fa
Feedback

فریب کلاهبرداران را نخورید! تل‌متریو این کانال‌ها را شناسایی و برچسب‌گذاری می‌کند 👉 برای مشاهده برچسب، اشتراک تهیه کنید

BUBBEE MEDIA

BUBBEE MEDIA

رفتن به کانال در Telegram

Welcome to BUBBEE MEDIA Telegram. https://t.me/BUBBEEMEDIA Facebook. https://www.facebook.com/share/1DvdAZDB3P/ Nu quunnamuuf ~ @sisman7

نمایش بیشتر
8 615
مشترکین
+1424 ساعت
+587 روز
+12630 روز
آرشیو پست ها
GALATOOMAA Namoonni hojii keenya jaalattan maxxansa kana react ❤️ godhaa Telegram = 8.5K Subscribers Facebook = 1K Followers
GALATOOMAA Namoonni hojii keenya jaalattan maxxansa kana react ❤️ godhaa Telegram = 8.5K Subscribers Facebook = 1K Followers YouTube = 600 Subscribers Telegram https://t.me/BUBBEEMEDIA Facebook https://www.facebook.com/profile.php?id=100074170995645 YouTube https://youtube.com/@bubbeemedia-b3u?si=cw6S0LQkTjME2y4d Kan nu bira hin jirre hin jiruu qofaadha. BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA

WAAMICHA YUUNIVARSIITII HAWAASAA Yuunivarsiitiin Hawaasaa barattoota isaa freshman dhaaf waamicha Taasiseera. Guyyaan baratto
WAAMICHA YUUNIVARSIITII HAWAASAA Yuunivarsiitiin Hawaasaa barattoota isaa freshman dhaaf waamicha Taasiseera. Guyyaan barattoota haaraa kan bara 2019 Onkololessa 3_4 tahuu Yuunivarsiitichi beeksiseera 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/share/1HpGmZaCy3/ BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA

WAAMICHA YUUNIVARSIITII QABRI-DAAR Yuunivarsiitiin qabri-daar barattoota isaa freshman dhaaf waamicha Taasiseera. Guyyaan bar
WAAMICHA YUUNIVARSIITII QABRI-DAAR Yuunivarsiitiin qabri-daar barattoota isaa freshman dhaaf waamicha Taasiseera. Guyyaan barattoota haaraa kan bara 2019 Onkololessa 2_3 tahuu Yuunivarsiitichi beeksiseera Odeeffannoo Waamicha Yuunivarsiitiiwwanii saffisaan argachuuf page kana follow gochuun hordofaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/profile.php?id=100074170995645 BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA

WAAMICHA YUUNIVARSIITII HARAMAYAA Yuunivarsiitiin Haramayaa barattoota isaa freshman dhaaf waamicha Taasiseera. Guyyaan barat
WAAMICHA YUUNIVARSIITII HARAMAYAA Yuunivarsiitiin Haramayaa barattoota isaa freshman dhaaf waamicha Taasiseera. Guyyaan barattoota haaraa kan bara 2019 Onkololessa 5_8 tahuu Yuunivarsiitichi beeksiseera Barattootni yeroo gara mooraa deemtan waantoota qabattanii deemu qabdan suuraa armaan olii irraa dubbisaa BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA

WAAMICHA Yuunivarsiitiiwwan Hanga ammaatti barattoota freshman dhaaf waamicha Taasisan 1. Yuunivarsiitii Finfinnee 2. Yuuniva
WAAMICHA Yuunivarsiitiiwwan Hanga ammaatti barattoota freshman dhaaf waamicha Taasisan 1. Yuunivarsiitii Finfinnee 2. Yuunivarsiitii AASTU 3. Yuunivarsiitii ASTU 4. Public Service University 5. Yuunivarsiitii Debaarq 6. Yuunivarsiitii Jimmaa 7. Yuunivarsiitii Raayyaa BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA

BAGA GEESSAN Hordoftoonni Channel Keenya hundi keessanuu baga Ayyaana Irreechaa kan bara 2019 nagaan Geessan Ayyaana Gaarii B
BAGA GEESSAN Hordoftoonni Channel Keenya hundi keessanuu baga Ayyaana Irreechaa kan bara 2019 nagaan Geessan Ayyaana Gaarii BUBBEE MEDIA ©️ SHARE @BUBBEEMEDIA SHARE @BUBBEEMEDIA

ARSI UNIVERSITY (MAIN CAMPUS) Video armaan gadii kana daawwadhaa. Warri hojii keenya jaalattan YouTube Channel Keenya Subscribe godhaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtube.com/shorts/iovM2LWEpCA?si=jhWMxhCzjyL9bNpu BUBBEE MEDIA ©️ SHARE @BUBBEEMEDIA SHARE @BUBBEEMEDIA

