BUBBEE MEDIA
Open in Telegram
Welcome to BUBBEE MEDIA Telegram. https://t.me/BUBBEEMEDIA Facebook. https://www.facebook.com/profile.php?id=100074170995645
Show more8 351
Subscribers
+724 hours
+267 days
+8530 days
Posts Archive
8 350
QORMAATA KUTAA 12FFAA
#Breaking_News
Bu'aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa Akkuma kaleessa isiiniif ibsine guyyoota dhufan ni ifooma.
Ministeerri Barnootaa Ibsa kenneen waa'ee sangantaa Remedial ilaalchisees odeeffannoo bal'aan fulduraatti ni kennama jedheera.
Waa'ee bara barnootaa 2019 ilaalchishee yuunivarsiitiiwwan barattoota isaaniif waamicha fulbaana 5 irraa akka taasisan dubbatameera.
Liinkii ittiin Qabxii Ilaallattan Akkuma Bu'aan online taheen Isin Biraan Geenya?
Barattootni iddoo network gahaa jiru hin jirre maqaa fi Admission number keessan karaa liinkii armaan gadii yoo nuuf ergitan kan isiniif ilaallu taha.
Nuu erguuf 👉 @sisman7
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 350
ODUU AMMEE
Firiin Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa kan Bara 2018 Yeroo dhiyootti akka ifoomu Ibsame.
Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Qabxii Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Ifoomse.
Haaluma kanaan, bara 2018, akka waliigalaatti barattoonni 550,201 qormaata Kutaa 12ffaa fudhatan.
Kanneen qormaata darban 70,544 (12.82%)
Akka Naannoo Oromiyaatti barattoota qormaata fudhatan keessaa 20,877 (10.53%) qormaata darbaniiru.
Manneen_barnootaa_barattoota isaanii 100% dabarsan
✍Biyyaalessaa: 88
✍ Oromiyaa: 37
Qabxii Olaanaan Biyyaalessaa
✍Damee Barnootaa Saayinsii Uumamaa (Natural_Science): 591 – Mana Barnootaa Bultii_Addaa_WMO_Adaamaa irraa yoo ta'u,
✍Damee Barnootaa Saayinsii Hawaasaa (Social_Science) 576 – Mana Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Dodolaa irraa ta'uun beekameera.
Liinkii ittiin Qabxii Ilaallattan Akkuma Bu'aan online taheen Isin Biraan Geenya!
BUBBEE MEDIA ©️
SHARE @BUBBEEMEDIA
SHARE @BUBBEEMEDIA
8 350
WAAMICHA
YUUNIVARSIITII AKSUM
Yuunivarsiitin Aksum guyyaan galmee barattoota medicine Kan waggaa 2ffaa fi isaa olii Hagayya 4 bara 2018 tahuu beeksiseera
Haagayya 5 barnoonni ni eegala jedhameera.
Odeeffannoo sirrii waa'ee kutaa 12ffaa fi Waamicha Yuunivarsiitiiwwanii argachuuf Channel Keenya join gochuun nu hordofaa.
YouTube Channel keenya Subscribe gochuun Video moorawwaan garaagaraa achirraa daawwachuu dandeessu.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://youtube.com/@bubbeemedia-b3u?si=cw6S0LQkTjME2y4d
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 350
Gadhiifameera
Bu'aan qormaata kutaa 6ffaa bara 2018 gadhiifameera
Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. 1ffaa Kutaa 6ffaa Bara 2018 har'a qabxiin barattootaa ifoomeera.
Qabxiin darbiinsaas 50%fi ol ta'uun murtaa'eera.
Qormaata kan fudhatan barattoota dhiira 267,307
dubara 249,902
walitti :517,209 ta'an keessaa qabxii darbiinsaa (50%fi ol) galmeessisuun gara kutaa itti aanuutti kan darban dhiira - 243,827 (91.2%)
dubara -221,012 (88.4%)
walitti - 464,839 (89.9%) ta'uun beekameera.
