Waldaa Duuka Bu'ootaa
Kanalga Telegram’da o‘tish
Ko'proq ko'rsatish
5 354
Obunachilar
Ma'lumot yo'q24 soatlar
-27 kun
-2130 kun
Ma'lumotlar yuklanmoqda
O'xshash kanallar
Taglar buluti
Ma'lumot yo'q
Muammo bormi? Iltimos, sahifani yangilang yoki bizning qo'llab-quvvatlash boshqaruvchimizga murojaat qiling>.
Kirish va chiqish esdaliklari
---
---
---
---
---
---
Obunachilarni jalb qilish
Oktabr '26Okt '26
Oktabr '26
+74
0 kanalda
Sentabr '26
+78
0 kanalda
Get PRO
Avgust '26
+73
0 kanalda
Get PRO
Iyul '26
+111
0 kanalda
Get PRO
Iyun '26
+103
0 kanalda
Get PRO
May '26
+73
0 kanalda
Get PRO
Aprel '26
+98
0 kanalda
Get PRO
Mart '26
+113
2 kanalda
Get PRO
Fevral '26
+41
3 kanalda
Get PRO
Yanvar '26
+65
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '25
+188
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '25
+122
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '25
+72
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '25
+30
0 kanalda
Get PRO
Avgust '25
+59
0 kanalda
Get PRO
Iyul '25
+45
0 kanalda
Get PRO
Iyun '25
+112
0 kanalda
Get PRO
May '25
+104
0 kanalda
Get PRO
Aprel '25
+61
0 kanalda
Get PRO
Mart '25
+74
0 kanalda
Get PRO
Fevral '25
+79
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '25
+99
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '24
+109
1 kanalda
Get PRO
Noyabr '24
+188
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '24
+122
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '24
+87
2 kanalda
Get PRO
Avgust '24
+122
0 kanalda
Get PRO
Iyul '24
+132
0 kanalda
Get PRO
Iyun '24
+94
0 kanalda
Get PRO
May '24
+110
0 kanalda
Get PRO
Aprel '24
+92
0 kanalda
Get PRO
Mart '24
+63
1 kanalda
Get PRO
Fevral '240
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '240
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '230
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '230
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '230
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '23
+49
0 kanalda
Get PRO
Avgust '23
+210
0 kanalda
Get PRO
Iyul '23
+269
0 kanalda
Get PRO
Iyun '23
+189
0 kanalda
Get PRO
May '23
+174
0 kanalda
Get PRO
Aprel '23
+140
0 kanalda
Get PRO
Mart '23
+130
0 kanalda
Get PRO
Fevral '23
+121
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '23
+248
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '22
+242
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '22
+189
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '22
+183
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '22
+188
0 kanalda
Get PRO
Avgust '22
+212
0 kanalda
Get PRO
Iyul '22
+182
0 kanalda
Get PRO
Iyun '22
+168
0 kanalda
Get PRO
May '22
+182
0 kanalda
Get PRO
Aprel '22
+148
0 kanalda
Get PRO
Mart '22
+211
0 kanalda
Get PRO
Fevral '22
+99
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '22
+113
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '21
+109
0 kanalda
Get PRO
Noyabr '21
+116
0 kanalda
Get PRO
Oktabr '21
+163
0 kanalda
Get PRO
Sentabr '21
+136
0 kanalda
Get PRO
Avgust '21
+141
0 kanalda
Get PRO
Iyul '21
+189
0 kanalda
Get PRO
Iyun '21
+209
0 kanalda
Get PRO
May '21
+128
0 kanalda
Get PRO
Aprel '21
+212
0 kanalda
Get PRO
Mart '21
+221
0 kanalda
Get PRO
Fevral '21
+95
0 kanalda
Get PRO
Yanvar '21
+87
0 kanalda
Get PRO
Dekabr '20
+1 066
0 kanalda
| Sana | Obunachilarni jalb qilish | Esdaliklar | Kanallar | |
| 29 Oktabr | +2 | |||
| 28 Oktabr | 0 | |||
| 27 Oktabr | +2 | |||
| 26 Oktabr | +2 | |||
| 25 Oktabr | +2 | |||
| 24 Oktabr | +2 | |||
| 23 Oktabr | +1 | |||
| 22 Oktabr | 0 | |||
| 21 Oktabr | +1 | |||
| 20 Oktabr | +1 | |||
| 19 Oktabr | 0 | |||
| 18 Oktabr | +4 | |||
| 17 Oktabr | +1 | |||
| 16 Oktabr | +2 | |||
| 15 Oktabr | +1 | |||
| 14 Oktabr | +4 | |||
| 13 Oktabr | +4 | |||
| 12 Oktabr | +3 | |||
| 11 Oktabr | +5 | |||
| 10 Oktabr | +6 | |||
| 09 Oktabr | +8 | |||
| 08 Oktabr | +3 | |||
| 07 Oktabr | +4 | |||
| 06 Oktabr | +2 | |||
| 05 Oktabr | +3 | |||
| 04 Oktabr | +4 | |||
| 03 Oktabr | +2 | |||
| 02 Oktabr | +2 | |||
| 01 Oktabr | +3 |
Kanal postlari
Onkololessa 14. Baga guyyaa hundeeffama Waldaa Duuka Bu'ootaa geessan. Waggoota 15 arjummaa Isaatiin kan nu eega Waaqayyoof galatni haa ta'u. Abbootni fi obbolootni karaa gara garaatiin gumaacha gama yaadaan, kadhannaatiin, humnaan, qarshiidhaan, yeroodhaan fi karaa Waaqayyo beeku hundumaan tajaajila waldaa kanaa tumsaa turtan hundumti galatoomaa. Waaqayyo galma keenya xumuraa kan Duuka Bu'ootni argataniif nu haa kaadhimatu!
