ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅

Beka Academy

Beka Academy

前往频道在 Telegram

Beka School official Telegram channel Knowledge For Life! Barnoonni Bu'uura Jireenyaati. ትምህርት የህይወት ስንቅ ነው።

显示更多
647
订阅者
无数据24 小时
-37 天
-330 天
帖子存档
photo content
+3

photo content
+4

photo content
+9

photo content
+6

Guyyaa 06/02/19 Marii barsiisootaa, gargaaraa barsiisootaa fi hojjattota mana hojii keenyaa waliin taasifamee ooleera. Ajandaleen 1.namusa mana hojii fi hojjattota irraa namusa eegamu 2,adeemsa baruu barsiisuu daree keessaa milkeessuuf hojiilee hojjatamuu malan daree keessaa fi dareen alatti maaltu eegama 3. Barnoota walmaddessaatiin hojiin hojjatamuu qaban bifa kamiin milka'ina argatu korewwan, mummewwan fi gumiikeen ijaaramanii jiru Walumaagalatti oolmaa guyyaa har'aatin ganama sa'aatii 2:10 mariin eegalame boqonnaan dura hanga sa'aatii 5:10 boqonnaan booda ammoo sa'aatii 5:20-8:45 itti fuufee galteewwanii fi bu'aa barachuu barattootaa irraatti mariin bal'aa gochuudhaan kallattiwwan adda addaa ka'uun goolaba argateera. ቀን 06/02/19 ከመምህራን፣ ከመምህራን ረዳቶች እና ከቢሮአችን ሰራተኞች ጋር ውይይት ተደርጓል። አጀንዳው 1.ከሠራተኞች የሚጠበቀው የስራ ቦታ ሥነ ምግባር እና ሥነ ምግባር 2,የማስተማር እና የመማር ሂደቱን ስኬታማ ለማድረግ በክፍል ውስጥ እና ውጭ የሚጠበቁ ተግባራት ምንድናቸው? 3. በይነተገናኝ ትምህርት ስኬታማ እንዲሆን ኮሚቴዎች፣ ዲፓርትመንት እና ክበባት ተቋቁመዋል። በአጠቃላይ ውይይቱ የተጀመረው ከጠዋቱ 2፡10 ሲሆን እስከ ዕረፍቱ 5፡10 እና ከእረፍት በኋላ ከጠዋቱ 5፡20-8፡45 ድረስ ቀጥሏል።

+1
የቡኡረ_ቦሩ_ህፃናት_የመለማመጃ_መፅሐፍ_ቡቦ_2_July_5_2025_4.pdf19.56 MB

የቅድመ_አንደኛ_ደረጃ_ትምህርት_ህፃናት_የመለማመጃ_መፅሐፍ_ደረጃ_1_Sep_01_2025_1_2.pdf33.18 MB

+1
Bu'uura Boruu Practice I.pdf19.47 MB

Kitaaba shaakalaa umrii 4 Aug 09 2025 (7).pdf32.18 MB

Kitaaboota bu'uura boruu/KG

+1
Gadaa STB Grade 7 Final.pdf6.47 MB

Gada Grade 6 TB March 10 2026 Final.pdf8.58 MB

Gada Grade 5 TB March 10 2026 Final.pdf11.73 MB

Gada Grade 4 TB March 10 2026 Final.pdf17.73 MB

Gada Grade 3 TB March 10 2026 Final.pdf16.52 MB

Gada Grade 2 TB March 10 2026 Final.pdf31.04 MB

Gada Grade 1 TB March 10 2026 Final.pdf39.03 MB

Gadaa

Afan Oromo Grade 6 STB Final Mar 2026.pdf8.11 MB

Afan Oromo Grade 5 STB Final Mar 2026.pdf13.73 MB