Shemsu Shifa✍
📈 تحلیل کانال تلگرام Shemsu Shifa✍
کانال Shemsu Shifa✍ (@shemsu01) بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 13 494 مشترک است و جایگاه 15 105 را در دسته آموزش و رتبه 321 را در منطقه فنلندة دارد.
📊 شاخصهای مخاطب و پویایی
از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 13 494 مشترک جذب کرده است.
بر اساس آخرین دادهها در تاریخ 13 ژوئن, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر -180 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر 4 بوده و همچنان دسترسی گستردهای حفظ شده است.
- وضعیت تأیید: تأیید نشده
- نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 35.66% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 9.87% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب میکند.
- دسترسی پستها: هر پست به طور میانگین 4 812 بازدید دریافت میکند. در اولین روز معمولاً 1 332 بازدید جمعآوری میشود.
- واکنشها و تعامل: مخاطبان بهطور فعال حمایت میکنند؛ میانگین واکنش به هر پست 25 است.
📝 توضیح و سیاست محتوایی
نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاههای شخصی توصیف میکند:
“Teacher”
به لطف بهروزرسانیهای پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 14 ژوئن, 2026)، کانال همواره بهروز و دارای دسترسی بالاست. تحلیلها نشان میدهد مخاطبان بهطور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته آموزش تبدیل کردهاند.
در حال بارگیری داده...
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 13 ژوئن | +4 | |||
| 12 ژوئن | +3 | |||
| 11 ژوئن | +7 | |||
| 10 ژوئن | +5 | |||
| 09 ژوئن | 0 | |||
| 08 ژوئن | 0 | |||
| 07 ژوئن | 0 | |||
| 06 ژوئن | 0 | |||
| 05 ژوئن | 0 | |||
| 04 ژوئن | +2 | |||
| 03 ژوئن | 0 | |||
| 02 ژوئن | 0 | |||
| 01 ژوئن | +2 |
| 2 | #Yaadakoo👇
Kana booda Mootummaan:-
❶Kaabinoota hattuu calaluu qaba!
❷Nageenya Oromiyaa mirkaneessuu qaba!
❸Gar-lamee of keessaa baasuu qaba!
❹Warra soba gabaasan adabuu qaba!
❺Namoota yakka malee dabaan miidhaman dhugaasaanii baasuu qaba!
#Mee sinis itti dabalaa! | 2 676 |
| 3 | #Kutaa12
Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Waxabajjii 24/2018 hanga Adoolessa 17/2018 #CBT marsariitin/#Online/ kennamu shaakaluun akka danda'amu #Liinkii - "exam1.ethernet.edu.et" jedhu banuun qormaatilee akaakuu barnootaa adda addaa Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa gad-dhiise akka hordofan jenna! | 4 314 |
| 4 | Miirota Sadan kanarraa of Eeggadhu
➊Gaafa ol kaatee fiixee milkaa'innaatti ol baate, boona qalbii irraa of eeggadhu. Boonni namoota sadarkaa milkii keetirra hin gahin akka ija tuffiitiin ilaaltu si taasisa. Sun immoo si namoota sanas ni cabsa.
➋Yeroo bakka gad-aanaarra jirtu hadheeffattee Ilaaluu irraa of eeggadhu 🚧. Waa hadheessanii, dukkaneessanii ilaaluun, akka miirri inaaffaa si seenuufi sababiin milkaa'ina dhabuu keetii akka nama biroo ta'etti akka yaaddu si taasisa. Kun ammoo humna kee buusa.
➌Yeroo jireenya kee gadi bu'uuf kufaatiin si muudate abdii kutachuu irraa of eeggadhu. Abdii kutachuun akka wanti hundi asumarratti dhaabbatee, Kun hiree jiruu kiyyaati jettee akka yaaddu si taasisa. Gonkumaa abdii hin kutin.
https://www.facebook.com/shemsu.shifa.353 | 3 915 |
| 5 | 👉Miirota Sadan kanarraa of Eeggadhu
➊Gaafa ol kaatee fiixee milkaa'innaatti ol baate, boona qalbii irraa of eeggadhu. Boonni namoota sadarkaa milkii keetirra hin gahin akka ija tuffiitiin ilaaltu si taasisa. Sun immoo si namoota sanas ni cabsa.
