en
Feedback
Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Open in Telegram

Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

Show more
The country is not specifiedEducation3 620

📈 Analytical overview of Telegram channel Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa

Channel Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) is an active participant. Currently, the community unites 48 218 subscribers, ranking 3 620 in the Education category.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 48 218 subscribers.

According to the latest data from 17 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 568 over the last 30 days and by 23 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 48.57%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 21.57% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 23 422 views. Within the first day, a publication typically gains 10 400 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 401.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 18 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Education category.

48 218
Subscribers
+2324 hours
+1357 days
+56830 days
Posts Archive
Akka barnoota keessatti ibsameetti fira sufuu jechuun maal jechuudha?
Anonymous voting

Nabiyyiin S.A.W Mirga ollaa kabajuun mallattoo iimaanaa irraa godhaaniiru.
Anonymous voting

Akkaadaamii Afriikaa Midiyaalee Hawaasumaa garagaraatin Hordofaa!! 📚 Beekumsa Islaamaa sirrii fi bu'a qabeessa ta'e bilisaan
Akkaadaamii Afriikaa Midiyaalee Hawaasumaa garagaraatin Hordofaa!! 📚 Beekumsa Islaamaa sirrii fi bu'a qabeessa ta'e bilisaan baradhaa. 🎓 Darsiiwwan, beeksisootaa fi odeeffannoolee gara garaa yeroo isaanii irratti argachuuf miidiyaalee hawaasummaa keenya kan as gadi jiraniin nu hordofaa. 🤳🏼 Midiyaalee hawaasummaa Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo ⤵️ Facebook: https://www.facebook.com/africaacademyor Instagram: https://www.instagram.com/africaacademyor Telegram: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa TikTok: tiktok.com/@africaacademyor YouTube: youtube.com/@AfricaAcademyOr X: x.com/AfricaAcademyOr 💡Dabalataan 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala! 👇👇
📎https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H
#Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 15ffa.mp310.71 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 15ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Kudha Shanaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/Maczvxi0d7g

🔔 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni Tarbiyaa lammaffaa tokkoffaa cufamee jira. Amma irraa eeg
🔔 YAADACHIISA CIMAA!! 🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni Tarbiyaa lammaffaa tokkoffaa cufamee jira.
Amma irraa eegalee gara qormaataa seenun bakka "Review" jedhu tuqun deebii sirrii ilaalu ni dandeessu!!
🤲 Rabbiin tattaaffi keessan isinirrraa haa qeebalu, beekumsaas itti isinii haa dabalu!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

⏰ Sa’aatii 8 qofatu hafe! 📢 Qormaanni Tarbiyaa Torbee Lammaffaa har’a halkan sa’aatii 1:00 irratti ni cufama. 👉 Liinki qorm
⏰ Sa’aatii 8 qofatu hafe! 📢 Qormaanni Tarbiyaa Torbee Lammaffaa har’a halkan sa’aatii 1:00 irratti ni cufama. 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=98
============================== 📚 Barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhatin, yeroo hafeetti fayyadamuun qoramaa!! Carraa keessan hin dabarsinaa! #Akaadamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 14ffaa.mp310.40 MB

⏰ Sa’aatii 8 qofatu hafe! 📢 Qormaanni Tarbiyaa Torbee Lammaffaa har’a halkan sa’aatii 1:00 irratti ni cufama. 📚 Barattoonni
⏰ Sa’aatii 8 qofatu hafe! 📢 Qormaanni Tarbiyaa Torbee Lammaffaa har’a halkan sa’aatii 1:00 irratti ni cufama. 📚 Barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhatin, yeroo hafeetti fayyadamuun qorama!! Carraa keessan hin dabarsinaa! 👉 Liinkii qormaataa fayyadamuun amma qormaata keessan xumuraa!

📚 Kitaaba Tarbiyaa 14ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Kudha Afuraffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/e-IXf26VWxA?si=eb9lRURhGmBV1i0W

🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni torbee lammaffaa koorsii Tarbiyaa cufamuuf sa'aatii 24 qofatu hafe. Hanga ammaat
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo, 🔖 Qormaanni torbee lammaffaa koorsii Tarbiyaa cufamuuf sa'aatii 24 qofatu hafe. Hanga ammaatti barattoonni 4,800 qormaata fudhatanii jiru. Isinhoo?? 📝 Osoo yeroon qormaataa hin cufamiin carraa kanatti fayyadamuun ammuma qoramaa!! 👉 Liinki qormaataa 🔗🔗🔗🔗 ==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=91
============================== 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala! 👇👇
📎https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H
#Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.

Mirgi haadhaa fi abbaa mirga dhala namaa biroo caalaa dursa kan qabuu dha.
Anonymous voting

Mirga ijoolleen haadhaa fi abbaa irraa qabdu keessaa:
Anonymous voting

Mirga ijoolleen haadhaa fi abbaa irraa qaban keessaa:
Anonymous voting

[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 13ffaa.mp310.29 MB

📚 Kitaaba Tarbiyaa 13ffaa

📮 Barnoota Tarbiyaa 📚 Kutaa Kudha Sadaffaa 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/-K9nTs5cAS4?si=65s0XU10G53alqcD

Linkii Qormaataa!! 👉 https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=98 📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa Qormaa
Linkii Qormaataa!! 👉
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=98
📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa Qormaanni torbee lammaffaa Koorsii Tarbiyaa banameera. Qormaanni kun Dilbata, 06/09/2026 ykn 01/13/2018 sa'aatii 1:00 galgala ni cufama. 1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 📚 Qormaata Torbee lammaffaa kana keessaatti gaafii 10tu argama. Gaaffiin tokko qabxii 1n madaalama. Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 10 irraa madaalama. 🚫 Seera Qormaataa Gaaffilee qormaataa yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun hundi dhorkaadha. ⏲ Hubachiisa 👉 Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa yeroo qormaanni xumuramu qofa ifooma. 🔗 Deeggarsa Teeknikaa Yoo qormaata yeroo hojjechaa jirtan rakkoon isin mudate, garee deeggarsa keenya karaa Telegram qunnamaa. 👉 @AfricaacademyOromo