cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Misgaanuu Yaadasaa

Lecturer, Author and Editor

Mostrar más
Finlandia1 793El idioma no está especificadoReligión y espiritualidad51 424
Publicaciones publicitarias
795
Suscriptores
Sin datos24 horas
+97 días
+6630 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Repost from Orthodox Promotion
Channel ’ootni mimmiidhagoo armaan gadii kunneen, barumsa mana Kiristiyaana Ortodoksii Tewaahidoo, Seeraa fi Dambii ishee haala eeggateen sagalee Waaayyoo lallabuu fi barsiisuu irratti argamu. Channel ’oota kanneen keessatti: Lallaba, Koorsii, Faarfannaa, Walaloo, Jechoota Abbootaa, Seena qulqullootaa guyyaa guyyaadhaan Mana Kiristiyaanaa keenya keessatti yaadatamanii, Gaaffilee mana kiristiyaanaa keenya irratti gaafataniif deebii, Gorsa Abbootaa, PDF ykn Kitaabota afuuraa kan Ortodoksii Tewaahidoo, kkf argattu. Channel ’oota kanneen keessa seennan mee maal dhabdu? Yoo akka barbaaddanitti dhabdanis waan barbaaddan kamillee gaafattanii argattu! Kanaafuu, itti goraatii Channel ’oota kanneen hundumaa tokko tokkoon “Join/Subscribe” taasifadhaa; irraas fayyadamaa; baradhaa!
Mostrar todo...
👍 3 1
Godoliyaas
Pheeni’eel
Ulee Amantaa
Fayyisaa Addunyaa
Walaloo Ortodoksii
Walaloo Afuuraa
Faaruu Haaraa OT
Lallaba Ortodoksii
Daandii Jireenyaa
Qabsuura Qulqullootaa
Daandii Qulqullootaa
👥Daandii Qulqullootaa
Dn Misgaanuu Yaadasaa
F/taa Koo’eel  Shawaa
Caffee Mooraa Jimmaa
Sagalee Gammachuu
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii
Gaaffii keessaniif deebii
Gaaffii Muslimootaaf Deebii
Xoofoo Qulq. Isxifaanos
Kadhannaa Qulqullootaa
Faaruu A/O Ortodoksii T
Barnoota Amantaa OT
Qulqulleettii Mana Amantaa
Firii Qulqullootaa
Tajaajila Ortodoksummaa
Dangu Studio Official
🎥 Dagnu Studio
🎥 Waltajjii Callisaa
🎥 Orto_TMedia
🎥 Amoo Tube
🎥 Ezra Tube
📽️ Kiyyaa Tube
Promotion’tti galmaa’uuf

2
Godoliyaas
Pheeni’eel
Ulee Amantaa
Fayyisaa Addunyaa
Walaloo Ortodoksii
Walaloo Afuuraa
Faaruu Haaraa OT
Lallaba Ortodoksii
Daandii Jireenyaa
Qabsuura Qulqullootaa
Daandii Qulqullootaa
👥Daandii Qulqullootaa
Dn Misgaanuu Yaadasaa
F/taa Koo’eel  Shawaa
Caffee Mooraa Jimmaa
Sagalee Gammachuu
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii
Gaaffii keessaniif deebii
Gaaffii Muslimootaaf Deebii
Xoofoo Qulq. Isxifaanos
Kadhannaa Qulqullootaa
Faaruu A/O Ortodoksii T
Barnoota Amantaa OT
Qulqulleettii Mana Amantaa
Firii Qulqullootaa
Tajaajila Ortodoksummaa
Dangu Studio Official
🎥 Dagnu Studio
🎥 Waltajjii Callisaa
🎥 Orto_TMedia
🎥 Amoo Tube
🎥 Ezra Tube
📽️ Kiyyaa Tube
Promotion’tti galmaa’uuf
#YaaDubroo "Yaa dubroo barbadaa abiddaa sana karaa kamiin keessummeessitee? Karaa bitaa moo karaa mirgaatii? Ati qaama xiqqoo taatee akkamittiin dandeessee?" jedha Abbaan Hiriyaaqoos yeroo waa'ee dubroo Ishee dubrummaadhaan uumaashee deessee leellisu. Abbaa Hiriyaaqoosiin, "Wallaalaadha, sagalee hin qabu" jedhanii tuffatu ture namoonni. Waaqayyo garuu icciitii samiirraa ibseefi. Tuffiin namoonni si tuffatan kabaja kee hin xiqqeessu. //
Mostrar todo...
