fa
Feedback
Barruulee

Barruulee

رفتن به کانال در Telegram

𝐀𝐬𝐨𝐨𝐬𝐚𝐦𝐚 𝐠𝐚𝐠𝐠𝐚𝐛𝐚𝐚𝐛𝐨𝐨, 𝐰𝐚𝐥𝐚𝐥𝐨𝐨, 𝐣𝐞𝐜𝐡𝐚𝐦𝐨𝐨𝐭𝐚, 𝐛𝐚𝐫𝐫𝐮𝐮𝐥𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐛𝐚𝐬𝐡𝐚𝐧𝐧𝐚𝐧𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐧 𝐭𝐨𝐨𝐫𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚𝐧 𝐧𝐢𝐢 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐭𝐮! Inbox @burruusa

نمایش بیشتر
833
مشترکین
+124 ساعت
+17 روز
+1830 روز

در حال بارگیری داده...

کانال‌های مشابه
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
ابر برچسب‌ها
هیچ داده‌ای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
ژوئیه '26
ژوئیه '26
+1
در 0 کانال‌ها
ژوئن '26
+29
در 1 کانال‌ها
Get PRO
مه '26
+18
در 2 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '26
+47
در 2 کانال‌ها
Get PRO
مارس '26
+27
در 3 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '26
+23
در 0 کانال‌ها
Get PRO
ژانویه '26
+28
در 2 کانال‌ها
Get PRO
دسامبر '25
+42
در 2 کانال‌ها
Get PRO
نوامبر '25
+30
در 2 کانال‌ها
Get PRO
اکتبر '25
+48
در 1 کانال‌ها
Get PRO
سپتامبر '25
+47
در 0 کانال‌ها
Get PRO
اوت '25
+111
در 4 کانال‌ها
Get PRO
ژوئیه '25
+72
در 3 کانال‌ها
Get PRO
ژوئن '25
+23
در 1 کانال‌ها
Get PRO
مه '25
+25
در 0 کانال‌ها
Get PRO
آوریل '25
+453
در 1 کانال‌ها
Get PRO
مارس '250
در 2 کانال‌ها
Get PRO
فوریه '25
+3
در 2 کانال‌ها
تاریخ
رشد مشترکین
اشارات
کانال‌ها
02 ژوئیه0
01 ژوئیه+1
پست‌های کانال
Erga online irraa baddee Maal gochuu jalqabdee? Moo, Ana jalaa dhokattee Akkan si barbaaduufii? Offline ta'uun kee Dhuguma nagumaafii?

2
⚠️ Miidhagina + Sammuu Argannaan bira hin darbamu! 🤍
105
3
Mallattoon fariisotaa tokko qoosaa jibbuu isaaniiti. Qoosaa kee isa hiriyoonni kee dhaggeeffatanii kolfaa jiran dhufanii takka dhaggeeffatanii, " Kun nama hin kofalchiisu" siin jedhu. Akka ilaalcha isaaniitti wanti marti 'quumnagara' ta'ee qoosanii fi taphnimmoo mallattoo bilchina dhabuutti lakkaa'amuu qaba! Kitaaba koo isa, " Ati fariisotaa?" jedhu keessaa kan fuudhame 😊
111
4
Nama tokko tokkoo jaallattee yoo duuteefiyyuu 'galatoomi' siin jechuuf yaadatee awwaala kee hin dhufu! Salphaatti waliif hin du'inaa jechuumaafan jedhe 🚶‍♂️
160
5
Hundaan-guuttuu namaati Hir'inarraa walabaa Garuu, Ilkaaniin kan dhokfattu Garaanshee gadda qaba! Gaafan ija ishee ilaalee Onnee kootu na cabe Dhukkubni isheen dhokfattu Anas dhufee na qabe! Of-dagachiisuun cimee Afaan koo maragadhee Namnis naaf hin hubatu Isan gaddasheen qabame Jaalala ishee qabe jedhanii Ollaa dhaa na hamatu! ✍
170
6
Kadhata halkani! Yaa waaq, abjuun koo siin haa miidhagu! Iccitii natti himachuu feetu abjuudhaan natti dubbadhu! Qaamnii fi qalbii koo harka keetiin naaf suphamee akka buluuf sin kadhadha! Guyyaa ani hin beekne dhufaa jiru sana gaarummaa keetiin naaf mo'i; isa ani jiraadhee dabarsaa jiru kanaafimmoo galata fudhadhu!
181
7
. Gaafa dheerattu salphaatti qal'inaaf saaxilamta! Namni gabaabaan qal'oo hin qabu! .
208
8
Barbaachi kee jalqabaa uumaa kee siif haata'u! 🙏
205
9
. "Maaf badde?" hin jedhu Har'a gaaffii geeddaraa ''Eessa turte?'' natti himi Lafa ati deemtun baraa .
207
10
. Na dhiisi jaalakoo Miidhagina keetiif maafan qalbii dhabaa? Yeroo tokko tokko Abaaboo miidhagaan bofa of jalaa qaba! .
286
11
Duuti utuu hafee jedhuu An yoo hafe garaa na nyaataa Dhagaadhaaf biyyoon suni Jireenya kana caalaa ulfaataa?! ✍
274
12
Kan akka waan jaallatan dhabuu ogeessa nama godhu hin jiru! Jalqabbiin xiinxala sammuu keenyaa yeroo muka gaaddisaaf jala boqonnu sana dhabnu dammaqa. Namni waan jaallate dhabe hiikaa jiruuf jireenyaa, jibbaaf jaalalaa, argachuuf dhabuu sirnaan yaadee hubata. Dhukkubbiin sun marti sanyii hubannaa boriiti! Namni akkasii ariifatee homaa hin amanu; yoo amanemmoo itti gaafatamummaa dhibee amanamummaan sun fidu mara beekee amana! Shakkuu fi amanuun irraa miidhaga! Lameenuu namichaaf iddoo guddaa qabu; walii isaaniis hin caalan! Ilma kee eebbisi osoo naan jedhanii egaa, " Jaalladhuu dhabi; dhaba kee sana booda jaalalli ammayyuu akka jirummoo argi!" jedheen eebbisa!
297
13
Jijjiiramuun salphaa miti Gaafa sammuun keenya Daandii isaa geeddaruu Qooqniif qaamni keenya Salphaatti itti hin baru! 📚
262
14
Filannoowwan haadha warraa keetiitti hin qoosin; Atis filannoo ishee keessaa tokko 🚶‍♂️
297
15
"Situ jiraan jira" 🎵
303
16
Addunyaa kanarra namoota gosa lama qofa jira; an isa sadaffaadha! 😊
342
17
Aduun jaalladha jettaa gaafa aduun baatu gaaddisatti baqatta; Bokkaan jaalladha jettaa gaafa bokkaan roobu dibaabee qabatta. Sin jaalladha gaafa ati jettu anj kanaafan si sodaadha! ✍
379
18
Namni jaalala beeka jedhamu nama jaalallee baayyee qabu osoo hin taane nama jaalallee isaa tokkii karaa baayyeedhaan jaallachuu danda'udha! ✍
341
19
بدون متن...
369
20
Gaafa hiriyoonni koo liqii na gaafatan natti tola. Waanan isaan caalaa jiraachaa jiruu natti fakkaata. 🚶‍♂️
357