BUBBEE MEDIA
Ir al canal en Telegram
Welcome to BUBBEE MEDIA Telegram. https://t.me/BUBBEEMEDIA Facebook. https://www.facebook.com/share/1DvdAZDB3P/ Nu quunnamuuf ~ @sisman7
Mostrar más8 614
Suscriptores
Sin datos24 horas
+497 días
+12430 días
Archivo de publicaciones
8 613
GALATOOMAA
Namoonni hojii keenya jaalattan maxxansa kana react ❤️ godhaa
Telegram = 8.5K Subscribers
Facebook = 1K Followers
YouTube = 600 Subscribers
Telegram
https://t.me/BUBBEEMEDIA
Facebook
https://www.facebook.com/profile.php?id=100074170995645
YouTube
https://youtube.com/@bubbeemedia-b3u?si=cw6S0LQkTjME2y4d
Kan nu bira hin jirre hin jiruu qofaadha.
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 613
WAAMICHA
YUUNIVARSIITII HAWAASAA
Yuunivarsiitiin Hawaasaa barattoota isaa freshman dhaaf waamicha Taasiseera.
Guyyaan barattoota haaraa kan bara 2019 Onkololessa 3_4 tahuu Yuunivarsiitichi beeksiseera
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.facebook.com/share/1HpGmZaCy3/
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 613
WAAMICHA
YUUNIVARSIITII QABRI-DAAR
Yuunivarsiitiin qabri-daar barattoota isaa freshman dhaaf waamicha Taasiseera.
Guyyaan barattoota haaraa kan bara 2019 Onkololessa 2_3 tahuu Yuunivarsiitichi beeksiseera
Odeeffannoo Waamicha Yuunivarsiitiiwwanii saffisaan argachuuf page kana follow gochuun hordofaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.facebook.com/profile.php?id=100074170995645
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 613
WAAMICHA
YUUNIVARSIITII HARAMAYAA
Yuunivarsiitiin Haramayaa barattoota isaa freshman dhaaf waamicha Taasiseera.
Guyyaan barattoota haaraa kan bara 2019 Onkololessa 5_8 tahuu Yuunivarsiitichi beeksiseera
Barattootni yeroo gara mooraa deemtan waantoota qabattanii deemu qabdan suuraa armaan olii irraa dubbisaa
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 613
WAAMICHA
Yuunivarsiitiiwwan Hanga ammaatti barattoota freshman dhaaf waamicha Taasisan
1. Yuunivarsiitii Finfinnee
2. Yuunivarsiitii AASTU
3. Yuunivarsiitii ASTU
4. Public Service University
5. Yuunivarsiitii Debaarq
6. Yuunivarsiitii Jimmaa
7. Yuunivarsiitii Raayyaa
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 613
BAGA GEESSAN
Hordoftoonni Channel Keenya hundi keessanuu baga Ayyaana Irreechaa kan bara 2019 nagaan Geessan
Ayyaana Gaarii
BUBBEE MEDIA ©️
SHARE @BUBBEEMEDIA
SHARE @BUBBEEMEDIA
8 613
ARSI UNIVERSITY (MAIN CAMPUS)
Video armaan gadii kana daawwadhaa. Warri hojii keenya jaalattan YouTube Channel Keenya Subscribe godhaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://youtube.com/shorts/iovM2LWEpCA?si=jhWMxhCzjyL9bNpu
BUBBEE MEDIA ©️
SHARE @BUBBEEMEDIA
SHARE @BUBBEEMEDIA
8 613
EXIT EXAM BLUEPRINT
Barattootni Department suuraa armaan olii irratti argamu baratattan Exit Exam Blueprint maxxansinee jirra waan taheef buufattanii fayyadamuu dandeessu.
Barattootni Department Management immoo liinkii armaan gadii tuquun Blueprint fi gaaffilee Exit Exam Channel kana irraa Fayyadamaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/MNGMNT7
BUBBEE MEDIA ©️
SHARE @BUBBEEMEDIA
SHARE @BUBBEEMEDIA
8 613
#ODUU_AMMEE
Naannoon Oromiyaan Godiina ja'a qofatti akka qoodamtu ibsameera
Ibsa Caffeen baasen godiinaalen Oromiyaa 21 turan Godiina ja'a qofatti akka deebi'u ifoomseera
Godiinaalen kunneenis
Godiina Bahaa, Lixaa, Kaabaa, Kibbaa, Giddugaleessaa fi kibba bahaa akka tahes adda baaseera.
Isin Godiina kami?
BUBBEE MEDIA ©️
SHARE @BUBBEEMEDIA
SHARE @BUBBEEMEDIA
8 613
BAGA GEESSAN
Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa Hundi keessaanuu baga Ayyaana Fannoo Masqalaa(Daamaraa) Nagaan Geessan
Ayyaana Gaarii Hunda keessaniif yaa tahu
BUBBEE MEDIA ©️
SHARE @BUBBEEMEDIA
SHARE @BUBBEEMEDIA
8 613
Barattoota Qormaata Exit Exam bara kana Fudhattan hundi keessanuu dirqama qabxiilee armaan gadii kana beekuu qabdu.