➋Yeroo bakka gad-aanaarra jirtu hadheeffattee Ilaaluu irraa of eeggadhu 🚧. Waa hadheessanii, dukkaneessanii ilaaluun, akka miirri inaaffaa si seenuufi sababiin milkaa'ina dhabuu keetii akka nama biroo ta'etti akka yaaddu si taasisa. Kun ammoo humna kee buusa.
➌Yeroo jireenya kee gadi bu'uuf kufaatiin si muudate abdii kutachuu irraa of eeggadhu. Abdii kutachuun akka wanti hundi asumarratti dhaabbatee, Kun hiree jiruu kiyyaati jettee akka yaaddu si taasisa. Gonkumaa abdii hin kutin.
#Neelsan_Maandeellaa | 5 485 |
| 6 | Baga ayyaana Iid Al-Adha/Arafaa bara 1447ffaan nu ga'e!!
Iid Mubaarak 🎉🕌
እንኳን ለ1447ኛው የኢድ አል-አድሐ/አረፋ በዓል አደረሰን! 🌙🐑
ኢድ ሙባረክ ❤️ | 3 911 |
| 7 | Qajeelfama Lakkoofsa 32/2016
Qajeelfama Bulchiinsa Baajata, Faayinaansiifi Qabeenya Mootummaa Gandoota
Naannoo Oromiyaa Murteessuuf Bahe | 4 686 |
| 8 | #Obbolee!
Waan namni siin jedhutti hin dhiphatin! Ati garuu, waan hamaa akka hin hojjenne cimsii of eeggadhu! | 4 761 |
| 9 | #Qabiyyeefi_Sagantaa
#Qormaata_Kutaa_6ffaaf_8ffaa
#Qabiyyee👇
➙Qormaatni Naannoo Kutaa 6ffaa qabiyyee barnootaa gosoota barnootaa kutaa 6ffaa keessaa qofa kan qophaa'e yoo ta'u, kan kutaa 8ffaa immoo qabiyyee barnootaa gosoota barnootaa kutaa 7ffaafi 8ffaa keessaa kan qophaa'e ta'uun beekameera.
#Sagantaa👇
➙Kutaa 6ffaa Waxabajjii 8-9/2018
➙Kutaa 8ffaa immoo Waxabajjii 11-12/2018 ta'uu hubachuun;
-Barattootni guyyoota muraasa hafan kanarratti hundaa'uun qo'annaa keessaniif xiyyeeffannoo akka kennitan isiniif ibsina! | 5 740 |
| 10 | #News
Ministeerri Maallaqaa Qaala'insa jireenyaa Hojjettoota Mootummaa irra ga'u hir'isuuf Gibira miindaa hojjettoota mootummaa irraa citu, ji'a Caamsaa 2018 irraa kaasee dhibbantaa 15% hir'isuuf murteessee jira! | 0 |
| 11 | Bitootessa2010 dura yeroo wayyaanneen kokkee walqabaa turre sana warri amma caffaru kun hedduun fb iyyuu hin bananneem! | 6 104 |
| 12 | بدون متن... | 7 593 |
| 13 | #Update
#GuyyaaQormaataKutaa6_8fi12
Qormaatni Kutaa 6ffaa, 8ffaafi Moodeelaa Kutaa 12ffaa Guyyaan Fooyya'e.
#HaalumaKanaan;
➙Kutaa 6ffaa #Waxabajjii 8-9/2018 ,
➙Kutaa 8ffaa #Waxabajjii 11-12/2018 fi
➙Moodeelaa Kutaa 12ffaa #Caamsaa 13 -17/2018 tti fooyya'uunsaa beekameera! | 7 080 |
| 14 | Amala Gaggeessummaa
• Hojjetee itti agarsiisee, hojjechiisa. Jechaan osoo hin taane, Gochaan agarsiisa.
• Karaa kana deemaa jedhee taa'a osoo hin taane, imalee kallattii itti agarsiisa.
