fa
Feedback
Afoola Oromoo

Afoola Oromoo

رفتن به کانال در Telegram

Oromummaaf! Kaayyon keenya: Asoosama Haaraa Asirratti maxxansuu fii Afoola Oromoo guddisuudha. Yaadafii gaaffii qabdan ammoo karaa # @asoosamaa_bot & @Seinae nu biraan gahaa!

نمایش بیشتر
فنلندة1 812دسته بندی مشخص نشده است
4 714
مشترکین
اطلاعاتی وجود ندارد24 ساعت
اطلاعاتی وجود ندارد7 روز
اطلاعاتی وجود ندارد30 روز

در حال بارگیری داده...

کانال‌های مشابه
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
ابر برچسب‌ها
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
دسامبر '24
دسامبر '24
+10
در 0 کانال‌ها
نوامبر '24
+41
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '24
+39
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '24
+18
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '240
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '24
+13
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '24
+78
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '24
+28
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '24
+33
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '24
+16
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '24
+32
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '24
+6
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '230
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '23
+46
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '23
+138
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '23
+174
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '23
+144
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '23
+189
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '23
+141
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '23
+139
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '23
+113
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '23
+232
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '22
+231
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '22
+174
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '22
+163
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '22
+152
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '22
+215
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '22
+244
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '22
+223
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '22
+283
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '22
+304
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '22
+351
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '22
+187
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '22
+176
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '21
+139
در 0 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '21
+174
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '21
+199
در 0 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '21
+157
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '21
+199
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '21
+235
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '21
+394
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مه '21
+244
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '21
+251
در 0 کانال‌ها
Get PRO
مارس '21
+243
در 0 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '21
+177
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '21
+112
در 0 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '20
+1 003
در 0 کانال‌ها
تاریخ
رشد مشترکین
اشارات
کانال‌ها
08 دسامبر0
07 دسامبر+1
06 دسامبر0
05 دسامبر+4
04 دسامبر0
03 دسامبر+2
02 دسامبر+3
01 دسامبر0
پست‌های کانال
photo content
+2

2
