cookie

Мы используем файлы cookie для улучшения сервиса. Нажав кнопку «Принять все», вы соглашаетесь с использованием cookies.

avatar

Faaruuwwan Haaraa orthodox Tewahido

✔️ Channel keenya kana keessatti: 👇 ➪ Faaruuwwan Ortodoksii Tewaahidoo ➪ Barumsa wangeelaa bifa sagalee fi barreeffamaan, ➪ Akkasumas link garaagaraa, kitaabolee pdf dhaan argattu! Faaruu keessan beeksifachuuf: @Elshaadayii @Kaankooti

Больше
Рекламные посты
8 412
Подписчики
+2224 часа
+1517 дней
+70130 дней

Загрузка данных...

Прирост подписчиков

Загрузка данных...

Channel Faruuwwaan Haaraa Ortodoks Tewahidoo Of Keessati Qabatee Jiruu isiniif Banamee jiraa Maree Amumaa Join Kan jedhuu tuquun Channel kenyaati Makkamma ✅Channel kenyaa Kessatii 🎵 Faruu Cidhaa 🎵 Faruu Gabbi 🎵 Faruu yeroo Hundaa Walaloo isaa waliin Ni Argatuu 👇👇👇👇👇
Показать все...
16👍 3🥰 3🙏 3👏 2🎉 1
✅Join Channel
Link Afeeraa
Показать все...
Channel Faruuwwaan Haaraa Ortodoks Tewahidoo Of Keessati Qabatee Jiruu isiniif Banamee jiraa Maree Amumaa Join Kan jedhuu tuquun Channel kenyaati Makkamma ✅Channel kenyaa Kessatii 🎵 Faruu Cidhaa 🎵 Faruu Gabbi 🎵 Faruu yeroo Hundaa Walaloo isaa waliin Ni Argatuu 👇👇👇👇👇
Показать все...
✅Join Channel
Kabajamtootaa fi jaalatamtoota maatii Channel keenyaa, nageenyi waaqayyo isiniif haa baay’atu akkam jirtu?      Haardha Wantaa Tokko isiin Gafachuuf Dhufnee jiraa Akkuma Bekkamuu Channel kenyaa kun Eergaa Bannamee Yeroo Gababduudha      Bayyinii Misensaa kenyaa xiqoo dha    Kanaaf Channel kana Gudissuu Barbanaa kun Amoo Gargaarsaa keessan Barbadaa Kanaaf  Hiryoota Keessan Akka nuuf Afeertaan Barbanaa      Kanaa malees group Channel Keessa jirtaan kessatii Link Garaa Gadiitii siniif maxansiinee Hiryoota Keessanif share nuuf Godhaa        Ebbifama 🙏
Показать все...
10👍 4🥰 2
Faaruu eebbifamtootaf ta'u Mana keetii eebbifamne Barruu keerraa nyaanne dhugne Mana  keetii eebbifamne Nu hin gatini nuti keeti Bakka nuyi deemnu hundatti Bakka kana dhufuun keenyaa Fedha keeti wal arguun keenyaa Nu eebbisi nuyi ijoollee keeti Adda nun baasin samii irratti Gatii dadhabbii bu'aa hojii keenyaa Utuu ati hin jirre eessaan as geenya Bu'aa ba'ii heddu argine Guyyaa ulfaataa siin darbine Ebbaaf uumtee nu eebbifte Barruu keetiin nu ceesifte Warra sin barre of barsiisi Daandii dhugaatti deebisi Ammas abdiin keenya eenyu Sirra adda bane eessa hin geenyu Mana keetti nu dhabini Ibsa keenyaas hin dhaamsini ==•|•= 📬Faruu Keessan Beksifacuuf          👇👇       @Elshaadayii         @Elroohii 👇👇follow. Join ╭══•|❀:✞✟✞❀|•══╮ ✥┈┈••●◉✞◉●••┈••✥ @faruuHaara @faruuHaaraa ✥┈┈••●◉✞◉●••┈••✥ ╰══•|❀:✞✟✞❀|•══╯
Показать все...
Mana Keetti Eebbifamne Dn Galataa Addunyaa.mp34.60 MB
👍 4 4👏 3🥰 2
Показать все...
Kakuun Kee hin Moofa'u,F/ttuu Faveen Alamuu,Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa

@dagnustudio3457 #subscribe #share #like gochu hin dagatina

22👍 5
Показать все...
Maariyaam Haati koo,F/taa Biraanuu Caalaa,Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo Haaraa

@dagnustudio3457 #subscribe #share #like gochu hin dagatina.

19🙏 3🥰 2
Akkamiin_Taree_F_ttuu_Jiituu_Zawudee_2024(128k).mp36.24 MB
👍 11 10🕊 4🥰 3🎉 1
Показать все...
Akka Yaareed,F/ttuu Jituu Zawudee,Faarfannaa Afaan Oromoo Ortodoksii Tawaahidoo,Haaraa

@dagnustudio3457 #subscribe #share #like gochu hin dagatina.

👍 15 8🕊 3
Lallaba afuura barsisaa Gutaama Gobannatin #Qooqni maali? #Qooqa fi Afuura qulqulluu #Tokkummaa tajaajiltootaa yookiin kiristaanotaa #Burjaajjii qooqaan wal qabatee shakkitootni gaffi kaasaniif deebii isaa karaa gabaabaan 📬Faruu Keessan Beksifachuuf          👇👇       @Elshaadayii         @Elroohii 👇👇follow. Join ╭══•|❀:✞✟✞❀|•══╮ ✥┈┈••●◉✞◉●••┈••✥ @faruuHaara @faruuHaaraa ✥┈┈••●◉✞◉●••┈••✥ ╰══•|❀:✞✟✞❀|•══╯
Показать все...
Lallaba_afuuraa_barsiisaa_Guutamaa_Goobanaa_tiin(128k).m4a32.91 MB
17👍 7🥰 2
Выберите другой тариф

Ваш текущий тарифный план позволяет посмотреть аналитику только 5 каналов. Чтобы получить больше, выберите другой план.