14
Repost from Orthodox Promotion
Channel ’ootni mimmiidhagoo armaan gadii kunneen, barumsa mana Kiristiyaana Ortodoksii Tewaahidoo, Seeraa fi Dambii ishee haala eeggateen sagalee Waaayyoo lallabuu fi barsiisuu irratti argamu. Channel ’oota kanneen keessatti: Lallaba, Koorsii, Faarfannaa, Walaloo, Jechoota Abbootaa, Seena qulqullootaa guyyaa guyyaadhaan Mana Kiristiyaanaa keenya keessatti yaadatamanii, Gaaffilee mana kiristiyaanaa keenya irratti gaafataniif deebii, Gorsa Abbootaa, PDF ykn Kitaabota afuuraa kan Ortodoksii Tewaahidoo, kkf argattu. Channel ’oota kanneen keessa seennan mee maal dhabdu? Yoo akka barbaaddanitti dhabdanis waan barbaaddan kamillee gaafattanii argattu! Kanaafuu, itti goraatii Channel ’oota kanneen hundumaa tokko tokkoon “Join/Subscribe” taasifadhaa; irraas fayyadamaa; baradhaa!
Mostrar todo...
3
Godoliyaas
Pheeni’eel
Ulee Amantaa
Fayyisaa Addunyaa
Walaloo Ortodoksii
Walaloo Afuuraa
Faaruu Haaraa OT
Lallaba Ortodoksii
Daandii Jireenyaa
Qabsuura Qulqullootaa
Daandii Qulqullootaa
👥Daandii Qulqullootaa
Dn Misgaanuu Yaadasaa
F/taa Koo’eel  Shawaa
Caffee Mooraa Jimmaa
Sagalee Gammachuu
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii
Gaaffii keessaniif deebii
Gaaffii Muslimootaaf Deebii
Xoofoo Qulq. Isxifaanos
Kadhannaa Qulqullootaa
Faaruu A/O Ortodoksii T
Barnoota Amantaa OT
Qulqulleettii Mana Amantaa
Firii Qulqullootaa
Tajaajila Ortodoksummaa
Dangu Studio Official
🎥 Dagnu Studio
🎥 Waltajjii Callisaa
🎥 Orto_TMedia
🎥 Amoo Tube
🎥 Ezra Tube
📽️ Kiyyaa Tube
Promotion’tti galmaa’uuf
Oolmaa bara ari'atamuu Namni hamma lubbuun jirutti jireenya baqannaa jiraata. Namni erga lubbuun lafarraa darbee booda ari'atamus danuudha. Kunimmoo jireenyumatu jireenya  ari'atamuu keessa jiraataa laata nama jechisiisa. Mee seenaa waggoota kuma lama dura biyya Israa'el keessatti ta'e tokko waliin haa ilaallu. Mootii Heroodsi jedhamu tokkotu ture. Mootiin kun nama dheebuu aangoo qabudha. Gidduutti daa'imni ajaa'ibsiisaan tokko dhalate. Daa'imni kun mootii ta'a jedhamaa waan tureef mootichatti sodaa guddaa itti ta'e. Guyyaa tokko mootichi labsii sodaachisaa baase. Labsichis daa'imman DHIIRAA umurii waggaa 2 gadii dachee Israa'el irraa haa dhabamsiifaman kan jedhu ture. Daa'imichi mootichi sodaate sun IYYASUUS jedhama.  Heroodsi  yeroo daa'imicha Iyyasuusiin ari'atutti haatisaa Maariyaamiin, qofaatti Isa hin dhiifne, wajjin ari'atamte malee. Kanaafuu oolmaa irraa qabdi. Sanuu oolmaa bara rakkinaa, oolmaa guyyaa dhiphuu, oolmaa dheebuu fi beeluu. Eeyyee, oolmaa irraa qabdi. Gammoojjii keessatti Isaaf jettee hongeen dhaanamte. Isaaf jettee saamtotaan doorsifamte. Isaaf jettee arrabsamte. Isaaf jettee jireenya baqannaa, jireenya biyya ormaa, jireenya gadadoo jiraatte. Heroodsi yeroo daa'imicha Iyyasuusiin ari'atutti Yoseef, qofaatti Isa hin dhiifne, gidiraa hundumaa Isa wajjin arguif wajjin godaane malee. Kanaafuu Yoseef daa'imicha irraa oolmaa  guddaa qaba. Eeyyee, dhiphinni daandii Israa'el irra hanga Masriitti isa mudate waan salphaa hin turre. Beelaafi dheebuis daa'imichaaf jedhee keessummeesse malee  Yoseefiin eenyutu ari'atee? Heroodsi yeroo daa'imicha Iyyasuusiin ari'atutti Ergamaan