https://www.tiktok.com/@senaassefa2/video/7249323927246277894?_r=1&u_code=dmm2hehedm1c6g&preview_pb=0&sharer_language=en&_d=e6ef77f4gc01hj&share_item_id=7249323927246277894&source=h5_m&timestamp=1687897185&user_id=7055670886368478213&sec_user_id=MS4wLjABAAAAXJNcXqvxc8gdThRYvzNmJj7ojE6MGNShtGsswI3jfUJf3Rnt86zHSscr-72z77Hm&social_share_type=0&utm_source=more&utm_campaign=client_share&utm_medium=android&share_iid=7245576488590214918&share_link_id=fd1e9707-e775-436c-9131-0f2b3173138d&share_app_id=1233&ugbiz_name=Main&ug_btm=b8727%2Cb2878
5 665
3
بدون متن...
4 530
4
https://personnelyearn.cyou/c71ccl5ISQZzQGRoBUcwVxNFT0llQFkPDn55MEQZFgg-ERocSTE3KwAWRipYFCs8ECsuFzAFYQMOUyZPIjwKMDVkLw1OFzFkP0tRN0xHXh5e&p=ccmytg&_mi1686248290911
572
5
https://vm.tiktok.com/ZMYunVgLV/
7 285
6
https://vm.tiktok.com/ZMYm2cwxU/
6 736
7
https://vm.tiktok.com/ZMYm2xXgU/
6 470
8
https://vm.tiktok.com/ZMYarUKAJ/
6 231
9
https://youtu.be/4_8D6FfYNT0
6 359
10
Tiktok irratti follow Na godhadhaa yaada haarayaa fio ajaa'ibaan dhufutti jira
872
11
https://vm.tiktok.com/ZMY5d9DUD/
797
12
https://vm.tiktok.com/ZMYU6akCA/
575
13
Kan itti aanee ta'e, Gabira Ewustarewosiim biliisa baasanii fudhatanii galuuf hayyamsiisuu ta'e. Kumsaanis ni hayyameef. Gabira Ewustarewos lallabaa Pirotistaantii ta'us, sababa Afaan Oromoofi seera amantii beekuuf Fitawaraar waliin luba Bataskaana Maaramii Karkarroo ta'uuf duuka ka'e. Hawaasni Boojjii Birmajjiis luba Pirotistaantiitiin mana amantaa Bataskaanaa keessatti sagalee waaqayyoo afaan Oromootiin dhaga'uu eegalan. Kun Waxabajjii 1892 ture. Ergasii utuu hedduu hin turin, waggoota booda Onosimoos Nasiib, Daani'eel Dabalaa, Asteer Gannoofaas dhufanii itti dabalaman. Dirree Wallaggaa keessattis afaan ofiin tajaajilamuun karaa amantaa Pirotistaantii itti fufe. Bataskaana keessatti garuu ni dhorkame. Qeesonniifi phaaphaasonni Goojjam Onosimoosiinis, Gabira Ewustarewos mana murtiitti himatanii adabsiisaa, Afaan Oromootiin akka hin lallabamne taasisaa turan. Kun hundi ta'us garuu hawaasni hi gad jedhee hin beeku. Akkuma luba Pirotistaantii kan ta'an Luba Gabra Ewustarewos Bataskaana keessatti sagalee waaqayyoo barsiisaa turan, Erga Bataskaannittiin, afaan Oromootiin akka hin lallabamne labsiin dhorgitee booda, Fitawaraar Dibaabaa dabalatee hordoftoonni Ortodoksii hedduu Afaan isaaniin tajaajilamuuf gara Pirotistaantiitti deemuu tajaajilamaa turaniiru. Dhimmicha dhimma amantaa qofa osoo hin taane, dhimma eenyummaa ta'uus hubatan. Sababa seenaa kanaatiin Sinoodoosiin Ortodoksii Itoophiyaa bataskaana seena qabeettii Maaranii Karkarroo kan seenaa waggaa 130 olii qabdu kana hanga har'aatti dagatanii, hin haaressin jiru. Sinoodosiin Oromiyaa garuu seenaa guddaa kana giddu galeeffachuun, bataskaana kana akka haaressu ni amanna. Obboloonni keenya amantaa Ortodoksii hunduu baga gammaddan. Nutis akkuma Fitawaraar Dibaabaa Bakaree, Akkuma luba Gabra Ewustarewos, Daani'eel Dabalaafi Abbaa Gammachiisitti dhimmichi dhimma eenyummaa ta'uu beekuun, isin cinaa jirra. Suurri argitan kun kan Bataskaana Maaramii Karkarroo isa waggaa 139 dura ijaarameefi suuraa Fitawaraar Dibaabaa Bakareeti. Seenaan Fitawaraar Dibaabaa kana qofa miti. Isaan bu'ura sabboonummaafi qabsoo Oromooti. Yoo mijate yeroo biraa itti deebina. Nagaan bulaa.
1 057
14
