ar
Feedback
Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

الذهاب إلى القناة على Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

إظهار المزيد
لم يتم تحديد البلدالتعليم4 058

📈 نظرة تحليلية على قناة تيليجرام Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

تُعد قناة Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) لاعباً نشطاً. يضم المجتمع حالياً 44 401 مشتركاً، محتلاً المرتبة 4 058 في فئة التعليم.

📊 مؤشرات الجمهور والحراك

منذ تأسيسه في невідомо، حقق المشروع نمواً سريعاً وجمع 44 401 مشتركاً.

بحسب آخر البيانات بتاريخ 28 يوليو, 2026، تحافظ القناة على نشاط مستقر. خلال آخر 30 يوماً تغيّر عدد الأعضاء بمقدار 12 152، وفي آخر 24 ساعة بمقدار 128، مع بقاء الوصول العام مرتفعاً.

  • حالة التحقق: غير موثّقة
  • معدل التفاعل (ER): يبلغ متوسط تفاعل الجمهور 84.99‎%. وخلال أول 24 ساعة من النشر يحصد المحتوى عادةً 29.89‎% من ردود الفعل نسبةً إلى إجمالي المشتركين.
  • وصول المنشورات: يحصل كل منشور على متوسط 37 700 مشاهدة. وخلال اليوم الأول يجمع عادةً 13 257 مشاهدة.
  • التفاعلات والاستجابة: يتفاعل الجمهور بانتظام؛ متوسط التفاعلات لكل منشور يبلغ 990.

📝 الوصف وسياسة المحتوى

يصف المؤلف القناة بأنها مساحة للتعبير عن الآراء الذاتية:
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

بفضل وتيرة التحديث المرتفعة (أحدث البيانات بتاريخ 29 يوليو, 2026) تحافظ القناة على حداثتها ومستوى وصول مرتفع. وتُظهر التحليلات تفاعلاً نشطاً من الجمهور، ما يجعلها نقطة تأثير مهمة ضمن فئة التعليم.

44 401
المشتركون
+12824 ساعات
+2 2557 أيام
+12 15230 أيام
أرشيف المشاركات
📚 Kutaa Tokkoffaa 📮 Barnoota Hadiisaa 🎙 Prof. Muhammad Kamaal 🔗  https://youtu.be/Ih0ErBCwbXE?si=4iw9YcnVYNXifhJo

record (2) (1).m4a7.39 MB

record (2).m4a7.39 MB

🌿 بسم الله الرحمن الرحيم 🌿 📢🔴 ODUU GAMMACHIISAA 🎓 Sagantaan Keenya Barnoota Dippiloomaa Shari'aa Islaamaa, Guyyaa Boruu
🌿 بسم الله الرحمن الرحيم 🌿 📢🔴  ODUU GAMMACHIISAA 🎓 Sagantaan Keenya Barnoota Dippiloomaa Shari'aa Islaamaa, Guyyaa Boruu 25/7/2026 Ykn 18/11/2018 Koorsii Dippiloomaa Jalqabaatiin ifatti ni jalqaba. Korsiin Keenya kan Jalqabaa Gosa Barnoota Hadiisaa ta'a. 📖 Sagantaan Barnoota Hadiisaa – Marsaa 1ffaa bifa Gabatee sagantaa kanaan kan dhihaatu ta'a. 🎙️ Barnoota kan keennan: Prof. Muhammad Kamaal 🗓️ Sagantaa guyyoota barnootaa fi qormaataa guutuu suuraa kana keessatti argattu. "Beekumsi Shari'aa ifa jireenyaa fi karaa milkaa'ina addunyaa fi akhiraati." Ifaa beekumsa Nama Hundaaf!! Akaadaamii Afriikaa!! Marsaa Jalqabaa!!

📢 🔴 SAGANTAA KALLATTII (LIVE) ADDAA! 🎙 Keessummaan Kabajaa: Prof. Muhammad Kamaal 🗓 Jimaata booru: 17/11/2018 🕒 Sa'aatii
📢 🔴 SAGANTAA KALLATTII (LIVE) ADDAA! 🎙 Keessummaan Kabajaa: Prof. Muhammad Kamaal 🗓 Jimaata booru: 17/11/2018 🕒 Sa'aatii 3:00 P.M. (Halkan)
Sagantaa kana irratti ergaa baga nagaan dhuftanii fi dhaamsa gabaabaa Sheeka keenya irraa isiniif dhihaata.
📲 Chaanaala Teelegiraama keenya irratti kallattiin (LIVE) nu eeggadhaa! 🤝 Maatii, hiriyyoota fi obboleeyyan keessan affeeraa irratti hirmaadhaa!! #Akaadaamii_Afrikaa #Marsaa_Jalqabaa.

