1 550
المشتركون
-224 ساعات
-27 أيام
-230 أيام
أرشيف المشاركات
ቀን 01/02/2019 ዓ.ም
በጨፌ ቅድመ አንጀኛ, አንደኛ እና መካከለኛ ደረጃ ትምህርት ቤት የ2019ዓም የተማሪ ወላጆች ጉባኤ ተካሄደ።
የእለቱ አጀንዳዎችም
✍️የ2019ዓ.ም የት/ቤቱ መሪ ዕቅድ
✍️የ2019ዓ.ም የ1ኛው ሩብ ዓመት አፈፃፀም ሪፖርት
✍️የእንግሊዝኛ እና ሒሳብ ትምህርት ስትራቴጂ እቅድ አተገባበር
✍️የአራተዮሽ ውል ስምምነት እና አተገባበር
✍️የማጠናከሪያ ትምህርት አሰጣጥ
✍️ሰላማዊ መማር ማስተማር በተመለከተ
✍️በመልካም አስተዳደር እና ብልሹ አሰራር እቅድ ትውውቅ
✍️በ2019ዓ. ም በሕብረተሰብ ተሳትፎ የሚሰሩ የልማት ስራዎች አፈፃፀምና የቀጣይ ተግባራት ዙሪያ ሰፊ ውይይት የተካሄደ ሲሆን
በእለቱም መግባባት ላይ የተደረሰባቸው ውሳኔዎች:-
👉በህብረተሰብ ተሳትፎ 6 ኮንትራት ፅዳት ሰራተኞች እንደሚቀጠሩ
👉የማጠናከሪያ ትምህርት ከ4-8ኛ ክፍል ላሉ ተማሪዎች እንደሚሰጥ
👉የልማት የተወሰነ ክፍያ እስከ ህዳር 30/2019ዓ.ም ድረስ ተከፍሎ እንዲጠናቀቅ
👉በተማሪዎች ስነ ምግባር ዙሪያ ሁሉም ባለድርሻ አካላት በጋራ መስራት ያለበት መሆኑ ናቸው!
በእለቱም የቀጠናው ፖሊስ አካላት, ወተመህ, የተማሪ ወላጆች እና የት/ቤቱ መምህራን ተሳትፈዋል::
Guyyaa 01/02/2019
Mana barumsaa caffee sadarkaa 1 ffaa duraa, sadarkaa 1 ffaa fi giddu galeessaatti gubaayeen(Mariin) bara barnootaa 2019 matii barataa waliin adeemsifame.
Ajandaan marii guyyaa kanaas:-
✍️Karooraa hojii bara barnootaa 2019
✍️Gabaasa raawwii hojii nuusa waggaa bara 2019
✍️Akkaataa Raawwii karoora barnoota Herregaa fi Ingiliffaa irratti.
✍️Walii galtee qaamolee Afranii fi akkaataa raawwii isaa irratti.
✍️Kenniinsa barnoota deggarsaa irratti.
✍️Haala nageenya Baruuf barsiisuu irratti.
✍️Hoggansa gaarii fi haalota dogoggora uuman irratti.
✍️Bara barnootaa 2019 tti hirmaannaa hawaasaan raawwii hojiilee hojjetamanii fi hojiilee gara fuula duraatti hojjetaman irratti marii bal'aan taasifameera.
Guyyaa kanas dhimmoota walii galtee irra gahaman.
✍️Hirmaannaa hawaasaan qulqulleessitoonni 6 akka ramadaman.
✍️Barattootni kutaa 4-8 jiraan barnoota deggarsaa akka itti fufan.
✍️Kaffaltiin misoomaa murtaa'e hanga sadaasa 30 tti kaffalamee akka xumuramu.
✍️Namuusa barataa irratti qaamni hundumtuu waliin akka irratti hojjetuudha.
Guyyaa kanas Qaamoleen nageenyaa, Gamtaan maatii barataa, Maatiin barataa fi barsiisonni mana barumsaa marii kana irratti hirmaataniiru.
