ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅 👈

Shemsu Shifa✍

Shemsu Shifa✍

前往频道在 Telegram

Teacher

显示更多

📈 Telegram 频道 Shemsu Shifa✍ 的分析概览

频道 Shemsu Shifa✍ (@shemsu01) 是活跃参与者。目前社区聚集了 14 833 名订阅者,在 教育 类别中位列第 13 735,并在 芬兰 地区排名第 331 位。

📊 受众指标与增长动态

自 невідомо 创建以来,项目保持高速增长,吸引了 14 833 名订阅者。

根据 12 十月, 2026 的最新数据,频道保持稳定运转。过去 30 天订阅人数变化为 61,过去 24 小时变化为 0,整体触达仍然可观。

  • 认证状态: 未认证
  • 互动率 (ER): 平均受众互动率为 36.55%。内容发布后 24 小时内通常能获得 11.28% 的反应,占订阅者总量。
  • 帖子覆盖: 每篇帖子平均可获得 5 415 次浏览,首日通常累积 1 671 次浏览。
  • 互动与反馈: 受众积极参与,单帖平均反应数为 43。

📝 描述与内容策略

作者将该频道定位为表达主观观点的平台:
“Teacher”

凭借高频更新(最新数据采集于 13 十月, 2026),频道始终保持新鲜度与高覆盖。分析显示受众积极互动,使其成为 教育 类别中的关键影响点。

14 833
订阅者
无数据24 小时
+297 天
+6130 天
帖子存档
Seektaaraalee Mootummaa Hundeeffaamaan! 1. Manneen Hojii Ykn Waajjiroota Sadarkaa Godinoota Jahan Oromiyaa 1. Waajjira Bulchiinsa 2. Waajjira Karooraa fi Maallaqaa 3. Industriifi Jaarmiyaalee Diinagdee 4. Waajjira Turizimii 5. Waajjira Galii 6. Waajjira Misooma Baadiyyaa 7. Waajjira Jallisiifi Horsiisee Bulaa 8. Waajjira Lafaa 9. Waajjira Bishaanii 10. Biiroo Albuudaa fi Inarjii 11. Waajjira Misooma Magaalaa 12. Waajjira Daandii fi Geejjibaa 13. Waajjira Barnootaa 14. Waajjira Fayyaa 15. Waajjira Dhimmoota Gurmaa'inaalee Ummataa 16. Buusaa Gonofaa 17. Biiroo Nagaa 18. Waajjira Abbaa Alangaa 19. Waajjira Mana Sirreessaa 20. Waajjira Poolisii 21. Abbaa Taayitaa Konostiraakshinii 22. Abbaa Taayitaa Too'annoo #2. Manneen Hojii Mootummaa Sadarkaa Aanaa 1. Waajjira Karooraa fi Maallaqaa 2. Industrii fi Jaarmiyaalee Diinagdee 3. Waajjira Galii 4. Waajjira Misooma Baadiyyaa 5. Waajjira Bishaanii, Albuudaafi Inarjii 6. Waajjira Daandii fi Geejjibaa 7. Waajjira Barnootaa 8. Waajjira Fayyaa 9. Waajjira Dhimmoota Gurmaa'inaalee Ummataa 10. Buusaa Gonofaa 11. Biiroo Nagaa 12. Waajjira Abbaa Alangaa 13. Waajjira Poolisii 14. Abbaa Taayitaa Too'annoo # 3. Manneen Hojii Mootummaa Sadarkaa Gandaa 1. Waajjira Bulchiinsa 2. Waajjira Diinagdee 3. Waajjira Misooma Baadiyyaa 4. Waajjira Bu'uuraalee 5. Waajjira Hawaasummaa 6. Waajjira Nagaa

Golas haata'uu Goda, Caalaas haata'uu Tolaa, Uummanni Nageenya, misoomaa fi haqummaa barbaada!