1. Material irraa dubbisan adda baafachuu
2. Qabiyyee(portion) keessaa dubbisan adda baafachuu
3. Odeeffannoo wayitawaa funaanuu
4. Xiyyeeffannoo CGPA hir'isuu
5. Time Management
Dhugumatti Exit Exam sirritti hojjechuu barbaaddu taanan tokkoon tokkoon qabxii armaan oliitif Ibsa guutuu isaa liinkii armaan gadii tuquun dubbisaa itti fayyadamaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.facebook.com/share/1Cv19w5yYr/
BUBBEE MEDIA ©️
SHARE @BUBBEEMEDIA
SHARE @BUBBEEMEDIA
8 613
INTERNSHIP
Namoonni hedduun karaa kesssaan internship nuuf ergaa jettanii nu gaafachaa jirtu.
Yoo dandeessan hundi keessanuu report yoo ofii keessaniif qopheeffatan baayyee gaaridha. Hanqina yeroo fi Sababa garaagaraatin namoonni qopheeffachuu hin dandeenye immoo namoota 50 duursa keessaan dubbistaniif kan isiniif erginu taha.
Fuula Miidiyaa keenya armaan gadii follow fi Subscribe gochuun screenshot isaa nuuf ergaa
Facebook
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.facebook.com/profile.php?id=100074170995645
YOUTUBE
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://youtube.com/@bubbeemedia-b3u?si=cw6S0LQkTjME2y4d
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 613
#DINQISIISOO
Yeroo akkaa suuraa irraa argitan kanatti rifeensi keessan olka'ee dhaabatuu ariitidhaan bakkaa sanaa deemuu qabduu sababni isaas bakakkaan bakka sanattii bu'uf waan jedhuufi 🤔
BUBBEE MEDIA ©️
SHARE @BUBBEEMEDIA SHARE @BUBBEEMEDIA
8 613
“Bagan Yuunivarsiitii hin seenin”
Itoophiyaa keessatti sababa namoonni barataan hedduun hojii hin arganneef barnoonni jibbamaadha(namoota muraasa biratti). Barachuu dhabuun waan tokko ta'ee osoo jiruu, warra baratanitti qoosuun immoo doofummaadha!
Namoonni "barnoonni hin barbaachisu" jedhanii dubbatan, qabxiin ijoo isaan qoma dhiibanii akka sababaatti kaasan, gaaffii "namoonni baratan eessa gahan?" jettudha. Mee warri baratan eessa akka gahan waliin haa ilaallu.
Guutuu isaa Fuula Facebook Bubbeee Miidiyaa irraa Dubbisaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.facebook.com/100074170995645/posts/1088549053627451/?app=fbl
Isin hoo maal jettu?
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 613
#ETHIO_FIGHT_NIGHT
Binyamin Shibire VS Ageresalem full fight
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/5x1YfJ61r98?si=4Xi15Lq5L8whN4YL
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 613
+5
#ETHIO_FIGHT_NIGHT
Dubbii ijoo miidiyaa tibbaanaa kan tahe Dorgommiin Gosa Martial Art garaagaraan gaggeeffamu kan Ethio fight night qopheesse daqiiqaa muraasa booda ni jalqaba.
Eenyu injifata Tilmaama keessaan Comment jala kaa'aa
BUBBEE MEDIA ©️
SHARE @BUBBEEMEDIA
SHARE @BUBBEEMEDIA
8 613
GAAFFII
Yuunivarsiitii Dhaloota Tokkoffaa kan tahe kami?
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.facebook.com/100074170995645/posts/1087084090440614/?app=fbl
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 613
Waamichi Yuunivarsiitiiwwanii barattoota Waggaa 3ffaa xummuran ni ilaallataa? Moo Bara 2019 tola-ooltummaa hojjetu?
Barattootni Waggaa 3ffaa Xummuran Waggaa 4ffaa ni baratu moo tajaajila tola-ooltummaa waggaa tokkoof barsiisummaa hojjetu isa jedhuuf deebii guutuu isaa dubbisaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.facebook.com/61585077579998/posts/122122791285169252/
Fuula Facebook "Bubbee Miidiyaa" follow gochuun Odeeffannoo wayitawaa argadhaa
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 613
YAADA KEESSAN NUUF KENNAA
Hordoftoonni Channel Keenya hundi keessanuu akkam jirtu?
Loogoo Channel keessaan "BUBBEE MEDIA" suuraa armaan olii kanaatti jijjiruuf Yaada isinirraa barbaadna.
Reaction armaan gadii keessaa tokko tuquun yaada keessan nuuf kennaa
❤️ ~ yaa jijjiiramu
👍 ~ kanuma duraa yaa tahu
BUBBEE MEDIA ©️
Share @BUBBEEMEDIA
Share @BUBBEEMEDIA
8 613
WAAMICHA
YUUNIVARSIITII WOLDIYAA
Fulbaana 26- 27
YUUNIVARSIITII BARNOOTA KOTOBEE
Fulbaana 18-20
YUUNIVARSIITII DABAARQI
Fulbaana 25-26
YUUNIVARSIITII BABRA MAARQOS
Fulbaana 18-19
YUUNIVARSIITII GONDAR
Fulbaana 18-19
BUBBEE MEDIA ©️
SHARE @BUBBEEMEDIA
SHARE @BUBBEEMEDIA
YUUNIVARSIITII