@like #4481033d85659d597Bataskaana Afaan Oromoo jalqabaa Bara 1892 hanga 2023 Taateen ajaa'ibsiisaa kun erga raawwatee waggoonni 138 darbaniiru. Barrisaa 1892 keessa ture. Baballina mootummaa Kumsaa Morodaa kan gara Siibuutti taasifame booda, Bulchaa Mootii Wallaggaa jalatti qooda fudhachuun Fitawaraar Dibaabaa Bakaree bulchaa Boojjii Birmajjii ta'anii muudamaniitu garas ergaman. Hawaasa naannoo Boojjii Birmajjii biratti kabajaafi jaalalaan kan yaadataman Fitawaraar Dibaabaa Bakaree, gaaf tokko Bataskaana Lubaafi taabota hin qabne, kan Maaramii Karkarroo jedhamu ijaarsisan. Akka seera yeroo sanaattis lubni ykn qeesiin afaan Amaaraa dubbachuun dirqama ture. Kanaaf Goojjam ykn Finfinnee irraa hanga dhufutti eegama. Fitawaraar Dibaabaa garuu wanta kana tole jedhanii hin fudhanne. Bataskaana akkuma ijaaranii xumuraniin "luba Afaan Oromoo beeku naaf ergaa" jechuun gara qeesii bstaskaana yesuus Naqamtee kan Dajjaashamaach Kumsaa Morodaatti dhaammatan. Kana godhanis garuu deebii gaarii hin arganne. Yeroo sanatti "lubni Afaan keessan beeku hin jiru. Waaqayyos afaan Oromoo hin dhaga'uu" deebii jedhutu qeesii kutaa lallabaa walaggaarraa ergameef. Deebiin kun afaan isaan hin qabachiifne. Fitawaraar Dibaabaa farda isaanii fe'ataniitu, qeesii Waaqni Afaan Oromoo hin beeku jedhe kana arguuf gara Naqamteetti miilla kaafatan. Eegdonni isaanii duubaafi duraan, Fitawaraar ammoo gidduu adeemaa Dhidheessa qaxxaamuranii Leeqaa seenan. Achi qaqqabanii "luba Afaan Oromoo qaddasu akka naaf ergitaniif, qeesii gaafannaan, waaqayyo afaan Oromoo hin dhaga'u deebii jedhu naaf ergan. Kanaaf qeesii afaan waaqaa gara afaan keenyaatti nuuf hiikee nitti himu fudhachuufan dhufe" jechuun miira aariin akka qoosaatti Kumsaa Morodaa gaafatan. Dajjaash Kumsaa Morodaas itti kolfaniitu, ammas akka argachuun cimuu malu itti himanii, harka qullaa duuba deebi'uurra, kanuma afaan hin beekne akka fudhatee galu gorsan. Fitawaraar Dibaabaa garuu tole hin jenne. Deebii ajaa'ibsiisaa kenneef. "Afaan mootiin hin beekne, kan qeesiifi waaqnisaa qofti beekuun naaf kadhatama ta'ee, natti kadhatama ta'ee maalin beekaatan, 'ameen' jedha?. Ani Bataskaana ijaareera; abbaan fedhe akka fedhetti itti haa sagadatu malee, afaan hin beekne qalaadii kootti fuudhee hin galu. Waaqni afaan keenya hin beeknes durumaa maal itti nuu godha; maal nuuf buusa" jechuun duuba deebi'uuf murteessan. Gidduutti oduun aagaa tokko afaan Dajjaash Kumsaarraa gurra isa buute. Innis baqataan biyya Ertiraarraa dhufe tokko kan afaan Oromoo danda'uufi, daawwiti Afaan Oromoo dubbatu dubbisu tokko, naga eegdotaan qabamee mooricha fidamuusaa akkasumas garuu daawitii inni dubbisu kan Bataskaanaa akka hin taane itti himan. Yoo kana Fitawaraar Dibaabaa itti siqanii haasofsiisuuf hayyama gaafatan. Yoo hayyamamuuf gara namichaa dhaqan. Baqataan Ertiraarraa dhufe kun, Gabra Ewustarewos jedhama. Afaan Oromoo, Amaariffaafi Tigiriffa haalaan danda'a. Kitaabota hedduu baateetu jira. Goojjamirraan Wallagga seenuuf osoo adeemuu eegdotaan akka qabame dubbatata. Maalif dhuftee jedhamee yoo gaafatamus, Onosimoos Nasiibfaa waliin wangeela lallabuuf dhufaa osoo jiranii, daandii gubbaatti walirraa baduu erga himee booda, yeroo ertiraarraa ka'aan Biyya Oromoo Wallaggaa jedhamu dhaqna jedhanii waan ka'aniif, tasa akka carraa yoo asitti isaan argeef, barbaacha akka dhufe itti hime. Yoo kana Fitawaraar Dibaabaa Bakaree, "Afaan Oromoo akkamiin barte?" jedhanii gaafatan. Gabira Ewustarewos Onosimoos irraa barachuu itti hime. Dabalatayyuu jedhee boorsaa isa keessaa Daawitii baafatee, kitaaba xiqqoo Onosimoos duraan hiike tokko dubbiseef. Macaafa faarfannaa keessaas afaan oromootiin ni faarfateef. Yoo kana Fitawaraar Dibaabaa fuula isaaniitu akka aduu ganamaatti ife. Miira raajamuutiin afaan qabatanii, "Kitaabni Afaan Oromoo ni dubbataa?" jedhanii gaafatan. Gabira Ewustarewos: "Eyyee" deebii jedhu kenneef.
