ru
Feedback

Не попадитесь на канал ботавода! Telemetrio находит и помечает такие каналы 👉 Хотите видеть метку — оформите подписку

Siinqii Aakhiraa.

Siinqii Aakhiraa.

Открыть в Telegram

"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."

Больше
Страна не указанаКатегория не указана
750
Подписчики
+1024 часа
+587 дней
+11030 дней

Загружаем данные

Похожие каналы
Нет данных
Возникли проблемы? Пожалуйста, обновите страницу или обратитесь к нашему support-менеджеру .
Облако тегов
Нет данных
Возникли проблемы? Пожалуйста, обновите страницу или обратитесь к нашему support-менеджеру .
Входящие и исходящие упоминания
---
---
---
---
---
---
Привлечение подписчиков
окт. '26
октябрь '26
+116
в 1 каналах
сентябрь '26
+653
в 1 каналах
Дата
Привлечение подписчиков
Упоминания
Каналы
20 октября+10
19 октября+5
18 октября+13
17 октября+6
16 октября+7
15 октября+7
14 октября+12
13 октября+2
12 октября+5
11 октября+11
10 октября+3
09 октября+1
08 октября+1
07 октября+3
06 октября+2
05 октября+1
04 октября+17
03 октября+4
02 октября+4
01 октября+2
Посты канала
[@download_it_bot mp3] Barnoota Siiraa Kutaa 5ffaa.mp36.73 MB