• Gaggeessaan dhugaa, hinaaffaa qajeelaa isaaniif qaba: kunis jijjiirama karaa hunda galeessaan kan dhufu dha.
• Gaggeessaan dhugaa fi milkaa'oon, warra isaan caalaa sabaaf ta'uu danda'an oomisha.
• Karaatti abjuu isaanii dhugoomsuu danda’an irratti isaan utubee, gara milkaa'inaatti isaan geessa.
• Na caaluu laata? jedhee yaadda'aa osoo hin taane, akka isa caalaniif waan danda'u hundaan isaan gaggeessa, isaan gorsa.
• Mul'ata namaa "Copy" godhee itti kenna osoo hin taane, mul'ata akka qabaataniif, karaa mul’ata isaanii itti argachuu danda’an itti agarsiisa
• Waanan jedhu fudhadhaa jechuu qofa osoo hin taane, irra caalaa waan bu'aa fiduu danda’u irratti fuulleffata.
• Waan xiqqoo isaan hojjetaniif, beekamtii onnachiisoo kennaafi.
• Tokko olkaasee, tokko gad buusuun amala gaggeessaa hubatoo fi bilchaatoo miti.
• Gaggeessaa dhugaa fi milkaa'aan, of jaja, of faarsa osoo hin taane, hojjettoota gaggeessuun of jaja.
• Jechaan arbaa'ee, qabatamaan yoo hin jiraanne, shimala qiinqanii nyaattee fixxe ta'a.
• Gaggeessummaa dhugaan bu'aa dhuunfaa isaa caalaa, bu'aa hojjettoota gaggeessuu irratti xiyyeeffata.
• Gaggeessaan ga'uumsa gaggeessummaa qabu, waan hojjetaan isaa barbaadu hubata.
• Ogummaa fi hubannaadhaan ijaaramee, qarruu beekumaaan masakama.
• Gaggeessaa dhugaan, hariiroo fayyaaleessa hojjettoota gaggeessuu wajjin uumuun, amala madaqfamaa isaan barbaadanii fi galmichi barbaadu walitti kan hidhudha.
• Gaggeessummaa dhugaan, hiikaa fi ergaalee dhokatoo hedduu qaba.
• Gaggeessummaan amalaa fi adeemsa guutuu, karaa of danda’een kan ijaaramu dha. | 0 |
| 15 | Waggoota 30 fi 40 booda Yuuniversitileen biyya keenya dhabamu danda'u. MM Dr Abiy Ahimed
Shakkii tokko male Waggoota 30 fi 40 booda Yuuniversitileen biyya keenya dhabamu danda'u jechuun Muummeen Ministeera Dr Abiy Ahimed Himan.
Yuuniversiitii waggaa 30 fi 40 keessati namni hiriiree baratu hin jirus jedhani jiru.
MM ministeera Dr Abiy Ahimed akka jedhaniti ''Barnoota Yuuniveersiitii waggaa 4 fi 5 keessatti argattu ji'a 6 fi 3 keessatti manuma kee keessa teessee barachuu dandeessa kanaan shakkiin tokko hin jiru''
Haa ta'u male Yuuniveersiitii cimaa filatamaa fi qulqulina qabu qabaachu qabnaa jedhani jiru.Yuuniversiitiin cimaan Qorrannolee 'Basic' fi 'Applied' jedhamaniif nu barbaachisuu jechuun MM Dr Abiy Ahimed kan himan.
Yuuniveersitileen godinaalee hunda keessatti ijaaramuun isaani sirrii miti jedhani jiru.
Yaadamni Yuuniversiitii mataan isaatu rakkoo qaba,osoo amma qorannoo gaggeesinee baratootaa kuma 1,kuma 2 simachuu kan danda'an Yuuniversitileen duwwaan ni argamu jedhani jiru.
Gatiin Yuuniversiitileen itti ijaaraman rakasa waan ta'eef bu'aa hin qaban diigamu qabu jechuun himani jiru.
Baasii Yuuniversiitii ijaaruuf baafne osoo olmaa daa'immani ijaarree ta'e rakkoo hin qabu ture.
