es
Feedback
Diinaa'ol Kumaa

Diinaa'ol Kumaa

Ir al canal en Telegram

Rakkina kee rakkisaa keetti hin himiin.

Mostrar más
El país no está especificadoLa categoría no está especificada
1 384
Suscriptores
+124 horas
+17 días
-1730 días
Archivo de publicaciones
Repost from N/a
+4
Qajeelfama Mirkaneessa Dizaa2.doc5.00 KB

Lakk-261767, Imaanaa hir'iseera jedhamuuf yoo Ragaan mirkaneesse qofaadha..pdf

+1
Dambii fi Qajeelfama Ragga'e Magaalotaaf.pdf43.76 MB

Binimos lawyer: Dambii fi Qajeelfama Misooma,Bulchiinsaa Dabarsa Manneen Oromiyaa iddoo tokkootti. 👉 Dambii Misooma,Bulchiinsaa fi Dabarsa Manneenii Naannoo Oromiyaa Lakk. 246/2016. 👉Qajeelfama Misooma, Bulchiinsaa fi Dabarasa Manneen Naannoo Oromiyaa Lakk. 28/2016.(Dambii Lakk. 246/2016 raawwachisuuf bahe) Tajaajila Abukaatummaa fi Gorsa seeraa Argachuuf Bilbila☎️ 0911932736 / 0927795673 ✍️Ppt leenjii seera ijaarsaa ✍️Labsiilee, Dambii, qajeelfamoota rogummaa qaban fi ✍️waliigalteewwaan moodelaa garagaraa bakka tokkotti kan qindaawe.

Proclamation_No_1183_2020_Federal_Administrative_Procedure_Proclamation.pdf8.74 KB

Dambii Lak 229 Bara 2014.pdf11.27 MB

uura S/d/f/hh/kwt 154 tiin murtiin duratti uggura gaafachuuf iyyannaa dhihaateedha. Iyyataa/tuu/toota: 1----------------------------------------- 2----------------------------------------- 3----------------------------------------- Teessoo: -------------------------------------------- Himatamaa/tuu/toota    1---------------------------------------------------- 2 ---------------------------------------------------- 3 ---------------------------------------------------- Teessoo: ---------------------------------------------- Tarree  Iyyannaa Falmii hariiroo hawaasaa dhimma-------------------------------------- himatamaa/tuu/toota waliin galmee lakk. isaa----------------------------- irratti qabnu ilaalchisee  utuu murtiin dhumaa hin kennaminiin duratti qabeenyaa falmiif sababa ta

Labsii_Qabeenyaa_Deebisiisuu_Lakk_1364_2017_Afaan_Oromootti_hiikame.pdf7.44 KB

Repost from Diinaa'ol Kumaa
Yakkoota Taaksiin wal qabatan irraatti barreeffama qopha'ee

Jecha Ragummaa W/ra Poolisiitti Kenname MMtti Jijjiiruun Ofii Isaatti Ragaa Sobaa Jedhamuu Hindanda’u. ============================================================ Dhaddachi Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Jildii 23ffaa Lakkoofsa Galmee 153228 ta'e irratti "ragaan tokko yeroo poolisiin qorannoo dhimma yakkaa irratti gaggeessu jechi ragaan sun sadarkaa qorannootti kenne,akka adeemsa hojii abbaa seerummaa(judicial) yookiin hojii abbaa seerummaa fakkaatu qabu(quasi-judicial) biratti dhugaa dubbachuuf kakuu raawwatee jecha ragummaa inni Galmee qorannoo poolisii irratti kenne,sababa qaama abbaa seerummaa(Mana Murtii) yookiin qaama abbaa seerummaa fakkaatu qabu dhihaatee jecha isaa jijjiireef,jechi sobaa kam akka ta'e sirriitti ragaa biraatiin osoo hin mirkanaa'in(hin qulqullaa'in) jechi ragaa gara gara ta'eef qofa ragaa gochuun ragaan sun jecha ragaa sobaa kennuutiin yakkaan isa gaafachiisu bu'uurri seeraa kan hin jirre ta'uu" hiikoo dirqisiisaa kennee ture.

Repost from Gonfa Atoma
Labsii Qabeenya Deebisiisuu/Afaan Oromootiitti Hiikame!

START UP PROCLAMATION No. 1396/2025 Daniel Fikadu Law Office

Heera_Mootummaa_Feederalaa_Afaan_Oromoon_AA_Lalisaa_Milkiyaasn_kan.pdf6.37 KB

+3
G12-Biology-STB-2023-web.pdf172.16 MB

+3
G11-Biology-STB-2023-web.pdf38.68 MB

+9
G11-Agriculture-STB-2023-web.pdf21.57 MB

G10-Physics-STB-2023-web.pdf9.98 MB

+9
G10-Biology-STB-2023-web.pdf11.70 MB