2
📚 Kitaaba Siiraa 5ffaa
1
3
📮 Barnoota Siiraa 📚 Kutaa Shanaffaa 🎙 Dr. Mahmuud Huseen 🔗 https://youtube.com/watch?v=H_E0t_UxDTQ&si=-6Lz_IAJN-TkCi3V
1
4
❤️ Barattoota keenya kabajamoo! Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Siiraa (Seenaa Nabiyyii Muhammad ﷺ) Kutaa 3ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏 Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhiin barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖 Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨ Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana  tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
14
5
Baay'inni warra godaansa lammaffaa gara Habashatti godaananii meeqa ture?
142
6
Dhiirota bilisa baafaman (gabroota turan) keessaa namni dura Islaamaye eenyu?
141
7
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Siiraa (Seenaa Nabiyyii Muhammad ﷺ) kutaa 4ffaa Shaakalaa👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6ad6e906acc629d6d34ecb32
203
8
📚Cuunfaa gabaabaa fi qindaawaa barnoota Siiraa (Seenaa Jireenya Nabiyyii Muhammad ﷺ) 📖 Kutaa 4ffaa 1. Gosoota Wahyii Wahyiin sadarkaalee jahatti qoodama: abjuu dhugaa, malakaan bifa namaatiin dhufuu, qalbii keessatti darbuu, sagalee akka bilbilaatti dhaga’amuu, Jibriil (AS) bifa uumamaa isaatiin mul’achuu fi Rabbiin kallattiin beeksisuu. 2. Marsaalee Da’awaa • Iccitiidhaan waamuu. • Ifatti labsuu. • Makkaan alatti babal’isuu. 3. Da’awaa Iccitiidhaan Nabiyyiin ﷺ jalqaba namoota isaanitti dhiyaatan waaman. Isaan keessaa Khadiijaa, Abuu Bakr, Zayd fi Aliyy (RA) turan. 4. Da’awaa Ifatti Labsuu Nabiyyiin ﷺ Gaara Safaa irratti Qureeyshaa waamanii tawhiida irratti isaan yaaman. Abuu Lahab mormii cimaa agarsiise; Suuraan Al-Masad buute. 5. Mala Da’awaa Nabiyyiin ﷺ Mana Al-Arqam keessatti Muslimtoota barsiisaa turan. Miidhaan Qureeyshaa yeroo jabaatu Muslimtoonni gara Habashaa godaanan. 6. Godaansa Habashaa Godaansi jalqabaa bara shanaffaa ergama Nabiyyii ﷺ keessatti raawwatame. Usmaan ibn Affaanii fi haati manaa isaa Ruqayyah (RA) godaantota jalqabaa keessaa turan. Najaashiin Muslimtoota nagaan simate. 7. Islaamummaa Hamzaa fi Umar (RA) Islaamummaa isaanii fudhachuun Muslimtootaaf jajjabina guddaa ta’e. 8. Qoqqobbii Sulula Abii Xaalib Qureeyshaan Ilmaan Haashimii fi Muxxalib irratti qoqqobbii daldalaa fi hawaasummaa kaa’an. Rakkina guddaa keessatti waggaa sadi turan; dhumarratti qoqqobbiin sun diigame. 9. Bara Gaddaa Bara kudhaffaa ergama Nabiyyii ﷺ keessatti Abuu Xaalibii fi Khadiijaan (RA) du’an. Duuti isaanii gadda guddaa isaanitti fide. 10. Imala Xaa’if Nabiyyiin ﷺ Islaamummaa waamuuf Xaa’if deeman. Namoonni achii isaan miidhanis, isaan haaloo ba’uu dhiisanii rahmataa fi dhiifama filatan. 11. Da’awaa Makkaan Alatti Nabiyyiin ﷺ yeroo Hajjii gosoota garaagaraa Islaamummaatti waaman. Namoonni Madiinaa keessaa jahan Islaamummaa fudhatanii ergaa isaanii gara ummata isaaniitti geessan. 12. Israa’aa fi Mi’iraaj Israa’aa jechuun Makkaa irraa gara Masjid Al-Aqsaa deemuu; Mi’iraaj jechuun gara samiitti ol baafamuu dha. Imala kana keessatti salaanni jalqaba shantama ta’ee dirqama godhame, booda gara salaata guyyaa shanitti salphifame. 13. Waadaa Aqabaa Isa Jalqabaa Namoonni Madiinaa keessaa jahan Islaamummaa fudhatan. Bara itti aanutti namoonni kudha lama waadaa Nabiyyii ﷺ waliin seenan. Kun babal’ina Islaamummaa Madiinaa keessatti tarkaanfii guddaa ta’e. ━━━━━━━━━━━━━━ 🌿 Barnoota kana irraa: Obsa, tawhiida, rahmata, dhiifamaa fi da’awaa ogummaa irratti hundaa’e Nabiyyii ﷺ irraa haa barannu. Kutaan 5ffaan fedha Rabbiitin itti fufa...... 👇👇👇👇👇👇👇👇 Chaanaala keenya hordofaa: https://t.me/SiinqiiAakhiraa 🌿 Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha.
