Shemsu Shifa✍
📈 Аналитический обзор Telegram-канала Shemsu Shifa✍
Канал Shemsu Shifa✍ (@shemsu01) является активным участником. Сейчас сообщество объединяет 13 853 подписчиков, занимая 14 685 место в категории Образование и 329 место в регионе Финляндия.
📊 Показатели аудитории и динамика
С момента создания невідомо проект демонстрирует стремительный рост, собрав аудиторию из 13 853 подписчиков.
Согласно последним данным от 21 июля, 2026, канал показывает стабильную активность. За последние 30 дней изменение числа участников составило 204, а за последние 24 часа — 16, при этом общий охват остаётся высоким.
- Статус верификации: Не верифицирован
- Уровень вовлечённости (ER): Средний показатель вовлечённости аудитории составляет 38.32%. В первые 24 часа после публикации контент обычно набирает 10.97% реакций от общего числа подписчиков.
- Охват публикаций: В среднем каждый пост получает 5 256 просмотров. В течение первых суток публикация набирает 1 505 просмотров.
- Реакции и взаимодействия: Аудитория активно поддерживает контент: среднее количество реакций на один пост — 30.
📝 Описание и контентная политика
Автор описывает ресурс как площадку для выражения субъективного мнения:
“Teacher”
Благодаря высокой частоте обновлений (последние данные получены 22 июля, 2026) канал поддерживает актуальность и высокий уровень охвата публикаций. Аналитика показывает, что аудитория активно взаимодействует с контентом, что делает его важной точкой влияния в категории Образование.
Загрузка данных...
| Дата | Привлечение подписчиков | Упоминания | Каналы | |
| 22 июля | +138 | |||
| 21 июля | +16 | |||
| 20 июля | +6 | |||
| 19 июля | +2 | |||
| 18 июля | +8 | |||
| 17 июля | +3 | |||
| 16 июля | +4 | |||
| 15 июля | 0 | |||
| 14 июля | +8 | |||
| 13 июля | +6 | |||
| 12 июля | +18 | |||
| 11 июля | 0 | |||
| 10 июля | +5 | |||
| 09 июля | 0 | |||
| 08 июля | +2 | |||
| 07 июля | +3 | |||
| 06 июля | +17 | |||
| 05 июля | +6 | |||
| 04 июля | 0 | |||
| 03 июля | +10 | |||
| 02 июля | +6 | |||
| 01 июля | +3 |
| 2 | #Beeksisa_Kutaa_8ffaa2018
➙Qormaatni Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Waxabajjii 11-12/2018 tti kennamaa ture qabxiin/firiin/ isaa guyyaa boruu Adoolessa 15/2018 Waaree Dura Sa'aatii 4:00 -6:00 keessatti kan ibsamu ta'a.
#Hubachiisa:- #Qabxiin_Qormaata_Kutaa_6ffaa guyyoota kudhan booda kan ibsamu ta'uu BBO beeksiseera! | 3 184 |
| 3 | Gurbaa Tokko Rabbiin guyyaa keessaa qajeelcheeti tawbaa isa waffaqe garaa guutuun, "Har'a niin salaata" ja'ee gara masjiidaa qajeele.
Oggaa inni masjiida ol seene, osoo inni salaata keessa jiruu, moobayilli isaa akka tasaa iyyite.. oggaa iyyitu walleen sagalee moobayil keessaa namoota salaatutti jiru jeeqxe..!
Ogguma, san warri salaatee fi imaamni itti dhufanii dallansuun Lolaanii akkana ja'aniin:
"Mana Rabbii keessattillee dilooytaa? Rabbiin dachii gad sin kuchiisuu hin sodaattu ? Sodaa rabbii hin qabduu?!"
Gurbaan qalbiin isaa cabdee madooytee, rifate fuula isaa lafatti qabaa masjiidaa bahe.. guyyaa sanirraa eega masjiidarraa gad bahe, deebi'ee Lammada masjiidatti hin deebine.!
Guyyaa biraa ka’eti hoteela dhaqe: Hoteela Keessa
Osoo achi jiruu, dogongoraan mataan shiishaa harkaa bu’e cabse.
Inni sodaatee naasuu keessa osoo jiruu, abbaan hoteelichaa fuula banaan itti dhufee akkana ja'een:
"Kun si hin yaachisin jaalalloo keenya! atummaan nagaya nuuf qabaadhu, ati fayyaa taanaan sanuma barbaanna " ja'een.
Gurbaan garummaa kanaan onneen isaa booji'amte. Guyyaa sanirraa ka'ee maammila jabaa hoteela sanii tahe!
