Elias Kasa Legal Service.
👉Tajaajila Gorsa Seeraa yoo barbaaddan Abukaatoo fi Gorsaa Seeraa #"Eliyaas Kaasaa mariisisaa. 👉የጥብቅና አገልግሎት ሲፈልጉ ኤልያስ ካሳ ጠበቃ እና የሕግ አማካሪን ያማክሩ። 📞 0929399368
Показати більше📈 Аналітичний огляд Telegram-каналу Elias Kasa Legal Service.
Канал Elias Kasa Legal Service. (@elulaw) є активним учасником. На даний момент спільнота об'єднує 14 667 підписників, посідаючи 554 місце в категорії Юриспруденція та 2 319 місце у регіоні Ефіопія.
📊 Показники аудиторії та динаміка
З моменту свого створення невідомо, проект продемонстрував стрімке зростання, зібравши аудиторію у 14 667 підписників.
За останніми даними від 04 вересня, 2026, канал демонструє стабільну активність. Хоча за останні 30 днів спостерігається зміна кількості учасників на 109, а за останні 24 години на 3, загальне охоплення залишається високим.
- Статус верифікації: Не верифікований
- Рівень залученості (ER): Середній показник залученості аудиторії становить 83.76%. Протягом перших 24 годин після публікації контент зазвичай збирає 8.89% реакцій від загальної кількості підписників.
- Охоплення публікацій: В середньому кожен допис отримує 12 281 переглядів. Протягом першої доби публікація в середньому набирає 1 303 переглядів.
- Реакції та взаємодія: Аудиторія активно підтримує контент: середня кількість реакцій на один пост – 31.
📝 Опис та контентна політика
Автор описує ресурс як майданчик для висловлення суб'єктивної думки:
“👉Tajaajila Gorsa Seeraa yoo barbaaddan Abukaatoo fi Gorsaa Seeraa #"Eliyaas Kaasaa mariisisaa.
👉የጥብቅና አገልግሎት ሲፈልጉ ኤልያስ ካሳ
ጠበቃ እና የሕግ አማካሪን ያማክሩ።
📞 0929399368”
Завдяки високій частоті оновлень (останні дані отримано 05 вересня, 2026), канал підтримує актуальність та високий рівень охоплення публікацій. Аналітика показує, що аудиторія активно взаємодіє з контентом, що робить його важливою точкою впливу в категорії Юриспруденція.
Триває завантаження даних...
| Дата | Залучення підписників | Згадування | Канали | |
| 05 вересня | +5 | |||
| 04 вересня | +3 | |||
| 03 вересня | +3 | |||
| 02 вересня | +3 | |||
| 01 вересня | +7 |
| 2 | Немає тексту... | 1 454 |
| 3 | #Labsii_Yakka_Shororkeessummaa_Ittisuu_fi_to'achuuf_bahe #Lakk_1176.2012 #Afaan_Orommooti hiikame #Addunyaa_Aagaatiin Kan hiikame | 3 050 |
| 4 | Proc_No_410_2004_Copyright_and_Neighboring_Rights_Protection.pdf | 2 800 |
| 5 | Marii Biyyaalessaa fi Magaalaa Finfinnee.pdf | 2 411 |
| 6 | Share HoF (151).pdf | 2 355 |
| 7 | Murtiilee Dirqisiisoo fi Murtiilee Barsiisoo
--------------------------------------
Ogeeyyii seeraa lakkoofsi isaanii xiqqaadha hin jedhamne biratti doggoggorri hubannaa garaagarummaa murtiiwwaan barsiisoo fi murtiiwwaan dirqisiisoo gama Mana Murtii Waliigala Oromiyaa Dhaddacha Ijjibbaataatiin kennaman irratti jiraachuu isaa kan hubatamudha. Kana irraa ka'uudhaadhan murtiilee lamaan wal jala dabarsuun yeroo akka wabiitti fayyadamanii ittiin falmaniifi darbee darbee yeroo ittiin murteessan jiraachuu isaa adda baafachuun danda'amee jira.
