Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa
前往频道在 Telegram
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.
显示更多未指定国家教育3 620
📈 Telegram 频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa 的分析概览
频道 Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) 是活跃参与者。目前社区聚集了 48 218 名订阅者,在 教育 类别中位列第 3 620。
📊 受众指标与增长动态
自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 48 218 名订阅者。
根据 17 九月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 568,过去 24 小时变化为 23,整体触达仍然可观。
- 认证状态: 未认证
- 互动率 (ER): 平均受众互动率为 48.57%。内容发布后 24 小时内通常能获得 21.57% 的反应,占订阅者总量。
- 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 23 422 次浏览,首日通常累积 10 400 次浏览。
- 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 401。
📝 描述与内容策略
作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”
凭借高频更新(最新数据采集于 18 九月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。
48 218
订阅者
+2324 小时
+1357 天
+56830 天
帖子存档
Akka barnoota keessatti ibsameetti fira sufuu jechuun maal jechuudha?
Nabiyyiin S.A.W Mirga ollaa kabajuun mallattoo iimaanaa irraa godhaaniiru.
Akkaadaamii Afriikaa Midiyaalee Hawaasumaa garagaraatin Hordofaa!!
📚 Beekumsa Islaamaa sirrii fi bu'a qabeessa ta'e bilisaan baradhaa.
🎓 Darsiiwwan, beeksisootaa fi odeeffannoolee gara garaa yeroo isaanii irratti argachuuf miidiyaalee hawaasummaa keenya kan as gadi jiraniin nu hordofaa.
🤳🏼 Midiyaalee hawaasummaa
Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo ⤵️
Facebook:
https://www.facebook.com/africaacademyor
Instagram:
https://www.instagram.com/africaacademyor
Telegram:
https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
TikTok:
tiktok.com/@africaacademyor
YouTube:
youtube.com/@AfricaAcademyOr
X:
x.com/AfricaAcademyOr
💡Dabalataan
🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf!
👇👇
📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa
🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala!
👇👇
📎https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H#Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa. #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 15ffa.mp310.71 MB
📮 Barnoota Tarbiyaa
📚 Kutaa Kudha Shanaffaa
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtu.be/Maczvxi0d7g
🔔 YAADACHIISA CIMAA!!
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo,
🔖 Qormaanni Tarbiyaa lammaffaa tokkoffaa cufamee jira.
Amma irraa eegalee gara qormaataa seenun bakka "Review" jedhu tuqun deebii sirrii ilaalu ni dandeessu!!🤲 Rabbiin tattaaffi keessan isinirrraa haa qeebalu, beekumsaas itti isinii haa dabalu!! #Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.
⏰ Sa’aatii 8 qofatu hafe!
📢 Qormaanni Tarbiyaa Torbee Lammaffaa har’a halkan sa’aatii 1:00 irratti ni cufama.
👉 Liinki qormaataa
🔗🔗🔗🔗
==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=98============================== 📚 Barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhatin, yeroo hafeetti fayyadamuun qoramaa!! Carraa keessan hin dabarsinaa! #Akaadamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 14ffaa.mp310.40 MB
⏰ Sa’aatii 8 qofatu hafe!
📢 Qormaanni Tarbiyaa Torbee Lammaffaa har’a halkan sa’aatii 1:00 irratti ni cufama.
📚 Barattoonni hanga ammaatti qormaata hin fudhatin, yeroo hafeetti fayyadamuun qorama!!
Carraa keessan hin dabarsinaa!
👉 Liinkii qormaataa fayyadamuun amma qormaata keessan xumuraa!
📮 Barnoota Tarbiyaa
📚 Kutaa Kudha Afuraffaa
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtu.be/e-IXf26VWxA?si=eb9lRURhGmBV1i0W
🎓 Barattoota Keenya Kabajamoo,
🔖 Qormaanni torbee lammaffaa koorsii Tarbiyaa cufamuuf sa'aatii 24 qofatu hafe. Hanga ammaatti barattoonni 4,800 qormaata fudhatanii jiru.
Isinhoo??
📝 Osoo yeroon qormaataa hin cufamiin carraa kanatti fayyadamuun ammuma qoramaa!!
👉 Liinki qormaataa
🔗🔗🔗🔗
==============================
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=91============================== 🗣 Odeeffannoo fi yaadachiisa gara garaa argachuuf! 👇👇 📎 https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 🌐 Barattoonni hin galmaa'iini fi akkaataa barnootaa fi qormaataa aragchuuf viidiyoo kana ilaala! 👇👇
📎https://youtube.com/shorts/MQGubTZg5Y8?si=L-7kDmnVducBkn0H#Akaadaamii_Afriikaa #Marsaa_Jalqabaa.
Mirgi haadhaa fi abbaa mirga dhala namaa biroo caalaa dursa kan qabuu dha.
Mirga ijoolleen haadhaa fi abbaa irraa qabdu keessaa:
Mirga ijoolleen haadhaa fi abbaa irraa qaban keessaa:
[@download_it_bot mp3] Barnoota Tarbiyaa Kutaa 13ffaa.mp310.29 MB
📮 Barnoota Tarbiyaa
📚 Kutaa Kudha Sadaffaa
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtu.be/-K9nTs5cAS4?si=65s0XU10G53alqcD
Linkii Qormaataa!! 👉
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=98📋 Qajeelfama Qormaataa 🗓 Yeroo Qormaataa Qormaanni torbee lammaffaa Koorsii Tarbiyaa banameera. Qormaanni kun Dilbata, 06/09/2026 ykn 01/13/2018 sa'aatii 1:00 galgala ni cufama. 1️⃣ Qormaata kanaaf carraan kennamu yeroo tokko qofa. 📚 Qormaata Torbee lammaffaa kana keessaatti gaafii 10tu argama. Gaaffiin tokko qabxii 1n madaalama. Walumaagalatti qormaanni kun qabxii 10 irraa madaalama. 🚫 Seera Qormaataa Gaaffilee qormaataa yeroo qormaanni adeemsifamaa jiru keessatti warroota birootif qooduun, irratti mari'achuun, kitaabaa, sagalee fi viidiyoo barnootaa fayyadamuun hundi dhorkaadha. ⏲ Hubachiisa 👉 Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa yeroo qormaanni xumuramu qofa ifooma. 🔗 Deeggarsa Teeknikaa Yoo qormaata yeroo hojjechaa jirtan rakkoon isin mudate, garee deeggarsa keenya karaa Telegram qunnamaa. 👉 @AfricaacademyOromo
