cookie

Ми використовуємо файли cookie для покращення вашого досвіду перегляду. Натиснувши «Прийняти все», ви погоджуєтеся на використання файлів cookie.

avatar

𝙆𝙐𝙐𝙎𝘼𝘼 𝙒𝘼𝙇𝘼𝙇𝙊𝙊!

Of bari! Eessaa akka kaate Seenaa fi eelaakee Keessaas isa baate Gidiraaf beelakee Walaloo hunda argattuu Share fi Join godhaa waliif qoodaa Yaadaaf 👇 @baahar_Umar

Більше
Рекламні дописи
11 832
Підписники
-224 години
-67 днів
+3530 днів

Триває завантаження даних...

Приріст підписників

Триває завантаження даних...

Ejjetan faanaa toluu Yoos darbata jabeessuu Dhugaan firooma fufaa Gargar naman fageessuu.! Dhugaan humna qaba Tulluu dhiibee jigsaa Cabaayyuu dhidhiibee Miidhamaa fayyisaa Dharri nama dhukkubsa Akka madaa qubaatti Tuullaa warqee caalaa Haqni abbaa marartii Egaa dhugaa adamsuun Obsa nama gaafattii Guyyaa diida ooltullee Dhugaan galgalaan galti ! ✍️.. @Baahar_Umar Guddaa galatoomaa.. Tiktok keenya👇👇 https://www.tiktok.com/@bahar.umar Instagram keenya👇 https://www.instagram.com/@bahar.umar
Показати все...
👌 5👍 3 2🎉 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
👍 4🥰 2😢 1
Ammuma koottaa follow waliif haa goonuu...👇👇 Https://www.instagram.com/@bahar.umarm
Показати все...
9
I'm on Instagram as @baharumarpage. Install the app to follow my photos and videos. https://www.instagram.com/invites/contact/?igsh=muzemqgcywor&utm_content=v3wyxdu
Показати все...

#Madaan_qaba! Araddaa Tufaa munaa Finfinnee na yaachisaa Yaa Jimmaa biyya bunaa Yaanni Kee na kaachisaa Shaggar Shaggaatu marse Birbirsa Gooroon jiraa Qilleensi maal afarsee Natti himaa Mee yaa fira!            Addeessi Samii baatii Urjiin Lixaa mul'attee Gaarri sulula taatii Saamtun garaa bulfatte Haqa Sabaa dabsitee Hin teessu ni gufattaa Seenaa gootaa dhoksite Har'a eenyutti mufattaa Gootni haqa barbaachaf Halkaniif guyyaa labaa! Sobeetan kolfa malee Garaanko madaa qabaa! ✍️.. @Baahar_Umar Guddaa galatoomaa!❤️💚❤️ tiktok keenya👇👇 https://www.tiktok.com/@bahar.umar
Показати все...
11👍 9🥰 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Coin Telegrama Star jedhama. Dhaabbatuma telegram dhaan kan eegale ta'ee namoota invite gochuun saphaatti sadarkaa keessan guddifachuu dandeessu. Coin kana baafachuu, meeshaalee adda addaa karaa telegraama bituuf, bifa kenna Abootii chaanaliif kennuuf, Beeksisa Chaanaloota teelegraamaa iratti beeksifachuuf tajaajilu. Coin kana gara fuulduraatti qarshii baasuun bitachuu dandessu ammatti bilisaan walitti qabachuu dandeessu. 👇👇👇👇👇 https://t.me/major/start?startapp=684510892 https://t.me/major/start?startapp=684510892 @baacoowwam
Показати все...
👌 1
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Gaafa sagalee dhabee Dhaloonni ukkaamamu Gaafa mogoleen cabee Haqni isaa awwaalamu Summii dhaloota miidhu Fuula duratti akeekaa Dubbii dhaloota diigu Addaan baaseetu beeka #Dhangaa Torbanii... 𝗚𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗝𝗶𝗺𝗺𝗮𝘁𝗮𝗮 𝘁𝗮𝗺𝘀𝗮𝗮𝘀𝗮𝗺𝘂 𝗵𝗮𝗮 𝗷𝗮𝗷𝗷𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗶𝗻𝘂𝘂.. Irraan sagalee akka tahaa turreen ammaas haa taanu. ❤️💚❤️ABO-WBO 💪 𝗧𝘄𝗶𝘁𝘁𝗲𝗿 𝗸𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮𝗮𝗿𝗿𝗮𝗮𝗻.. 𝗙𝗼𝗹𝗹𝗼𝘄 𝗚𝗼𝗱𝗵𝗮𝗮! 👇👇👇👇👇 https://www.twitter.com/@barribaraan 👇👇👇 https://www.twitter.com/@barribaraan 👇👇👇👇 https://www.twitter.com/@barribaraan 👇👇👇👇 https://www.twitter.com/@barribaraan
Показати все...
🥰 8👍 4 2
Harki yoo qaqqabatu Kan adeemu lukuma Qottoon homaa hin goone Kan balleesse mukuma Jal'atee haqaaqamee Micciiramee of dabsee Homtuu isa hin tuqne Ofumasaan of cabse Mukummaan osoo jiruu Sibiilatti madaqee Sanyiifi michootasaa Ibiddatti gad-naqe Har'as osoo nukeessaa Wal cabsuun itti fufuu Akka jigsaa bisingaa Osoo wal keessaa kufuu Osoo hancuufaa tuffii Fiigee walitti tufuu Gadi baduudha malee Ol-guddinni hin dhufu Yoo fardi kooraa baate Koorichaan nama baata Waliif hin taane taanaan Qubeelaan quba nyaata Qubeelan quba nyaachun Sibiilummaaf fakkaata Wal ta'uu osoo qabuu Harki maaf harka nyaata? Harki harka hin nyaatu Yoo ta'eef akka yaadaa Ani garuu qaamni koo Yo gamtoomen barbaada! Tokkooman gamtooman! ❤️💚❤️💪Saba haqaa.. ✍️.. @Baahar_Umar Guddaa galatooma!       Tiktok keenyas👇 https://www.tiktok.com/@bahar.umar
Показати все...
12👍 9🎉 2
Фото недоступнеДивитись в Telegram
Mukarraa biqilee deebi'ee alagaa firoomfatee deebi'ee haadhaf abbaa dhiita muka qottoo ja'ama!
Показати все...
5👍 2
Оберіть інший тариф

На вашому тарифі доступна аналітика тільки для 5 каналів. Щоб отримати більше — оберіть інший тариф.