ቀን- 24/01/2019ዓ.ም
በጨፌ ቅድመ አንደኛ, አንደኛ እና መካከለኛ ደረጃ ት/ቤት የማታ ትምህርት ለመማር የተመዘገባችሁ ተማሪዎች በሙሉ
የ2019ዓ.ም መደበኛ ትምህርት የሚጀምረው ነገ ሰኞ ማለትም በ25/01/2019ዓ.ም መሆኑን እያሳወቅን ሁሉም ተማሪ 11:20 ላይ በተመደባችሁበት ክፍል በሰዓቱ እንድትገኙ ስንል እናሳስባለን::
ት/ቤቱ!
Guyyaa 24/01/2019
Barattoota mana barumsaa Caffee sadarkaa 1 fffaa duraa, sadarkaa 1 ffaa fi giddu galeessaa barnoota galgalaa barachuuf galmooftan hundaaf.
Baruuf barsiisuun barnoota galgalaa guyyaa borii wiixata jechuun 25/01/2019 kan jalqabu ta'uu isaa isin beeksisaa, barattootni hundi sa'aatii 11:20 irratti kutaa itti ramadamtanitti yeroon akka argamtan isin hubachiisna.
M/barumsaa irraa.
ፈረቃን በተመለከተ እንደሚከተለው ነው
ከ1-4ኛ ክፍል ጠዋት
ከ 5-8ኛ ክፍል ከሰዓት መሆኑን እናሳውቃለን::
ት/ቤቱ!
ቀን-02/01/2019ዓ.ም
ለጨፌ ቅድመ አንደኛ, አንደኛና መካከለኛ ደረጃ ት//ቤት ተማሪዎች በሙሉ
እንኳን ለ2019ዓ.ም አዲስ ዓመት በሰላም አደረሳችሁ!
የ2019ዓ.ም ትምህርት አጀማመርን በተመለከተ እንደሚከተለው ነው:-
1ኛ. ሰኞ መስከረም 04/01/2019ዓ.ም ሁሉም ተማሪዎች ት/ቤት ትመጣላችሁ,
በእለቱም ክፍላችሁንና ሴክሽናችሁን ታያላችሁ, በተማሪዎች የዲሲፕሊን መመሪያ ዙሪያ ውይይት ይካሄዳል!
2ኛ. ማክሰኞ የ2019ዓ.ም "Day One/ Class One" ይጀመራል!
3ኛ. ስትመጡ በዚህ ዓመት ዩኒፎርም የተሰጣችሁ አዲሱን የምትለብሱ ሲሆን ያልደረሳችሁ ደግሞ የባለፈውን ዓመት ዩኒፎርም ለብሳችሁ መምጣት አለባችሁ!
4ኛ. የት/ቤት ተማሪ ምገባ ሰኞ በ04/01/2019ዓ.ም ጀምሮ ስለሚኖር ጠዋት ከ1:00 ጀምሮ እስከ 1:30 በመገኘት መመገብ አለባችሁ!
ማሳሰቢያ:-
መቅረትም ሆነ ማርፈድ ክልክል ነው!
ት/ቤቱ!
Guyyaa 02/01/2019
Barattoota mana barumsaa caffee sadarkaa 1 ffaa duraa, sadarkaa 1 ffaa fi giddu galeessaa hundaaf.
Baga bara haaraa 2019 nagaan isin gahe.
Jalqabbiin barnootaa kan bara 2019 akka armaan gadii ta'a.
1 ffaa. Wiixata jechuun 04/01/2019 barattootni hundi mana barumsaatti nii argamtu.
Guyyaa kanas kutaa keessaniif daree keessan nii ilaallattu.Akkasumas qajeelfama namuusa barataa irratti mariin nii geeggeeffama.
2 ffaa. Kibtata jechuun 05/01/2019 guyyaa jalqabaa barumsii nii eegala.
3 ffaa. Yeroo dhuftan uffata danbii seeraa mana barumsaa (uniform )haaraa isiniif kenname uffachuun,warri hin fudhanne immoo kan bara darbee uffachuun mooraa mana barumsaatti argamuu qabdu.
4 ffaa. Nyaatni barattootaa mana barumsaa wiixata jechuun 04/01/2019 waan eegaluuf gamamaan sa'aatii 1:00 hanga 1:30 tti argamuun nyaachuu qabdu.
Hubachiisa :-
Hafuunis ta'e barfachuun dhorkaadha.
Mana barumsaa irraa!
