Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa
Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.
Больше📈 Аналитический обзор Telegram-канала Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa
Канал Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo - marsaa jalqabaa (@akaadaamiiafrikaa) является активным участником. Сейчас сообщество объединяет 48 172 подписчиков, занимая 3 712 место в категории Образование.
📊 Показатели аудитории и динамика
С момента создания невідомо проект демонстрирует стремительный рост, собрав аудиторию из 48 172 подписчиков.
Согласно последним данным от 06 ноября, 2026, канал показывает стабильную активность. За последние 30 дней изменение числа участников составило -96, а за последние 24 часа — -2, при этом общий охват остаётся высоким.
- Статус верификации: Не верифицирован
- Уровень вовлечённости (ER): Средний показатель вовлечённости аудитории составляет 44.28%. В первые 24 часа после публикации контент обычно набирает 17.53% реакций от общего числа подписчиков.
- Охват публикаций: В среднем каждый пост получает 21 335 просмотров. В течение первых суток публикация набирает 8 447 просмотров.
- Реакции и взаимодействия: Аудитория активно поддерживает контент: среднее количество реакций на один пост — 310.
📝 Описание и контентная политика
Автор описывает ресурс как площадку для выражения субъективного мнения:
“Chaanaaliin kun kan Akkaadaamii Afriikaa Afaan Oromoo Sagantaa Dippiloomaa Marsaa tokkoffaati - Baruumsi fedhii Rabbiitin yeroo dhiyootti ni eegala.”
Благодаря высокой частоте обновлений (последние данные получены 07 ноября, 2026) канал поддерживает актуальность и высокий уровень охвата публикаций. Аналитика показывает, что аудитория активно взаимодействует с контентом, что делает его важной точкой влияния в категории Образование.
Загружаем данные
| Дата | Привлечение подписчиков | Упоминания | Каналы | |
| 07 ноября | 0 | |||
| 06 ноября | +4 | |||
| 05 ноября | 0 | |||
| 04 ноября | 0 | |||
| 03 ноября | +16 | |||
| 02 ноября | +3 | |||
| 01 ноября | 0 |
| 2 | Sunnaalee fi Hojiiwwan Guyyaa Jimaataa Hojjachuun Jaallatamu
🛁 Qaama Dhiqachuu
👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu.
🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu.
🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu.
📖 Suura Al-Kahfi dubbisuu.
🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu.
📿 Kadhannaa fi zikrii baay'isuu.
👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu.
🕌 Tahiyyatul Masjid Salaatuu (khuxbaan dura yoo seename).
⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu.
📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu.
💰 Sadaqaa kennuu.
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa. | 8 209 |
| 3 | 🎉 Oduu Gammachuu!!
🎥 Alhamdulillaah, Galanni Kan Rabbiiti. Sagantaa waraabbi koorsii Aqiidaa Simisteera lammaffaa Dooktoora keenya Sheekh Jeeylaan Waliin xumurree jirra.
📚 Imala ilmii nu waliin itti fufaa!!
#Akkaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa | 10 314 |
| 4 | Siiraa Sem 1ffaa Last.pdf | 15 307 |
| 5 | 🌟BARATTOOTA KEENYA KABAJAMOO🌟
Baga gammaddan! Baga gammachuu fi milkaa’inaan Barnoota Siiraa xumurtan!
📚 Barnoonni Siiraa Dr. Mahmuud Huseenin kennamaa ture gargaarsa Rabiitin Kutaa kudha shaniin (15) xumuramee jira.
🤲 Rabbiin ol ta’ee waan barattaniin akka isin fayyadu, beekumsa keessan akka isiniif dabalu, hojii keessan keessatti akka Ikhlaasaa fi barakaa isiniif taasisu isa kadhanna.
🔖 Qormaanni xumuraa Koorsii Siiraa Guyyaa Sanbata, 07/11/2026 (28/02/2019) irraa eegalee kan kennamu ta'a.
📝 Hanga guyyaa qormaataa waan barattan hunda irra deebi’aa dubbisaa, qormaataaf sirriitti qophaa’aa!!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa | 16 147 |
| 6 | Kamtu amala Nabiyyiin (SAW) mana keessatti ittin beekkamani? | 13 905 |
| 7 | Nabiyyiin Rabbii (S.A.W) gara nyaata hafuurri isaa jijjiirameetti yeroo waamaman hin awwaatan ture. | 13 647 |
| 8 | [@download_it_bot mp3] Barnoota Siiraa Kutaa 15ffaa.mp3 | 16 300 |
| 9 | Kutaa 15ffaa.pdf | 16 671 |
| 10 | 📮 Barnoota Siiraa
📚 Kutaa Kudha Shanaffaa
🎙 Dr. Mahmuud Huseen
🔗
https://youtu.be/-2pVMO5nuDs?si=b8B0bteEep-RQLj7 | 17 197 |
| 11 | Nabiyyi (S.A.W) yeroo bishaan dhugaan yeroo tokkotti dhugu ykn haabbuqatu. | 18 196 |
| 12 | Nabiyyiin Rabbii (SAW) ciisanii rafaniis wuduu'uni isaanii hin diigamu. | 2 706 |
| 13 | Nabiyyiin (SAW) yeroo hirriibaa ka'an battalumaan wanni isaan godhan maali? | 15 950 |
| 14 | 📢 Barattoota keenya kabajamoo! 🌟
📝 Barattoonni qormaata torbee lammaffaa koorsii Siiraa hin fudhanne, qormaata keessan hanga har’a halkan sa’aatii 1:00tti fudhachuu ni dandeessu. ⚠️
⏳ Qormaanni cufamuuf yeroo muraasatu hafe!
📚 Yeroon hafe sa’aatii muraasa qofa waan ta’eef, carraa kanatti fayyadamuun tasgabbiidhaan qormaata keessan akka fudhattan isin yaadachiifna.
🔗 Liinkii qormaataa:
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=284
#Akaadaamii_Afrikaa #Marsaa_Jalqabaa | 15 773 |
| 15 | 📢 Barattoota keenya kabajamoo! 🌟
Linkii Qormaataa!!
https://orm.africaacademy.com/mod/quiz/view.php?id=284
🔖 Qormaanni Koorsii Siiraa torbee lammaffaa har'a halkan sa'aati 1:00 irratti ni cufama.
📝 Kanaafuu, Barattoonni hin qoramin yeroo isiniif kenname keessatti tasgabbiidhaan qormaata keessan akka fudhattan kabajaan isin yaadachiifna.
⚠️ Hubachiisa:
Deebiin sirrii fi qabxiin qormaataa erga qormaanni cufamee booda ifooma.
#Akkaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa | 15 821 |
| 16 | [@download_it_bot mp3] Barnoota Siiraa Kutaa 14ffaa.mp3 | 15 893 |
| 17 | Kutaa 14ffaa.pdf | 16 510 |
| 18 | 📮 Barnoota Siiraa
📚 Kutaa Kudha Afuraffaa
🎙 Dr. Mahmuud Huseen
🔗
https://youtu.be/TklSh1MEAwM?si=bObyvF1ccLZWvvmG | 16 721 |
| 19 | Nabiyyiin (SAW) bishaan yeroo dhugan yeroo tokko dhugu yookaan haabbuuqatu. | 10 076 |
| 20 | Maqoolee Nabiyyii keessaa "Muhammad" jechuun maal jechuudha? | 17 416 |