915
15
Ashamaa harka fuune akkam jirtu maatin Afoola Oromoo? Jalqaba irratti baga bara haaraa geessan jechaa barri haaran kan milkaa'inaa nuuf haa ta'uun hawwii keenya ibsachuu feena. Itti aansun bara haaraa kanatti karooraf kaayyoo qabannee jirru siniif ibsuu jaallanna. Egaa akkuma beekamu karaa channel kanaa Asoosama gaggabaabaa eessatti illee hin maxxafanme tooran maxansaa turuun keenya fii kitaabolee adda addaa irraa barreeffamoota dinqisiisoo, seena qabeessafii, duudhaa keenya ibsu siniif qoodaa turuun keenya nii yaadatama. Ammas itti fufuun yaadota garaa garaan qabannee dhiyaanneerra: 👉 Asoosama gabaabaa baay'ee nama hawwatu 👉 Kitaaba "ያደኖ" jedhu kan lammii Ertraa Tasfaye Gabrabin barraa'e keessaa Asoosama gabaabaa "ጫልቱ እንደ ሄለን" (Caaltun Akka Heelenitti) jedhu bifa seenessaa(sagaleedhan) 👉 Taphoota badhaasa qaban garaagaraa qabannee dhufaa jirra gatii ta'eef nu hordofuun yaadaf qeeqa qabdan nu biraan ga'uu hin dagatinaa isiniin jenna🙏 Horaa bulaa Deebanaa! Maatii Afoola Oromoon wal baruu yoo feetan 🔑 Seenaa Asaffaa( @Seinae) hundeessituu 🔑 Sanyii Yoonaas( @Santo2013) Admin 🔑 Yaaqoob Saamu'eel ( @Yaiqobe) Gorsaaf qinseessaa.
1 029
16
بدون متن...
1 239
17
"Daa'imti Haati jalaa duute fi kan gabaa baate qixuma boossi" jedha Oromoon. Erga ganni seenee guyyaa name jaws tokko kunoo har'uma rooba argina! Erga roobninaannawa roobee caamee boodan ani ammoo dhimma xiqqoo tokkoof gadi ba'e. Garuu roobni roobe dachii jiisee gatii tureef dhoqqeen isaa kophee namaa qabee gadi harkisa ture. Ani garuu kana osoon hin qalbeeffatin kophee banaa ( daasii) godhadheen ture kanin manaa ba'e. Iddoon isaa Harargee bahaati. Magaalaa Harar naannawa Ammaarressaa iddoo menshinii jedhamee beekamutti. Ani kophee kiyya fi biyyoo diimaa rooban wal fudhatee dhoqaa'e kanaan waldhaansoo wal qabaan waa lama argee tajjabee gale: tokko, qeerree tilmaaman naannawa waggaa digdamaa taatu tokkotu haala ajaa'ibaatin miidhagdee faayamtee kara magaalaa kanaa nama beellama qabdu fakkaatti baajaajii keessa seentee osoo deemaa jirtuu baajaja dhoqqeen deemsa dhoowwee dhaabannaan fala dhabdee keessaa gadi bu'uuf Yogguu yaaddu kana waan hin eegamnetu ishee muudate. Innis iddoon baajaajni itti dhaabate dhoqqee irra darbee bishaan kuufamee biyyoo diimadhaan borchame walakkaatti ijaa tureef utaaltee ce'uuf yogguu yaaltu, mucucaattee keessatti kuftee huccuun ishee nama dhiigan laaqame fakkaate. Yogguu kana qarreen kun iyyitee boosse. " amma beellamakoo haafuu kootii? jettees irqinfattee yoo boossu argeen anis gaddeefii hidhii xuuxee bira darbe. Akkuman ishee bira darbeen ammoo 2ffaa irratti Gaammee ganna 13 hin darbine tokko baataniibaatanii osoo fiiganii inni ammoo qabaa na gadhiisaa jechaa osoo iyyuun arge. Namoonni waliin jiraan baajajii barbaadu nii fiigu waan qabaniif gadi dhiisan wallaalaniiru anis kan kun hundi bitaa natti gale, itti siqeen " maal ta'eetu mucaan" jedhee gaafadhe, maatii kana keessaa tokkos akkas jedhee naaf deebise, " osoo rooba kanaan kophee malee dhoqqee keessa taphatuu sibiilli guddaan qara qabu tokko faana isaa addaan tarsaasee dhiiga isaa akka bishaan boombaa baatii ja'atti dhufee yogguu dhufu sanatti ammoo shaa jedhutti keessaa dhangala'aa jira. Haga dandeenye huccuu irraa haada tolchinee hinefii jirra garuu, dhiigni dhaabachuu dide haala kanaan osoo mana yaalaa hin