| 2 | Barattoonni yaa’ii dhaabbilee barnoota ol’aanoo caasaalee gara garaa jalatti barachaa turan tokkummaadhaan Waldaa Duuka Bu’ootaa waliin tajaajiluudhaaf waliigalan.
TV Sagalee Dhugaa, Onkoloolessa 13,2019 B.A.
Akkuma Kitaabni Qulqulluun, “Obboloonni gamtaan yoo taa’an kunoo gaariidha, kunoo kan bareeduudhasi.”( Faar.133:1) jedhu, barattoonni yaa’ii dhaabbilee barnoota ol’aanoo caasaalee gara garaa jalatti barachaa turan tokkummaadhaan Waldaa Duuka Bu’ootaa waliin tajaajiluudhaaf waliigalan.
Haaluma kanaan yaa’iin dhaabbileen barnoota ol’aano yuunivarsiitii Wallaggaa fi Kolleejjiiwwan dhuunfaa Magaalaa Naqamtee, Yuunivarsiitii Amboo fi Kolleejjiiwwan dhuunfaa Magaalaa Amboo akkasumas Yuunivarsiittiwwanii fi Koolleejjiwwan dhuunfaa magaalota gara keessa jiran gidduutti marii koree fi miseensota waliin taasifameen, tokkummaa tajaajiluuf walii galameera.
Waldaan Duuka Bu’ootaa bara 2005 irraa eegalee barattoonni yaa’ii dhaabbilee barnoota ol’aanoo keessa jiran filannoo isaaniitiin mirga bakka barbaadanitti barachuu akka qabaatan yaaduudhaan dhiibbawwan yaa’ii mooraa keessa turan hambisuu keessatti qaamota gara garaa waliin gaheesaa bahachaa tureera.
Waldaan Duuka Bu’otaa imaammata barnoota qindaa’aa (kaarikulamii) yaa’ii Dhaabbilee Barnoota ol’aanoo sadarkaasaa eeggate of harkaa qabu fayyadamuun, haala wal fakkaataa qulqullina koorsii fi tajaajila dhaabbilee barnoota eegsisuu danda’auun barsiisaa jira. Bu’uuruma kanaan barattoonni yaa’ii Dhaabbilee Barnoota Ol’aanoo keessa jiran koorsii Waldaa Duuka Bu’ootaan kennamu itti fufiinsaan hordofaa jiru.
Caasaan bulchiinsa mana kiristaanaas deggarsa nuuf taasisaa turtan daran jabeessuun akka itti fuftan gaafaachaa Waldaan Duuka Bu’ootaa ergama manni kiristaanaa kenniteef bahachuuf yoomiyyuu ciminaan kan dhaabbatuufi gara fuulduraattis qaamolee fedhii tokkummaan qulqulleettii mana kiristaanaa keenya tajaajiluu qaban waliin hojjechuuf qophii ta’uu ni ibsa.
Xumurarrattis hariiroon tokkummaan tajaajiluu kun fedhii fi hawwii kiristaanotaa, abbootaa fi tajaajiltootaa yeroo dheeraa kan ture yoo ta’u, tokkummaan kun akka milkaa’uuf dadhabaa kan turtan hunda keessaniif Waldaan Duuka Bu’ootaa galata qaba.