Akka Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaatti, hanga ammaatti murtiiwwan barsiisoo walitti qabuun hanga jildii 12ffaatti kan maxxanfaman yoo ta'u , murtiiwwaan dirqisiisaa immoo dhimmoota ykn galmeedhan 3 irratti kennamee jira.
Murtiin dirqisiisoon inni jalqaba, dhimmaa galmee lakk. 303547 irratti gaafa guyyaa 11/02/2012 murtaa'e yoo ta'u, seera yakkaa baasuun angoo mootummaa federaalaa ta'uu ibsuun, labsiin bosona Nannoo Oromiyaa lakk. 72/1995 bahe kwt 15 /1/, dhimma seeraa yakkaa motumaa federaalatiin ifatti haguuggii argatee seerri irratti bahe waan ta'eef, Naannoleen seera mootummaa federaalatiin haguuggii argatee ifatti baye irra deebiin seera baafachuu hin danda'an jechuun, dhimma yakka bosonaa wajjiin walqabatee, labsii bosona Federalaa malee, keewwatni labsii Oromiyaa armaan olittii caqafame raawwatiinsa kan hin qabne dha jechuun murtii kennamedha.Dhimmi 2ffaan murtii galmee lakk. 453487 ta'e irratti gaafa guyyaa 11/10/2016 kenname irratti dhimmi mana murtii aadaatii gara mana murtii idilee anaatti yoo ol iyyatame, kallattiin gara MMWO dhaddacha ijjibbaataa malee Manneen murtii olaanaafi Waliigalaatti oliyyatamuu akka hin qabne kan murtaa'edha.Dhimmi 3ffaan murtii lakk. Galmee 466000 ta'e irratti gaafa guyyaa 16/07/2017 kenname ta'ee,dhimmi maatii amala addaa kan qabu waan taeef, seerummaan gaafatame Qr. 300,000 olis yoo ta'e, abbaa seeraa tokkoon moggaafamee hojjatamuu akka danda'u kan murteeffame dha.
Garaagarummaan murtiilee Barsiisoo fi Murtii Dirqisiisoo gabaabumatti yoo ibsamu, lachanuu kaayyoo/ ergama Mana Murtii Waliigala Oromiyaa labsiin 216/2011 keessatti tumame, walfakkeenyummaa murtii guddisuu isa jedhu utubuuf murtiiwwan MMWO Dhaddacha Ijjibbaataatiin kennaman ta'uun isaanii akkuma eeggametti ta'ee, murtiileen barsiisoon abbootii seeraa 5/shaniin/ kan kennamnaniifii amala isaaniitiin dirqisiisummaa kan hin qabnedha. Murtiiwwan Dirqisiisoon immoo, murtii dhaddacha ijjibbaataataa abbootii seeraa fi Pireezdaantii fi Itti Aanaa Prezidaantii dabalatee namoota 7/torbaan/ kenaaman ta'ee, akkaataa lakk. Lakki 216/2011 kwt.29 /1/ tiin, manneen murtii jalaa jiran murticha kenname hordofuun murteessuuf kan dirqaman ta'uu isaa hubatamuu kan qabudha jenna. | 1 521 |
| 8 | +5 👉Gahee Duudhaaleen Aadaa Malaammaltummaa Ittisuu Keessatti Qaban:(Ebla 2016)
👉 Komishiiniin Naamusaafi Farra Malaammaltummaa Oromiyaatiin Leenjii kenname🙏 | 1 546 |
| 9 | Bu'uura Seera Deemsa Falmii Yakkaafi Ragaa Haarayaatiin Dhimma Yakkaa Federaalaafi Dhimma Yakkaa Naannoo Agarsiistuu Akkamiitiin Adda Baafanna? Gochi Yakkaa Qoricha Sammuu Namaa Adoochu Oomishuu ykn Seeraan Ala Naannessuutiin Walqabatu hoo Aangoo Mana Murtii Federaalaamoo Naannooti?
