Siinqii Aakhiraa.
Відкрити в Telegram
"Siinqiin Aakhiraa hojii gaarii fi iimaana keenya isa nu waliin hafuudha."
Показати більшеКраїна не вказанаКатегорія не вказана
784
Підписники
+1124 години
+607 днів
+14330 днів
Архів дописів
🔊 𝘿𝙃𝘼𝘼𝙈𝙎𝘼 𝙊𝘽𝘽𝙊𝙇𝙐𝙈M𝘼𝘼
Kabajamtoota obboleewwan koo guyyaan jumu'aa kun isinirra dhufee osoo Rasuulaﷺ irratti salawaata buusuu hin heddummeeffanne kan isa keessatti sa'atii qeebaltii san eeggattanii haajaa teessan hunda dhugumaan qalbiirraa Rabbiiﷻ keessanitti hin himanne akka isin hin dabarre. guyyaa jumu'aa keessan booji'achuu keessatti tattaafadha. Du'aa'ii teessan gaarii saniiniis haadhaa fii abbaa, obboleewwan,hiriyyoota,sheekkan keessan,ilmaan ,waahila jiruu keessanii fii muslimtoota hunda yaadadhaa.
📢 🔴 SAGANTAA KALLATTII (LIVE) ADDAA!
🎙 Keessummaa Kabajamaa:
Sheekh Alii Muhammad (Jimmaa)
🗓 Jimaata booru: 10/11/2018
🕒 Sa'aatii 3:00 P.M. (Halkan)
✨
Sagantaa kana irratti ergaa baga nagaan dhuftanii fi dhaamsa gabaabaa Sheeka keenya irraa isiniif dhihaata.📲 Chaanaala Teelegiraama keenya irratti kallattiin (LIVE) ni tamsa'a. 🤝 Maatii, hiriyyoota fi obboleeyyan keessan affeeraa irratti hirmaadhaa!! #Akaadaamii_Afrikaa #Marsaa_Jalqabaa.
🎉🎊 Ammuma dorgommii Akaadaamii Afrikaa kan barattootaa fi hordoftoota isheetiif qophaa'e irratti hirmaadhu; badhaasa gatii guddaa qabu moo'adhu!
🕋 Badhaasa 1ffaa: Umraa.
💵 Badhaasa 2ffaa: Qarshii Itoophiyaa 50,000 Birrii.
💵 Badhaasa 3ffaa: Qarshii Itoophiyaa 30,000 Birrii.
🎥 Ibsi guutuun viidiyoo keessatti dhiyaateera!
#Akaadaamii_Afriikaa
#Marsaa_Jalqabaa
🎙 Dr. Abdallaah kadir
Leenjii Hojii Qalbii-5.pdf3.73 KB
📚 Kutaa Shanaffaa
📮 Leenjii Hojii Qalbii
🎙 Dr. Abdallaah Khadiir
🔗 https://youtu.be/GwRBtwfbpms
