cookie

Utilizamos cookies para mejorar tu experiencia de navegación. Al hacer clic en "Aceptar todo", aceptas el uso de cookies.

avatar

Gonfa Atoma

Mostrar más
Etiopía6 275El idioma no está especificadoLey2 628
Publicaciones publicitarias
2 495
Suscriptores
Sin datos24 horas
+107 días
+2930 días

Carga de datos en curso...

Tasa de crecimiento de suscriptores

Carga de datos en curso...

Photo unavailableShow in Telegram
Beeksisa Jijjiirraa Bakka Hojii የስራ ቦታ ለዉጥ ማስታወቅያ (Calcallii  irraa gara Caffee Araaraa) ከጨልጨሊ-ጨፌ አራራ ---------------------------- (Waxabajjii 23,2016 Finfinnee, Caffee Araara, MMWO)-Manni Murtii Waliigalaa Oromiyaa gamoo hammayyaa magaalaa Finfinnee, Caffee Araaraa (6 kiiloo)tti ijaarsisaa ture boqonnaa xumuraa irraan gahuun Waxabajjii 24, 2016 irraa eegalee guutumaan guutuutti bakka duraan ture Calcallii /Saarbeet/ irraa gara Caffee Araaraatti jijjiiruu ibsaa tajaajiltoonni  tajaajila barbaaddan gamoo haaraa naannawaa Caffee Araaraa  'anbassaa gibbii' cinaatti ykn Biiroo Barnoota Magaalaa Finfinnee fuulduratti argamutti tajaajila argachuu kan dandeessan ta'uu ni hubachiifna. የኦሮሚያ ጠቅላይ ፍርድ ቤት ጨፌ አራራ (6 ኪሎ) አከባቢ ስያስገነባ የነበረዉን ዘመናዊ  ህንፃ በማገባደድ ጨልጨሊ (ሳር ቤት) ከነበረዉ ግዜያዊ መስርያ ቦታ ከሰኔ 24,2016 ጀምሮ ወደ አዲሱ ህንፃ  ያዛወረ መሆኑን እየገለፅን አገልግሎት የሚፈልግ ማንኛዉም ተገልጋይ ጨፌ አራራ (6 ኪሎ) በሚገኘዉ አዲሱ ህንፃ ተገኝቶ መገልገል የሚችል መሆኑን እናሳዉቃለን፡፡ ------------------ #Daayireektoreetii_Dhimmoota_Komunikeeshinii_MMWO #የኦሮሚያ_ጠቅላይ_ፍርድ_ቤት_ኮሚዩኒኬሽን_ጉዳዮች_ዳይሬክቶሬት
Mostrar todo...
Repost from Desalegn B.
Namni Lafa Baadiyyaa Bittaafi Gurgurtaa Dhoksaatiin Argate Darbiinsa Yeroo Akka Ittisaatti Kaasuu Ni Danda'aa? (Labsii Lakk.248/2015 Kwt 53(2) irratti xiyyeeffachuun Marii abbootii seeraa Manneen Murtii Godina Harargee Lixaa Waliin 'Google Meeting'dhaan Taasifame)        Desalegn B.
Mostrar todo...
DARBIINSA YEROO WALIIGALTEE BITTAAFI GURGURTAA LAFAA.pdf5.58 KB
👍 8
Edit, Sign and Share PDF files on the go. Download the Acrobat Reader app: https://adobeacrobat.app.link/Mhhs4GmNsxb
Mostrar todo...
e18ba8e18898e18a95e18c8de188b5e189b5_e188b0e188abe189b0e18a9ee189bd.pdf7.77 KB
8
Labsii Hojjattoota Mootummaa Federaalaa (Marii Paarlaamaaf Dhiyaate)
Mostrar todo...
👍 4
Edit, Sign and Share PDF files on the go. Download the Acrobat Reader app: https://adobeacrobat.app.link/Mhhs4GmNsxb
Mostrar todo...
e18ba8e18898e18a96e188aae18bab_e189a4e189b5_e18aaae188abe18bad_.pdf8.17 KB
👍 5 2
Photo unavailableShow in Telegram
Dhaabbanni Facebook (Meta) page kana verify akka naaf godhu gaafannaan account Gonfa Atoma Negaye jedhu kana wayya jedhee isatti blue badge naaf godhe. Kana jechuun, kana booda waantotan barreessu gama isa beekamtii argateen ta'a. Kanaaf, hordoftootni koo paga kana hordoftan hundi geessituu /link/ armaan gadii fayyadamuun isa Gonfa Atoma Negaye jedhu 'follow' akka gootan, ergichas waliif qooddaan isin gaafadha. https://www.facebook.com/gonfaa
Mostrar todo...
👍 13
Repost from GUMA LAW FIRM
Photo unavailableShow in Telegram
𝗕𝗔𝗚𝗔 𝗚𝗘𝗘𝗦𝗦𝗔𝗡! እንኳን አደረሳችሁ! ••• Hordoftootni Amantaa Islaamaa marti baga Ayyaana Iid Al-Adhaa waggaa 1445ffaa tiin nagaan isin gahe. ለመላው የእስልምና ዕምነት ተከታዮች እንኳን ለ1,445ኛው ኢድ-አል አድሐ (አረፋ) በዓል አደረሳችሁ! 𝗘𝗶𝗱 𝗠𝘂𝗯𝗮𝗿𝗮𝗸!
Mostrar todo...
10👍 4👏 1
Wixinee labsii kabaja ayyaana uummataa murteessuf qophaa'e keessatti Caamsaan 20 akka ayyaanatti beekamtii hin arganne.
Mostrar todo...
Elige un Plan Diferente

Tu plan actual sólo permite el análisis de 5 canales. Para obtener más, elige otro plan.