Asitti seenaan dhumte..
Nama gammachiisaa malee hin baqachiisinaa!
Waa laaffisaa malee hin jabeeysinaa! Ja’e Ergamaan Rabbii.
Jannata isaan feena ja'aniiti, jechaafi amala hamaan gara ibiddatti isa geeysan..
Namoota gara haqaa jaalachiisuun kan danda'amu onnee isaanii obsaafi jaalalaan simachuuni malee, dogongora isaanii qofatti quba qabuufi itti lallabuun miti. | 4 101 |
| 4 | Barnoonni Gannaa Yunivarsiitii Filataman Qofa Keessatti Kan Kennamu Ta'u Ministeerri Barnootaa Beeksise.
Barsiisonni baayyeen sagantaa Barnoota Gannaa kana fayyadamuun sadarkaa barnoota isaanii fooyyeffachaa turun ni beekkama. Ta'us sagantaa barnoota Gannaa kuni Bara 2012 irra jalqabee kan addaan citee ture yoo ta'u bara kana akka itti fufu hayyamame jira. Bara kanarraa eegalee Sagantaa Barnoota Gannaa Yuunivarsiiitiilee Ministeerichaan Filataman qofa keessattii kan kennamu yoo ta'u, ammaaf Yunivarsiitiilee maqaan isaanii armaan gadiitti tarreeffame qofa keessattii kan jalqabamu ta'un ibsamee jira.
👉 Yuunivarsiiitii Kotobee
👉 Yuunivarsiitii Bahir Dar
👉 Yuunivarsiitii Hawaasaa
👉 Yuunivarsiitii Maqalee
👉 Yuunivarsiitii Haramayaa
👉 Yuunivarsiitii Jimmaa
👉 Yuunivarsiitii Goondar fi
👉 Yuunivarsiitii Arbaaminci qofa keessatti kan gaggeeffamu ta'u ibsamee jira.
#HUBCHIISA: Barsiisonni bara 2011 fi saniin dura barnoota gannaa jalqaaban bakkuma duraan itti barachaa jiranitti kan xumuran ta'un ibsamee jira. | 5 055 |
| 5 | #Barnoota_Gannaa_Mootummaan_Dorgomtaanii_kan_milkooftan hundaaf
#Akkuma beekkamu yeroo darbe barnoota #Gannaa_mootummaan irra deebiin jalqabuun aanota irratti dorgomsisuun namoota milkaahan qindeessuun karaa godinaatin BBOf ergameera.
#Ministeerri_Barnootaas namoota milkaahaniif karaa bilbila isaanii #usernamefiPassword kan ergamuuf tahee qormaanni karaa online kan isiniif kennamu taha. iddoo qormaanni itti kennamu buufata qormaanni kutaa 12ffaa itti kennamu kan isinitti dhiyaatu kamittuu fudhachuu kan dandeessaniifi ammumarraa qophii akka taasiftan jedhameera. ammaaf guyyaan qormaata kennuuf qabame 11/11/2018 yoo tahu jijjiiramni yoo jiraate kan isiniif taha.
kanaaf warri milkooftan qophii gahaa godhaa.
https://www.facebook.com/shemsu.shifa.353 | 5 583 |
| 6 | #🔥 Har'a Sanbata taphawwan Waancaa Addunyaa 2026 marsaa saddeettaa (Quarter-final)
⏱️ Halkan sa'aatii 6:00 | 🇳🇴 Noorwey 🆚 🏴 Ingilaand
⏱️ Halkan sa'aatii 10:00 | 🇦🇷 Arjantiinaa 🆚 🇨🇭 Siwiizarlaand
https://www.facebook.com/shemsu.shifa.353 | 4 985 |
| 7 | Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Irratti Meeshaalee Barattootaaf Hin Eeyyamamne.
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 borurraa eegalee hanga Adoolessa 16, 2018’tti marsaa jahaan kennama.
Qormaatichaaf barattoonni saayinsii uumamaa kumni 300 fi kumni 6 fi 456 akkasumas kan saayinsii hawaasaa kumni 200 fi kumni 57 fi 45 waliigalaan barattoonni kumni 500 fi kumni 63 fi 501 galmaa’uu Tajaajilli Barnootaafi Madaallii Qormaataa beeksiseera. Tajaajilichi qophiilee qormaataaf barbaachisan xumuruu fi raawwachiistonni qormaataa gara giddugaloota qormaataatti bobba’uu ibseera.
👉 Barattoonni wayita gara giddugaloota qormaataatti dhiyaatan kaardii seensa qormaataa( Admission Card), waraqaa eenyummeessaa barataa yookaan waraqaa eenyummaa, kobbee (qalama) bulchiinsa qormaataan eeyyamamee fi waraqaa duwwaa qabatanii dhiyaachuu qabu.