Qabxii keessan liinkii armaan gadii fayyadamuun
1ffaa. Lakkoofsa Galmee keessan/Registration Number/ galchuun
2ffaa. itti aansuun Maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan ilaallachuu ni dandeessu.
Liinkii:- https://oromia6.ministry.et
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 350
#ODUU_AMMEE
Kutaa 6ffaa
Bu'aan qormaata kutaa 6ffaa kan Naannoo Oromiyaa Guyyaa boruu ni ifooma.
Bu'aan Qormaatichaa guyyaa boruu sa'aatii 4:00 - 600 kan ifoomu taha.
Barattootni Naannoo network hin jirre jirtan maqaa fi lakkoofsa icciitii keessan karaa liinkii armaan gadii yoo nuuf ergitan yeroo Qormaatichi gadhiifame irraa eegalee kan isiniif ilaallu taha.
👉 @sisman7
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 350
+1
BARATTOOTA DEPARTMENT MANAGEMENT HUNDAAF
Barattootni Department Management qormaata Bahumsaa (ExitExam) gara fulduraa fudhattan hundi keessanuu Module fi PPT Exit Exam irratti hundaa'un qophaa'e kana qofa dubbisuun qophaa'uu dandeessu
MANAGEMENT EXIT EXAM BASED MODULES
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/MNGMNT7/443?single
MANAGEMENT EXIT EXAM BASED PPT
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/MNGMNT7/433?single
Akkasumas Gaaffilee Exit Exam kan bara 2015 - 2018 argachuuf
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/MNGMNT7
BUBBEE MEDIA ©️
SHARE @BUBBEEMEDIA SHARE @BUBBEEMEDIA
8 350
KANA BEEKTUU?
Hojjettoonni Google 14% ta'an warra osoo barnoota koolleejjii hin baratin (without Degree) qacaramaniidha.
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 350
ODUU AMMEE
Naannoo Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Ifoome.
Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa Kutaa 8ffaa Bara 2018 Waxabajjii 11 - 12/2018 Kennamee Ture Har'a Qabxiin Ibsameera.
Haaluma kanaan, qabxiin darbiinsaa 50%fi ol kan galmeessisan yoo ta'u , barattotni 50%fi ol galmeessisanis 86.4% ta'uun beekameera.
Qabxii keessan ilaallachuuf Liinkii armaan gadii fayyadamaa
Liinkii :- oromia.ministry.et
BUBBEE MEDIA ©️
SHARE @BUBBEEMEDIA
SHARE @BUBBEEMEDIA
8 350
KANA BEEKTUU?
✍Kaameeraan addunyaa kanaa inni jalqabaa "KODAK" jedhama.
✍kaameraan kuni Suuraa tokko kaasuuf sa'aatii 8 itti fudhata. 😄
BUBBEE MEDIA ©️
SHARE @BUBBEEMEDIA SHARE @BUBBEEMEDIA
8 350
+4
Yunivarsiitiiwwan Barattoota Qormaataa Marsaa 3ffaa Fudhatan Simachaa Oolan.
Yunivarsiitiiwwan guyyaa har'aa barattoota qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa bara 2018 damee barnoota Saayinsii Uumamaa Marsaa 3ffaa Waraqaan qoraman nagaafi tasgabbiin simachaa oolaniiru.
Barattootni qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa waraqaan qoraman hunduu Yunivarsiitiiwwan naannawa isaaniitti argamanitti waan fudhataniif haala ramaddii kennameen hunduu yeroo kennameef keessatti wiirtuu qormaataa/ Yunivarsiitii itti ramadaman/ galaniiru.
Haaluma kanaan guyyaa boruu, Waxabajjii 30/2018 haala waliigalaa qormaatichaa irratti ibsi (orientation)n kan kennamuuf yoo ta'u, qormaatni isaanii immoo, Guyyaa Roobii Adoolessa 01/2018 Ganama kan jalqaban ta'uun beekameera.