206
9
[@download_it_bot mp3] Barnoota Siiraa Kutaa 4ffaa.mp3
78
10
📚 Kitaaba Siiraa 4ffaa
79
11
📮 Barnoota Siiraa 📚 Kutaa Afuraffaa 🎙 Dr. Mahmuud Huseen 🔗 https://youtu.be/pYbuLhJHdnU?si=G0N4LcD06cFwF-7R
78
12
❤️ Barattoota keenya kabajamoo! Barattootaa Gaaffilee shaakala Barnoota Siiraa (Seenaa Nabiyyii Muhammad ﷺ) Kutaa 2ffaa irratti hirmaannaa taasiftan hundaaf galata guddaa qabna! 🌷👏 Hirmaannaan, carraaqqiin fi fedhiin barachuu keessan kun jabaatee itti haa fufu. 💪📖 Jabaadhaa, baradhaa, shaakalaa; beekumsa keessan daran cimsaa! 🌱✨ Barattoonni deebii dogoggoraa kennitan deebii sirrii argachuuf liinkii asii gadii kana  tuquun sirreeffadhaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+sLGR_3DL70xjZTU0
181
13
Ilmaan Nabiyyii ﷺ dubaraa keessaa isheen hangafaa eenyu?
210
14
Akaakayyuun Nabiyyii ﷺ eenyu?
219
15
Liinkii kana tuquun gaafilee shaakala Barnoota Siiraa (Seenaa Nabiyyii Muhammad ﷺ) kutaa 3ffaa Shaakalaa👇👇👇👇👇👇 https://quizzory.in/id/6ad590b3acc629d6d3443d53
244
16
📚Cuunfaa gabaabaa fi qindaawaa barnoota Siiraa (Seenaa Jireenya Nabiyyii Muhammad ﷺ)     Kutaa 3ffaa. 1. Ilmaan Nabiyyii Muhammad ﷺ • Dhiira (3): ◦ Qaasim: Ilma hangafaa yoo ta’u, Nabiyyiin ﷺ maqaa isaatiin (Abul Qaasim) jedhamanii yaamamu. ◦ Abdallaah: Maqaa Xayyib fi Xaahir jedhamuunis beekama; ergamummaa booda dhalate. ◦ Ibraahiim: Madiinatti Hijraa irraa waggaa 8ffatti dhalate; quxisuu ilmaan isaaniiti. • Dubara (4): ◦ Zeeynab: Shamarran isaanii keessaa ishee hangafaati. ◦ Ruqayyaa: Ummu Kulsuum, fi Faaximaa. • Qabxii Ijoo: Ilmaan isaanii hundi osoo Nabiyyiin ﷺ lubbuun jiranii du’an; Faaximaa qofatu erga isaan du’anii ji'oota muraasa booda duute. 2. Qoodama Jireenya Ergamummaa Jireenyi Nabiyyii ﷺ erga wahyiin bu'ee boodaa bakka gurguddoo lamatti qoodama: 1. Bara Makkaa: Waggaa 13 ture. 2. Bara Madiinaa: Waggaa 10 guutuu ture. 3. Haala Nabiyyii ﷺ Osoo Hin Ergamin Duraa • Tikfama Dhalootaa fi Guddinaa: Akaakayyuun isaanii Abdulmuxxalib hanga umrii waggaa 8tti isaan guddise; erga inni du'ee ammoo eessumni/abbeeraan isaanii Abuu Xaalib ofitti qabee roorroo irraa isaan ittise. • Amala Gaarii: Dargaggummaa isaanii keessatti ummata biratti dhugaa dubbatuu fi amaanaa eeguun (As-Saadiq Al-Amiin) beekamu turan. • Qulqullina Amantii: Takkaa taabotaaf sujuuda hin buune, wantoota akka Laat fi Uzzaa gar-malee jibban, akkasumas Rabbiin malee waan biraatiin kakatanii hin beekan. • Qoma Baqaqsuu: Rabbiin jallisaa fi xaxaa sheeyxaanaa irraa qulqulleessee amaanaa guddittiif isaan qopheesse. 4. Jalqaba Wahyii fi Goda Hiraa'i • Ibaadaa Goda Hiraa'i: Yeroo umriin isaanii waggaa 40tti dhiyaatu, ji'a Ramadaanaa keessa gara Goda Hiraa'i (Makkaa irraa maayilii 2 fagaata) deemanii adda ba’uun uumama Rabbii xiinxalaa turan. • Bu'iinsa Wahyii Jalqabaa: Umrii waggaa 40ffaatti Malaa'ikaan Jibriil itti dhufee "Dubbisi" (Iqra') jedheen. Yeroo sadi erga irra deddeebi'ee booda aayata jalqabaa Suuraa Al-Alaq buuse: ◦ (“Dubbisi maqaa Rabbii kee isa uumeetiin...”). 5. Wahyiin Addaan Cituu fi Marsaa Lammaffaa • Hikmaa Wahyiin Addaan Citeef: Akka Ibnu Hajar ibsetti, sodaan duraa akka irraa badu, onneen isaanii tasgabbooftu, fi hawwiin wahyii itti dabaluuf ture. • Wahyiin Lammaffaa Deebi'uu: Nabiyyiin ﷺ Jibriiliin teessoo irra taa'ee jidduu samii fi dachii arganii yeroo sodaatanii gara manaatti deebi'an, Suuraan Al-Mudassir (1-5) buute: ◦ (“Yaa mammarataa, ka’ii dinniini, Rabbii kee guddisi, uffata kee qulqulleessi...”). 6. Dirqama Aayanni Suuraa Al-Mudassir Qabatte Aayanni tun ka'umsa Rasuulummaa (Ergamummaa) yoo taatu, dirqama gosa lama of keessaa qabdi: 1. Ergaa Geessuu fi Akeekkachiisuu: Jecha (Ka’ii dinniini / Qum fa-anzir) jedhuun bakka bu'a. 2. Ajajoota Rabbii Mataa Ofiitiin Hojiirra Oolchuu: Aayatoota qulqullina uffataa fi taabota irraa fagaachuu ajajan keessatti ibsame. Kutaan 4ffaan fedha Rabbiitin itti fufa...... 👇👇👇👇👇👇👇👇 Chaanaala keenya hordofaa: https://t.me/SiinqiiAakhiraa 🌿 Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha.