EXIT EXAM BLUEPRINT Barattootni Department suuraa armaan olii irratti argamu baratattan Exit Exam Blueprint maxxansinee jirra
EXIT EXAM BLUEPRINT Barattootni Department suuraa armaan olii irratti argamu baratattan Exit Exam Blueprint maxxansinee jirra waan taheef buufattanii fayyadamuu dandeessu. Barattootni Department Management immoo liinkii armaan gadii tuquun Blueprint fi gaaffilee Exit Exam Channel kana irraa Fayyadamaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/MNGMNT7 BUBBEE MEDIA ©️ SHARE @BUBBEEMEDIA SHARE @BUBBEEMEDIA

#ODUU_AMMEE Naannoon Oromiyaan Godiina ja'a qofatti akka qoodamtu ibsameera Ibsa Caffeen baasen godiinaalen Oromiyaa 21 turan
#ODUU_AMMEE Naannoon Oromiyaan Godiina ja'a qofatti akka qoodamtu ibsameera Ibsa Caffeen baasen godiinaalen Oromiyaa 21 turan Godiina ja'a qofatti akka deebi'u ifoomseera Godiinaalen kunneenis Godiina Bahaa, Lixaa, Kaabaa, Kibbaa, Giddugaleessaa fi kibba bahaa akka tahes adda baaseera. Isin Godiina kami? BUBBEE MEDIA ©️ SHARE @BUBBEEMEDIA SHARE @BUBBEEMEDIA

BAGA GEESSAN Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa Hundi keessaanuu baga Ayyaana Fannoo Masqalaa(Daamaraa) Nagaan Geessan Ayyaana
BAGA GEESSAN Hordoftoonni Amantaa Kiristaanaa Hundi keessaanuu baga Ayyaana Fannoo Masqalaa(Daamaraa) Nagaan Geessan Ayyaana Gaarii Hunda keessaniif yaa tahu BUBBEE MEDIA ©️ SHARE @BUBBEEMEDIA SHARE @BUBBEEMEDIA

Barattoota Qormaata Exit Exam bara kana Fudhattan hundi keessanuu dirqama qabxiilee armaan gadii kana beekuu qabdu. 1. Materi
Barattoota Qormaata Exit Exam bara kana Fudhattan hundi keessanuu dirqama qabxiilee armaan gadii kana beekuu qabdu. 1. Material irraa dubbisan adda baafachuu 2. Qabiyyee(portion) keessaa dubbisan adda baafachuu 3. Odeeffannoo wayitawaa funaanuu 4. Xiyyeeffannoo CGPA hir'isuu 5. Time Management Dhugumatti Exit Exam sirritti hojjechuu barbaaddu taanan tokkoon tokkoon qabxii armaan oliitif Ibsa guutuu isaa liinkii armaan gadii tuquun dubbisaa itti fayyadamaa. 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/share/1Cv19w5yYr/ BUBBEE MEDIA ©️ SHARE @BUBBEEMEDIA SHARE @BUBBEEMEDIA

INTERNSHIP Namoonni hedduun karaa kesssaan internship nuuf ergaa jettanii nu gaafachaa jirtu. Yoo dandeessan hundi keessanuu
INTERNSHIP Namoonni hedduun karaa kesssaan internship nuuf ergaa jettanii nu gaafachaa jirtu. Yoo dandeessan hundi keessanuu report yoo ofii keessaniif qopheeffatan baayyee gaaridha. Hanqina yeroo fi Sababa garaagaraatin namoonni qopheeffachuu hin dandeenye immoo namoota 50 duursa keessaan dubbistaniif kan isiniif erginu taha. Fuula Miidiyaa keenya armaan gadii follow fi Subscribe gochuun screenshot isaa nuuf ergaa Facebook 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/profile.php?id=100074170995645 YOUTUBE 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtube.com/@bubbeemedia-b3u?si=cw6S0LQkTjME2y4d BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA

#DINQISIISOO Yeroo akkaa suuraa irraa argitan kanatti rifeensi keessan olka'ee dhaabatuu ariitidhaan bakkaa sanaa deemuu qabd
#DINQISIISOO Yeroo akkaa suuraa irraa argitan kanatti rifeensi keessan olka'ee dhaabatuu ariitidhaan bakkaa sanaa deemuu qabduu sababni isaas bakakkaan bakka sanattii bu'uf waan jedhuufi 🤔 BUBBEE MEDIA ©️ SHARE @BUBBEEMEDIA SHARE @BUBBEEMEDIA

