ch
Feedback

不要被骗子欺骗!Telemetrio 会找到并标记这些频道 👉 如果想查看标记,请订阅 👈

Barruulee

Barruulee

前往频道在 Telegram

𝐀𝐬𝐨𝐨𝐬𝐚𝐦𝐚 𝐠𝐚𝐠𝐠𝐚𝐛𝐚𝐚𝐛𝐨𝐨, 𝐰𝐚𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨, 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚, 𝐛𝐚𝐫𝐫𝐮𝐮𝐥𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐛𝐚𝐬𝐡𝐚𝐧𝐧𝐚𝐧𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐧 𝐭𝐨𝐨𝐫𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚𝐧 𝐧𝐢𝐢 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐮! Inbox @burruusa

显示更多
862
订阅者
无数据24 小时
-17 天
+830 天

数据加载中...

相似频道
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服。
标签云
无数据
有任何问题?请刷新页面或联系我们的客服。
进出提及
---
---
---
---
---
---
吸引订阅者
10月 '26
十月 '26
+3
在0个频道中
九月 '26
+22
在1个频道中
Get PRO
八月 '26
+35
在1个频道中
Get PRO
七月 '26
+14
在1个频道中
Get PRO
六月 '26
+29
在1个频道中
Get PRO
五月 '26
+18
在2个频道中
Get PRO
四月 '26
+47
在2个频道中
Get PRO
三月 '26
+27
在3个频道中
Get PRO
二月 '26
+23
在0个频道中
Get PRO
一月 '26
+28
在2个频道中
Get PRO
十二月 '25
+42
在2个频道中
Get PRO
十一月 '25
+30
在2个频道中
Get PRO
十月 '25
+48
在1个频道中
Get PRO
九月 '25
+47
在0个频道中
Get PRO
八月 '25
+111
在4个频道中
Get PRO
七月 '25
+72
在3个频道中
Get PRO
六月 '25
+23
在1个频道中
Get PRO
五月 '25
+25
在0个频道中
Get PRO
四月 '25
+453
在1个频道中
Get PRO
三月 '250
在2个频道中
Get PRO
二月 '25
+3
在2个频道中
日期
订阅者增长
提及
频道
07 十月0
06 十月0
05 十月0
04 十月+1
03 十月+1
02 十月+1
01 十月0
频道帖子
.
Gaafan maqaa kee namootarraa dhaga'u du'a xiqqoo tokkon sekondotaaf du'a!
✍

2
Waanan sirratti arge maali beektaa? Waan ati ofirratti hin arginedha. @Barruulee
39
3
Dafqi bara dargaggummaa hin buune bara dullumaa imimmaan ta'ee bu'a! Yeroo dafquu qabdu kanatti dafqii hojjedhu! Humna kee qusachaa hin jiraatin; jiruu dachee kanaa yoo ta'e humna kee guutuu yoo hojjetteyyuu milkaa'inni beekamaa miti. Waan qusattu kamiyyuu hin qabaatin! ☝
112
4
Dhaloota dhufuuf ergaa maalii qabda? Ana: Hin dhufinaa 😀
122
5
“Kennaa guddaan ani dachee kanaaf kennee darbu maali?” jedhanii of gaafachuu baruun gaariidha. Maal kennitees darbita? Ani, dhala koo kenneefii darbuun yaadaa jira! @Barruulee
137
6
. Waan hunduma isaatiif maqaan Waaqayyoo haa kabajamu! 🙏
192
7
Addunyaan qilee haa seentu; anaaf shaayee naaf buusaa!  Dostoevsky
198
8
Iccitii dhiirotaa #087 Dhiiraaf "crush" qabaachuun ijoollummaatti barsiistuuma isaaniirra eegala! 🤷‍♂️
199
9
"Nan gala" naan jettee Gaafan si geggeesse Quba hin qabun ture Eessa akkan si geesse! Miiltoo gaarii ta'ee Hamaa sirraa dhorkee Mana galte jedheen Nagaa dhaamee sokke! Gowwaa na godhattee Sagal na gurgurtee Manan gale jettee Ganda namaa bulte! ✍
209
10
"...Ani waan gaarii gochuu utuman jaalladhuu hojjechuu hin danda'u. Waan gaarii isa ani jaalladhu hin godhu; waan hamaa isa ani hin jaallanne garuu nan hojjedha" Roomaa 7: 18_ 19
210
11
Jireenya dabarsite mara yaadadhumee! Waan fedhe haata'u! Akka ati yaaddes, akka ati sodaattes haata'u, imala dinqisiisaa ta'uu isaa hin agartuu? Waggaa kudhan har'aammoo kana caalaa kaleessa kee yaadattee ajaa'ibsiifachuuf jirta!
236
12
. Gar-tokkeen dhibeekoo Ameenii lagachuudha Kanaaf 'Ameen' jechuudha Gar-tokkeen inni hafe Ameeniin baayyisa Kanaaf nan callisa! 🚶‍♂️
264
13
Jechi kun namoota jajjabeessu akka qabu abdiin qaba; Gaaffii baayyee cimaan hanga yoonaa deebii hin arganne, kan ani waggaa 30 oliif qorannoo dubartootarratti godhus deebisuu dadhabe, " Dubartiin maal barbaaddi?" gaaffii jedhudha! Sigmund Freud 🥂
280
14
. Gaafa waan tokko gochuu yaaddee sodaattu, " Osoon sodaachuu dhiisee waan kana nan raawwadhaa?" jedhii ofii kee gaafadhu. Sababni ati qabdu sodaa qofa taanaan gochaa sana raawwadhu! Sodaaf abboomamuun garbummaadha! Sodaa ofii abboomuun, garuu birmadummaadha! 🌤
238
15
. Osoon deebi'ee dhufee Murtoo darbe shaaree Bagan deebi'ee jedhamoo Cabeen deema aaree! .
237
16
. Anoo miidhagina keetiin Of wallaaleen fajajaa Akkamittan walaleessee Jecha filee si jajaa? Si ilaalee hin quufne Mil'uun agartuu onnee Arraba koon si jajuuf Ani yeroo hin arganne! ✍
248
17
. Niichaan, " Wanti si hin ajjeesne si jabeessa" jedhe. Animmoo, " Wanti na hin jabeessine na ajjeesa" jedhe! ☝
246
18
. Irreecha ooltee galtee ammas "single" taatee itti fufuun abaarsa! Aad-maleedhas!  .
258
19
. " Barri hamaan utuu hin dhufin, waggoonni ati, "Anatti hin tolan" ittiin jettus utuu hin dhi'aatin, bara dargagummaa keetti uumaa kee yaadadhu!" Lal 12: 1 🙏
244
20
" Barri hamaan utuu hin dhufin, waggoonni ati, "Anatti hin tolan" ittiin jettus utuu hin dhi'aatin, bara dargagummaa keetti uumaa kee yaadadhu!" Lal 12: 1 🙏
1