^^^√√√√^^^^^√√√√√^^^^^^^^√√√√√√√
✅Seerri Deemsa Falmii Yakkaafi Ragaa Haarayaan kwt 26 (1) mata duree 'የወንጀል የዳኝነት ሥልጣን ድልደላ' jedhu jalatti dhimmoota manneen murtii federaalaa aangoo waloo irratti qaban tarreesseera. Keewwatuma kana kwt xiqqaa (2) mata duree 'የክልል ፍርድ ቤቶች' jedhu jalatti immoo yakkoonni akkaataa raawwii isaaniitiin mootummaa naannoo irratti ykn daangaa bulchiinsaa naannoo tokkoo ol hin taane ilaalchisee raawwataman, fi dhimmoota manneen murtii federaalaatiif hin kennamne irratti manneen murtii naannolee aangoo abbaa seerummaa kan qaban ta'uu tumeera.
✅Seerri Adeemsaa kun bifuma qooddii aangoo mootummaa federaalaafi naannoo gidduutti taasifameen (akkuma Heerri kwt 51fi 52 jalatti qoode) walfakkaatuun (horizontally), aangoon abbaa seerummaa kan federaalaati jedhamee hin tarreeffamne kan Naannoo ta'uu haala agarsiisuun aangoo haftee (Residual Judicial Power) kan Naannoo taasiseera.
✅Seerichi kwt 25(4) jalatti immoo aangoon abbaa seerummaa seerota addaatiin addatti manneen murtiitiif kennaman akkuma jirutti ta'ee, aangoon abbaa seerummaa seera kana keessatti ibsame gabatee qaama seera kanaa ta'een qoodameera jedha. Ta'us, naannoleen haala qabatamaa isaanii irratti hundaa'uun aangoo abbaa seerummaa gabatee kanaan tarreeffamee qoodame gabatee ofiif baafataniin murteessuu kan danda'an akka ta'es ibseera. 🔛As irratti, dhimmi gabaticha keessatti ibsame akkuma seeraatti ilaalamee kan kabajamuu qabu ta'uu agarsiiseera.
✅Gama birootiin, Labsiin Manneen Murtii Federaalaa, Lakk.1234/2013 kwt 4(7) jalatti, dhimmi yakkoota qorichoota adagamoofi sammuu namaa adoochan seeraan ala naannessuun walqabatu, aangoo waloo manneen murtii federaalaa jalatti kan kufu ta'uu ifatti tumee ture. Haa ta'u malee, Seerri Deemsaa Falmii Yakkaa inni haarayaan, akka gabatee keessatti ibsuuf yaaletti, dhimmi qorichoota kana naannessuu akkuma haala isaatti dhimma federaalaa ykn dhimma naannoo akka ta'uu danda'u haala akeekuun tumeera. Haala kanaan, dhimma federaalaa yoo ta'e, Mana Murtii Sadarkaa Duraa Federaalaatiin, dhimma naannoo yoo ta'e immoo Mana Murtii Aanaa Naannootiin kan ilaalamuu danda'u akka ta'etti tumeera. Kunis, akkaataa raawwii yakkichaa ykn naannoo tokkoo ol waliin tuttuqaa qabaachuu irratti hundaa'ee kan ilaalamu ta'uu agarsiisa.
Hubachiisa:
👉Manni Maree Bakka Bu'oota Uummataa (HPR), yaada ka'umsaa dhimma Yakkaa ilaalchisee, seera adeemsaa (Criminal Procedure) isaas ta'e dhimma aangoo abbaa seerummaa isaa murteessuuf aangoo dhuunfaan qaba jedhu irraa ka'ee seera adeemsaa kana kan baase ta'uu isaa qabiyyee seerichaa ilaaluun hubachuun ni danda'ama.
👉Seerri adeemsaa kun isa dhumaa jedhamee miidiyaa hawaasaa irratti raabsamuun ala gaazexaa irratti maxxanfamuu isaa ilaalchisee wanti mirkanaa'e hin jiru.
❓❓Isin akkamitti hubattan? Mee waliin haa bilcheessinu.
Join:-@desberofMM
Desalegn B. | 1 170 |
| 10 | Barreeffama Gabaabaa Mata Duree "አርክቴክቶቹ፣ስቪል መሐንዲሶቹ እና የሕግ ባለሙያዎቹ" Jedhuun Ogeessi 'ፋሲል ታደሰ' Jedhamu Barreesse.