250
17
📚Cuunfaa gabaabaa fi qindaawaa barnoota Siiraa (Seenaa Jireenya Nabiyyii Muhammad ﷺ)     Kutaa 3ffaa. 1. Ilmaan Nabiyyii Muhammad ﷺ • Dhiira (3): ◦ Qaasim: Ilma hangafaa yoo ta’u, Nabiyyiin ﷺ maqaa isaatiin (Abul Qaasim) jedhamanii yaamamu. ◦ Abdallaah: Maqaa Xayyib fi Xaahir jedhamuunis beekama; ergamummaa booda dhalate. ◦ Ibraahiim: Madiinatti Hijraa irraa waggaa 8ffatti dhalate; quxisuu ilmaan isaaniiti. • Dubara (4): ◦ Zeeynab: Shamarran isaanii keessaa ishee hangafaati. ◦ Ruqayyaa, Ummu Kulsuum, fi Faaximaa. • Qabxii Ijoo: Ilmaan isaanii hundi osoo Nabiyyiin ﷺ lubbuun jiranii du’an; Faaximaa qofatu erga isaan du’anii ji'oota muraasa booda duute. 2. Qoodama Jireenya Ergamummaa Jireenyi Nabiyyii ﷺ erga wahyiin bu'ee boodaa bakka gurguddoo lamatti qoodama: 1. Bara Makkaa: Waggaa 13 ture. 2. Bara Madiinaa: Waggaa 10 guutuu ture. 3. Haala Nabiyyii ﷺ Osoo Hin Ergamin Duraa • Tikfama Dhalootaa fi Guddinaa: Akaakayyuun isaanii Abdulmuxxalib hanga umrii waggaa 8tti isaan guddise; erga inni du'ee ammoo eessumni/abbeeraan isaanii Abuu Xaalib ofitti qabee roorroo irraa isaan ittise. • Amala Gaarii: Dargaggummaa isaanii keessatti ummata biratti dhugaa dubbatuu fi amaanaa eeguun (As-Saadiq Al-Amiin) beekamu turan. • Qulqullina Amantii: Takkaa taabotaaf sujuuda hin buune, wantoota akka Laat fi Uzzaa gar-malee jibban, akkasumas Rabbiin malee waan biraatiin kakatanii hin beekan. • Qoma Baqaqsuu: Rabbiin jallisaa fi xaxaa sheeyxaanaa irraa qulqulleessee amaanaa guddittiif isaan qopheesse. 4. Jalqaba Wahyii fi Goda Hiraa'i • Ibaadaa Goda Hiraa'i: Yeroo umriin isaanii waggaa 40tti dhiyaatu, ji'a Ramadaanaa keessa gara Goda Hiraa'i (Makkaa irraa maayilii 2 fagaata) deemanii adda ba’uun uumama Rabbii xiinxalaa turan. • Bu'iinsa Wahyii Jalqabaa: Umrii waggaa 40ffaatti Maleykaan Jibriil itti dhufee "Dubbisi" (Iqra') jedheen. Yeroo sadi erga irra deddeebi'ee booda aayata jalqabaa Suuraa Al-Alaq buuse: ◦ (“Dubbisi maqaa Rabbii kee isa uumeetiin...”). 5. Wahyiin Addaan Cituu fi Marsaa Lammaffaa • Hikmaa Wahyiin Addaan Citeef: Akka Ibnu Hajar ibsetti, sodaan duraa akka irraa badu, onneen isaanii tasgabbooftu, fi hawwiin wahyii itti dabaluuf ture. • Wahyiin Lammaffaa Deebi'uu: Nabiyyiin ﷺ Jibriiliin teessoo irra taa'ee jidduu samii fi dachii arganii yeroo sodaatanii gara manaatti deebi'an, Suuraan Al-Mudassir (1-5) buute: ◦ (“Yaa mammarataa, ka’ii dinniini, Rabbii kee guddisi, uffata kee qulqulleessi...”). 6. Dirqama Aayanni Suuraa Al-Mudassir Qabatte Aayanni tun ka'umsa Rasuulummaa (Ergamummaa) yoo taatu, dirqama gosa lama of keessaa qabdi: 1. Ergaa Geessuu fi Akeekkachiisuu: Jecha (Ka’ii dinniini / Qum fa-anzir) jedhuun bakka bu'a. 2. Ajajoota Rabbii Mataa Ofiitiin Hojiirra Oolchuu: Aayatoota qulqullina uffataa fi taabota irraa fagaachuu ajajan keessatti ibsame. Kutaan 4ffaan fedha Rabbiitin itti fufa...... 👇👇👇👇👇👇👇👇 Chaanaala keenya hordofaa: https://t.me/SiinqiiAakhiraa 🌿 Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha. 
1
18
[@download_it_bot mp3] Barnoota Siiraa Kutaa 3ffaa.mp3
86
19
📚 Kitaaba Siiraa 3ffaa
92
20
📮 Barnoota Siiraa 📚 Kutaa Sadaffaa 🎙 Dr. Mahmuud Huseen 🔗 https://youtu.be/nTodQNtqLig
94