“Bagan Yuunivarsiitii hin seenin” Itoophiyaa keessatti sababa namoonni barataan hedduun hojii hin arganneef barnoonni jibbama
“Bagan Yuunivarsiitii hin seenin” Itoophiyaa keessatti sababa namoonni barataan hedduun hojii hin arganneef barnoonni jibbamaadha(namoota muraasa biratti). Barachuu dhabuun waan tokko ta'ee osoo jiruu, warra baratanitti qoosuun immoo doofummaadha! Namoonni "barnoonni hin barbaachisu" jedhanii dubbatan, qabxiin ijoo isaan qoma dhiibanii akka sababaatti kaasan, gaaffii "namoonni baratan eessa gahan?" jettudha. Mee warri baratan eessa akka gahan waliin haa ilaallu. Guutuu isaa Fuula Facebook Bubbeee Miidiyaa irraa Dubbisaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/100074170995645/posts/1088549053627451/?app=fbl Isin hoo maal jettu? BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA

#ETHIO_FIGHT_NIGHT Binyamin Shibire VS Ageresalem full fight 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/5x1YfJ61r98?si=4Xi15Lq
#ETHIO_FIGHT_NIGHT Binyamin Shibire VS Ageresalem full fight 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://youtu.be/5x1YfJ61r98?si=4Xi15Lq5L8whN4YL BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA

#ETHIO_FIGHT_NIGHT Dubbii ijoo miidiyaa tibbaanaa kan tahe Dorgommiin Gosa Martial Art garaagaraan gaggeeffamu kan Ethio figh
+5
#ETHIO_FIGHT_NIGHT Dubbii ijoo miidiyaa tibbaanaa kan tahe Dorgommiin Gosa Martial Art garaagaraan gaggeeffamu kan Ethio fight night qopheesse daqiiqaa muraasa booda ni jalqaba. Eenyu injifata Tilmaama keessaan Comment jala kaa'aa BUBBEE MEDIA ©️ SHARE @BUBBEEMEDIA SHARE @BUBBEEMEDIA

GAAFFII Yuunivarsiitii Dhaloota Tokkoffaa kan tahe kami? 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/100074170995645/
GAAFFII Yuunivarsiitii Dhaloota Tokkoffaa kan tahe kami? 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/100074170995645/posts/1087084090440614/?app=fbl BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA

Waamichi Yuunivarsiitiiwwanii barattoota Waggaa 3ffaa xummuran ni ilaallataa? Moo Bara 2019 tola-ooltummaa hojjetu? Barattoot
Waamichi Yuunivarsiitiiwwanii barattoota Waggaa 3ffaa xummuran ni ilaallataa? Moo Bara 2019 tola-ooltummaa hojjetu? Barattootni Waggaa 3ffaa Xummuran Waggaa 4ffaa ni baratu moo tajaajila tola-ooltummaa waggaa tokkoof barsiisummaa hojjetu isa jedhuuf deebii guutuu isaa dubbisaa 👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/61585077579998/posts/122122791285169252/ Fuula Facebook "Bubbee Miidiyaa" follow gochuun Odeeffannoo wayitawaa argadhaa BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA

YAADA KEESSAN NUUF KENNAA Hordoftoonni Channel Keenya hundi keessanuu akkam jirtu? Loogoo Channel keessaan "BUBBEE MEDIA" suu
YAADA KEESSAN NUUF KENNAA Hordoftoonni Channel Keenya hundi keessanuu akkam jirtu? Loogoo Channel keessaan "BUBBEE MEDIA" suuraa armaan olii kanaatti jijjiruuf Yaada isinirraa barbaadna. Reaction armaan gadii keessaa tokko tuquun yaada keessan nuuf kennaa ❤️ ~ yaa jijjiiramu 👍 ~ kanuma duraa yaa tahu BUBBEE MEDIA ©️ Share @BUBBEEMEDIA Share @BUBBEEMEDIA

WAAMICHA YUUNIVARSIITII WOLDIYAA Fulbaana 26- 27 YUUNIVARSIITII BARNOOTA KOTOBEE Fulbaana 18-20 YUUNIVARSIITII DABAARQI Fulba
WAAMICHA YUUNIVARSIITII WOLDIYAA Fulbaana 26- 27 YUUNIVARSIITII BARNOOTA KOTOBEE Fulbaana 18-20 YUUNIVARSIITII DABAARQI Fulbaana 25-26 YUUNIVARSIITII BABRA MAARQOS Fulbaana 18-19 YUUNIVARSIITII GONDAR Fulbaana 18-19 BUBBEE MEDIA ©️ SHARE @BUBBEEMEDIA SHARE @BUBBEEMEDIA YUUNIVARSIITII