Wiirtuu Muummetti Qindeessaa Yaa’ii Dhaabbilee Barnoota Ol’aanoo Waldaa Duuka Bu’ootaa | 944 |
| 3 | Matn yo'q... | 669 |
| 4 | Simannaa barattoota Yuunivarsiitii Salaalee
WDB DHBO | 1 122 |
| 5 | https://www.facebook.com/share/19tfkAK1pL/ | 1 235 |
| 6 | Matn yo'q... | 1 339 |
| 7 | Yuunivarsiitii Odaa Bultum
Simannaa barattoota Yaa'ii Mooraa WDB guyyaa har'aa | 1 317 |
| 8 | Galata Waaqayyo har'a dambii waldaa fooyya'aa jiru ilaalchisee marii murteessaa fi sa'aatii bal'aa kennametu taasifame. Mariin kun kallattii yaa'iin waliigalaa 15ffaa teessiseen dambii waldichaa irratti galteewwan kennaman bu'uura taasifachuudhan wixinee xumuraa miseensota buleeyyiif dhiyeessun akka qeeqamu taasisuudha. | 2 300 |
| 9 | https://www.facebook.com/share/p/1Er2e9FBaR/ | 1 |
| 10 | https://www.facebook.com/share/p/1BwX6trVx4/ | 1 462 |
| 11 | https://youtu.be/gYR_eiu8fXQ?si=T7eiTUL_w0QnG9lj | 1 759 |
| 12 | https://www.facebook.com/100064130946046/posts/1473329438148074/?app=fbl | 986 |
| 13 | Sagalee Dhuga has invited you to join a video meeting on Google Meet.
Name: QO'ANNAA WANGEELA YOHANNIS
Time: Thu, , 9:15 at night – 11:15 at night
Join the meeting: https://meet.google.com/bah-nbry-qon | 774 |
| 14 | https://www.facebook.com/100056966393292/posts/pfbid02B5Hp6gu6WrEAULuTsruMZyWo4RVc268RpY7GaJYFCGHrYwqGsStEpVCVzJjWsyj8l/
Kutaa 5ffaa: Balaa fi qorumsa nu muudate | 1 328 |
| 15 | https://www.facebook.com/100056966393292/posts/1520049146570617/?app=fbl
Kutaa 4ffaa: Xiyyeeffannoo qabeenya kiristaanotaa irratti | 1 186 |
| 16 | https://www.facebook.com/100056966393292/posts/pfbid02x5XCWepTUbjNFHW25dsCt5hj8wEaE8vEEnJCizFc75Q47xojbvwq3oxu1Qe5Pwmil/
Kutaa 3ffaa: Waaqa gosoomsuu | 1 091 |
| 17 | https://www.facebook.com/100056966393292/posts/pfbid025ib426gHJYC1FyvP6SKGvz6pJacZfpM8jBqs5R1k4xoDNzp3hnNL3zy5YbK7c8uVl/
Kutaa Lammaffaa Ilaacha dogongoraa | 1 104 |
| 18 | https://www.facebook.com/100056966393292/posts/pfbid02UVNj6Q5iqwmFqvdVjo4BvxE9PAMNS2xh2wWU68UEGkVXg3N8LHZxAQNWPUrnYFGnl/
Kutaa Jalqabaa
Ilaalcha hamaa, gochaa fi furmaata | 1 059 |
| 19 | https://www.facebook.com/share/1SnBz1cgWL/ | 1 |
| 20 | YAADACHIISA SAGANTAA AGAAPPEE
Akkuma kana dura waggaa waggaadhaan raawwannu gamtaa abbootni keenya Duuka Bu'oonni waliin qabaachaa turanii fi maaddii jaalalaa Agaappee jedhame waliin hirmaachaa turuu isaanii yaadachuudhaaf guyyaa ayyaana Afuura Qulqulluun isaan irratti bu'e ayyaana Phaaraqlixoos irratti sagantaa maaddii jaalalaa miseensota hunda hirmaachisu Dilbata Gaafa Caamsaa 23 qopheessinee jirra.
Maarree Miseensonni Finfinnee hundumti keessan sagantaa miseensotaaf qabame kan sa'aa 6:00 irraa eegalee galma mana kiristaana kaatederaala Qulqulluu Sillaasetti Kiiloo 4tti gaggeeffamu irratti akka argaman irra deebiidhaan waamicha dhiyeessina.
Sagantaa kana hirmaachuun dirqama miseensummaatis. Gareewwan miseensota magaalaa Finfinnee torbanuu sagantaa kana akak hirmaattaniif gama walitti qabdoota gareewwaniitin ergaan dursee darbeera. Haala sagantaalee, qabiyyee sagantichaa fi wantoota miseensa irraa eegaman odeeffannoo dabalataa bilbilaan kan isin beeksifamu ta'a
Wiirtolee fi dameewwan WDB kuunis sagantaa wal fakkaataa guyyaa wal fakkaataatti ni qabaatu jennee eegna//
Odeeffannoo dabalataaf:-0934677776 | 1 821 |
