es
Feedback

¡No caigas en manos de tramposos! Telemetrio encuentra y marca estos canales 👉 Si quieres ver la etiqueta, suscríbete

Waldaa Duuka Bu'ootaa

Waldaa Duuka Bu'ootaa

Ir al canal en Telegram
5 354
Suscriptores
Sin datos24 horas
-27 días
-2130 días

Cargando datos

Nube de Etiquetas
Sin datos
¿Algún problema? Por favor, actualice la página o contacte a nuestro gerente de soporte.
Menciones Entrantes y Salientes
---
---
---
---
---
---
Atraer Suscriptores
oct '26
octubre '26
+74
en 0 canales
septiembre '26
+78
en 0 canales
Get PRO
agosto '26
+73
en 0 canales
Get PRO
julio '26
+111
en 0 canales
Get PRO
junio '26
+103
en 0 canales
Get PRO
mayo '26
+73
en 0 canales
Get PRO
abril '26
+98
en 0 canales
Get PRO
marzo '26
+113
en 2 canales
Get PRO
febrero '26
+41
en 3 canales
Get PRO
enero '26
+65
en 0 canales
Get PRO
diciembre '25
+188
en 0 canales
Get PRO
noviembre '25
+122
en 0 canales
Get PRO
octubre '25
+72
en 0 canales
Get PRO
septiembre '25
+30
en 0 canales
Get PRO
agosto '25
+59
en 0 canales
Get PRO
julio '25
+45
en 0 canales
Get PRO
junio '25
+112
en 0 canales
Get PRO
mayo '25
+104
en 0 canales
Get PRO
abril '25
+61
en 0 canales
Get PRO
marzo '25
+74
en 0 canales
Get PRO
febrero '25
+79
en 0 canales
Get PRO
enero '25
+99
en 0 canales
Get PRO
diciembre '24
+109
en 1 canales
Get PRO
noviembre '24
+188
en 0 canales
Get PRO
octubre '24
+122
en 0 canales
Get PRO
septiembre '24
+87
en 2 canales
Get PRO
agosto '24
+122
en 0 canales
Get PRO
julio '24
+132
en 0 canales
Get PRO
junio '24
+94
en 0 canales
Get PRO
mayo '24
+110
en 0 canales
Get PRO
abril '24
+92
en 0 canales
Get PRO
marzo '24
+63
en 1 canales
Get PRO
febrero '240
en 0 canales
Get PRO
enero '240
en 0 canales
Get PRO
diciembre '230
en 0 canales
Get PRO
noviembre '230
en 0 canales
Get PRO
octubre '230
en 0 canales
Get PRO
septiembre '23
+49
en 0 canales
Get PRO
agosto '23
+210
en 0 canales
Get PRO
julio '23
+269
en 0 canales
Get PRO
junio '23
+189
en 0 canales
Get PRO
mayo '23
+174
en 0 canales
Get PRO
abril '23
+140
en 0 canales
Get PRO
marzo '23
+130
en 0 canales
Get PRO
febrero '23
+121
en 0 canales
Get PRO
enero '23
+248
en 0 canales
Get PRO
diciembre '22
+242
en 0 canales
Get PRO
noviembre '22
+189
en 0 canales
Get PRO
octubre '22
+183
en 0 canales
Get PRO
septiembre '22
+188
en 0 canales
Get PRO
agosto '22
+212
en 0 canales
Get PRO
julio '22
+182
en 0 canales
Get PRO
junio '22
+168
en 0 canales
Get PRO
mayo '22
+182
en 0 canales
Get PRO
abril '22
+148
en 0 canales
Get PRO
marzo '22
+211
en 0 canales
Get PRO
febrero '22
+99
en 0 canales
Get PRO
enero '22
+113
en 0 canales
Get PRO
diciembre '21
+109
en 0 canales
Get PRO
noviembre '21
+116
en 0 canales
Get PRO
octubre '21
+163
en 0 canales
Get PRO
septiembre '21
+136
en 0 canales
Get PRO
agosto '21
+141
en 0 canales
Get PRO
julio '21
+189
en 0 canales
Get PRO
junio '21
+209
en 0 canales
Get PRO
mayo '21
+128
en 0 canales
Get PRO
abril '21
+212
en 0 canales
Get PRO
marzo '21
+221
en 0 canales
Get PRO
febrero '21
+95
en 0 canales
Get PRO
enero '21
+87
en 0 canales
Get PRO
diciembre '20
+1 066
en 0 canales
Fecha
Crecimiento de Suscriptores
Menciones
Canales
29 octubre+2
28 octubre0
27 octubre+2
26 octubre+2
25 octubre+2
24 octubre+2
23 octubre+1
22 octubre0
21 octubre+1
20 octubre+1
19 octubre0
18 octubre+4
17 octubre+1
16 octubre+2
15 octubre+1
14 octubre+4
13 octubre+4
12 octubre+3
11 octubre+5
10 octubre+6
09 octubre+8
08 octubre+3
07 octubre+4
06 octubre+2
05 octubre+3
04 octubre+4
03 octubre+2
02 octubre+2
01 octubre+3
Publicaciones del Canal
Onkololessa 14. Baga guyyaa hundeeffama Waldaa Duuka Bu'ootaa geessan. Waggoota 15 arjummaa Isaatiin kan nu eega Waaqayyoof g
Onkololessa 14. Baga guyyaa hundeeffama Waldaa Duuka Bu'ootaa geessan. Waggoota 15 arjummaa Isaatiin kan nu eega Waaqayyoof galatni haa ta'u. Abbootni fi obbolootni karaa gara garaatiin gumaacha gama yaadaan, kadhannaatiin, humnaan, qarshiidhaan, yeroodhaan fi karaa Waaqayyo beeku hundumaan tajaajila waldaa kanaa tumsaa turtan hundumti galatoomaa. Waaqayyo galma keenya xumuraa kan Duuka Bu'ootni argataniif nu haa kaadhimatu!

