Barruulee
Open in Telegram
šš¬šØšØš¬šš¦š š šš š ššššššØšØ, š°šš„šš„šØšØ, š£ššš”šš¦šØšØšš, ššš«š«š®š®š„šš ššš«š¬š¢š¢š¬šš§š¢š¢ šš¢ ššš¬š”šš§š§šš§š¬š¢š¢š¬šš§ ššØšØš«š š¤šš§šš«š«ššš§ š§š¢š¢ šš«š šššš®! Inbox @burruusa
Show more833
Subscribers
+124 hours
+17 days
+1830 days
Data loading in progress...
Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
July '26
July '26
+1
in 0 channels
June '26
+29
in 1 channels
Get PRO
May '26
+18
in 2 channels
Get PRO
April '26
+47
in 2 channels
Get PRO
March '26
+27
in 3 channels
Get PRO
February '26
+23
in 0 channels
Get PRO
January '26
+28
in 2 channels
Get PRO
December '25
+42
in 2 channels
Get PRO
November '25
+30
in 2 channels
Get PRO
October '25
+48
in 1 channels
Get PRO
September '25
+47
in 0 channels
Get PRO
August '25
+111
in 4 channels
Get PRO
July '25
+72
in 3 channels
Get PRO
June '25
+23
in 1 channels
Get PRO
May '25
+25
in 0 channels
Get PRO
April '25
+453
in 1 channels
Get PRO
March '250
in 2 channels
Get PRO
February '25
+3
in 2 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 02 July | 0 | |||
| 01 July | +1 |
Channel Posts
Erga online irraa baddee
Maal gochuu jalqabdee?
Moo,
Ana jalaa dhokattee
Akkan si barbaaduufii?
Offline ta'uun kee
Dhuguma nagumaafii?
| 2 | ā ļø
Miidhagina + Sammuu
Argannaan bira hin darbamu!
š¤ | 105 |
| 3 | Mallattoon fariisotaa tokko qoosaa jibbuu isaaniiti. Qoosaa kee isa hiriyoonni kee dhaggeeffatanii kolfaa jiran dhufanii takka dhaggeeffatanii, " Kun nama hin kofalchiisu" siin jedhu.
Akka ilaalcha isaaniitti wanti marti 'quumnagara' ta'ee qoosanii fi taphnimmoo mallattoo bilchina dhabuutti lakkaa'amuu qaba!
Kitaaba koo isa, " Ati fariisotaa?" jedhu keessaa kan fuudhame š | 111 |
| 4 | Nama tokko tokkoo jaallattee yoo duuteefiyyuu 'galatoomi' siin jechuuf yaadatee awwaala kee hin dhufu!
Salphaatti waliif hin du'inaa jechuumaafan jedhe š¶āāļø | 160 |
| 5 | Hundaan-guuttuu namaati
Hir'inarraa walabaa
Garuu,
Ilkaaniin kan dhokfattu
Garaanshee gadda qaba!
Gaafan ija ishee ilaalee
Onnee kootu na cabe
Dhukkubni isheen dhokfattu
Anas dhufee na qabe!
Of-dagachiisuun cimee
Afaan koo maragadhee
Namnis naaf hin hubatu
Isan gaddasheen qabame
Jaalala ishee qabe jedhanii
Ollaa dhaa na hamatu!
ā | 170 |
| 6 | Kadhata halkani!
Yaa waaq, abjuun koo siin haa miidhagu! Iccitii natti himachuu feetu abjuudhaan natti dubbadhu!
Qaamnii fi qalbii koo harka keetiin naaf suphamee akka buluuf sin kadhadha! Guyyaa ani hin beekne dhufaa jiru sana gaarummaa keetiin naaf mo'i; isa ani jiraadhee dabarsaa jiru kanaafimmoo galata fudhadhu! | 181 |
| 7 | .
Gaafa dheerattu salphaatti qal'inaaf saaxilamta! Namni gabaabaan qal'oo hin qabu!
. | 208 |
| 8 | Barbaachi kee jalqabaa uumaa kee siif haata'u!
š | 205 |
| 9 | .
"Maaf badde?" hin jedhu
Har'a gaaffii geeddaraa
''Eessa turte?'' natti himi
Lafa ati deemtun baraa
. | 207 |
| 10 | .
Na dhiisi jaalakoo
Miidhagina keetiif maafan qalbii dhabaa?
Yeroo tokko tokko
Abaaboo miidhagaan bofa of jalaa qaba!
. | 286 |
| 11 | Duuti utuu hafee jedhuu
An yoo hafe garaa na nyaataa
Dhagaadhaaf biyyoon suni
Jireenya kana caalaa ulfaataa?!
ā | 274 |
| 12 | Kan akka waan jaallatan dhabuu ogeessa nama godhu hin jiru!
Jalqabbiin xiinxala sammuu keenyaa yeroo muka gaaddisaaf jala boqonnu sana dhabnu dammaqa. Namni waan jaallate dhabe hiikaa jiruuf jireenyaa, jibbaaf jaalalaa, argachuuf dhabuu sirnaan yaadee hubata. Dhukkubbiin sun marti sanyii hubannaa boriiti!
Namni akkasii ariifatee homaa hin amanu; yoo amanemmoo itti gaafatamummaa dhibee amanamummaan sun fidu mara beekee amana! Shakkuu fi amanuun irraa miidhaga! Lameenuu namichaaf iddoo guddaa qabu; walii isaaniis hin caalan!
Ilma kee eebbisi osoo naan jedhanii egaa, " Jaalladhuu dhabi; dhaba kee sana booda jaalalli ammayyuu akka jirummoo argi!" jedheen eebbisa! | 297 |
| 13 | Jijjiiramuun salphaa miti
Gaafa sammuun keenya
Daandii isaa geeddaruu
Qooqniif qaamni keenya
Salphaatti itti hin baru!
š | 262 |
| 14 | Filannoowwan haadha warraa keetiitti hin qoosin;
Atis filannoo ishee keessaa tokko š¶āāļø | 297 |
| 15 | "Situ jiraan jira"
šµ | 303 |
| 16 | Addunyaa kanarra namoota gosa lama qofa jira; an isa sadaffaadha!
š | 342 |
| 17 | Aduun jaalladha jettaa gaafa aduun baatu gaaddisatti baqatta;
Bokkaan jaalladha jettaa gaafa bokkaan roobu dibaabee qabatta.
Sin jaalladha gaafa ati jettu anj kanaafan si sodaadha!
ā | 379 |
| 18 | Namni jaalala beeka jedhamu nama jaalallee baayyee qabu osoo hin taane nama jaalallee isaa tokkii karaa baayyeedhaan jaallachuu danda'udha!
ā | 341 |
| 19 | No text... | 369 |
| 20 | Gaafa hiriyoonni koo liqii na gaafatan natti tola. Waanan isaan caalaa jiraachaa jiruu natti fakkaata.
š¶āāļø | 357 |
Available now! Telegram Research 2025 ā the year's key insights 
