cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegaciรณn. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Harmee Tewaahidoo๐ŸŒท

Kaayyoon Channel kanaa: Ogummaa qabnuun sagalee Waaqayyoo barsiisuu fi waaโ€™ee mana Amantaa Ortodoksii Tewaahidoo qofa kan barsiisuu dha. Yaada keessaniif : @Mariyamkoo YouTube: https://youtu.be/Uy_rxqf2_Zs โ€œDammaqaa cimaatii dhaabadhaa!โ€๐ŸŒฒ

Mostrar mรกs
Publicaciones publicitarias
5 525
Suscriptores
+3824 horas
+2397 dรญas
+60630 dรญas

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Repost fromย Nehemiah Promotion
Ijoollee Ortodoksii Tawaahidoo hundaaf! Channel Afaan Oromoo Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo kunneen join taasisaa! โ›ช Faaruuwwan Ortodoksii Tawaahidoo โ›ช Koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo โ›ช Barnoota Amantaa โ›ช Walaloowwan Afuurawaa โ›ช Seenessa Afuurawaa fi k.k.f ni argattu. Join Join Join
Mostrar todo...
Koorsiiwwan EOTC
Faaruuwwan EOTC
Join โœ”๏ธ
Photo unavailableShow in Telegram
Dhuguma akka Shakkitoonni jedhan Manni Kiristaanaa keenya Qulqulleettii Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaan Iyyesuus Kiristoos hin lallabduu??? Kutaa 1ffaa Gaaffii Shakkitoonni yeroo hedduu kaasaniif deebii isaa! Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! Share taasisaa! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://bit.ly/3Cg0Kar https://bit.ly/3Cg0Kar Kutaa 2ffaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://bit.ly/3W3imSg https://bit.ly/3W3imSg
Mostrar todo...
๐Ÿฅฐ 1
ยซOsoo Arraabanii du'uuยป ยซแŠฅแ‹จแˆ‹แˆฑ แˆ˜แˆžแ‰ตยป Fakkeenyota ajaa'ibaa Abbaa Mana Kiristaanaa Hindii Barla'aam guutummaa isaa dubbisaa! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/06/barlaaamii-fi-yewooseef-kitaaba-ajaa.html
Mostrar todo...
Barla'aamii fi Yewooseef Kitaaba Ajaa'baa Mana Kiristaanaa Hindii

Tajaajila Afuurawaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Afaan Oromootiin, Waa'ee Dubroo Maariyaam, Waa'ee Qulqullootaa, Wareegamtootaa

๐Ÿ’ฏ 3
Photo unavailableShow in Telegram
Qulqulluu Marqooriyoos Baga guyyaa Yaadannoo Wareegamaa Qulqulluu Marqooriyoos nagaadhaan geessan! Wareegamaa Qulqulluun Marqooriyoos eenyudha? Link kana tuquun dubbisaa! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/12/marqooriyoos.html https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/12/marqooriyoos.html
Mostrar todo...
๐Ÿ‘ 5
ยซRoom Akkan Daawwadhettiยป B/saa Biraanuu Goobanaatiin โ™ฆ Kaataakoomb jechuun maal jechuudha? โ™ฆ Fakkiiwwanii gosoonni Awwaalaa Kaataakoomb keessa turan kan akkamiiti? โ™ฆ Koloosiyaam maalidha? eessatti argama? Mootonni Room durii maalif itti fayyadamu ture? โ™ฆ Kaataakoomb eessa eessatti argama? Kiristaanonni durii Kaataakoomb maal maalif fayyadamaa turan? โ™ฆ Kiristaanonni durii Kaataakoomb seenuun maalif isaan barbaachise? โ™ฆ Iddoon Qulqulluun Pheexiroos fi Qulqulluu Phaawuloos itti Wareegamummaan boqotan hardha maalirra jira? โ™ฆ Room durii fi hardha maal fakkaatti? Barnoota ajaa'ibaa kana hundumti keessanuu dubbisuun Kiristaanummaa haala akkamiin Room keessatti akka Lallabamte hubadhaa! hiriyoota keessaniifis qoodaa! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://bit.ly/3BakICM https://bit.ly/3BakICM
Mostrar todo...
ยซRoom Akkan Daawwadhettiยป Kaataakoomb jechuun maal jechuudha? Eessatti argama? Maal maaltu keessatti argama?