2
Barattoonni yaa’ii dhaabbilee barnoota ol’aanoo caasaalee gara garaa jalatti barachaa turan tokkummaadhaan Waldaa Duuka Bu’ootaa waliin tajaajiluudhaaf waliigalan. TV Sagalee Dhugaa, Onkoloolessa 13,2019 B.A. Akkuma Kitaabni Qulqulluun, “Obboloonni gamtaan yoo taa’an kunoo gaariidha, kunoo kan bareeduudhasi.”( Faar.133:1) jedhu, barattoonni yaa’ii dhaabbilee barnoota ol’aanoo caasaalee gara garaa jalatti barachaa turan tokkummaadhaan Waldaa Duuka Bu’ootaa waliin tajaajiluudhaaf waliigalan. Haaluma kanaan yaa’iin dhaabbileen barnoota ol’aano yuunivarsiitii Wallaggaa fi Kolleejjiiwwan dhuunfaa Magaalaa Naqamtee, Yuunivarsiitii Amboo fi Kolleejjiiwwan dhuunfaa Magaalaa Amboo akkasumas Yuunivarsiittiwwanii fi Koolleejjiwwan dhuunfaa magaalota gara keessa jiran gidduutti marii koree fi miseensota waliin taasifameen, tokkummaa tajaajiluuf walii galameera. Waldaan Duuka Bu’ootaa bara 2005 irraa eegalee barattoonni yaa’ii dhaabbilee barnoota ol’aanoo keessa jiran filannoo isaaniitiin mirga bakka barbaadanitti barachuu akka qabaatan yaaduudhaan dhiibbawwan yaa’ii mooraa keessa turan hambisuu keessatti qaamota gara garaa waliin gaheesaa bahachaa tureera. Waldaan Duuka Bu’otaa imaammata barnoota qindaa’aa (kaarikulamii) yaa’ii Dhaabbilee Barnoota ol’aanoo sadarkaasaa eeggate of harkaa qabu fayyadamuun, haala wal fakkaataa qulqullina koorsii fi tajaajila dhaabbilee barnoota eegsisuu danda’auun barsiisaa jira. Bu’uuruma kanaan barattoonni yaa’ii Dhaabbilee Barnoota Ol’aanoo keessa jiran koorsii Waldaa Duuka Bu’ootaan kennamu itti fufiinsaan hordofaa jiru. Caasaan bulchiinsa mana kiristaanaas deggarsa nuuf taasisaa turtan daran jabeessuun akka itti fuftan gaafaachaa Waldaan Duuka Bu’ootaa ergama manni kiristaanaa kenniteef bahachuuf yoomiyyuu ciminaan kan dhaabbatuufi gara fuulduraattis qaamolee fedhii tokkummaan qulqulleettii mana kiristaanaa keenya tajaajiluu qaban waliin hojjechuuf qophii ta’uu ni ibsa. Xumurarrattis hariiroon tokkummaan tajaajiluu kun fedhii fi hawwii kiristaanotaa, abbootaa fi tajaajiltootaa yeroo dheeraa kan ture yoo ta’u, tokkummaan kun akka milkaa’uuf dadhabaa kan turtan hunda keessaniif Waldaan Duuka Bu’ootaa galata qaba. Wiirtuu Muummetti Qindeessaa Yaa’ii Dhaabbilee Barnoota Ol’aanoo Waldaa Duuka Bu’ootaa
944
3
Sin texto...
669
4
Simannaa barattoota Yuunivarsiitii Salaalee WDB DHBO+4
Simannaa barattoota Yuunivarsiitii Salaalee WDB DHBO
1 122
5
https://www.facebook.com/share/19tfkAK1pL/
1 235
6
+2
Sin texto...
1 339
7
Yuunivarsiitii Odaa Bultum Simannaa barattoota Yaa'ii Mooraa WDB guyyaa har'aa+9
Yuunivarsiitii Odaa Bultum Simannaa barattoota Yaa'ii Mooraa WDB guyyaa har'aa
1 317
8
Galata Waaqayyo har'a dambii waldaa fooyya'aa jiru ilaalchisee marii murteessaa fi sa'aatii bal'aa kennametu taasifame. Marii+8