👉 Meeshaalee akka Bilbila Moobaayilaa, Sa’aatii Ismaartii, Biluutuuzii, Eerfoonii, Filaashii Diiskii, Kaardii Miimoorii, Laaptooppii dhuunfaa fi kanneen biroo qabatanii gara kutaa qormaataa seenuun akka hin eeyyamamne hubachiiseera. Qormaatichi karaa oonlaayinii marsaa jahaan kan kennamu yoo ta’u barattoonni saayinsii uumamaa waraqaan qoraman Adoolessa 1 hanga 3, barattoonni saayinsii hawaasaa ammoo Adoolessa 6 hanga 8, 2018’tti akka qoraman ibsameera. Ministeerri Barnootaa barattoota qormaaticha fudhataniif carraa gaarii hawwuun qormaaticha tasgabbiin, naamusa gaariin fi ofitti amanamummaan akka qoraman dhaameera.
✅Hubachiisa: Barattoonni toora interneeti irratti qormaata fudhattan waraqaa qulqullu (kan barreeffama hin qabne) fudhattani deemu qabdu waan irratti gaaffii 'calculation' qabu hojjettan.
✅ Sa'aatii 'smart' hin taane fudhattanii seenuun ni danda'ama('Specially' barattoonni waraqaa irratti qoramtan) | 6 938 |
| 8 | #BarnootaGannaa!
Qajeelfama Ulaagaa Filannoo, Calallii Barsiisotaa kan Barnoota Gannaa fi gahee Godinaaleef Bulchiinsa Magaalotaa!
https://www.facebook.com/shemsu.shifa.353 | 11 691 |
| 9 | #Barsiisotaaf
#BarnoonniGannaaDeebi'eera!
Ganna 2012 irraa kaasee dhaabbatee kan ture barnoonni gannaa deebi'ee akka kennamu murtaa'eera. Kanaafuu 17-18/10/2018tti, waajjira Barnootaatti deemtanii galmooftu! | 7 418 |
| 10 | #1_Kan_Heyyamaman
#Uffata Seeraa (Uniform) Mana Barnoota isaa,
#Kaardii Galmee/Admission Card/
#Kobbee/Irsaasii/ (Pencil)
#Haqxuu
#Sarartuu
#Qartuufi kkf Guuttatanii Ganama Sa'aatii 1:00 Irratti Buufata Qormaataatti Argamuu Qabu.
#2_Kan_Dhoorkaman.
Meeshaalee Gara Buufata Qormaataa Akka Dhufne Dhoorkaman Immoo:
#Moobaayilii, tableetii, kompitaraafi kkf
#Qalama
#Sa'aatii harkaa
#Meeshaalee_Elektirooniksii Kamiyyuu,
#Manatsirii_Ijaa (Eye Glass) Hakimiin hin heyyamane ,
#Uffata_Seeraa_Mana_Barnootaa Otuu Hin Uffatin Dhufuu,
#Meeshaalee_Qara_Qaban, Meeshaalee Waraanaafi kkf qabatanii gara Buufata/Kutaa Qormaataa/ Seenuu ykn seenuu yaaluufi
#Barfachuun gonkumaa Dhoorkaa ta'uu beeksifna.
Kanaafuu, Barataan Qormaata Fudhatu hunduu #Naamusa_Qormaataa_Kabajuun Xiyyeeffannoo Keessan Qrmaata Fudhattan Irratti Qofa Haata'u Jenna.
#Qormaatnis_kan_kennamu:
Kutaa 6ffaa :- Waxabajjii 08-09/2018 yoo ta'u,
Kutaa 8ffaa:- Waxabajjii 11-12/2018 ta'uun ni beekama. | 7 707 |
| 11 | #Yaadakoo👇
Kana booda Mootummaan:-
❶Kaabinoota hattuu calaluu qaba!
❷Nageenya Oromiyaa mirkaneessuu qaba!
❸Gar-lamee of keessaa baasuu qaba!
❹Warra soba gabaasan adabuu qaba!
❺Namoota yakka malee dabaan miidhaman dhugaasaanii baasuu qaba!