Room, Kaataakoomb

๐Ÿ‘ 1
Photo unavailableShow in Telegram
ยซGuyyaa sanaยป Torbee Dhukkubbii Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos Jimaata Torbee Dhukkubbii Gooftaa Fannifamuu Gooftaa keenya Qoricha keenya Iyyesuus Kiristoos Fannoo Gooftaa keenya Iyyesuus Kiristoos Guyyaa sanatti maaltu ta'e? Link kana tuquun guutummaa isaa dubbisaa! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://bit.ly/3KaPXlD https://bit.ly/3KaPXlD
Mostrar todo...
Repost fromย N/a
Baaga Gammaddan Hoji Harawwa jalqabnee jiraa Uffata lubbotaa fi Bartotaa Dilbata Aksumaa Moloksoota Aksumaa Meshaalee Mana Amnta Kamiiyyuu Sinif Dhiyesinaa โœ๐Ÿ‘‡ Sher โžก๏ธhttps://t.me/Amntaakoo
Mostrar todo...
G/ Uffataa /lubbota fi B/Dilbataa Qofaa Onile Market โœ

Mana Uffaata lubbotaa fi bar/Dilbata Iddoo kamituu ni Argaatuu Ajeejuu Dandeessu Imo fi Tel Girma 0963425564 ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Photo unavailableShow in Telegram
Hangafa Wareegamootaa Qulqulluu Giyoorgis โœ… Hangafni Wareegamtootaa Qulqulluun Giyoorgis eenyudha? โœ… Seenaa fi Qabsuura Qulqulluu Giyoorgis โœ… Qulqulluu Giyoorgis akka Mana Kiristaanaa Itoophiyaatti โœ… Gidiraawwan Qulqulluu Giyoorgis irra gahan โœ… Guyyoonni Yaadannoo Qulqulluu Giyoorgis meeqa? yoom yoomi? Kanneenii fi kan kana fakkaatan waa'ee Qulqulluu Giyoorgis link kana tuquun dubbisaa! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://bit.ly/373sWDN https://bit.ly/373sWDN
Mostrar todo...
๐Ÿฅฐ 6๐Ÿ‘ 3โค 2
Photo unavailableShow in Telegram
Meeshaalee Qulqullaa'oo Kutaa 5ffaa โ€ข Uffannaawwan Mana Kiristaanaa keessatti fayyadamnu โ€ข Uffannaa Lubootaa fakkeenyaa fi maalummaa isaa โ€ข Uffannaa Diyaaqonootaa fakkeenyaa fi maalummaa isaa โ€ข Fakkeenyaa fi hiikoo Kaabbaa, Qoobii, Goonfoo fi k.k.f Waa'ee Uffannaawwan Mana Kiristaanaa keessatti itti fayyadamnuu link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://bit.ly/3pixImp https://bit.ly/3pixImp
Mostrar todo...
Repost fromย Nehemiah Promotion
Ijoollee Ortodoksii Tawaahidoo hundaaf! Channel Afaan Oromoo Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo kunneen join taasisaa! โ›ช Faaruuwwan Ortodoksii Tawaahidoo โ›ช Koorsiiwwan Ortodoksii Tawaahidoo โ›ช Barnoota Amantaa โ›ช Walaloowwan Afuurawaa โ›ช Seenessa Afuurawaa fi k.k.f ni argattu. Join Join Join
Mostrar todo...
โค 5๐Ÿ‘ 1
Koorsiiwwan EOTC
Faaruuwwan EOTC
Join โœ”๏ธ