Galata Waaqayyo har'a dambii waldaa fooyya'aa jiru ilaalchisee marii murteessaa fi sa'aatii bal'aa kennametu taasifame. Mariin kun kallattii yaa'iin waliigalaa 15ffaa teessiseen dambii waldichaa irratti galteewwan kennaman bu'uura taasifachuudhan wixinee xumuraa miseensota buleeyyiif dhiyeessun akka qeeqamu taasisuudha.
2 300
9
https://www.facebook.com/share/p/1Er2e9FBaR/
1
10
https://www.facebook.com/share/p/1BwX6trVx4/
1 462
11
https://youtu.be/gYR_eiu8fXQ?si=T7eiTUL_w0QnG9lj
1 759
12
https://www.facebook.com/100064130946046/posts/1473329438148074/?app=fbl
986
13
Sagalee Dhuga has invited you to join a video meeting on Google Meet. Name: QO'ANNAA WANGEELA YOHANNIS Time: Thu, , 9:15 at night – 11:15 at night Join the meeting: https://meet.google.com/bah-nbry-qon
774
14
https://www.facebook.com/100056966393292/posts/pfbid02B5Hp6gu6WrEAULuTsruMZyWo4RVc268RpY7GaJYFCGHrYwqGsStEpVCVzJjWsyj8l/ Kutaa 5ffaa: Balaa fi qorumsa nu muudate
1 328
15
https://www.facebook.com/100056966393292/posts/1520049146570617/?app=fbl Kutaa 4ffaa: Xiyyeeffannoo qabeenya kiristaanotaa irratti
1 186
16
https://www.facebook.com/100056966393292/posts/pfbid02x5XCWepTUbjNFHW25dsCt5hj8wEaE8vEEnJCizFc75Q47xojbvwq3oxu1Qe5Pwmil/ Kutaa 3ffaa: Waaqa gosoomsuu
1 091
17
https://www.facebook.com/100056966393292/posts/pfbid025ib426gHJYC1FyvP6SKGvz6pJacZfpM8jBqs5R1k4xoDNzp3hnNL3zy5YbK7c8uVl/ Kutaa Lammaffaa Ilaacha dogongoraa
1 104
18
https://www.facebook.com/100056966393292/posts/pfbid02UVNj6Q5iqwmFqvdVjo4BvxE9PAMNS2xh2wWU68UEGkVXg3N8LHZxAQNWPUrnYFGnl/ Kutaa Jalqabaa Ilaalcha hamaa, gochaa fi furmaata
1 059
19
https://www.facebook.com/share/1SnBz1cgWL/
1
20
YAADACHIISA SAGANTAA AGAAPPEE Akkuma kana dura waggaa waggaadhaan raawwannu gamtaa abbootni keenya Duuka Bu'oonni waliin qabaachaa turanii fi maaddii jaalalaa Agaappee jedhame waliin hirmaachaa turuu isaanii yaadachuudhaaf guyyaa ayyaana Afuura Qulqulluun isaan irratti bu'e ayyaana Phaaraqlixoos irratti sagantaa maaddii jaalalaa miseensota hunda hirmaachisu Dilbata Gaafa Caamsaa 23 qopheessinee jirra. Maarree Miseensonni Finfinnee hundumti keessan sagantaa miseensotaaf qabame kan sa'aa 6:00 irraa eegalee galma mana kiristaana kaatederaala Qulqulluu Sillaasetti Kiiloo 4tti gaggeeffamu irratti akka argaman irra deebiidhaan waamicha dhiyeessina. Sagantaa kana hirmaachuun dirqama miseensummaatis. Gareewwan miseensota magaalaa Finfinnee torbanuu sagantaa kana akak hirmaattaniif gama walitti qabdoota gareewwaniitin ergaan dursee darbeera. Haala sagantaalee, qabiyyee sagantichaa fi wantoota miseensa irraa eegaman odeeffannoo dabalataa bilbilaan kan isin beeksifamu ta'a Wiirtolee fi dameewwan WDB kuunis sagantaa wal fakkaataa guyyaa wal fakkaataatti ni qabaatu jennee eegna// Odeeffannoo dabalataaf:-0934677776
1 821