#BarattootaMBBADabartaniif Barattootni Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaafi Manneen Barnootaa Bultii Addaa Waldaa Misoo
#BarattootaMBBADabartaniif Barattootni Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaafi Manneen Barnootaa Bultii Addaa Waldaa Misoomaa Oromiyaa Sad. 2ffaa Haaraafi Buleeyyin Gaafa #Fulbaana_19 - 20/2019 gara mana barnootaa ramadamtaniitti (kutaa 9ffaaf) fi buleeyyin gara mana barnootaa turtanitti deemuun guyyoota jedhaman keessatti akka seentan/galmooftan/ waamichi taasifameera. Barattootni Gara MB Gaafa Dhufan:- 1- Meeshaalee barnootaa/Dabtara, Qalama, Kobbee, Sarartuu, Uffata Ispoortiifi kkf) fi 2- Uffata Mana Ciisichaa (doormii) : Uffata Qorraa, Ansoolaafi kkf qabatanii dhufuu qaban. 3- Barattootni Haaraan(kutaa 9ffaan) Uffata Yuniifoormii MB erga galanii booda baasii dhuunfaatiin kan hodhisiifatu ta'uun beekameera. Bara Barnootaa Milkii Isiniif Haata'u!

#Obbolee👇 #Hindhiphatin_gadditee Jireenyi gad-si qabuuf Ciniinnadhuu jabaadhu Galma kee borii arguuf #Hinsardamin_yaatiru Ob
#Obbolee👇 #Hindhiphatin_gadditee Jireenyi gad-si qabuuf Ciniinnadhuu jabaadhu Galma kee borii arguuf #Hinsardamin_yaatiru Obsaan adeemi suuta Wanti ati feete kamuu Guyyaa ❶ siif-guutaa #Mataakee_gadibuuftee Haamileedhaanis cabaa Abdii hin murin obbole Gaaf tokko ol si-qabaa! #Obboleessakeessan❤

#GalmeeMBAMarsaa2ffaa ➙Qormaata naannoo kutaa 8ffaatin qabxin giddugaleessaa (Average) dhiiraaf 78%fi isaa ol, Shamarranif 75
#GalmeeMBAMarsaa2ffaa ➙Qormaata naannoo kutaa 8ffaatin qabxin giddugaleessaa (Average) dhiiraaf 78%fi isaa ol, Shamarranif 75%fi isaa ol kan qaban; ➙Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 80%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi isaa ol; ➙Tiraaniskiriipti gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kanneen qaban.

photo content

Ministeerri Barnootaa Ramaddii Yuunivarsiitii Barattoota Kutaa 12ffaa Ifoomse Ministeerichi akka eereetti, barattoonni qabxii
Ministeerri Barnootaa Ramaddii Yuunivarsiitii Barattoota Kutaa 12ffaa Ifoomse Ministeerichi akka eereetti, barattoonni qabxii ol'aanaa fidan, jechuunis qabxii dhibba ja'a (600) keessaa dhibba shan (500) fi isaa ol galmeessisan kallattiin filannoo isaanii tokkoffaa irratti akka ramadaman taasifameera. Barattoonni ramaddii isaanii salphaatti baruuf marsariitii 'https://student.ethernet.edu.et/view-placement' jedhamu irratti seenuun ilaallachuu danda’u.

Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Qabxii Sagantaa Remadiyaalii'(#Remadial' ) bara 2019 murteesseerra. A - Haaluma kanaan: 1 - Barattoota Dhiiraa Saayinsii Uumamaafi Hawaasaaf - Qabxii 240/600 fi ol (40%fi ol) 2- Barattoota Dubaraa Saayinsii Uumamaafi Hawaasaaf - Qabxii 228/600 fi ol (38%fi ol) galmeessisan Yunivarsiitii galanii saganticha barachuu kan danda'an ta'uun ibsameera. B - Barattoota Deeggarsi Addaa Taasifameef 1 - Barattoota dhiiraafi dubaraa Naannoo Affaar, Sumaalee, Beenshaangul Gumuziifi Gaambeelaatiif Saayinsii Uumamaafi Hawaasaatiin Qabxii 222/600fi ol (37%fi ol) 2- Barattoota Naannoo Horsiisee Bulaafi Walakkaan Horsiisee Bulaa ta'aniif Saayinsii Uumamaafi Hawaasaatiif -Qabxii 222/600fi ol (37%fi ol) 3- Barattoota qaro dhabeeyyii dhiiraafi dubaraaf -Qabxii 185/500fi ol (37%fi ol) 4- Barattoota gurraan hin dhageenye dhiiraafi dubaraa, saayinsii uumamaa fi hawaasaaf - Qabxii 222/600fi ol (37%fi ol) galmeessisan hunduu sagantaa Remadiyaalii Yunivarsiitii galanii barchuu akka danda'an Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa murteesseera.

