es
Feedback

¡No caigas en manos de tramposos! Telemetrio encuentra y marca estos canales 👉 Si quieres ver la etiqueta, suscríbete

Shemsu Shifa✍

Shemsu Shifa✍

Ir al canal en Telegram

Teacher

Mostrar más

📈 Análisis del canal de Telegram Shemsu Shifa✍

El canal Shemsu Shifa✍ (@shemsu01) es un actor destacado. Actualmente la comunidad reúne a 14 912 suscriptores, ocupando la posición 13 699 en la categoría Educación y el puesto 333 en la región Finlandia.

📊 Métricas de audiencia y dinámica

Desde su creación el невідомо, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 14 912 suscriptores.

Según los últimos datos del 17 noviembre, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los últimos 30 días la variación de miembros fue de 59, y en las últimas 24 horas de 10, conservando un alto alcance.

  • Estado de verificación: No verificado
  • Tasa de interacción (ER): El promedio de interacción de la audiencia es 54.91%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 12.45% de reacciones respecto al total de suscriptores.
  • Alcance de las publicaciones: Cada publicación recibe en promedio 8 188 visualizaciones. En el primer día suele acumular 1 856 visualizaciones.
  • Reacciones e interacción: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicación es 25.

📝 Descripción y política de contenido

El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
“Teacher”

Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (últimos datos recibidos el 18 noviembre, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analítica demuestra que la audiencia interactúa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categoría Educación.

14 912
Suscriptores
+1024 horas
+107 días
+5930 días
Archivo de publicaciones
Qajeelfama Raawwii Sagantaa Barnoota Galgalaa Lakk. 1156/2019, Ministeera Barnootaatiin Qophaa'e https://www.facebook.com/shemsu.shifa.353
12 nov, 09:09

Qajeelfama Hoggansa Dura Bu'ootaa Fi Barsiisotaa https://www.facebook.com/shemsu.shifa.353
06 nov, 13:47

Ramaddii_Kaampaasii_fi_Muummee_Barattoota_Saganta_Dippilomaa_Bara.pdf2.59 MB
01 nov, 10:24

Ramaddii YNO damee adda addaa kan Kaadhimamtoota Barsiisota kan Sadarkaa Diploomaa Fi Sartifiikeeta Bara 2019 https://www.facebook.com/shemsu.shifa.353
01 nov, 09:59

#BiyyaLafaaKanattiYerooBaay'ee Namoonni miidhamaa jiraatan 4nkana👇 ❶ Namoota dhugaaf quuqaman! ❷ Namoota namaaf garaa laafan
#BiyyaLafaaKanattiYerooBaay'ee Namoonni miidhamaa jiraatan 4nkana👇 ❶ Namoota dhugaaf quuqaman! ❷ Namoota namaaf garaa laafan! ❸ Namoota nama amanan! ❹ Namoota nama jaal'atan! #BoruGaruuIsaanumatuMilkaahoodha!
20 oct, 05:04

Beeksisa Barattoota MBBA Federaalaa Galuuf Galmooftan Hundaaf ----- BBO - Onkololeesaa 04/2019 Ministeerri Barnootaa Itoophiy
Beeksisa Barattoota MBBA Federaalaa Galuuf Galmooftan Hundaaf ----- BBO - Onkololeesaa 04/2019 Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa Federaalaa Galuu Barbaadan Manneen Barnootaa Barataan Hin Guutamne Keessatti Fudhachuuf Beeksisa Baasuun Ni Yaadatama. Haaluma kanaan barattootni barachuuf galmooftan hundi Qormaatni Seensaa Gaafa Sanbataa 07/2019 Ganama Sa'aatii 3:00 irraa jalqabee waan kennamuuf iddoo qormaataa kanaan dura barattootni kutaa 12ffaa '#online' /CBT/ itti qoramaniifi dhiheenya keessanitti argamutti ta'uun ibsameera. Kanaafuu, Guyyaa 07/02/2019 Ganama Sa'astii 3:00 irraa jalqabee qormaata ni fudhattu. Hubachiisa:- Giddu Gala Qormaataa Kanaan Dura Barattootni Kutaa 12ffaa Qormaata Biyyoolessaa Online'n/CBT/ Itti Qoraman, Barattoota Keenyaaf Dhihaatan Waajjirri Barnootaa Aanaafi Bu/Magaalotaa akka mijeessaniif dhaamsi darbeera. #Carraa_Gaarii
14 oct, 08:13