Gabri'eeliin, qofaatti Isa hin dhiifne, Yoseefitti abjuudhaan mul'atee du'a jalaa akka oolchuuf itti hime malee. Eeyyee, Ergamaa Gabri'eeliin, daa'imicha seefii Heroodsi jalaa baraaruu keessatti oolmaa guddaa daa'imicha irraa qaba. Qulqulleettii Solomeen maaltu ishee dhibnaan gammoojjii Masrii keessa joortee jaawwartii? Maaltu ishee dhibnaan Israa'el irraa kaatee hamma Masriitti godaantii? Isheemmoo eenyutu ishee tuqre? Dhugaadha Soloomeen oolmaa guddaa daa'imicha irraa qabdi. Gaafa Heroodsi du'u, gaafa nagaadhaan gara biyya isaaniitti deebi'an, akkam haa gammadanii? Egaa amma immoo dubbiin jijjiiramuunsaa hin hafu. Daa'imichi mootii ta'a. Sanuu mootii barri Isaa daangaa hin qabne. Mootii bara baraa. Yeroo osoo namoonnii fi mootonni kaan: Haadha Isaa ari'atanii, daa'imicha mooti ta'emmoo osoo dinqisiifatanii, osoo leellisanii, osoo faarfatanii, osoo waaqessanii ilaaluun nama dinqa. Daa'imichi Mootii ta'e sunis dabaree Isaa fedhasaatiin haadha Isaa wajjin ari'atamuudhaaf of hin qopheessu seetaa? Waan oolmaa haadhasaa dagatu seetaa? Haadhasaa yemmuu ati ari'attu, Inni ishee biraa hafee waan mootii sii ta'u seetaa? Waawu, Inni Ishee wajjin godaana malee si wajjin Ishee hin ari'atu. Yemmuu Yoseefiif Solomee  (Qulqulloota) ari'attu amma dhuguma isaanii wajjin godaanuu dhiisee faarfannaa kee dhaggeeeffata seetaayi? Dhuguma kadhannaa fi wawwaannaa kee dhggeeffata seetaayi? Dhuguma lallabaa fi raajii kee laaluu dhufa seetaayi? Waawu, Inni warra kaleessa gammoojjii Misir keessaatti oolmaa Isa irraa qaban bira jira. Inni oolmaa isaanii hin dagatu, kennattaa isaanioi hin nyaatu. Fedhaasaatiin warra ati ari'attu wajjin ari'atama. Ergamaa Gabri'eeliin seefii Heroodsi jalaa Isa baraaruuf oolmaa irraa hin qabuu ree? Yemmuu ati Gabri'eelii ari'attu garaa kamiin danda'ee biraa hafaa? Waawu, Inni Gabri'eelii biraa hafee  si wajjin hin ta'u. Gabri'eelii (Ergamaa) isa ati ari'attee wajjin fedhasaatiin ari'atama. Inni oolmaa hin dagatukaa! Atis warra oolmaa siif oolan hin dagatin! Warra guyyaa fira dhabdetti fira siif ta'an, Warra guyyaa gaddaa fi boo'ichakeetti si wajjin boo'an, Warra guyyaa ati dubbachuu dadhabdetti sagalee siiif ta'an, Warra guyya ati jibbamtetti si jaallatan, Warra guyyaa ati karaa wallaalte sana karaa sitti agarsiisan, HIN DAGATIN! Qopheessaa: Misgaanuu Yaadasaa (Dn) //
Mostrar todo...
10
Repost from Orthodox Promotion
Channel ’ootni mimmiidhagoo armaan gadii kunneen, barumsa mana Kiristiyaana Ortodoksii Tewaahidoo, Seeraa fi Dambii ishee haala eeggateen sagalee Waaayyoo lallabuu fi barsiisuu irratti argamu. Channel ’oota kanneen keessatti: Lallaba, Koorsii, Faarfannaa, Walaloo, Jechoota Abbootaa, Seena qulqullootaa guyyaa guyyaadhaan Mana Kiristiyaanaa keenya keessatti yaadatamanii, Gaaffilee mana kiristiyaanaa keenya irratti gaafataniif deebii, Gorsa Abbootaa, PDF ykn Kitaabota afuuraa kan Ortodoksii Tewaahidoo, kkf argattu. Channel ’oota kanneen keessa seennan mee maal dhabdu? Yoo akka barbaaddanitti dhabdanis waan barbaaddan kamillee gaafattanii argattu! Kanaafuu, itti goraatii Channel ’oota kanneen hundumaa tokko tokkoon “Join/Subscribe” taasifadhaa; irraas fayyadamaa; baradhaa!