Duran Itiyoophiyaa keessati Olmaan daa'imani hin hajjatamu,kan hojatamaa ture Yuuniversiitii qofa ture.
Waggaa 6 hang 7 keessati olmaa daa'immani kuma 34 ijaaree jira,sababni ijaarreef ammoo barnoonni kan barbaachisuu daa'imman (Early Childhood Education) kan ta'aniif akka ta'e Dr Abiy kan dubbatan.
Barnoonni bu'uura kan barbaachisuu daa'imaniif male namoonni guddatan barnoota barbaadan Teeknooloojii Nam-Tolchee (AI) irraa barachuu danda'u.
Manneen barnoota sadarkaa tokkoffaa fi lammaffaa irratti ammas hanqina guddaatu jira.
Rakkoon inni biraan ammoo Dirree Ispoortii yoo ta'u,haalli ijaarsa Dirree Ispoortii hunda yoo ilaalte rakkoo guddaa qabu.
Magaalaan qophaati Dirree Ispoortii mataa isaa ijaarata Yuuniversiitiinis qophaati Dirree Ispoortii ni ijaarata lamaan isaanitu ulaagaa 'CAF' kan guuttatan miti.
Magaalaa tokko keessatti fageenya KM 5 gidduuti Dirree Ispoortii lama ijaaruun miidhaa malee bu'aa hin qabu.
Dirreen Ispoortii maalaqqa biliyeena dhangalaasuun hojjatame jira garu bu'aa hin qaban,kun ammoo Hawaasaa fi Jimmaa keessati kan jiru miti magaaloota hunda keessa kan jirudha. | 0 |
| 16 | #Elaamee!
➙Kaayyookee Galmaan Gahuuf Waa5👇
❶Jecha namaa "maal naan jedhanii" sammuu keetii ol utuu hin taane, miila kee jela godhi!
❷Rakkinaaf cinqii amma keessa jirtuuf hin dhiphatin, kaleessa eessa akka turte yaadachuun, fuul-duraaf Rabbiikee abdachuun bira kuti!
❸Ogummaa fi ciminakee namatti himuu utuu hintaane, itti hojjedhuu bu'aa qabatamaa itti agarsiisi!
❹Kaayyoo qabaachuu kee malee, kaayyoon kee maal akka ta'e nama hundatti hin odeessin! maaliif beektaa? namoonni tokko tokko kaayyookee yoo itti himte karaa ati ittiin kuftu siif mijeessu waan ta'eef!
❺ Waan dhabdeef hin gaabbin! Maaliif beektaa? kan darbeef gaabbitee cinqamuun kan harkaa qabdu akkati sirnaan hin hojjenne si taasisa waan ta'eef!
#WaanDubbistaniifGalatoomaa! | 0 |
| 17 | #BeeksisaQacarriiYeroo
Boordii Filannoo Biyyaalessaa Filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa filannoo waliigalaa 7ffaa Caamsaa 24, 2018, “Guyyaa Filannoo” jechuun buufataalee filannoo hundatti gaggeeffamuuf, loogii irraa bilisa ta’uu isaanii fi ulaagaalee barbaachisan akka eegan mirkaneessuudhaan, qondaaltota filannoo dabalataa የምርጫ ጣቢያ አስፈጻሚዎች yeroof qacaruuf barbaada. Kanaafuu, Boordiin iyyattoonni ulaagaa guutan har’a bitootessa 20, 2018 irraa eegalee guyyoota 10 walitti aansuun liinkii https://url-shortener.me/IUTH waliin walqabatee jiruun galmaahuu dandeessu!
#Ulaagaa
• Umriin waggaa 18 ol, .
• Miseensa dhaaba siyaasaa kamiyyuu kan hin taane, .
• Ulaagaa barnootaa: 12ffaa fi isaa ol, .
• Bakka hojii: Buufata filannoo boordii hundeesse irratti, .
• Afaan hojii naannichaa dubbachuu fi barreessuu kan danda’u, .
• Yeroo hojii: Guyyoota torbaaf! | 0 |
اکنون در دسترس! پژوهش تلگرام ۲۰۲۵ — مهمترین بینشهای سال 
