cookie

نحن نستخدم ملفات تعريف الارتباط لتحسين تجربة التصفح الخاصة بك. بالنقر على "قبول الكل"، أنت توافق على استخدام ملفات تعريف الارتباط.

avatar

Shemsu Shifa✍

Teacher

إظهار المزيد
فنلندا877لم يتم تحديد اللغةالتعليم20 093
مشاركات الإعلانات
7 109
المشتركون
+824 ساعات
+1047 أيام
+57030 أيام

جاري تحميل البيانات...

معدل نمو المشترك

جاري تحميل البيانات...

Iyyaafannaa fi Madaallii Barnootaa sadarkaa 1ffaa👇
إظهار الكل...
🙏 7👍 5👏 4🏆 1
Iyyaafannaa fi Madaallii Barnootaa sadarkaa 1ffaa👇
إظهار الكل...
Beeksisa Qacarrii👇
إظهار الكل...
👍 20 7
Photo unavailableShow in Telegram
Sifan Hassan👑 Seenaa Olompikii keessatti atileetii dorgommii fageenya giddu galeessaa fi dheeraan al-tokkotti meedaaliyaa injifatte!
إظهار الكل...
👍 2
#Waraqaa_Deebii👇 Ministirii kutaa 6ffaaf 8ffaa, 2016 kana barattoonni akka shaakalan taasisaa! https://www.facebook.com/100026420355402/posts/pfbid02WQTZMPAPvpSZUvAmnpJnN5Ux3gSzy8NW6oJJBBsg4y4bReA3fwmjw8nujaTmBmwol/?app=fbl
إظهار الكل...
Shemsu Shifa Muhammed

#Waraqaa_Deebii👇 Ministirii kutaa 6ffaaf 8ffaa, 2016 kana barattoonni akka shaakalan taasisaa!

👍 9 2🙏 2
MoneyEasily is the #1 marketing network. With over $14 million paid to 300k members, MoneyEasily lets regular users make money with social media and friends! https://moneyeasilyfds.buzz/89076850005404/?s=tg
إظهار الكل...
🌹Earn Easily in Two Hours a Day 🌹

ShemsuShifa invites you to make money with your mobile phone, no investment, no requirements.

#Barsiisita_QMGO_hinmilkoofneef! BBO Barsiisota Kollejjiirraa eebbifamanii QMGO hin milkaa'in jiran leenjii gabaabaa kennee hojiitti bobbaasuu akka barbaadu ibseera. #Galmee:- Caamsaa 14-25/2016 Kollejjii irraa eebbifamtanitti! https://www.facebook.com/100026420355402/posts/pfbid023dpP9apKctt4MtPCPht64dbp6ruGp5XfpHyojNpoTpWDXJJ6gsFu2pC9s6iki3HHl/?app=fbl
إظهار الكل...
Shemsu Shifa Muhammed

#Barsiisita_QMGO_hinmilkoofneef! BBO Barsiisota Kollejjiirraa eebbifamanii QMGO hin milkaa'in jiran leenjii gabaabaa kennee hojiitti bobbaasuu akka barbaadu ibseera. #Galmee:- Caamsaa 14-25/2016...