Mostrar todo...
👍 1
Godoliyaas
Pheeni’eel
Ulee Amantaa
Fayyisaa Addunyaa
Walaloo Ortodoksii
Walaloo Afuuraa
Faaruu Haaraa OT
Lallaba Ortodoksii
Daandii Jireenyaa
Qabsuura Qulqullootaa
Daandii Qulqullootaa
👥Daandii Qulqullootaa
Dn Misgaanuu Yaadasaa
F/taa Koo’eel  Shawaa
Caffee Mooraa Jimmaa
Sagalee Gammachuu
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii
Gaaffii keessaniif deebii
Gaaffii Muslimootaaf Deebii
Xoofoo Qulq. Isxifaanos
Kadhannaa Qulqullootaa
Faaruu A/O Ortodoksii T
Barnoota Amantaa OT
Qulqulleettii Mana Amantaa
Firii Qulqullootaa
Tajaajila Ortodoksummaa
Dangu Studio Official
🎥 Dagnu Studio
🎥 Waltajjii Callisaa
🎥 Orto_TMedia
🎥 Amoo Tube
🎥 Ezra Tube
📽️ Kiyyaa Tube
Promotion’tti galmaa’uuf
Repost from Orthodox Promotion
Channel ’ootni mimmiidhagoo armaan gadii kunneen, barumsa mana Kiristiyaana Ortodoksii Tewaahidoo, Seeraa fi Dambii ishee haala eeggateen sagalee Waaayyoo lallabuu fi barsiisuu irratti argamu. Channel ’oota kanneen keessatti: Lallaba, Koorsii, Faarfannaa, Walaloo, Jechoota Abbootaa, Seena qulqullootaa guyyaa guyyaadhaan Mana Kiristiyaanaa keenya keessatti yaadatamanii, Gaaffilee mana kiristiyaanaa keenya irratti gaafataniif deebii, Gorsa Abbootaa, PDF ykn Kitaabota afuuraa kan Ortodoksii Tewaahidoo, kkf argattu. Channel ’oota kanneen keessa seennan mee maal dhabdu? Yoo akka barbaaddanitti dhabdanis waan barbaaddan kamillee gaafattanii argattu! Kanaafuu, itti goraatii Channel ’oota kanneen hundumaa tokko tokkoon “Join/Subscribe” taasifadhaa; irraas fayyadamaa; baradhaa!
Mostrar todo...
Godoliyaas
Pheeni’eel
Ulee Amantaa
Fayyisaa Addunyaa
Walaloo Ortodoksii
Walaloo Afuuraa
Faaruu Haaraa OT
Lallaba Ortodoksii
Daandii Jireenyaa
Qabsuura Qulqullootaa
Daandii Qulqullootaa
👥Daandii Qulqullootaa
Dn Misgaanuu Yaadasaa
F/taa Koo’eel  Shawaa
Caffee Mooraa Jimmaa
Sagalee Gammachuu
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii
Gaaffii keessaniif deebii
Gaaffii Muslimootaaf Deebii
Xoofoo Qulq. Isxifaanos
Kadhannaa Qulqullootaa
Faaruu A/O Ortodoksii T
Barnoota Amantaa OT
Qulqulleettii Mana Amantaa
Firii Qulqullootaa
Tajaajila Ortodoksummaa
Dangu Studio Official
🎥 Dagnu Studio
🎥 Waltajjii Callisaa
🎥 Orto_TMedia
🎥 Amoo Tube
🎥 Ezra Tube
📽️ Kiyyaa Tube
Promotion’tti galmaa’uuf
"Nama hin qabu" Nama abdii kutate yemmuu yaaddu sagalee, “Nama hin qabu” (Yoh.5:7) jedhutu gurra kee keessaa sitti bilbila. Qabxiilee dhiphina fidan hundumaaf, “Abdii kutachuun” akka sieessituutti tajaajilti. Abdii kutachuun xalayaa diinni keenya daabiloos waraana isaa ittiin labsudha. Namni abdi-maleessi "ani homaa hin qabu; hunduu na dhiiseera; fira hin qabu; Waaqayyos na dhiiseera; ani jiraachuun koo buaa hin qabu; ani nama lafa kana irratti gatii hin qabnedha…‟ jedhee keessi isaa yeroo