Beka Academy
Open in Telegram
Beka School official Telegram channel Knowledge For Life! Barnoonni Bu'uura Jireenyaati. ትምህርት የህይወት ስንቅ ነው።
Show more647
Subscribers
No data24 hours
-37 days
-330 days
Posts Archive
647
Guyyaa 06/02/19
Marii barsiisootaa, gargaaraa barsiisootaa fi hojjattota mana hojii keenyaa waliin taasifamee ooleera.
Ajandaleen
1.namusa mana hojii fi hojjattota irraa namusa eegamu
2,adeemsa baruu barsiisuu daree keessaa milkeessuuf hojiilee hojjatamuu malan daree keessaa fi dareen alatti maaltu eegama
3. Barnoota walmaddessaatiin hojiin hojjatamuu qaban bifa kamiin milka'ina argatu korewwan, mummewwan fi gumiikeen ijaaramanii jiru
Walumaagalatti oolmaa guyyaa har'aatin ganama sa'aatii 2:10 mariin eegalame boqonnaan dura hanga sa'aatii 5:10 boqonnaan booda ammoo sa'aatii 5:20-8:45 itti fuufee galteewwanii fi bu'aa barachuu barattootaa irraatti mariin bal'aa gochuudhaan kallattiwwan adda addaa ka'uun goolaba argateera.
ቀን 06/02/19
ከመምህራን፣ ከመምህራን ረዳቶች እና ከቢሮአችን ሰራተኞች ጋር ውይይት ተደርጓል።
አጀንዳው
1.ከሠራተኞች የሚጠበቀው የስራ ቦታ ሥነ ምግባር እና ሥነ ምግባር
2,የማስተማር እና የመማር ሂደቱን ስኬታማ ለማድረግ በክፍል ውስጥ እና ውጭ የሚጠበቁ ተግባራት ምንድናቸው?
3. በይነተገናኝ ትምህርት ስኬታማ እንዲሆን ኮሚቴዎች፣ ዲፓርትመንት እና ክበባት ተቋቁመዋል።
በአጠቃላይ ውይይቱ የተጀመረው ከጠዋቱ 2፡10 ሲሆን እስከ ዕረፍቱ 5፡10 እና ከእረፍት በኋላ ከጠዋቱ 5፡20-8፡45 ድረስ ቀጥሏል።
