydi 👉 Belgini ko‘rmoqchi bo‘lsangiz, obuna bo‘ling

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Kanalga Telegram’da o‘tish

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

Ko'proq ko'rsatish
Mamlakat belgilanmaganTaʼlim3 712

📈 Telegram kanali Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa analitikasi

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) kanali faol ishtirokchi. Hozirda hamjamiyat 48 175 obunachidan iborat bo'lib, Taʼlim toifasida 3 712-o'rinni egallagan.

📊 Auditoriya ko‘rsatkichlari va dinamika

невідомо sanasidan buyon loyiha tez o‘sib, 48 175 obunachiga ega bo‘ldi.

06 Noyabr, 2026 dagi oxirgi ma’lumotlarga ko‘ra kanal barqaror faollikka ega. Oxirgi 30 kunda obunachilar soni -96 ga, so‘nggi 24 soatda esa -2 ga o‘zgardi va umumiy qamrov yuqori darajada qolmoqda.

  • Tasdiqlash holati: Tasdiqlanmagan
  • Jalb etish (ER): Auditoriya o‘rtacha 44.28% darajada jalb etiladi. Nashrdan keyingi dastlabki 24 soatda kontent odatda umumiy obunachilar sonining 17.53% ini tashkil etuvchi reaksiyalarni to‘playdi.
  • Post qamrovi: Har bir post o‘rtacha 21 335 marta ko‘riladi; birinchi sutkada odatda 8 447 ta ko‘rish yig‘iladi.
  • Reaksiyalar va o‘zaro ta’sir: Auditoriya faol: har bir postga o‘rtacha 310 ta reaksiya keladi.

📝 Tavsif va kontent siyosati

Muallif resursni shaxsiy fikrni ifoda etish maydoni sifatida ta’riflaydi:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”

Yuqori yangilanish chastotasi (oxirgi ma’lumot 07 Noyabr, 2026 da olingan) sababli kanal doimo dolzarb va katta qamrovli bo‘lib qoladi. Analitika auditoriya kontent bilan faol hamkorlik qilishini, uni Taʼlim toifasidagi muhim ta’sir nuqtasiga aylantirishini ko‘rsatadi.

48 175
Obunachilar
-224 soatlar
-367 kun
-9630 kun
Postlar arxiv
📮 Barnoota Siiraa 📚 Kutaa Kudha Afuraffaa 🎙 Dr. Mahmuud Huseen 🔗 https://youtu.be/TklSh1MEAwM?si=bObyvF1ccLZWvvmG

Nabiyyiin (SAW) bishaan yeroo dhugan yeroo tokko dhugu yookaan haabbuuqatu.
Anonymous voting

Maqoolee Nabiyyii keessaa "Muhammad" jechuun maal jechuudha?
Anonymous voting

📢 Barattoota keenya kabajamoo! 🌟 🔖 Qormaanni Koorsii Siiraa torbee lammaffaa kennamaa jira. Qormaanni boru halkan sa'aati
📢 Barattoota keenya kabajamoo! 🌟 🔖 Qormaanni Koorsii Siiraa torbee lammaffaa kennamaa jira. Qormaanni boru halkan sa'aati 1:00 irratti ni cufama. 📝 Kanaafuu, Barattoonni hin qoramin yeroo isiniif kenname keessatti tasgabbiidhaan qormaata keessan akka fudhattan kabajaan isin yaadachiifna. ⚠️ Hubachiisa:

Barnoota Siiraa Kutaa 13ffaa.mp310.89 MB

📚 Kitaaba Siiraa 13ffaa

📮 Barnoota Siiraa 📚 Kutaa Kudha Sadaffaa 🎙 Dr. Mahmuud Huseen 🔗 https://youtu.be/Yncr7xpMTnA?si=cniDZvz5Ryu7bXKG

Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=284 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa 🔖 Qorma
Linkii Qormaataa!! https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=284 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa 🔖 Qormaanni Siiraa torbee lammaffaa website irratti banameera. Qormaanni kun guyyaa Dilbataa, 01/11/2026 ykn 22/02/2019 halkan sa'aatii 1:00 irratti ni cufama. 1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 📚 Qormaata kana keessaatti gaafii 10 tu argama. Gaaffiin tokko qabxii tokko irraa madaalama. Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 10 irraa madaalama. 🚫 Seera Qormaataa Gaaffilee qormaataa yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun hundi dhorkaadha. ⏲ Hubachiisa Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa erga qormaanni cufamee booda ifooma. 🔗 Deeggarsa Teeknikaa Yoo qormaata yeroo hojjechaa jirtan rakkoon isin mudate, garee deeggarsa keenya karaa Telegram qunnamaa. 👉@AfricaacademyOromo

📢 Barattoota keenya kabajamoo! 🌟 🔖 Qormaanni torbee lammaffaa Koorsii Siiraa Har'a halkan sa'aatii 1:00 irraa eegalee webs
📢 Barattoota keenya kabajamoo! 🌟 🔖 Qormaanni torbee lammaffaa Koorsii Siiraa Har'a halkan sa'aatii 1:00 irraa eegalee website irratti kan banamu ta'a. ⚠️ Qormaanni kun hanga guyyaa Dilbataa halkan sa'aatii 1:00tti banaa ta'ee tura. Kanaafuu, yeroo isiniif kenname keessatti tasgabbiidhaan qormaata keessan akka fudhattan kabajaan isin yaadachiifna. 📚✍️ #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dib
Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu. 🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu. 📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu. 🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu. 📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu. 👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu. 🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename). ⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu. 📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu. 💰 Sadaqaa kennuu. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni Siiraa torbee lammaffaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale website irratti ni banama.
📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni Siiraa torbee lammaffaa boru halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale website irratti ni banama. 🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa dilbataa (01/11/2026 ykn 22/02/2019) halkan sa'aatii 1:00  banaa ta'ee tura. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijatu "Website" irratti seenuun qormaata akka fudhattan isin yaadachiisna. 1️⃣ Qormaataaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. Barattoonni guyyaa kana keessatti qormaata hin fudhatiin irra deebiin qormaata fudhachuuf carraan hin jiraatu. 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!! 👉 orm.africaacademy.com #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

Dhiironni hamartii Dahabaa/Warqii godhachuun isaanii murtiin isaa maali?
Anonymous voting

Ergamaan Rabbii uffata diimaa addeenna of keessaa qabu uffachuu irraa dhorganii jiru.
Anonymous voting

Barnoota Siiraa Kutaa 12ffaa.mp39.78 MB

📚 Kitaaba Siiraa 12ffaa

📮 Barnoota Siiraa 📚 Kutaa Kudha lammaffaa 🎙 Dr. Mahmuud Huseen 🔗 https://youtu.be/DTlH17ALbTA?si=--J6rzR3B7LwfUVk

Akka Hadiisaan ibsameetti dhaabbin Ergamaa Rabbii akkam ture?
Anonymous voting

Ergamaan Rabbii (SAW) rifeensa cinaa haadanii cinaa dhiisuu irraa dhorganii jiru.
Anonymous voting

[@download_it_bot mp3] Barnoota Siiraa Kutaa 11ffaa.mp311.13 MB

📚 Kitaaba Siiraa 11ffaa