📢 Yaadachiisa Cimaa!! 🔖 Qormaanni xumuraa koorsii lenjii gabaabaa "Hojii Qalbii"  har'a halkan sa'aatii 1:00 irraa eegale marsariitii (website) irratti qooramuu ni dandeessu. 🗓 Qormaanni Kun hanga guyyaa jimaata halkan sa'aatii 1:00  banaadha. Guyyoota kana keessatti sa'aatii isiniif miijaatu marsariitii (Website) irratti seenuun qoramaa. ➡️ Barattoonni ammaan duratti Marsariitii (Website) irratti hin galmaa'iin akkaataa viidiyoo gababaa chaanaala irratti maxxanfameen galmee keessan xumuraa!! 🌐 Marsariitii (Website) irratti galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!! 👉 orm.africaacademy.com 📲 Viidiyoo akkaataa itti salphaatti Marsariiticha (Website) irratti herreega (akkaawuntii) keessan itti uumtan ilaaluuf as tuqaa 👇🏽 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa/96 

📢 Beeksisa Cimaa Barattoota Keenya Hundaaf!! Alhamdulillaah, hayyama Rabbiitin koorsii gabaabaa "Lenjii Hojii Qalbii" kutaa
📢 Beeksisa Cimaa Barattoota Keenya Hundaaf!! Alhamdulillaah, hayyama Rabbiitin koorsii gabaabaa "Lenjii Hojii Qalbii" kutaa saddeet (8) of keessaa qabu kaleessa milkaa'inaan xumurreera. Fadhii Rabbii yoo ta'e, Qormaanni waliigalaa (Xumuraa) koorsii kanaa dhihootti isiniif keennama. 📅 Guyyaa fi sa'aatiin Qormaanni itti keennamu yeroo dhihootti isin beeksifna. 📚 Hanga yeroo sanaatti, barnoota barattan irra deebi'aa dubbisaa, qormaataafis sirriitti qophaa'aa. ➡️ Barattoonni ammaan duratti Marsariitii (Website) irratti hin galmaa'iin akkaataa viidiyoo gababaa chaanaala irratti maxxanfameen galmee keessan xumuraa!! Marsariitii (Website) irratti warri galmaa'uuf liinki kana fayyadamaa!! 👉 orm.africaacademy.com #Akaadaamii_Afrikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Mu'uminni tokko kajeellaa, sodaa fi jaalala bakka tokkotti walitti qabuu hin danda'u.
Anonymous voting

___ jechuun fedhiin namaa waan tokkorraa gara waan isa caaluutti madaaluudha.
Anonymous voting

🎙 Dr Abdallaah Kadir

Leenjii Hojii Qalbii-8.pdf5.32 KB

📚 Kutaa saddeettaffaa 📮 Leenjii Hojii Qalbii 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/yvwYFJheKx4

Yaadachiisaaf!! 🎉🎊 Ammuma  dorgommii Akaadaamii Afrikaa kan barattootaa fi hordoftoota isheetiif qophaa'e irratti hirmaadhu; badhaasa gatii guddaa qabu moo'adhu! 🕋 Badhaasa 1ffaa: Umraa. 💵 Badhaasa 2ffaa: Qarshii Itoophiyaa 50,000 Birrii. 💵 Badhaasa 3ffaa: Qarshii Itoophiyaa 30,000 Birrii. 🎥 Ibsi guutuun viidiyoo keessatti dhiyaateera! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

🎙 Dr Abdallaah Kadir

Leenjii Hojii Qalbii-7.pdf4.68 KB

📚 Kutaa Torbaffaa 📮 Leenjii Hojii Qalbii 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/wfMtmi7aRlI

Barattoota akkaataa gara Marsariitichaatti seenuun isin dhibe hundaaf 🌐 Marsariiticha (Website) Akaadaamichaa Seenuuf Ibsa sadarkaa sadarkaadhaan ☝️ Sadarkaa 1: Chrome ykn browser (internet banuu) kamiyyuu bani. ☝️ Sadarkaa 2: Bakka barbaachaatti (search) "orm.africaacademy.com" jechuun barreessii barbaadi. ☝️ Sadarkaa 3: Gara jalaatti gadi bu'ii "Amma Barnoota Jalqabi" kan jedhu cuqaasi. ☝️ Sadarkaa 4: "Google'n Itti Fufi" ykn "Telegram'n Itti Fufi" (kan yeroo galmee filatte keessaa tokko) cuqaasi. ☝️ Sadarkaa 5: Odeeffannoo akka guuttu yoo si gaafate guuti. Yoo hin gaafatamne, "Enter this course " kan jedhu suuraa ulamaa'ii jalatti argamu cuqaasi. ☝️ Sadarkaa 6: Ergasi gara jalaatti gadi bu'ii barnoota keessaa "Qormaata Torbee 1ffaa" jedhu cuqaasuun qormaata kee fudhadhu. ☝️ Sadarkaa 7: Qormaata erga xumurtee booda "Submit Finish" jedhu cuqaasi. Yeroo qormaataa gaarii isiniif hawwina!! #Akaadaamii_Afrikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Barattoota keenya kabajamoo, Qormaanni torbee jalqabaa Leenjii Hojii Qalbii amma marsariitii (website) Akaadaamii irratti ban
Barattoota keenya kabajamoo, Qormaanni torbee jalqabaa  Leenjii Hojii Qalbii amma marsariitii (website) Akaadaamii irratti banamee jira. 🗓️ Qormaanni kun hanga boru Dilbata (Alhada) galgala sa'aatii 1:00tti banaa ta'ee tura. Kanaafuu, herreega (akkaawuntii) itti galmooftan fayyadamuun marsariiticha seentanii qormaata keessan akka fudhattan isin beeksifna. Akaadaamii Afrikaa

🎙 Dr. Abdallaah Kadir

Leenjii Hojii Qalbii-6.pdf3.80 KB