#ElaameeYaaKoodeekoo! #Gaddas_ta'ee gammachuu Yeroon waa hedduu qabdii Dhiphannullee rakkachuun Gonkumaa hin kunnu abdii #Tul
#ElaameeYaaKoodeekoo! #Gaddas_ta'ee gammachuu Yeroon waa hedduu qabdii Dhiphannullee rakkachuun Gonkumaa hin kunnu abdii #Tulluu_gamaan_dabarsee Fagoo laala ijji keenyaa Har'aafi yoo dadhabnes Boru inuma geenyaa #Kukkufaatuma_ka'aa Rakkoo hedduu arginee Sichittis abdii qabnaa Nii jiraanna darbinee!

BBO - Fulbaana 02/2019 Barattootni Qormaata Seensaa Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa, WMO fi MB Addaa Sad.2ffaa kutaa 9ffaa galuuf dorgomtan hunduu Qabxii Qormaataa 80% keessaa fudhattaniif hangam/meeqa akka argattan liinkii asii gaditti kenname banuun lakkoofsa galmee(#Registration_Number) bakka maqaa akaakayyuu(#Grandfather's Name) maqaa akaakayyuu keessan galchuun ilaallachuu kan dandeessan ta'uu isin beeksifna. Liinkichis;- exam.oeb.gov.et #Hubachiisa:- Qabxiin Barattoota Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa Galchu Boru 03/01/2019 Kan Isin Beeksifnu Waan Ta'eef Nu Hordofaa!

#Beeksisa_Barattoota_Kutaa_10ffaa Barattoonni kutaa 10ffaa, bara barnootaa 2019 E.C. manneen barnootaa sadarkaa lammaffaa addaa mootummaa federaalaa (Federal Special Boarding Secondary Schools) keessatti barachuuf galmooftanii qormaata seensaa fudhattan, liinkii isin ittiin galmooftanitti seenuun lakkoofsa eenyummaa (ID) fi jecha iccitii (Password) keessan galchuun bu’aa qormaataa keessanii ilaaluun ni dandeessu. Barattoonni qormaata darbaniis, mana barumsaa itti ramadamtan achuma irratti ilaaluu ni dandeessu. Ministeerri Barnootaa akka ibsetti, barattoonni bu’aa qormaata isaanii irratti hundaa’uun of eeggannoodhaan filatamaniiru. Kanaaf, bu’aa qormaataa ykn mana barumsaa itti ramadamtan ilaalchisee komii gosa kamiyyuu hin fudhatu. 📅 Barnoonni manneen barnootaa sadarkaa lammaffaa addaa mootummaa federaalaa hunda keessatti: Fulbaana 05, 2019 E.C. irraa eegalee ni jalqaba. Odeeffannoo haaraya barnootaan walqabatan kamiyyuu argachuuf 👇👇👇 https://www.facebook.com/GammachiisOromoo.et gochuun maatii ta'aa telegram keenya #join gochuun nu hordofuu ni dandeessu.👇👇 𝑻𝒆𝒍𝒆𝒈𝒓𝒂𝒂𝒎𝒂: https://t.me/barsiisotaf

Repost from SBO Press
Ramaddii Barattoota MBBA Bara 2019 A.L.I Odeeffannoo biroo argachuuf Channel armaan gadii kana #Join godha.      👇👇👇👇👇👇       ✅️ @OroAcademic

Jijjiirraa online baranaarra kanuma offline 100K duraanii sanayyuu wayya fakkaata😅

Yaa Rabbi furmaata waan hundaa suma biraa eegna malee, kan namaa homaa!

