Shemsu Shifa✍
📈 Análisis del canal de Telegram Shemsu Shifa✍
El canal Shemsu Shifa✍ (@shemsu01) es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 14 741 suscriptores, ocupando la posición 13 527 en la categoría Educación y el puesto 319 en la región Finlandia.
📊 Métricas de audiencia y dinámica
Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 14 741 suscriptores.
Según los últimos datos del 04 septiembre, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de 368, y en las últimas 24 horas de 8, conservando un alto alcance.
- Estado de verificación: No verificado
- Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 34.82%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 17.41% de reacciones respecto al total de suscriptores.
- Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 5 133 visualizaciones. En el primer día suele acumular 2 566 visualizaciones.
- Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 53.
📝 Descripción y política de contenido
El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
“Teacher”
Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 05 septiembre, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Educación.
Carga de datos en curso...
| Fecha | Crecimiento de Suscriptores | Menciones | Canales | |
| 04 septiembre | +12 | |||
| 03 septiembre | +3 | |||
| 02 septiembre | +7 | |||
| 01 septiembre | 0 |
| 2 | #Adeemsa_Qabxii_Kutaa_12ffaa_Ittiin_Ilaallattan!
= = =
✅ Qabxii Qormaata kutaa 12ffaa bara 2018 gaafa 18/12/2018 waaree dura ykn gaafa 19/12/2018 waaree booda akka gadi lakkifamu ministeerri Barnootaa ibse karaalee armaan gadiitiin adeemsa armaan gadii kana hordofuun ilaallachuu dandeessu!
1. Website ፡ https://result.eaes.et
2. Telegram bot፡ https://t.me/EAESbot
#website
1. Liinkii kana banuu: https://result.eaes.et
👇
2. Fuulli Jalqabaa - Student Result Irratti
👇
3. Registration Number
fi
First Name galchuu
👇
4. 'Check My Result' kan jedhu tuquudhaani.
•=•=•==•=•
Hubachiisa :- RN fi FN akkaataa 'Admission Card' irra taa'ee jirutti galchuu hin dagatinaa!
Carraa Gaarii!!!
=•=•==•= | 5 042 |
| 3 | Ramaddii waytii Barnootaa Bara 2019.pdf | 11 652 |
| 4 | #Kutaa8ffaa_MBBA_Dorgomaniif!
#Galmee: Guyyaa 2qofatu hafa!
#GuyyaanQormmaata: Hagayya 20/2018 waan ta'eef ganama sa'aatii 1:30tti buufata itti galmooftanitti argamuun #online'n akka qoramtan Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeksiseera! | 10 296 |
| 5 | #Oduu_Gammachiisaa
#Moosaajiin_Jijjiirraa_Barsiisotaa_Banameera
✍️ Barsiisonni keenya jijjiirraa hawwiin eegaa turtan baga gammaddan jechuu barbaanna!
Liinkiin kanaan seenuun ilaalaa!
https://tmis.oeb.gov.et/landing | 12 806 |
| 6 | Oduu Gammachiisaa!
Barattoota Kutaa 10ffaa Manneen Barnootaa Bultii Addaatti Barachuu Barbaadan Hundaaf
----------
BBO - Hagayya 02/2018 Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa Shan Keessatti Bara 2018 Irraa Eegalee Barattoota Qaxalee Kutaa 9ffaa Simachuun Barsiisuu Kan Eegale Ta'uun Ni Beekama.
Haaluma kana bu'uureeffachuun Ministeerri Barnootaa Bara Barnootaa 2019 Barattoota Kutaa 10ffaa Manneen Barnootaa Sad. 2ffaa adda addaa keessatti barachaa turan kutaa 9ffaa irraa gara 10ffaa qabxii olaanaan darban dorgomsiisee Manneen Barnootaa 5 ( Walisoo, Bu'ii, Jigjigaa, Bongaafi Gaambeellaa ) keessatti simachuuf ulaagaa baasee waamicha taasisuuf qophii xumuruu beeksisee jira.
Kanaafuu, Barattootni MB. Sad. 2ffaa kamiyyuu keessatti barachaa turtaniifi kutaa 9ffaarraa gara 10ffaa qabxii olaanaa galmeessiftanii dabartan dorgomtanii galuu akka dandeessan qophii barbaachisaa akka taasiftan isin beeksifna.
Carraa Gaarii! | 10 768 |
| 7 | Liinkii Galmee:-
https://exam.oeb.gov.et/ | 7 804 |
| 8 | #SIRREEFFAMA
Galmee Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Addaa Sad. 2ffaa Dorgommiin Galuu Barbaadan Hundaaf
Haaluma kanaan:
#Ergaawwan sirrachuu qaban #lama yoo ta'an;
1) #Iddoo_Galmee :- Iddoon Galmee ibsaman sunniin hin barbaachisan.
Kanaafuu, Galmeen Oonlaayiniin(#Online)n Waan Gaggeeffamuuf barataan kamiyyuu bakkuma barbaade jiraatee(taa'ee) #Liinkii asii gadiitti fayyadamuun #Lakkoofsa_galmee (Registration Number) kan kutaa 8ffaa ittiin qormtan galchuu, itti aansuun maqaa #Akaakayyuu(Grandfather's Name) Galchuu, itti aansee filannoon isiniif dhufu immoo, bakka itti qoramuu barbaaddan/Giddu Gala Qormaataa/(Exam Center) yoo ta'u, bakka qoramuuf isinitti dhihaatu filachuun iyyachuu (Apply) gochuu ni dandeessu.
