πππππππ - ππππππ
π AnΓ‘lisis del canal de Telegram πππππππ - ππππππ
El canal πππππππ - ππππππ (@binimoslawyer) es un actor destacado. Actualmente la comunidad reΓΊne a 37 436 suscriptores, ocupando la posiciΓ³n 181 en la categorΓa Ley y el puesto 889 en la regiΓ³n EtiopΓa.
π MΓ©tricas de audiencia y dinΓ‘mica
Desde su creaciΓ³n el Π½Π΅Π²ΡΠ΄ΠΎΠΌΠΎ, el proyecto ha mostrado un crecimiento acelerado, reuniendo a 37 436 suscriptores.
SegΓΊn los ΓΊltimos datos del 24 julio, 2026, el canal mantiene una actividad estable. En los ΓΊltimos 30 dΓas la variaciΓ³n de miembros fue de -153, y en las ΓΊltimas 24 horas de -2, conservando un alto alcance.
- Estado de verificaciΓ³n: No verificado
- Tasa de interacciΓ³n (ER): El promedio de interacciΓ³n de la audiencia es 25.64%. Durante las primeras 24 horas tras publicar, el contenido suele obtener 10.10% de reacciones respecto al total de suscriptores.
- Alcance de las publicaciones: Cada publicaciΓ³n recibe en promedio 9 598 visualizaciones. En el primer dΓa suele acumular 3 781 visualizaciones.
- Reacciones e interacciΓ³n: La audiencia responde de forma activa: el promedio de reacciones por publicaciΓ³n es 33.
π DescripciΓ³n y polΓtica de contenido
El autor describe el recurso como un espacio para expresar opiniones subjetivas:
βLawyer ( Abukaatoo) (α α α )β
Gracias a la alta frecuencia de actualizaciones (ΓΊltimos datos recibidos el 25 julio, 2026), el canal mantiene la vigencia y un amplio alcance. La analΓtica demuestra que la audiencia interactΓΊa activamente con el contenido, lo que lo convierte en un punto de referencia dentro de la categorΓa Ley.
Carga de datos en curso...
| Fecha | Crecimiento de Suscriptores | Menciones | Canales | |
| 25 julio | +2 | |||
| 24 julio | +2 | |||
| 23 julio | +79 | |||
| 22 julio | +24 | |||
| 21 julio | +1 | |||
| 20 julio | +6 | |||
| 19 julio | 0 | |||
| 18 julio | 0 | |||
| 17 julio | 0 | |||
| 16 julio | 0 | |||
| 15 julio | 0 | |||
| 14 julio | 0 | |||
| 13 julio | +4 | |||
| 12 julio | 0 | |||
| 11 julio | 0 | |||
| 10 julio | +1 | |||
| 09 julio | 0 | |||
| 08 julio | 0 | |||
| 07 julio | 0 | |||
| 06 julio | 0 | |||
| 05 julio | 0 | |||
| 04 julio | 0 | |||
| 03 julio | 0 | |||
| 02 julio | +5 | |||
| 01 julio | 0 |
| 2 | #πππ₯aaπ§πππ«π’π’_Bππ«π§π¨π¨πππ_Waliigalaa_Bππ«π_Barnootaa_ππππ_Biiroo_Barnootaa_Oromiyaatiin_Qophaa'eedha.
=β’=β’=β’=β’=β’
Odeeffannoo biroo argachuuf
ππ
Chaanaalii - https://t.me/HaaBarruu
Garee - https://t.me/H2Bru
ππ
Facebook - facebook.com/HaaBarruu | 4 411 |
| 3 | Mulβatan Qaba
I have a dream
Martin Luther King Jr kan barreeffame; Obbo Baqqalaa Garbaan gara Afaan Oromootti kan hiikame | 5 030 |
| 4 | Qajeelfama Lakk 33/2018
Qajeelfama Bittaafi Gurgurtaa Qabeenyaa Sirna Elektirooniiksii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Lakkoofsa 33/2018
@tahadinelawchannel | 5 001 |
| 5 | https://www.tiktok.com/t/ZTAYkER6R/ | 6 652 |
| 6 | Vedio Lafa Magaalaa Ilaalchisee Hojjadhe kana ilaalaa
ππππ
https://www.tiktok.com/t/ZTAFwkc8W/ | 293 |
| 7 | Qajeelfama Sirna Kaffalitii Elektiroonksii 34.2018.pdf | 9 456 |
| 8 | Waajjiraaleen hundi Adooleessa 2018 irraa jalqabee Kaffaltaa kamiyyuu Baankii Daldala Itoophiyaatiin karaa elektirooniksii ykn 'Internet Banking' qofaan kaffaltaan akka Raawwatamu jedhamee jira.
