Beka Academy
رفتن به کانال در Telegram
Beka School official Telegram channel Knowledge For Life! Barnoonni Bu'uura Jireenyaati. ትምህርት የህይወት ስንቅ ነው።
نمایش بیشتر655
مشترکین
+124 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
+430 روز
آرشیو پست ها
655
Maatii akkaadaamii Beekaa hundaaf
Guyyaa boruu jechuun 24/02/19
Adeemsi baruu barsiisuu idilee kan itti fufu yoo ta'uu barattoonni keenya barumsa isaanii hanga sa'aatii 9:00 fi barnoonni qo'annaa hanga sa'aatii 11:00 kan jiru ta'uu isaa isin beeksisna.
ለመላው የቤካ አካዳሚ ቤተሰብ በሙሉ
ነገ 24/02/2019
መደበኛው የመማር እና የመማር ሂደት ይቀጥላል፤ ተማሪዎቻችንም እስከ 9፡00 ሥዓት ድረስ ትምህርታቸውን ይከታተላሉ፤ ከ 9:00 አስክ 11፡00 ጥናት ፕሮግራም ይማራሉ።
655
Ergaa Arifachiisaa
Maatii akkadamii Beekaa hundaaf
Guyyaa har'aa jechuun 23/02/19
Sababa boqachuu obbolettii keenyaa Yesuwarq Dachaasaatin Awwalli har'a waan ta'eef manni barumsaa cufaadha.
655
Guyyaa battalee jalqabaa mana barumsa keenyaa haala gaariin barattonni qoramanii jiru..
Kunis muxannoo haaraa fi hojiilee cicciimoo fuldura keenya jiraniif daandii kan saaqee fi ciminootaa fi wanttoota fooya'uu qaban kan itti adda baafane ta'ee argameera.
655
Guyyaa 06/02/19
Marii barsiisootaa, gargaaraa barsiisootaa fi hojjattota mana hojii keenyaa waliin taasifamee ooleera.
Ajandaleen
1.namusa mana hojii fi hojjattota irraa namusa eegamu
2,adeemsa baruu barsiisuu daree keessaa milkeessuuf hojiilee hojjatamuu malan daree keessaa fi dareen alatti maaltu eegama
3. Barnoota walmaddessaatiin hojiin hojjatamuu qaban bifa kamiin milka'ina argatu korewwan, mummewwan fi gumiikeen ijaaramanii jiru
Walumaagalatti oolmaa guyyaa har'aatin ganama sa'aatii 2:10 mariin eegalame boqonnaan dura hanga sa'aatii 5:10 boqonnaan booda ammoo sa'aatii 5:20-8:45 itti fuufee galteewwanii fi bu'aa barachuu barattootaa irraatti mariin bal'aa gochuudhaan kallattiwwan adda addaa ka'uun goolaba argateera.
ቀን 06/02/19
ከመምህራን፣ ከመምህራን ረዳቶች እና ከቢሮአችን ሰራተኞች ጋር ውይይት ተደርጓል።
አጀንዳው
1.ከሠራተኞች የሚጠበቀው የስራ ቦታ ሥነ ምግባር እና ሥነ ምግባር
2,የማስተማር እና የመማር ሂደቱን ስኬታማ ለማድረግ በክፍል ውስጥ እና ውጭ የሚጠበቁ ተግባራት ምንድናቸው?
3. በይነተገናኝ ትምህርት ስኬታማ እንዲሆን ኮሚቴዎች፣ ዲፓርትመንት እና ክበባት ተቋቁመዋል።
በአጠቃላይ ውይይቱ የተጀመረው ከጠዋቱ 2፡10 ሲሆን እስከ ዕረፍቱ 5፡10 እና ከእረፍት በኋላ ከጠዋቱ 5፡20-8፡45 ድረስ ቀጥሏል።