Seektaaraalee Mootummaa Hundeeffaamaan! 1. Manneen Hojii Ykn Waajjiroota Sadarkaa Godinoota Jahan Oromiyaa 1. Waajjira Bulchiinsa 2. Waajjira Karooraa fi Maallaqaa 3. Industriifi Jaarmiyaalee Diinagdee 4. Waajjira Turizimii 5. Waajjira Galii 6. Waajjira Misooma Baadiyyaa 7. Waajjira Jallisiifi Horsiisee Bulaa 8. Waajjira Lafaa 9. Waajjira Bishaanii 10. Biiroo Albuudaa fi Inarjii 11. Waajjira Misooma Magaalaa 12. Waajjira Daandii fi Geejjibaa 13. Waajjira Barnootaa 14. Waajjira Fayyaa 15. Waajjira Dhimmoota Gurmaa'inaalee Ummataa 16. Buusaa Gonofaa 17. Biiroo Nagaa 18. Waajjira Abbaa Alangaa 19. Waajjira Mana Sirreessaa 20. Waajjira Poolisii 21. Abbaa Taayitaa Konostiraakshinii 22. Abbaa Taayitaa Too'annoo #2. Manneen Hojii Mootummaa Sadarkaa Aanaa 1. Waajjira Karooraa fi Maallaqaa 2. Industrii fi Jaarmiyaalee Diinagdee 3. Waajjira Galii 4. Waajjira Misooma Baadiyyaa 5. Waajjira Bishaanii, Albuudaafi Inarjii 6. Waajjira Daandii fi Geejjibaa 7. Waajjira Barnootaa 8. Waajjira Fayyaa 9. Waajjira Dhimmoota Gurmaa'inaalee Ummataa 10. Buusaa Gonofaa 11. Biiroo Nagaa 12. Waajjira Abbaa Alangaa 13. Waajjira Poolisii 14. Abbaa Taayitaa Too'annoo # 3. Manneen Hojii Mootummaa Sadarkaa Gandaa 1. Waajjira Bulchiinsa 2. Waajjira Diinagdee 3. Waajjira Misooma Baadiyyaa 4. Waajjira Bu'uuraalee 5. Waajjira Hawaasummaa 6. Waajjira Nagaa
29 sep, 14:27

Golas haata'uu Goda, Caalaas haata'uu Tolaa, Uummanni Nageenya, misoomaa fi haqummaa barbaada!
28 sep, 15:53

#BarattootaMBBADabartaniif Barattootni Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaafi Manneen Barnootaa Bultii Addaa Waldaa Misoo
#BarattootaMBBADabartaniif Barattootni Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaafi Manneen Barnootaa Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaa Sad. 2ffaa Haaraafi Buleeyyin Gaafa #Fulbaana_19 - 20/2019 gara mana barnootaa ramadamtaniitti (kutaa 9ffaaf) fi buleeyyin gara mana barnootaa turtanitti deemuun guyyoota jedhaman keessatti akka seentan/galmooftan/ waamichi taasifameera. Barattootni Gara MB Gaafa Dhufan:- 1- Meeshaalee barnootaa/Dabtara, Qalama, Kobbee, Sarartuu, Uffata Ispoortiifi kkf) fi 2- Uffata Mana Ciisichaa (doormii) : Uffata Qorraa, Ansoolaafi kkf qabatanii dhufuu qaban. 3- Barattootni Haaraan(kutaa 9ffaan) Uffata Yuniifoormii MB erga galanii booda baasii dhuunfaatiin kan hodhisiifatu ta'uun beekameera. Bara Barnootaa Milkii Isiniif Haata'u!
23 sep, 18:21

#Obbolee👇 #Hindhiphatin_gadditee Jireenyi gad-si qabuuf Ciniinnadhuu jabaadhu Galma kee borii arguuf #Hinsardamin_yaatiru Ob
#Obbolee👇 #Hindhiphatin_gadditee Jireenyi gad-si qabuuf Ciniinnadhuu jabaadhu Galma kee borii arguuf #Hinsardamin_yaatiru Obsaan adeemi suuta Wanti ati feete kamuu Guyyaa ❶ siif-guutaa #Mataakee_gadibuuftee Haamileedhaanis cabaa Abdii hin murin obbole Gaaf tokko ol si-qabaa! #Obboleessakeessan❤
21 sep, 10:10

#GalmeeMBAMarsaa2ffaa ➙Qormaata naannoo kutaa 8ffaatin qabxin giddugaleessaa (Average) dhiiraaf 78%fi isaa ol, Shamarranif 75
#GalmeeMBAMarsaa2ffaa ➙Qormaata naannoo kutaa 8ffaatin qabxin giddugaleessaa (Average) dhiiraaf 78%fi isaa ol, Shamarranif 75%fi isaa ol kan qaban; ➙Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 80%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi isaa ol; ➙Tiraaniskiriipti gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kanneen qaban.
18 sep, 14:55

photo content
18 sep, 05:30

Ministeerri Barnootaa Ramaddii Yuunivarsiitii Barattoota Kutaa 12ffaa Ifoomse Ministeerichi akka eereetti, barattoonni qabxii
Ministeerri Barnootaa Ramaddii Yuunivarsiitii Barattoota Kutaa 12ffaa Ifoomse Ministeerichi akka eereetti, barattoonni qabxii ol'aanaa fidan, jechuunis qabxii dhibba ja'a (600) keessaa dhibba shan (500) fi isaa ol galmeessisan kallattiin filannoo isaanii tokkoffaa irratti akka ramadaman taasifameera. Barattoonni ramaddii isaanii salphaatti baruuf marsariitii 'https://student.ethernet.edu.et/view-placement' jedhamu irratti seenuun ilaallachuu danda’u.
16 sep, 14:07

Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Qabxii Sagantaa Remadiyaalii'(#Remadial' ) bara 2019 murteesseerra. A - Haaluma kanaan: 1 - Barattoota Dhiiraa Saayinsii Uumamaafi Hawaasaaf - Qabxii 240/600 fi ol (40%fi ol) 2- Barattoota Dubaraa Saayinsii Uumamaafi Hawaasaaf - Qabxii 228/600 fi ol (38%fi ol) galmeessisan Yunivarsiitii galanii saganticha barachuu kan danda'an ta'uun ibsameera. B - Barattoota Deeggarsi Addaa Taasifameef 1 - Barattoota dhiiraafi dubaraa Naannoo Affaar, Sumaalee, Beenshaangul Gumuziifi Gaambeelaatiif Saayinsii Uumamaafi Hawaasaatiin Qabxii 222/600fi ol (37%fi ol) 2- Barattoota Naannoo Horsiisee Bulaafi Walakkaan Horsiisee Bulaa ta'aniif Saayinsii Uumamaafi Hawaasaatiif -Qabxii 222/600fi ol (37%fi ol) 3- Barattoota qaro dhabeeyyii dhiiraafi dubaraaf -Qabxii 185/500fi ol (37%fi ol) 4- Barattoota gurraan hin dhageenye dhiiraafi dubaraa, saayinsii uumamaa fi hawaasaaf - Qabxii 222/600fi ol (37%fi ol) galmeessisan hunduu sagantaa Remadiyaalii Yunivarsiitii galanii barchuu akka danda'an Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa murteesseera.
14 sep, 16:54

#ElaameeYaaKoodeekoo! #Gaddas_ta'ee gammachuu Yeroon waa hedduu qabdii Dhiphannullee rakkachuun Gonkumaa hin kunnu abdii #Tul
#ElaameeYaaKoodeekoo! #Gaddas_ta'ee gammachuu Yeroon waa hedduu qabdii Dhiphannullee rakkachuun Gonkumaa hin kunnu abdii #Tulluu_gamaan_dabarsee Fagoo laala ijji keenyaa Har'aafi yoo dadhabnes Boru inuma geenyaa #Kukkufaatuma_ka'aa Rakkoo hedduu arginee Sichittis abdii qabnaa Nii jiraanna darbinee!
13 sep, 14:12

BBO - Fulbaana 02/2019 Barattootni Qormaata Seensaa Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa, WMO fi MB Addaa Sad.2ffaa kutaa 9ffaa galuuf dorgomtan hunduu Qabxii Qormaataa 80% keessaa fudhattaniif hangam/meeqa akka argattan liinkii asii gaditti kenname banuun lakkoofsa galmee(#Registration_Number) bakka maqaa akaakayyuu(#Grandfather's Name) maqaa akaakayyuu keessan galchuun ilaallachuu kan dandeessan ta'uu isin beeksifna. Liinkichis;- exam.oeb.gov.et #Hubachiisa:- Qabxiin Barattoota Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa Galchu Boru 03/01/2019 Kan Isin Beeksifnu Waan Ta'eef Nu Hordofaa!
13 sep, 05:07

#Beeksisa_Barattoota_Kutaa_10ffaa Barattoonni kutaa 10ffaa, bara barnootaa 2019 E.C. manneen barnootaa sadarkaa lammaffaa addaa mootummaa federaalaa (Federal Special Boarding Secondary Schools) keessatti barachuuf galmooftanii qormaata seensaa fudhattan, liinkii isin ittiin galmooftanitti seenuun lakkoofsa eenyummaa (ID) fi jecha iccitii (Password) keessan galchuun bu’aa qormaataa keessanii ilaaluun ni dandeessu. Barattoonni qormaata darbaniis, mana barumsaa itti ramadamtan achuma irratti ilaaluu ni dandeessu. Ministeerri Barnootaa akka ibsetti, barattoonni bu’aa qormaata isaanii irratti hundaa’uun of eeggannoodhaan filatamaniiru. Kanaaf, bu’aa qormaataa ykn mana barumsaa itti ramadamtan ilaalchisee komii gosa kamiyyuu hin fudhatu. 📅 Barnoonni manneen barnootaa sadarkaa lammaffaa addaa mootummaa federaalaa hunda keessatti: Fulbaana 05, 2019 E.C. irraa eegalee ni jalqaba. Odeeffannoo haaraya barnootaan walqabatan kamiyyuu argachuuf 👇👇👇 https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et gochuun maatii ta'aa telegram keenya #join gochuun nu hordofuu ni dandeessu.👇👇 𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: https://t.me/barsiisotaf
11 sep, 02:00

Repost from SBO Press
Ramaddii Barattoota MBBA Bara 2019 A.L.I Odeeffannoo biroo argachuuf Channel armaan gadii kana #Join godha.      👇👇👇👇👇👇       ✅️ @OroAcademic
10 sep, 12:14

Jijjiirraa online baranaarra kanuma offline 100K duraanii sanayyuu wayya fakkaata😅
07 sep, 18:04

Yaa Rabbi furmaata waan hundaa suma biraa eegna malee, kan namaa homaa!
07 sep, 07:52