ru
Feedback

Не попадитесь на канал ботавода! Telemetrio находит и помечает такие каналы 👉 Хотите видеть метку — оформите подписку

Siinqii Aakhiraa.

Siinqii Aakhiraa.

Открыть в Telegram

"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."

Больше
Страна не указанаКатегория не указана
771
Подписчики
+524 часа
+557 дней
+13230 дней
Архив постов
4. Sobni erga onnee irraa maddee booda jalqaba maal balleesaa?
Anonymous voting

3. Wanti gaariin nama eessatti qajeelcha?
Anonymous voting

2. Namni dhugaa kana hunda guute maal jedhama?
Anonymous voting

1. Sadarkaan dhugaa hundarra ol'aanaan maal irratti hundaa'a?
Anonymous voting

🎙 Dr. Abdallaah kadir

Leenjii Hojii Qalbii-5.pdf3.73 KB

📚 Kutaa Shanaffaa 📮 Leenjii Hojii Qalbii 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/GwRBtwfbpms

5. Lubbuun Muxma'innaa eenyuun beekamti?
Anonymous voting

4. Ulaagaan jalqabaa toowbaa maali?
Anonymous voting

3. Lubbuun Lawwaamaa jechuun maal?
Anonymous voting

2. Tawbaa dafanii gochuun maal ta'a?
Anonymous voting

1. Sadarkaan irra guddaan ikhlaasaa eenyuun beekama?
Anonymous voting

🎙 Dr Abdallah Kadir

Leenjii Hojii Qalbii-4.pdf4.24 KB

📚 Kutaa Afraffaa 📮 Leenjii Hojii Qalbii 🎙 Dr. Abdallaah Khadiir 🔗 https://youtu.be/y8DeHN0dCn4

5. Niyyaan jechuun maal jechuudha?
Anonymous voting

4. Erga hojii gaarii xumuree booda yaadni agarsiifannaa yoo itti dhufe maaltu ta'a?
Anonymous voting

3. Agarsiifannaaf (riyaa'aaf) ibaadaa jalqabuun maal ta'a?
Anonymous voting

2. Yoo namni cubbuu Rabbiin sodaatee dhiise maal argata?
Anonymous voting

1. Hojiin Rabbiif qulqulluu ta'e maal jedhama?
Anonymous voting