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 350
DINQISIISOO
Ijoollen afran(4) suuraa irratti muul'atan kuni biyya chaayinatti bara 2006 haadha isaani Tan chaoyun jedhamtu irraa dhalatan. Maqaan isaanis
1. Jiang Yunlong
2. Jiang Yunxiao
3. Jiang Yunhan
4. Jiang Yunlin jedhamu
Haadhi fi abbaan, hawaasni naannoo akkasumas mana barumsatti immoo barsiisonni yeroo hunda ijoollee kana adda baasuuf baayyee rakkatu turan.
Kanarraa kahuudhan haadhi ijoollee kana rifeensa isaani irratti 1 2 3 4 jechuun bifa suuraa irratti muul'atu kanatti sirreessufiidhan ittin adda baasaa turan.
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 350
YUUNIVARSIITII BULEE HORAA
Godiina gujii lixaa Magaala bulee horaatti argama. Bara 2001 hundeeffame.
Branch 3 qaba
✍Bule Hora (Main Campus)
✍Adola Campus
✍Gerba Branch(for Weekend student only)
Nyaata Kaaffee
Ciree
✍Roobii fi jimaata daabboo tokko fi shaayii.
✍Kibxata fi Dilbata Daabboo, qincee fi shaayii.
✍Wiixata, kamisa fi sanbata duraa Daabboo, ruuzii fi shaayii.
✍Laaqana fi Irbaata: buddeenaa fi ittoo(ittoon ni jijjiirama).
Nyaanni Foonii torbanitti guyyaa lama(kibxata fi sanbata duraa laaqana irratti).
Lounge
Nyaata = 90-150
Buna = 25
Shayii= 15
Haala qilleensaa
bareedaadha, yeroo Aduun bahu ni hoo'a garuu yeroo baayyee bokkaan jira.
Department
✍ Dental medicine fi
✍International Marketing hin qabu
✍Uffanni fi kopheen baayyee rakasa.
✍WiFin gibbii bakka Library fi bakka Laboratory barattoota Informatics qofa jira malee, bakka hundaa hin jiru.
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 350
ARSI UNIVERSITY
Average Pass Rate for All Regular Students
Av = 94.14%
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 350
YUUNIVARSIITII MAQALEE
Naannoo Tigraay Magaalaa Maqaletti argama. Finfinnee irraa 780KM fagaata.
College 6 qaba
✍Main Campus
✍Adi haki Campus
✍Ayder Campus
✍Calamino Campus
✍MIT Campus
✍Meles Campus
Nyaata Kaaffee
Ganama
Firfirii, Mokoronii fi ruuzii daabboo fi shayiidhan ( kibxata daabboo lamaaf shayii)
Guyyaa fi galgala
Buddeena ittoodhan (Gosni ittoo ni jijjiirama) kamisa laaqanni paastaa , jimaata galgala dinnichaan
Nyaanni Foonii Torbanitti guyyaa 2
Lounge
Nyaanni= 60-120
Buna =10-15
Qishira=10
Shayii =10
Haala Qilleensaa
✍Guyyaa bayyee hoo'a
✍ Halkan ni qorra
Department
✍Afaan oromoo hin jiru
✍ Gibbiidhan alatti nyaatas tahe uffanni gatiin isaa qaalidha.
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 350
KANA BEEKTUU ?
Adduunyaa kanarraa dhukkubbii Cimaan Osoo lubbuun jiranii Ibiddaan gubatanii du'uudha. Inni lammaffaan dhukkubbii yeroo da’umsaati.
Dubartiif kabaja 🙏
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 350
YUUNIVARSIITII WALLAGGAA
Godiina Wallagga lixaa Magaala Naqamteetti argama. Finfinnee irraa 316-330KM fagaata.
