ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅 👈

CHEFFE PRIMARY SCHOOL 2013

CHEFFE PRIMARY SCHOOL 2013

前往频道在 Telegram
1 550
订阅者
-224 小时
-27 天
-230 天
帖子存档
ቀን 01/02/2019 ዓ.ም በጨፌ ቅድመ አንጀኛ, አንደኛ እና መካከለኛ ደረጃ ትምህርት ቤት የ2019ዓም የተማሪ ወላጆች ጉባኤ ተካሄደ። የእለቱ አጀንዳዎችም ✍️የ2019ዓ.ም የት/ቤቱ መሪ ዕቅድ ✍️የ2019ዓ.ም የ1ኛው ሩብ ዓመት አፈፃፀም ሪፖርት ✍️የእንግሊዝኛ እና ሒሳብ ትምህርት ስትራቴጂ እቅድ አተገባበር ✍️የአራተዮሽ ውል ስምምነት እና አተገባበር ✍️የማጠናከሪያ ትምህርት አሰጣጥ ✍️ሰላማዊ መማር ማስተማር በተመለከተ ✍️በመልካም አስተዳደር እና ብልሹ አሰራር እቅድ ትውውቅ ✍️በ2019ዓ. ም በሕብረተሰብ ተሳትፎ የሚሰሩ የልማት ስራዎች አፈፃፀምና የቀጣይ ተግባራት ዙሪያ ሰፊ ውይይት የተካሄደ ሲሆን በእለቱም መግባባት ላይ የተደረሰባቸው ውሳኔዎች:- 👉በህብረተሰብ ተሳትፎ 6 ኮንትራት ፅዳት ሰራተኞች እንደሚቀጠሩ 👉የማጠናከሪያ ትምህርት ከ4-8ኛ ክፍል ላሉ ተማሪዎች እንደሚሰጥ 👉የልማት የተወሰነ ክፍያ እስከ ህዳር 30/2019ዓ.ም ድረስ ተከፍሎ እንዲጠናቀቅ 👉በተማሪዎች ስነ ምግባር ዙሪያ ሁሉም ባለድርሻ አካላት በጋራ መስራት ያለበት መሆኑ ናቸው! በእለቱም የቀጠናው ፖሊስ አካላት, ወተመህ, የተማሪ ወላጆች እና የት/ቤቱ መምህራን ተሳትፈዋል:: Guyyaa 01/02/2019 Mana barumsaa caffee sadarkaa 1 ffaa duraa, sadarkaa 1 ffaa fi giddu galeessaatti gubaayeen(Mariin) bara barnootaa 2019 matii barataa waliin adeemsifame. Ajandaan marii guyyaa kanaas:- ✍️Karooraa hojii bara barnootaa 2019 ✍️Gabaasa raawwii hojii nuusa waggaa bara 2019 ✍️Akkaataa Raawwii karoora barnoota Herregaa fi Ingiliffaa irratti. ✍️Walii galtee qaamolee Afranii fi akkaataa raawwii isaa irratti. ✍️Kenniinsa barnoota deggarsaa irratti. ✍️Haala nageenya Baruuf barsiisuu irratti. ✍️Hoggansa gaarii fi haalota  dogoggora uuman irratti. ✍️Bara barnootaa 2019 tti hirmaannaa hawaasaan raawwii hojiilee hojjetamanii fi hojiilee gara fuula duraatti hojjetaman irratti marii bal'aan taasifameera. Guyyaa kanas dhimmoota walii galtee irra gahaman. ✍️Hirmaannaa hawaasaan qulqulleessitoonni 6 akka ramadaman. ✍️Barattootni kutaa 4-8 jiraan barnoota deggarsaa akka itti fufan. ✍️Kaffaltiin misoomaa murtaa'e hanga sadaasa 30 tti kaffalamee akka xumuramu. ✍️Namuusa barataa irratti qaamni hundumtuu waliin akka irratti hojjetuudha. Guyyaa kanas Qaamoleen nageenyaa, Gamtaan maatii barataa, Maatiin barataa fi barsiisonni mana barumsaa marii kana irratti hirmaataniiru.