hundumaa itti iyya. Raajaan Miikiyaas garuu jecha diina abdi keenya nu jalaa saame ittiin waraannee abdii keenya galfannu sagalee jabaadhaan akkas jedhee dubbateera. “Ani garuu gara Waaqayyoon ilaala; Waaqa koo Isa na fayyisus abdiin taasifadha; Waaqni koos na dhagaa. Ani yoon kufes nan kaaatii dukkana keessas yoon taaee Waaqayyo ifa naaf taaawoo diinonni koo natti hin gammadani” (Mik.7:7-8) jedhee dubbateera. Seexanni Waaqayyo irraa addaan nu baasee laaboraatoorii isaa keessatti meeshaa dheedhii yaaliif oolu nu taasifachuuf abdii nu kutachiisa. Akka qalbii hin jijjiirranneef, “Waaqayyo cubbuu  hamma kana gau fuula Isaa duratti hojjettee waan siif dhiisu sitti fakkaataa?” nuun jedha. Gaabbii galuu dhiifnee laaqii cubbuu isa waliin dhiitaa akka jiraannuuf, dhuma irrattis isa  waliin abidda hin qabbanoofneef qoraan akka taanuuf haala mijeeffata. Yeroo kanatti ogeessicha Solomoon wajjin taanee akkas jennee haa deebisnuuf, “Namni qajeelaan yeroo torba ni kufa ni kaas” (Fak.24:16). Madda: "Kitaaba Maaliif Dhiphattaa?" jedhu.
Mostrar todo...
19👏 3
Repost from Orthodox Promotion
Channel ’ootni mimmiidhagoo armaan gadii kunneen, barumsa mana Kiristiyaana Ortodoksii Tewaahidoo, Seeraa fi Dambii ishee haala eeggateen sagalee Waaayyoo lallabuu fi barsiisuu irratti argamu. Channel ’oota kanneen keessatti: Lallaba, Koorsii, Faarfannaa, Walaloo, Jechoota Abbootaa, Seena qulqullootaa guyyaa guyyaadhaan Mana Kiristiyaanaa keenya keessatti yaadatamanii, Gaaffilee mana kiristiyaanaa keenya irratti gaafataniif deebii, Gorsa Abbootaa, PDF ykn Kitaabota afuuraa kan Ortodoksii Tewaahidoo, kkf argattu. Channel ’oota kanneen keessa seennan mee maal dhabdu? Yoo akka barbaaddanitti dhabdanis waan barbaaddan kamillee gaafattanii argattu! Kanaafuu, itti goraatii Channel ’oota kanneen hundumaa tokko tokkoon “Join/Subscribe” taasifadhaa; irraas fayyadamaa; baradhaa!
Mostrar todo...
1
Godoliyaas
Pheeni’eel
Ulee Amantaa
Fayyisaa Addunyaa
Walaloo Ortodoksii
Walaloo Afuuraa
Faaruu Haaraa OT
Lallaba Ortodoksii
Daandii Jireenyaa
Qabsuura Qulqullootaa
Daandii Qulqullootaa
Daandii Qulqullootaa
Dn Misgaanuu Yaadasaa
F/taa Koo’eel  Shawaa
Caffee Mooraa Jimmaa
Sagalee Gammachuu
Gaaffii Shakkitootaaf Deebii
Gaaffii keessaniif deebii
Gaaffii Muslimootaaf Deebii
Xoofoo Qulq. Isxifaanos
Kadhannaa Qulqullootaa
Faaruu A/O Ortodoksii T
Barnoota Amantaa OT
Qulqulleettii Mana Amantaa
Firii Qulqullootaa
Tajaajila Ortodoksummaa
Dangu Studio Official
🎥 Dagnu Studio
🎥 Waltajjii Callisaa
🎥 Orto_TMedia
🎥 Amoo Tube
🎥 Ezra Tube
Promotion’tti galmaa’uuf
Photo unavailableShow in Telegram
Maxxansi 2ffaan baheera. Argachuuf 0923220755. Suuqii WDB fi suuqiiwwan biroo qunnamaa
Mostrar todo...
26👍 2
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.