👍 20 4
Photo unavailableShow in Telegram
#Abdii_hinkutin! 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐠𝐮𝐛𝐚𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐝𝐮 𝐃hukkubsattee ofittaaddu 𝐃𝐡𝐢𝐛𝐞𝐞𝐤𝐞𝐞 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐝𝐡𝐨𝐤𝐬𝐢𝐭𝐞𝐞 G𝐮𝐛𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧 𝐨𝐛𝐬𝐢𝐭𝐞 𝐌𝐢𝐥𝐤𝐢𝐢𝐟 𝐝𝐚𝐚𝐧𝐝𝐢𝐢 mara 𝐪𝐚𝐛𝐝𝐞𝐞 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚𝐚 𝐲𝐚𝐚𝐥𝐭𝐞𝐞 𝐠𝐚𝐥𝐦𝐚 𝐝𝐡𝐚𝐛𝐝𝐞 𝐆𝐚𝐚𝐫𝐚 𝐲𝐚𝐚𝐛𝐝𝐮𝐬 𝐠𝐨𝐝𝐚𝐬 𝐛𝐮𝐮𝐭𝐞𝐞 𝐊𝐚𝐧 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐢𝐤𝐞𝐞 𝐠𝐚𝐝𝐝𝐢 𝐠𝐮𝐮𝐭𝐞 𝐆𝐮𝐟𝐮𝐮𝐧 𝐠𝐮𝐮𝐭𝐚𝐦𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐫𝐚𝐚𝐧𝐤𝐞𝐞 K𝐚𝐧 𝐌𝐚𝐝𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐚𝐭𝐮 𝐠𝐚𝐫𝐚𝐚𝐧𝐤𝐞𝐞 𝐔𝐭𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐢 𝐜𝐢𝐥𝐞𝐞 𝐜𝐚𝐚𝐥𝐮𝐮 𝐊𝐚𝐧 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐤𝐞𝐞 n𝐚𝐦𝐧𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐮 𝐂𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐬𝐢𝐭𝐮𝐦𝐞 𝐍𝐚𝐦𝐧𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐢𝐤𝐞𝐞 𝐬𝐢𝐝𝐡𝐮𝐦𝐞 𝐒𝐢𝐢𝐟𝐚𝐧 𝐝𝐡𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐝𝐡𝐚𝐠𝐠𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐝𝐡𝐮 𝐃𝐡𝐚𝐚𝐦𝐬𝐚 𝐤𝐢𝐲𝐲𝐚𝐬 𝐪𝐚𝐥𝐛𝐞𝐞𝐟𝐟𝐚𝐝𝐡𝐮 𝐑𝐚𝐤𝐤𝐨𝐨𝐟 𝐫𝐚𝐤𝐤𝐢𝐧𝐚 𝐝𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞𝐞 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧 𝐚𝐬𝐠𝐞𝐞𝐬𝐬𝐞 𝐒𝐢𝐢𝐟 𝐰𝐨𝐥𝐥𝐚𝐚𝐥𝐮𝐬 𝐟𝐢𝐫𝐫𝐢𝐢𝐟 𝐨𝐫𝐦𝐢 𝐇𝐚𝐫𝐤𝐚𝐧 𝐥𝐚𝐚𝐭𝐢𝐧 𝐝𝐢𝐝𝐢𝐢 𝐦𝐨𝐫𝐦𝐢 𝐊𝐮𝐟𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢𝐤𝐞𝐞 h𝐚𝐫'𝐚𝐚 𝐢𝐥𝐚𝐚𝐥𝐭𝐞𝐞 𝐇𝐢𝐧 𝐣𝐢𝐫𝐚𝐚𝐭𝐢𝐧 gad𝐝𝐚𝐚 𝐝𝐡𝐚𝐚𝐥𝐭𝐞𝐞 𝐇𝐢𝐧 t𝐚𝐚'𝐢𝐧 𝐲𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐠𝐮𝐟𝐚𝐝𝐡𝐮 W𝐨𝐫𝐪𝐢𝐢 ta'uukees 𝐡𝐮𝐛𝐚𝐝𝐡𝐮 𝐈𝐛𝐢𝐝𝐝𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐝𝐚𝐫𝐛𝐮 𝐈𝐭𝐮𝐮 𝐠𝐮𝐛𝐚𝐭𝐮𝐮 𝐤𝐚𝐧 𝐦𝐚𝐫𝐠𝐮 𝐖𝐨𝐫𝐪𝐢𝐢 𝐭𝐚'𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐝𝐚𝐠𝐚𝐭𝐢𝐧 K𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟 𝐲𝐚𝐚𝐥𝐮𝐮 𝐡𝐢𝐧 𝐛𝐚𝐪𝐚𝐭𝐢𝐧 𝐁𝐨𝐫 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐬𝐢𝐢𝐟 𝐝𝐚𝐫𝐛𝐮 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐢𝐢 𝐀𝐛𝐝𝐢𝐢 hin𝐤𝐮𝐭𝐢𝐧 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐞𝐞𝐠𝐢!
إظهار الكل...
👍 14💯 3 2👏 2
Photo unavailableShow in Telegram
#Beeksisa_Qacarrii! #Yuunivarsiitii_Haramayaa! #Galmee:- Hanga 20/09/2016tti!
إظهار الكل...