Join:-@desberofMM
Desalegn B. | 1 243 |
| 11 | Barreeffama Gabaabaa Mata Duree "በግንባታ ውል ክርክር ላይ በተሰጡ ፍርዶች ላይ የቀረበ አስተያየት" Jedhuun Ogeessa 'ፋሲል ታደሰ' Jedhamuun Barreeffame.
👉Barreeffamichi kan ture ta'us hawwataadha; seenaanis irraa baratama.
Join:-@desberofMM
Desalegn B. | 1 369 |
| 12 | 📎የፌዴራል ፍርድ ቤቶች የፍርድ አፈጻጸም ጽ/ቤት የአሰራር ስርኣት መመሪያ ቁጥር 26/2017።
📎Qajeelfama sirna raawwii murtii manneen murtii fedeeraalaa lakkoofsa 26/2017
📎Credit to Biniyaam (Binimos) | 2 695 |
| 13 | 25ቱ የሙስና ወንጀሎች (አዋጅ ቁጥር 881/2007)
*****
1. በሥልጣን ያለአግባብ መገልገል (አንቀጽ 9)
2. ጉቦ መቀበል (አንቀጽ 10)
3. የማይገባ ጥቅም መቀበል (አንቀጽ 11)
4. አስታራቂ ሽማግሌዎችና ሌሎች ሰዎች የሚፈፅሙት ጉቦ የመቀበል ወንጀል (አንቀጽ 12)
5. የመንግስት ወይም የሕዝባዊ ድርጅት ሥራን በማያመች አኳኋን መምራት (አንቀጽ 13)
6. አደራ በተሠጠው ዕቃ ያለአግባብ ማዘዝ (አንቀጽ 14)
7. በሥራ ተግባር የሚፈፀም የመውሰድና የመሰወር ወንጀል (አንቀጽ 15)
8. በሥልጣን ወይም በኃላፊነት መነገድ (አንቀጽ 16)
9. በህገወጥ መንገድ መሰብሰብ ወይም ማስረከብ (አንቀጽ 17)
10. ያለአግባብ ጉዳይን ማጓተት (አንቀጽ 18)
11. ዋጋ ያለውን ነገር ያለክፍያ ወይም ያለበቂ ክፍያ ማግኘት (አንቀጽ 19)
12. ያለአግባብ ፍቃድ መስጠት ወይም ማፅደቅ (አንቀጽ 20)
13. ምንጩ ያልታወቀ ንብረትና ገንዘብ (አንቀጽ 21)
14. የሥራ ሚስጥርን መግለፅ (አንቀጽ 22)
15. መንግሥታዊ ወይም የህዝባዊ ሰነዶችን አስመስሎ ማዘጋጀት፣ ወደ ሐሰት መለወጥ ወይም በሐሰተኛ ሰነድ መገልገል (አንቀጽ 23)
16. መንግስታዊ ወይም የህዝባዊ ድርጅት ስነዶችን ማጥፋት ወይም ጉዳት ማድረስ (አንቀጽ 24)
17. ጉቦ ወይም ተገቢ ያልሆነ ጥቅም መስጠት (አንቀጽ 25)
18. ዋጋ ያለዉን ነገር ያለክፍያ ወይም ያለበቂ ክፍያ መስጠት (አንቀጽ 26)
19. ማቀባበል (አንቀጽ 27)
20. በሌለው ሥልጣን መጠቀም (አንቀጽ 28)
21. በግል ተሰሚነት መነገድ (አንቀጽ 29)
22. በምርጫ ላይ የሚሰጥ መደለያ (አንቀጽ 30)
23. ከባድ የእምነት ማጉደል (አንቀጽ 31)
24. ከባድ አታላይነት (አንቀጽ 32)
25. በሙስና ወንጀል የተገኘን ገንዘብ ወይም ንብረት ህጋዊ አስመስሎ ማቅረብና በወንጀሉ ስለመርዳት (አንቀጽ 33)
ዜጎች ሙሰኞችን በማጋለጥ በንቃት ይሳተፉ!