Branch 3 qaba (main Campus faana jechuudha)
✍Main Campus
✍Gimbi Campus
✍shambu Campus
Nyaata Kaaffee
Ganama
Firfirii, ruuzii fi qincee daabboo fi shayiidhan
Guyyaa fi galgala
Buddeena ittoodhan (sambata xiqqaa laaqana irratti ruuzii fi daabboo nekemte Campus qofatti)
Nyaanni Foonii Torbanitti guyyaa 2
Lounge
Nyaata = 70_80
Buna = 10-15
Shayii =10
⚠️ Kuni lounge tti qofa Mooraan alatti hunduu ni dabala
Haala Qilleensaa
✍ Bona guyyaa xiqqoo hoo'a qaba.
✍ Arfaasaa xiqqoo ni qorra
✍ waqtii birraa qilleensa mijataa qaba.
Department
✍Software engineering
✍Radiology
✍Governance fi
✍petroleum engineering hin qabu.
Kanarraa kan hafe department hedduu ni qaba.
✍ Iddoo heddutti barattoonni afaan oromoon ni kessummeeffama)
✍Dammaa, bunaa fi dhadhaan fa'an gatii bareedan argamu.
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 350
YUUNIVARSIITII WALLAGGAA
Godiina Wallagga lixaa Magaala Naqamteetti argama. Finfinnee irraa 316-330KM fagaata.
Branch 3 qaba (main Campus faana jechuudha)
✍Main Campus
✍Gimbi Campus
✍shambu Campus
Nyaata Kaaffee
Ganama
Firfirii, ruuzii fi qincee daabboo fi shayiidhan
Guyyaa fi galgala
Buddeena ittoodhan (sambata xiqqaa laaqana irratti ruuzii fi daabboo nekemte Campus qofatti)
Nyaanni Foonii Torbanitti guyyaa 2
Lounge
Nyaata = 70_80
Buna = 10-15
Shayii =10
⚠️ Kuni lounge tti qofa Mooraan alatti hunduu ni dabala
Haala Qilleensaa
✍ Bona guyyaa xiqqoo hoo'a qaba.
✍ Arfaasaa xiqqoo ni qorra
✍ waqtii birraa qilleensa mijataa qaba.
Department
✍Software engineering
✍Radiology
✍Governance fi
✍petroleum engineering hin qabu.
Kanarraa kan hafe department hedduu ni qaba.
✍ Iddoo heddutti barattoonni afaan oromoon ni kessummeeffama)
✍Dammaa, bunaa fi dhadhaan fa'an gatii bareedan argamu.
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 350
DINQISIISOO
Maallaqa harkatti qabachuun lakkaa'uun dhiphinaa fi dhukkubbii hir'isuu akka danda'u meeqan keessantu beeka?
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 350
YUUNIVARSIITII AMBOO
Goodina Shawaa lixaa Seensa Magaala Amboo irratti argama. Finfinnee irraa 114KM fagaata.
Branch 4 qaba (main Campus faana jechuudha)
✍Main Campus
✍ Hachalu Hundessa Campus
✍ Mamo Mazamir Campus
✍ Waliso Campus ( Main Campus irraa 64KM fagaata)
Nyaata Kaaffee
Ganama
Firfirii(fatfatoo) ,ruuzii ykn qincee daabboo fi shayiidhan.
Guyyaa fi Galgala
Buddeena ittoodhan(Gosni ittoo ni jijjiirama)
Nyaanni Foonii(Therefore)Torbanitti guyyaa 2
Lounge fi kaaffee dhuunfaa
Nyaata=90
Buna=20
Shayii=10
Haala Qilleensaa
✍ Waliso Campus ji'a muddee ni bubbisa
✍ Main Campus giddugaleessa guyyaa xiqqoo ni hoo'a
Department
✍Software engineering
✍Business Management hin qabu
✍ Iddoo bashannanaa Haroon wancii goodinichatti argama.
Hanqina
✍Nyaatni qulqullina hin qabu
✍ Hachalu Hundessa Campus tti rakkoo bishaanii darbee darbee ni mudata.
Boru Yun. Kam maxxansinu?
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
