en
Feedback

Don't get caught by a cheater! Telemetrio finds and tags such channels šŸ‘‰ If you want to see the tag, subscribe

Siinqii Aakhiraa.

Siinqii Aakhiraa.

Open in Telegram

"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."

Show more
The country is not specifiedThe category is not specified
777
Subscribers
+524 hours
+557 days
+13230 days
Posts Archive
4. Sobni erga onnee irraa maddee booda jalqaba maal balleesaa?
Anonymous voting

3. Wanti gaariin nama eessatti qajeelcha?
Anonymous voting

2. Namni dhugaa kana hunda guute maal jedhama?
Anonymous voting

1. Sadarkaan dhugaa hundarra ol'aanaan maal irratti hundaa'a?
Anonymous voting

šŸŽ™ Dr. Abdallaah kadir

Leenjii Hojii Qalbii-5.pdf3.73 KB

šŸ“š Kutaa Shanaffaa šŸ“® Leenjii Hojii Qalbii šŸŽ™ Dr. Abdallaah Khadiir šŸ”— https://youtu.be/GwRBtwfbpms

5. Lubbuun Muxma'innaa eenyuun beekamti?
Anonymous voting

4. Ulaagaan jalqabaa toowbaa maali?
Anonymous voting

3. Lubbuun Lawwaamaa jechuun maal?
Anonymous voting

2. Tawbaa dafanii gochuun maal ta'a?
Anonymous voting

1. Sadarkaan irra guddaan ikhlaasaa eenyuun beekama?
Anonymous voting

šŸŽ™ Dr Abdallah Kadir

Leenjii Hojii Qalbii-4.pdf4.24 KB

šŸ“š Kutaa Afraffaa šŸ“® Leenjii Hojii Qalbii šŸŽ™ Dr. Abdallaah Khadiir šŸ”— https://youtu.be/y8DeHN0dCn4

5. Niyyaan jechuun maal jechuudha?
Anonymous voting

4. Erga hojii gaarii xumuree booda yaadni agarsiifannaa yoo itti dhufe maaltu ta'a?
Anonymous voting

3. Agarsiifannaaf (riyaa'aaf) ibaadaa jalqabuun maal ta'a?
Anonymous voting

2. Yoo namni cubbuu Rabbiin sodaatee dhiise maal argata?
Anonymous voting

1. Hojiin Rabbiif qulqulluu ta'e maal jedhama?
Anonymous voting