ትውልድን በሥነምግባር፣ ተቋምን በአሰራር! | 2 418 |
| 14 | New Ethiopian Criminal procedure and evidence ..Final version..2018 | 27 873 |
| 15 | Adeemsa Waldiddaan Lafa Baadiyaa Naannoo Oromiyaatiin Walqabatee Uumamu Ittiin Furamu: Xiinxala Dhimmaa”
============================================================
Kan olitti warabbiin dhiyaate mata duree barreeffama (case analysis/comment) qo’annoo Seerota Bulchiinsa Lafa Baadiyaa mootummaa naannoo Oromiyaa fi hiikkoo Dhaddacha Ijibbaataa Mana Murtii Waliigala Fedeaalaan galmee Lkk 169648 ta’erratti murtii laateen kennamuun Jiildii 24ffaa keessatti maxxanfamee argamu irratti xiinxala dhimmaa Joornaalii Seeraa Oromiyaatiif obboo Dassaaleny Biraanuutiin gumaachamuun maxxansa 14ffaa Joornaalichaa keessatti maxxanfamedha.
Obboo Dassaaleny Abbaa Seeraa Mana Murtii Waliigalaa fi Inistiitutii Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaattis leenjisaa beekamaa buleessadha.
==============================
Barreeffamichi lafti qabeenya ummataa fi mootummaa ta’uu fi lammiileen dhuunfaa mirga abbaa qabiyyummaa fi itti fayyadamaa qofa kan qaban ta’uun Heera Mootummaa Federaalaa fi kan Naannoo Oromiyaa keessattis imaammata bu’uraa ta’uun kan kan tumame ta’uu isaa, abbaan qabiyyee lafa isaa irraa mirga seeraan ala buqqa’uu dhabuu kan qabu akka ta’ee fi kanaafis eegumsi heeraan kan taasifameef akka ta’e kutaa see sana keessatti gabaabinaan ibsee jira.
Kana malees wldiddaan ittifayyadamaa fi mirga abbaa qabiyyummaa Lafa Baadiyaa irratti naannicha keessatti uumamus kan ittiin furamu sirni seeraa ifaan labsiidhaan diriirfamee kan jiru akka ta’e tumaalee heeraa, Seerota Bulchiinsa fi Ittifayyadamaa mootummaa naannichaa kanaan dura hojii irra turan (Labsii Lkk 130/99 fi Dambii Lkk 151/2005) fi akkasumas Labsii Lkk 248/2015 yeroo ammaa hojiii irra jiru caqasuun adeemsa Waldiddaan ittiin furamu ifa ta’e seera baaftuun (caffeen) mootummaa naannichaa kan tume ta’uu isaatis kutaa 2ffaa barreeffamichaa keessatti ka’uun bal’inaan ilaalamee jira.
Akkasumas seenaa dhufaatii fi firiin ijoo dhimma Dhaddachi Ijibbaataa MMWF glme Lkk 169648 irratti ilaalamee gabaabinaan kutaa 3ffaa keessatti kan agarsiifame yoo ta’u inni ijoonis Waldiddaan qabiyyee Lafa Baadiyaa ilaalchisee iyyataa fi waamamtoota giddutti naannicha keessatti ka’ee ture mana Murtii Aanaatti jalqaba dhiyaachuun akkaataa Labsii Lkk 130/99 yeroo sana hojii irra tureetti kwt 16n dursee jaarsolii araaraan gandarratti ilaalamu malee kallattiin mana murtiitti dhiyaachuu hinqabu jedhamee kufaa ta’uun murtaa’uudhaan Manneen Murtii Naannichaa sadarkaan jiranittis ol’iyyannoo fi Ijibbaataan ilaalamee eega cime booda dhaddacha ijibbaataa MMWFtti immoo jaarsummaan filannoodha malee dirqama miti jechuun murtii Manneen Murtii Naannichaa diigee falmiin Waldiddaa Lafa Baadiyaa irratti ka’u kallattiin mana Murtiitti dhiyaachuu akka danda’u murteessuu isaa barreeffamichi kutaa 3ffaa keessatti ibsee jira.
