1 528
مشترکین
-224 ساعت
-87 روز
-2830 روز
آرشیو پست ها
ቀን- 13/02/2019ዓ.ም
በጨፌ 1ኛ ደረጃ ት/ቤት ከ5-8ኛ ክፍል ለምትማሩ ተማሪዎች በሙሉ
ነገ ቅዳሜ በ14/02/2019ዓ. ም
የማጠናከሪያ ትምህርት ስለሚሰጥ ጠዋት 2:10 ላይ እንድትገኙ እያሳሰብን መቅረትም ሆነ ማርፈድ ክልክል መሆኑን እንገልፃለን::
ት/ቤቱ!
Guyyaa 13/02/3019
Barattoota kutaa 5-8 ffaa mana barumsaa caffee sadarkaa 1 ffaa duraa, sadarkaa 1 ffaa fi giddu galeessaa hundaaf.
Guyyaa borii barumsii deeggarsaa sanbata duraa kennamu waan itti fufuuf barattootni kutaan keessan armaan olitti eerame ganama sa'aatii 2:10 irratti mooraa mana barumsaatti akka argamtan cimsinee isin hubachiisna.
Hubachiisa :
Hafuunis ta'e barfachuun dhorkaadha.
