Diinaa'ol Kumaa
Kanalga Telegram’da o‘tish
Rakkina kee rakkisaa keetti hin himiin.
Ko'proq ko'rsatishMamlakat belgilanmaganToif belgilanmagan
1 384
Obunachilar
+124 soatlar
+17 kun
-1730 kun
Postlar arxiv
1 384
Repost from 𝐁𝐈𝐍𝐈𝐌𝐎𝐒 - 𝐋𝐀𝐖𝐘𝐄𝐑
Lakk-261767, Imaanaa hir'iseera jedhamuuf yoo Ragaan mirkaneesse qofaadha..pdf
1 384
Binimos lawyer:
Dambii fi Qajeelfama Misooma,Bulchiinsaa Dabarsa Manneen Oromiyaa iddoo tokkootti.
👉 Dambii Misooma,Bulchiinsaa fi Dabarsa Manneenii Naannoo Oromiyaa Lakk. 246/2016.
👉Qajeelfama Misooma, Bulchiinsaa fi Dabarasa Manneen Naannoo Oromiyaa Lakk. 28/2016.(Dambii Lakk. 246/2016 raawwachisuuf bahe)
Tajaajila Abukaatummaa fi Gorsa seeraa Argachuuf
Bilbila☎️ 0911932736 / 0927795673
✍️Ppt leenjii seera ijaarsaa
✍️Labsiilee, Dambii, qajeelfamoota rogummaa qaban fi
✍️waliigalteewwaan moodelaa garagaraa bakka tokkotti kan qindaawe.
1 384
Proclamation_No_1183_2020_Federal_Administrative_Procedure_Proclamation.pdf8.74 KB
1 384
uura S/d/f/hh/kwt 154 tiin murtiin duratti uggura gaafachuuf iyyannaa dhihaateedha.
Iyyataa/tuu/toota:
1-----------------------------------------
2-----------------------------------------
3-----------------------------------------
Teessoo: --------------------------------------------
Himatamaa/tuu/toota
1----------------------------------------------------
2 ----------------------------------------------------
3 ----------------------------------------------------
Teessoo: ----------------------------------------------
Tarree Iyyannaa
Falmii hariiroo hawaasaa dhimma-------------------------------------- himatamaa/tuu/toota waliin galmee lakk. isaa----------------------------- irratti qabnu ilaalchisee utuu murtiin dhumaa hin kennaminiin duratti qabeenyaa falmiif sababa ta
1 384
Jecha Ragummaa W/ra Poolisiitti Kenname MMtti Jijjiiruun Ofii Isaatti Ragaa Sobaa Jedhamuu Hindanda’u.
============================================================
Dhaddachi Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Jildii 23ffaa Lakkoofsa Galmee 153228 ta'e irratti "ragaan tokko yeroo poolisiin qorannoo dhimma yakkaa irratti gaggeessu jechi ragaan sun sadarkaa qorannootti kenne,akka adeemsa hojii abbaa seerummaa(judicial) yookiin hojii abbaa seerummaa fakkaatu qabu(quasi-judicial) biratti dhugaa dubbachuuf kakuu raawwatee jecha ragummaa inni Galmee qorannoo poolisii irratti kenne,sababa qaama abbaa seerummaa(Mana Murtii) yookiin qaama abbaa seerummaa fakkaatu qabu dhihaatee jecha isaa jijjiireef,jechi sobaa kam akka ta'e sirriitti ragaa biraatiin osoo hin mirkanaa'in(hin qulqullaa'in) jechi ragaa gara gara ta'eef qofa ragaa gochuun ragaan sun jecha ragaa sobaa kennuutiin yakkaan isa gaafachiisu bu'uurri seeraa kan hin jirre ta'uu" hiikoo dirqisiisaa kennee ture.
1 384
START UP PROCLAMATION No. 1396/2025 Daniel Fikadu Law Office