Gama biraan aangoo seera baasuu, seera hiikuu fi seera raawwachiisuu mootummaa Federaalaa fi naannooleef adda addaan heericha kwt 51 fi 52 jalatti kan qooda me akka ta’ee fi bu’uruma kanaan mootummaan naannoleetis dhimmoota heericha kwt 52(2(d)) jalatti Lafa ilaalchisee seera baasuu aangoo kennameefitti fayyadamuun mootummaan Naannoo Oromiyaa Labsii Durant Lkk 130/99 kwt 16 jalatti fi dambii labsicha raawwachiisuuf bahe kwt 18 jalatti waldiddaan Lafa baadiyaan walqabatee naannicha keessattiwka’u jalqaba gandarratti jaarsummaan dursee ilaalamuu akka qabuu fi adeemsa kana malee kallattiin mana murtiitti dhiyaachuu akka hinqabne mootummaan naannichaa tumachuu isaa barreeffamichi kutaa 4ffaa keessatti bal’inaan eega xiinxale booda dhumarrattis hiikkoon dhaddacha ijibbaataa MMWFn dhimma glme olitti caqame irratti kenname faallaa heeraa fi Labsii caffeen naannichaa baafatee ta’uu irra darbee birkaddummaa aangoo seera baafachuu mootummaa naannichaaf heeraan kennameef kan cabse ta’uu isaa guduunfaa waliigalaan goolabee jira.
Gumaachi beekamtii fi dandeettii barreessichaa dhuunfatti daraan kan olbaasu ta’uun gamattis maqaa fi beekamtii Inistiitiyutichaatis suga kan itti godhu waan ta’eef obboo Dassaalenyin dabalatee ogeessonni joornaalichaaf gumaacha taasisan hundi galata guddaatu malaaf.
https://t.me/speaklawinabsentia | 6 279 |
| 16 | Qajeelfama Jijjiirraa Barsiisotaafi Hoggansa Manneen Barnootaa Fooyya'ee Bahe Lakk.12/2018 | 3 243 |
| 17 | የሰበር ችሎቱ ውሳኔ
የሰበር ሰሚ ችሎቱ የአመልካችን የጥፋተኝነት ውሳኔ ቢያጸናም፣ በካሳው መጠን ላይ የተሰጠውን ውሳኔ ግን እንደሚከተለው አሻሽሎታል፡-