#Mee sinis itti dabalaa! | 5 909 |
| 12 | #Kutaa12
Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Waxabajjii 24/2018 hanga Adoolessa 17/2018 #CBT marsariitin/#Online/ kennamu shaakaluun akka danda'amu #Liinkii - "exam1.ethernet.edu.et" jedhu banuun qormaatilee akaakuu barnootaa adda addaa Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa gad-dhiise akka hordofan jenna! | 6 652 |
| 13 | Miirota Sadan kanarraa of Eeggadhu
➊Gaafa ol kaatee fiixee milkaa'innaatti ol baate, boona qalbii irraa of eeggadhu. Boonni namoota sadarkaa milkii keetirra hin gahin akka ija tuffiitiin ilaaltu si taasisa. Sun immoo si namoota sanas ni cabsa.
➋Yeroo bakka gad-aanaarra jirtu hadheeffattee Ilaaluu irraa of eeggadhu 🚧. Waa hadheessanii, dukkaneessanii ilaaluun, akka miirri inaaffaa si seenuufi sababiin milkaa'ina dhabuu keetii akka nama biroo ta'etti akka yaaddu si taasisa. Kun ammoo humna kee buusa.
➌Yeroo jireenya kee gadi bu'uuf kufaatiin si muudate abdii kutachuu irraa of eeggadhu. Abdii kutachuun akka wanti hundi asumarratti dhaabbatee, Kun hiree jiruu kiyyaati jettee akka yaaddu si taasisa. Gonkumaa abdii hin kutin.
https://www.facebook.com/shemsu.shifa.353 | 5 665 |
| 14 | 👉Miirota Sadan kanarraa of Eeggadhu
➊Gaafa ol kaatee fiixee milkaa'innaatti ol baate, boona qalbii irraa of eeggadhu. Boonni namoota sadarkaa milkii keetirra hin gahin akka ija tuffiitiin ilaaltu si taasisa. Sun immoo si namoota sanas ni cabsa.
➋Yeroo bakka gad-aanaarra jirtu hadheeffattee Ilaaluu irraa of eeggadhu 🚧. Waa hadheessanii, dukkaneessanii ilaaluun, akka miirri inaaffaa si seenuufi sababiin milkaa'ina dhabuu keetii akka nama biroo ta'etti akka yaaddu si taasisa. Kun ammoo humna kee buusa.
➌Yeroo jireenya kee gadi bu'uuf kufaatiin si muudate abdii kutachuu irraa of eeggadhu. Abdii kutachuun akka wanti hundi asumarratti dhaabbatee, Kun hiree jiruu kiyyaati jettee akka yaaddu si taasisa. Gonkumaa abdii hin kutin.
#Neelsan_Maandeellaa | 6 513 |
| 15 | Baga ayyaana Iid Al-Adha/Arafaa bara 1447ffaan nu ga'e!!
Iid Mubaarak 🎉🕌
እንኳን ለ1447ኛው የኢድ አል-አድሐ/አረፋ በዓል አደረሰን! 🌙🐑
ኢድ ሙባረክ ❤️ | 4 592 |
| 16 | Qajeelfama Lakkoofsa 32/2016
Qajeelfama Bulchiinsa Baajata, Faayinaansiifi Qabeenya Mootummaa Gandoota
Naannoo Oromiyaa Murteessuuf Bahe | 4 959 |
| 17 | #Obbolee!
Waan namni siin jedhutti hin dhiphatin! Ati garuu, waan hamaa akka hin hojjenne cimsii of eeggadhu! | 5 054 |
| 18 | #Qabiyyeefi_Sagantaa
#Qormaata_Kutaa_6ffaaf_8ffaa
#Qabiyyee👇
➙Qormaatni Naannoo Kutaa 6ffaa qabiyyee barnootaa gosoota barnootaa kutaa 6ffaa keessaa qofa kan qophaa'e yoo ta'u, kan kutaa 8ffaa immoo qabiyyee barnootaa gosoota barnootaa kutaa 7ffaafi 8ffaa keessaa kan qophaa'e ta'uun beekameera.
#Sagantaa👇
➙Kutaa 6ffaa Waxabajjii 8-9/2018
➙Kutaa 8ffaa immoo Waxabajjii 11-12/2018 ta'uu hubachuun;
-Barattootni guyyoota muraasa hafan kanarratti hundaa'uun qo'annaa keessaniif xiyyeeffannoo akka kennitan isiniif ibsina! | 6 050 |
| 19 | #News
Ministeerri Maallaqaa Qaala'insa jireenyaa Hojjettoota Mootummaa irra ga'u hir'isuuf Gibira miindaa hojjettoota mootummaa irraa citu, ji'a Caamsaa 2018 irraa kaasee dhibbantaa 15% hir'isuuf murteessee jira! | 0 |
| 20 | Bitootessa2010 dura yeroo wayyaanneen kokkee walqabaa turre sana warri amma caffaru kun hedduun fb iyyuu hin bananneem! | 6 288 |