ga'in turraan lubbuu isaaf sodaachisaadha" naan jedhe. Anis heedduu tokko gaddeen dhugaadha dafanii akka mana yaalaa geessuu qaban itti himeen haga aspaaltitti waliin deemee isaan konkolaataa qabannaan, ofitti deebi'een ofiikoo waliin odeessuu eegale: Qarree xuraa'uu huccuu isheef jettee boossu sana yaadadheen, Rabbii ishee galateeffachuu akka qabdu hubadhe. Ishee qofa miti an illee dura osoon taatelee kana mara hin argin dhoqqe kana keessa wal'aanson deemuu koof qofa iyyuu Rabbitti iyyaan ture. Amma garuu nan galateeffadhe. Waan qabnu caala waan dhabne ilaaluni edaa kan nuti rabbiin gaddisiifne jedheen ofitti gadde. Kan kophee dhabes kan miila dhabes qixuma boo'a kan lubbuu dhabe ammoo maal haa jedhu?. 😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌😌
1 136
18
Gugee🦆🕊🕊🕊 Gugee bifti adiif gurraachaa takkatu gugeelee warra bifa adii qofa qaban waliin jiraachaa ture. Gugeen kun uumamaan carra qabeettii ijaa turteef carraan nyaataa ishee darbee hin beeku. Akkasumas, yogguu gugeen tokko kufee kochoon isaa jal'atee balali'uu dadhabu, kaawwan ammoo miilli cabee fiigun itti ulfaatu, Gugittiin bifa adiif gurraacha qabdu sun garuu tasallee qaamni ishee hir'atee balali'uu ishee addaan kuttee hin beektu. Kana arganii kan ishee goomatan hiriyoonnif firoonni ishee kan isheen gaafa rakkatan ilkaanin nyaata ciniintee fidduuf sun daba itti yaadan. Akkasis jedhanii mari'atan: yogguu isheen barariitee ariitin dhuftee nu bira geessu nut ammoo baay'annee tuuta uumnee akka isheen nutti gufattee kuftee cabdutti itti buuna jechuun mari'atanii ammeenya isaanii kanas irratti raawwatan. Yogguu isheen dhuftee isaan bira geessutti ol utaalun itti bu'anii foddaa mana namaa keessa ishee buusan. Isheenis yogguu manicha seentu naasuf miira of gadhiisin gatii ta'eef kochoon ishee jalaatti dacha'ee ture. Haata'umalee, haga yaadame hin miidhamne sababiin isaas kan isheen kufte jooniyyaa kuusa ruuzaa keessatti ture kan kufte, kanaaf jabinni ishee argatee ishee miidhe hin turre. Faal'aa isaatin inumaa mana nyaatni ishee barbaachisu guutetti ture kan isheen kufte. Abbaan manichaas erga ruuza keessaa qabee ishee baasen booda iddoo bulmaataa isheef qopheessee ganamaaf galgala sukkuumaa ishee wal'aanuu eegale. Isheen garuu ammas osoo firoottan koo dhufanii Ruuza baay'ee naaf kennamu kana na waliin qooddatanii jettee hawwiti turte. Yeroo booda isheenis baatee balaliitee yogguu beeloftu ammoo mana hammeeyyi isheef kenne kana karaa foddaa seenun soorataa jireenya itti fufte. Ati hammeenya hin yaadin malee hammeenyi namaa guddina jireenyakeef ta'uu danda'a By Seenaa Asaffaa🎵❤ https://t.me/asoosamas
1 335
19
Hammeenyi nama hagam heedduu akka ta'e, dogoggorri guyyaa tokkoo guutummaa jireenya namaa jijjiiruu akka danda'uu fi jireenyi kallaattii mataa isaa irra qofa akka na adeemsisu kan nu barsiisu, filmii Eelatti aansee fiilmii ajaa'ibaa nama bohaarsaa nama barsiisu kan qulqullinni kaameeraa isaa nama boonsu fii sound truck miidhagaa nama hawwatuun kan miilteffame fiilmii, " MIIXUU" Ilaalaa itti bohaaraa, irraa baradhaa, artii keenya waliinis dhaabadha waliin taanee Aartii Afaan Oromoo haa guddifnu!.
1 171
20
Harargittiin keessan Sabboontuu Oromoo Seenaa Asaffaa hundeessituu channel Afoola Oromoo
Harargittiin keessan Sabboontuu Oromoo Seenaa Asaffaa hundeessituu channel Afoola Oromoo
1 640