የስም ማጥፋት ጥፋተኝነት መጽናቱ፦ የባንክ መልካም ስም የህልውናው መሠረት በመሆኑ፣ አመልካች ምክንያቱን ሳይገልጽ በጥቅሉ ከባንኩ ዋስትና አንቀበልም ብሎ መጻፉና ለሌሎች አካላት ማሰራጨቱ በፍትሐብሔር ሕግ ቁጥር 2109 መሠረት መልካም ስምን የሚያጎድፍና ተጠያቂነትን የሚያስከትል ተግባር ነው።
የካሳ መጠን መሻሻሉ፦ በደረሰው ትክክለኛ ጉዳት ላይ በቂ ማስረጃ በሌለበት ሁኔታ የጠየቀውን ሙሉ የካሳ መጠን መፍቀድ ተገቢ ስላልሆነ፣ ጉዳቱ በፍትሐብሔር ሕግ ቁጥር 2102 መሠረት በርትዕ (Equity) ሊሰላ ይገባል። በዚህም መሠረት የካሳው መጠን ወደ 50,000.00 (ሃምሳ ሺህ ብር) ዝቅ እንዲል ተወስኗል።
መሠረታዊ የሕግ ምክንያት (Ratio Decidendi)
በባንክ መልካም ስም ላይ የሚፈጸም ሕገ-ወጥ ድርጊት፦
የፋይናንስ ተቋማት (ባንኮች) ለደንበኞቻቸው በሚሰጡት አገልግሎት ላይ ያላቸው መልካም ስም የህልውናቸው መሠረት ነው። በመሆኑም፣ ያለ በቂና ግልጽ ምክንያት ከአንድ የተወሰነ ባንክ የሚቀርብ የዋስትና ሰነድ ተቀባይነት እንደሌለው በጥቅሉ የሚገልጽ ደብዳቤ መጻፍና ለሌሎች አካላት ማሰራጨት፣ የባንኩን ታማኝነትና ብቃት ጥያቄ ውስጥ የሚጥል በመሆኑ በፍትሐብሔር ሕግ ቁጥር 2109 መሠረት መልካም ስምን እንደማጥፋት ይቆጠራል።
በመልካም ስም መጥፋት ወይም በሌላ ሕገ-ወጥ ተግባር ምክንያት የደረሰን ትክክለኛ የጉዳት መጠን በሒሳብ ወይም በማስረጃ ለይቶ ለማወቅ አስቸጋሪ በሆነበት ሁኔታ፣ ፍርድ ቤቶች ተጎጂው የጠየቀውን ሙሉ የካሳ መጠንመፍቀድ የለባቸውም። ይልቁንም፣ እንዲህ ዓይነቱ ካሳ በፍትሐብሔር ሕግ ቁጥር 2102 መሠረት በርትዕ ሊወሰንና ሊሰላ ይገባል፡፡ | 4 678 |
| 18 | +3 📌 ውድ የቻናላችን ተከታታዮች፤
ቀደም ሲል በሌሎች ሀገራት የሕግ ሥርዓትና በዓለም አቀፍ ደረጃ የዳኝነት ጀግንነት (Judicial Courage) ያለበትን ደረጃ፣ መገለጫዎችና የታዩ ታሪካዊ የፍርድ ውሳኔዎችን የሚዳስሰውን አጠር ያለ ጽሑፍ ማካፈላችን ይታወሳል።
አሁን ደግሞ፣ ያንን መሠረታዊ ዓለም አቀፋዊ እሳቤ ወደ እኛ ሀገር ተግባራዊ እውነታ በማምጣት፣ ጉዳዩን በኢትዮጵያ የሕግ ሥርዓት መነጽር በጥልቀት የሚመረምረውንና “በኢትዮጵያ የሕግ ሥርዓት ውስጥ የዳኝነት ጀግንነት፡ በጎ ምግባር፣ ግዴታ እና የሕገ-መንግሥታዊ ፍትሕ አስፈላጊነቶች” (Judicial Courage in the Ethiopian Legal System: Virtue, Duty, and the Imperatives of Constitutional Justice) በሚል ርዕስ የተዘጋጀውን አጭር ምልከታ ይዘንላችሁ ቀርበናል።
ይህ አጭር ጽሑፍ፦
- በኢትዮጵያ ሕገ-መንግሥታዊና የሕግ ማዕቀፍ ውስጥ ለዳኝነት ነጻነት የተሰጡትን መደበኛ ዋስትናዎች፤
- በተግባር ያሉትን የፖለቲካ ጣልቃገብነቶች፣ መዋቅራዊ ድክመቶችና የታሪክ ፈተናዎች፤
- የዳኝነት ጀግንነት በጉልህ የታየባቸውን የፍርድ ቤት ውሳኔዎች (በተለይም በግል ሕግና በንግድ ክርክሮች) እና በሌላ በኩል
ደግሞ በፖለቲካዊና በሰብአዊ መብት ጉዳዮች ላይ የታዩትን ክፍተቶች፤ እንዲሁም
- የሕግ የበላይነትን እውን ለማድረግ ወደፊት ሊወሰዱ የሚገባቸውን የማሻሻያ አቅጣጫዎች በአጭር ባጭሩ ያስቀምጣል።