👆🏻 *ማሳሰብያ* 👆🏻
👆🏻 *ማሳሰብያ* 👆🏻

ቀን- 24/01/2019ዓ.ም በጨፌ ቅድመ አንደኛ, አንደኛ እና መካከለኛ ደረጃ ት/ቤት የማታ ትምህርት ለመማር የተመዘገባችሁ ተማሪዎች በሙሉ የ2019ዓ.ም መደበኛ ትምህርት የሚጀምረው ነገ ሰኞ ማለትም በ25/01/2019ዓ.ም መሆኑን እያሳወቅን ሁሉም ተማሪ 11:20 ላይ በተመደባችሁበት ክፍል በሰዓቱ እንድትገኙ ስንል እናሳስባለን:: ት/ቤቱ! Guyyaa 24/01/2019 Barattoota mana barumsaa Caffee sadarkaa 1 fffaa duraa, sadarkaa 1 ffaa fi giddu galeessaa barnoota galgalaa barachuuf galmooftan hundaaf. Baruuf barsiisuun barnoota galgalaa guyyaa borii wiixata jechuun 25/01/2019 kan jalqabu ta'uu isaa isin beeksisaa, barattootni hundi sa'aatii 11:20 irratti kutaa itti ramadamtanitti yeroon akka argamtan isin hubachiisna. M/barumsaa irraa.

photo content

photo content

ፈረቃን በተመለከተ እንደሚከተለው ነው ከ1-4ኛ ክፍል ጠዋት ከ 5-8ኛ ክፍል ከሰዓት መሆኑን እናሳውቃለን:: ት/ቤቱ!

ቀን-02/01/2019ዓ.ም ለጨፌ ቅድመ አንደኛ, አንደኛና መካከለኛ ደረጃ ት//ቤት ተማሪዎች በሙሉ እንኳን ለ2019ዓ.ም አዲስ ዓመት በሰላም አደረሳችሁ! የ2019ዓ.ም ትምህርት አጀማመርን በተመለከተ እንደሚከተለው ነው:- 1ኛ. ሰኞ መስከረም 04/01/2019ዓ.ም ሁሉም ተማሪዎች ት/ቤት ትመጣላችሁ, በእለቱም ክፍላችሁንና ሴክሽናችሁን ታያላችሁ, በተማሪዎች የዲሲፕሊን መመሪያ ዙሪያ ውይይት ይካሄዳል! 2ኛ. ማክሰኞ የ2019ዓ.ም "Day One/ Class One" ይጀመራል! 3ኛ. ስትመጡ በዚህ ዓመት ዩኒፎርም የተሰጣችሁ አዲሱን የምትለብሱ ሲሆን ያልደረሳችሁ ደግሞ የባለፈውን ዓመት ዩኒፎርም ለብሳችሁ መምጣት አለባችሁ! 4ኛ. የት/ቤት ተማሪ ምገባ ሰኞ በ04/01/2019ዓ.ም ጀምሮ ስለሚኖር ጠዋት ከ1:00 ጀምሮ እስከ 1:30 በመገኘት መመገብ አለባችሁ! ማሳሰቢያ:- መቅረትም ሆነ ማርፈድ ክልክል ነው! ት/ቤቱ! Guyyaa 02/01/2019 Barattoota mana barumsaa caffee sadarkaa 1 ffaa duraa, sadarkaa 1 ffaa fi giddu galeessaa hundaaf. Baga bara haaraa 2019 nagaan isin gahe. Jalqabbiin barnootaa kan bara 2019 akka armaan gadii ta'a. 1 ffaa. Wiixata jechuun 04/01/2019 barattootni hundi mana barumsaatti nii argamtu. Guyyaa kanas kutaa keessaniif daree keessan nii ilaallattu.Akkasumas qajeelfama namuusa barataa irratti mariin nii geeggeeffama. 2 ffaa. Kibtata jechuun 05/01/2019 guyyaa jalqabaa barumsii nii eegala. 3 ffaa. Yeroo dhuftan uffata danbii seeraa mana barumsaa (uniform )haaraa isiniif kenname uffachuun,warri hin fudhanne immoo kan bara darbee uffachuun mooraa mana barumsaatti argamuu qabdu. 4 ffaa. Nyaatni barattootaa mana barumsaa wiixata jechuun 04/01/2019 waan eegaluuf gamamaan sa'aatii 1:00 hanga 1:30 tti argamuun nyaachuu qabdu. Hubachiisa :- Hafuunis ta'e barfachuun dhorkaadha. Mana barumsaa irraa!

Grade1,2,3,4.csv0.91 KB

grade_7_sections_A-G_equal.xlsx0.36 KB

Grade_6_A_to_F_walqixa.xlsx0.28 KB

Grade_1_2_A_B_sections.xlsx0.26 KB

_Grade_5_8_A_B (2).xlsx0.30 KB