Jijjiirraa online ilaalchisee godina harargee lixaa aana hawwii qajeelfamaan alaa ba'anii wagga15 ol malee approve hin goonu jedhanii maaloo sagalee nuu ta'a jijjiirraan tuttuqaa irraa bilisa jechaa mirgii barsiisaa maaf sarbamaa BBO, waldaa barsiisota oromiyaa adaraa horddoffii nuu Godhàa.

#Adeemsa_Qabxii_Kutaa_12ffaa_Ittiin_Ilaallattan! = = = ✅ Qabxii Qormaata kutaa 12ffaa bara 2018 gaafa 18/12/2018 waaree dura ykn gaafa 19/12/2018 waaree booda akka gadi lakkifamu ministeerri Barnootaa ibse karaalee armaan gadiitiin adeemsa armaan gadii kana hordofuun ilaallachuu dandeessu! 1. Website ፡ https://result.eaes.et 2. Telegram bot፡ https://t.me/EAESbot #website 1. Liinkii kana banuu: https://result.eaes.et 👇 2. Fuulli Jalqabaa - Student Result Irratti 👇 3. Registration Number      fi First Name galchuu 👇 4. 'Check My Result' kan jedhu tuquudhaani. •=•=•==•=• Hubachiisa :- RN fi FN akkaataa 'Admission Card' irra taa'ee jirutti galchuu hin dagatinaa! Carraa Gaarii!!! =•=•==•=

Ramaddii waytii Barnootaa Bara 2019.pdf

#Kutaa8ffaa_MBBA_Dorgomaniif! #Galmee: Guyyaa 2qofatu hafa! #GuyyaanQormmaata: Hagayya 20/2018 waan ta'eef ganama sa'aatii 1:
#Kutaa8ffaa_MBBA_Dorgomaniif! #Galmee: Guyyaa 2qofatu hafa! #GuyyaanQormmaata: Hagayya 20/2018 waan ta'eef ganama sa'aatii 1:30tti buufata itti galmooftanitti argamuun #online'n akka qoramtan Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeksiseera!

#Oduu_Gammachiisaa #Moosaajiin_Jijjiirraa_Barsiisotaa_Banameera ✍️ Barsiisonni keenya jijjiirraa hawwiin eegaa turtan baga gammaddan jechuu barbaanna! Liinkiin kanaan seenuun ilaalaa! https://tmis.oeb.gov.et/landing

Oduu Gammachiisaa! Barattoota Kutaa 10ffaa Manneen Barnootaa Bultii Addaatti Barachuu Barbaadan Hundaaf ---------- BBO - Hagayya 02/2018 Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa Shan Keessatti Bara 2018 Irraa Eegalee Barattoota Qaxalee Kutaa 9ffaa Simachuun Barsiisuu Kan Eegale Ta'uun Ni Beekama. Haaluma kana bu'uureeffachuun Ministeerri Barnootaa Bara Barnootaa 2019 Barattoota Kutaa 10ffaa Manneen Barnootaa Sad. 2ffaa adda addaa keessatti barachaa turan kutaa 9ffaa irraa gara 10ffaa qabxii olaanaan darban dorgomsiisee Manneen Barnootaa 5 ( Walisoo, Bu'ii, Jigjigaa, Bongaafi Gaambeellaa ) keessatti simachuuf ulaagaa baasee waamicha taasisuuf qophii xumuruu beeksisee jira. Kanaafuu, Barattootni MB. Sad. 2ffaa kamiyyuu keessatti barachaa turtaniifi kutaa 9ffaarraa gara 10ffaa qabxii olaanaa galmeessiftanii dabartan dorgomtanii galuu akka dandeessan qophii barbaachisaa akka taasiftan isin beeksifna. Carraa Gaarii!