ከቀደመው ዓለም አቀፋዊ ዳሰሳችን ቀጥሎ፣ የዚህ በኢትዮጵያ ሁኔታ ላይ ያተኮረ ምልከታ ከዚህ መልእክት በላይ ተያይዞ (Attached) የቀረበ በመሆኑ ሰነዱን በመክፈት እንድታነቡት እንጋብዛለን።
📖 መልካም ንባብ! ጽሑፉን ካነበባችሁ በኋላ ያላችሁን ሙያዊ አስተያየት አስቀምጡ! | 3 677 |
| 19 | +1 📌 ለቻናላችን ተከታታዮች በሙሉ የተዘጋጀ መልእክት
ውድ የቻናላችን አባላት፤ በሕግ፣ በታሪክ እና በኪነ-ጥበብ መገናኛ ዙሪያ በምሁሩ ራስል ኤል. ዲዝ የተጻፈውንና በምዕራቡ ዓለም ታሪክ ውስጥ ጎልተው የወጡ ስድስት ታላላቅ የፍርድ ሙግቶችን የሚያጠናውን “Great Trials and the Law in the Historical Imagination” የተሰኘውን ድንቅ መጽሐፍ አጠቃላይ ማጠቃለያ አዘጋጅተን አቅርበንላችኋል።
በመጀመሪያ፣ የነዚህን ታሪካዊ የፍርድ ሙግቶች ዋና ዋና ጭብጦች፣ የሕግ መርሆዎችን እና ባህላዊ ትርጉሞች በአጭሩ ለመረዳት ከላይ የቀረበውን ማጠቃለያ እንዲያነቡ እንጋብዛችኋለን። በመቀጠልም የጉዳዮቹን ጥልቅ ታሪካዊ አውድ፣ የሕግ ፍልስፍናዎችን እና ዝርዝር ትንተናዎች ሙሉ በሙሉ ለማግኘት ከዚህ መልእክት ጋር ከላይ የተያያዘውን (Attached) ሙሉ መጽሐፍ አውርደው እንዲያነቡ በጥብቅ እናሳስባለን።
Al.W
መልካም የንባብ ጊዜ ይሁንልዎ! | 2 449 |
| 20 | +1 የባለስልጣናት እና የዳኞች የአገልግሎት ዘመን ስሌት እና የጥቅማጥቅሞች፡-የፌዴሬሽን ም/ቤት ትርጉም ምልከታ
ውድ የቻናላችን ተከታታዮች፤
ከአገልግሎት ለሚሰናበቱ የመንግስት እና የሀገር መሪዎች፣ ከፍተኛ የመንግስት ባለስልጣናት፣ የፓርላማ አባላት እና ለዳኞች የሚደረገው የአገልግሎት ዘመን ስሌት እና የጥቅማጥቅም አመዳደብ የተቋማዊ ነፃነትን፣ የጡረታ ተንቀሳቃሽነትን (Portability) እና የሕግ የበላይነትን ለማስጠበቅ የሚያስችል እጅግ ወሳኝ የሕዝብ ሕግ (Public Law) ማዕቀፍ ነው።
ይህ አጭር ጽሑፍ የዳበረ የዲሞክራሲና የዳኝነት ስርዓት አላቸው ተብለው የሚታወቁትን የጥቂት አገራት የሕግ ማዕቀፎችን ከማነፃፀሩ ባሻገር፤ የኢትዮጵያ የፌዴሬሽን ምክር ቤት በፋይል ቁጥር 154 የቀረበለትን ጉዳይ መነሻ በማድረግ በአዋጅ ቁጥር 653/2001 አንቀጽ 53(3) ትርጓሜ ላይ የሰጠውን ህገ መንግስታዊ ትርጉም እና ቀድሞ በክልል የተሰጠ አገልግሎት ለፌደራል ዳኞች የጡረታ ስሌት የሚኖረውን ህገ-መንግስታዊ እና መዋቅራዊ ፋይዳ በስፋት ይተነትናል።
📄 ምንም እንኳን ፅሁፉ የምርምር ስነ ዘዴዎችን በጥብቅ በመከተል የተፃፈ ባይሆንም(ወደፊት በጥልቀትና አካዳሚያዊ ደንቦች አግባብ የሚዳብር መሆኑ እንደተጠበቀ ሁኖ) ለውይይት መነሻ ይሆናል በሚል እምነት የጽሑፉን ሙሉ ይዘት (Full Article) እና የም/ቤቱን ውሳኔ(በድጋሚ) ከላይ እንዲያያዝ የተደረገ በመሆኑ ሰነዱን በመክፈት ማንበብ የምትችሉ መሆኑን እንገልጻለን።
መልካም ንባብ!
አልማው ወ. | 2 644 |