βKanaafuu, Waajjiraaleen hundi Adooleessa 2018 irraa jalqabee Baankii Daldala Itoophiyaa waliin waliigaltee mallatteessuun sirnichatti akka fayyadamtan beeksifameera.
Followπ https://t.me/binimoslawyer | 8 611 |
| 9 | Share Danbii Ittiin Bulmaata Waldaa Barsiisotaa (1).pdf | 6 690 |
| 10 | Sin texto... | 8 055 |
| 11 | dhimma waliigaltee.pdf | 7 868 |
| 12 | Dambii Kenna tajaajila lammummaa Naannoo Oromiyaa lakk. 26/2018
https://t.me/BikilaLawOffice | 9 011 |
| 13 | Murtii dhaddacha Ijibbaataa jildii 1ffaa hanga 28ffaa jiru bakka tokkotti asirraa argachuu dandeessu.
telegraama keenya join godhaa π https://t.me/Ardaaseeraa | 9 870 |
| 14 | Heera Mootummaa Naannoo Oromiyaa.pdf | 8 843 |
| 15 | Mirga Wabii Irratti - 292349.pdf | 8 704 |
| 16 | ''Adabbiin yakkichaa ulfaataadha jechuun yakka mirga wabii nama hin dhoorkisiifne mirga wabii dhoorkuun seeraan alummaadha'' jechuun DH/IJ/MMWF Lakk. G- 292349 Irratti gaafa 24/6/2018 murteesse. | 52 |
| 17 | Sin texto... | 8 008 |
| 18 | Share caasaa Haaraa Waajjira Qonnaa.pdf | 8 403 |
| 19 | +1 murtii dhaddacha ijjibaataa afaan oromootti hiikamee | 11 630 |
| 20 | Malli Argannaa Mirga Abbaa Qabeenyummaa 'Specification' ykn 'Transformation' ykn 'Processing' Jedhamu Mala Akkamiiti?
^^^^ββββ^^^^^ββββββ^^^^^^ββββββββ
Qabeenya Jijjiiramuudhaan Argame (Transformation ykn Specification) (SHH kwt 1182)
Namni tokko humna isaa fi yaada gaariidhaan qabeenya socho'aa nama biroo fayyadamuun waan haarayaa kan biraa tokko yoo hojjete taatee uumamu ilaallata. Qabeenya haarayaa ykn jijjiirame kana irratti eenyutu abbaa qabeenyaa ta'uu qaba gaaffiin jedhu ka'uun isaa hin hafu. Deebiin gaaffii kanaa haalota irratti kan hundaa'edha. Kunis, gatiin humna isaa gatii wanta hojjetamee ykn haaromfamee kan caalu yoo ta'e, wanti haarayaan hojjetame ykn jijjiirame sun kan nama humna isaa itti dhangalaasee hojjetee ykn jijjiiree ta'a. Gatiin qabeenya haaromfamee kan caalu yoo ta'e garuu wanti hojjetame ykn haaromfame kanuma abbaa qabeenyichaa ta'a. Tilmaamni hojichaafi gatiin wanta haaromfamee wayita walqixa ta'u wanti haarayaan hojjetame ykn haaromfame kan eenyuu ta'a gaaffii jedhuuf deebii hin kennu.
Akka waliigalaatti, safartuuleen tilmaama keessa galuu qaban:
πHojichi waan haarayaa kan uume ta'uu qaba.
πNamni hojicha hojjete yaada gaariidhaan kan hojjete ta'uu qaba.
πGatiin humnaa hojichaaf bahe gatii wanta jijjiirame sanii ol ta'uu qaba. Haalotni kun yoo guutaman wanti hojjetame sun kan nama humnaafi beekumsa isaa fayyadamee hojjetee ykn jijjiiree ta'a.
Namoonni qabeenya socho'aa nama biroo fayyadamuun wanta haarayaa hojjechuu danda'an kanneen akka namoota uffata hodhanii, nyaata bilcheessanii, fakkii kaasanii, huccuu dhahaniifi Kkf dabalata.
(Madda: Moojula Inistituyuutiin Leenjii Federaalaa Seera Qabeenyaa Irratti Qopheesse)
Hubachiisa:
πBiyyoota tokko tokkotti gatiin humnaafi gatiin qabeenya jijjiiramee wal qixa yoo ta'e, qabeenya waliinii isaanii ta'a.
πSirna argannaa kun qabeenya hin sochoone hin ilaallatu.
Β Β Β Β Β Β Join:-@desberofMM
Β Β Β Β Β Β Β Β Desalegn B. | 7 747 |