#Guyyaan_Galmee har'a (01/12/2018) Sa'aatii ammaa kanarraa kaasee hanga Hagayya 08/2018 qofa bakka jirtanitti Giddu Gala Itti Qoramtan (#online)n filachuu galmaa'uu ni dandeessu
#Liinkichis :
https://exam.oeb.gov.et/
2) #Guyyaa_Qormaataa : Fuuldura Murteessinee isin beeksifna. | 7 720 |
| 9 | #QabxiiDorgommiiMBBultiiAddaa2018
#Ministirii: dhi 83 fi isaa ol, dub 80 fi isaa ol
#GuyyaaGalmee: Adoolessa 30-Hagayya 12/2018
#GuyyaaQormaataa: Hagayya 19/2018 online kennama! | 10 140 |
| 10 | Jijjiirraa Barsiisotaa Karaa Online Kan Bara 2019 A.L.I
1. Hagayya 1-10 Moosaajiin waajiraalee barnootaaf baname baajata qaban fi hanqina barsiisota qaban irratti hundaa’uun feedhii jijjiirraa manneen barnootaa iddoo banaa qaban ni guutu.
2. Hagayya 11-16ti Moosaajiin Barsiisaaf banaa tahee barsiisaan fedhii jijjirraa ni guutu.
3.Hanga hagayya 1tti barsiisonni Waajjiraalee Barnootaa Aanaa isaanii irraa "Username fi paswad" fudhachuun wantoota jijjiirraaf barbaachisu hunda qopheeffatanii eeguu qabu.
4. Username fi Password'n barsiisoota hundi Sadarkaa Aanaatti ergamuun Waajjiraalee Barnootaa dhaqqabee jira. Kanaafuu Waajjiraaleen Barnootaa Username fi Password barsiisota qabatanii callisuu osoo hin yeroon barsiisota hunda bira gahu qabu BBO beeksiseera! | 11 451 |
| 11 | #Beeksisa_Qabxii_Qormaata_Kutaa_6ffaa_2018
#Barattoota_Qormaata_Kutaa_6ffaa_Bara_2018_Fudhatan_Hundaaf
•=•=•=•=•=•
✅ Qabxiin qormaata kutaa 6ffaa bara 2018 gaafa guyyaa boruu Adoolessa 24/2018 Waaree Dura Sa'aatii 4:00-6:00 keessatti kan ibsamu tahuu BBO beeksiseera. | 10 573 |
| 12 | #Dogoggora_sirreeffame
#Barsiisota Dippiloomaa irraa gara #Digriitti barnoota fooyyeeffachuuf dorgomtan kanneen gosti barnootaa keessan dogoggora akka qabu aanaa keessanitti iyyachaa turtaniifi barsiisonni muraasni bakki Yuunvarsiitii itti ramadamtan jijjiirameera waan ta'eef hordofaa. | 10 329 |
| 13 | https://chatgpt.com/s/m_6a68fd5a269c81918d304da347d48b55 | 2 |
| 14 | Ramaddii Yuunivarsiiitii Barsiisota Barnoota Gannaa Dorgomanii
Barsiisonni Bara kana Carraa Foyyeffanna Barnootaa Dorgomtanii turtan hundi Ramaddii Yuunivarsiiitii Ilaallachuu ni dandeessu!
https://www.facebook.com/shemsu.shifa.353 | 10 244 |
| 15 | #GannaKanaDeeggarsaNiBarbaadduu?
Qorannoo, Asaayimentii, Seeminaara, Pirojektii, Gabaasaa, Propoozaalii fi hojiiwwan barnootaa biroo irratti tajaajila ogummaa fi amanamaa nan kenna.
✅ Hojii qulqullina olaanaa qabu
✅ Yeroo isaatti xumuramee kennama
✅ Iccitiin ni eegama
✅ Gatii madaalawaan
Har'a na qunnamaa; milkaa'ina barnoota keessaniif isin cinaa nan dhaabadha. | 10 200 |
| 16 | #GannaKanaDeeggarsaNiBarbaadduu?
Qorannoo, Asaayimentii, Seeminaara, Pirojektii, Gabaasaa, Propoozaalii fi hojiiwwan barnootaa biroo irratti tajaajila ogummaa fi amanamaa nan kenna.
✅ Hojii qulqullina olaanaa qabu
✅ Yeroo isaatti xumuramee kennama
✅ Iccitiin ni eegama
✅ Gatii madaalawaan
Har'a na qunnamaa; milkaa'ina barnoota keessaniif isin cinaa nan dhaabadha. | 1 |
| 17 | #NeedAcademicSupportThisSummer?
Looking for reliable help with your academic work? I provide professional assistance with research, assignments, seminars, projects, reports, proposals, and other academic tasks. Expect high-quality, original work, timely delivery, complete confidentiality, and affordable rates. Feel free to contact me today for dependable academic support!
https://www.facebook.com/shemsu.shifa.353 | 8 576 |
| 18 | Qormaata Seensaa MB Addaa Bultii Addaa BBO fi WMO 2014
https://www.facebook.com/shemsu.shifa.353 | 8 563 |
| 19 | Qormaata Seensaa MB Addaa Bultii Addaa BBO fi WMO 2014 | 10 325 |
| 20 | #Beeksisa_Qacarrii
Waajjirri Barnootaa Godina Boorana Bahaa Barsiisota barbaada
✍️ Iddoon Galmee Waajjira Barnoota Godina Borana bahaa kutaa Barnoota Sadarkaa 1ffaa
✍️ Muuxannoo:0
✍️ Guyyaan Galmeen:17/11/2018 -08/12/2018 tti tura
Odeeffannoo carraa hojiin wal qabatu kamuu argachuuf
https://www.facebook.com/shemsu.shifa.353 | 10 057 |
