cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Dinqisiisoo

D𝙞𝙣𝙦𝙞𝙨𝙞𝙞𝙨𝙤𝙤: Baga Nagaan Dhuftan!! Anaa Dhufu!😍😎 Dinqisiisoon: 👉 Sin Barsiisa 👉Sin Bashannansiisa 👉 Wantoota Dinqisiisoo Addunyaa keenya sin biraan geenya. Nu Hordofaa. Yaad-Gaaffii: @Dinqisiisoo_bot

Show more
Finland539The language is not specifiedEducation14 249
Advertising posts
9 979Subscribers
+1124 hours
+287 days
-130 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Har'i jecjuunis December 22 akka Addunyaatti guyyaa namoota hojjaa gaggabaaboo jedhamuun kabajama.😜 Bagaa geessan warrii isiin ilaallatu 😁😉 Hiriyoota keessan warreen isaan ilallatus garaa channel keenyaa akkaa affertan bagaa geesse jedhan. Dinqisiisoon Barsiisaa sin Bashannansiisa🌍🙉🙈✨✨✨ ✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨ ✨✨✨@Dinqisiisoo✨✨✨✨ ✨✨✨@Dinqisiisoo✨✨✨✨ ✨✨✨@Dinqisiisoo✨✨✨✨ ✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨ 💫Yaadaf @Dinqisiisoo_bot💫 💫💫💫💫#Join_Us💫💫💫💫 💫💫💫💫#Share💫💫💫💫💫
Show all...
😁 17👍 14🤩 3 2
Kitaabolee argachuuf....
Kitaaba Xiinsammuu....
Kitaaba Asoosamaa....
Kitaaba Seenaafi Falasamaa....
Barreeffamoota barsiisoofi oonnachiisoo....
Walaloo argachuuf....
Booka Beekumsaa👍
GALATOOMAA!👏
Lakkoofsota suura armaan olii jiruu irratti argaman hunda haga ammaatti namni baree hin jiru. Mee yaala 👆👆🧐 Warrii argattan Comment jalatti barreessaa👇👇 Dinqisiisoon Barsiisaa sin Bashannansiisa🌍🙉🙈✨✨✨ ✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨ ✨✨✨@Dinqisiisoo✨✨✨✨ ✨✨✨@Dinqisiisoo✨✨✨✨ ✨✨✨@Dinqisiisoo✨✨✨✨ ✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨ 💫Yaadaf @Dinqisiisoo_bot💫 💫💫💫💫#Join_Us💫💫💫💫 💫💫💫💫#Share💫💫💫💫💫
Show all...
👍 27😁 9 2
Gumataa Kitaaba 📖 MATA-DUREE KITAABICHAA: "AJAB!" 📖 BARREESSAN: AMAJJII GAMMADOO 📖 QABIYYE KITAABICHAA (GENREs): Saayinsii, Seenaa, Kolfa, Teknoolojii,Qosaa fi Wantoota Ajaa'ibsiisoo 📖 LAKKOOFSA FUULOTA: 53 📖 BARA MAXXANSAA (PUBLISHED ON): Sadaasa 25, 2016 ,Nagelle Arsii, Oromiyaa, Itoophiyaa 🔱 M/B Bultii Addaa Waldaa Misomaa Oromiyaa 📖 WAA'EE KITAABICHAA ⤵️ Kitaabni kun kutaadhaan kan gargar qoodamedha. Isaanis wantoota ajaa’ibsiisoo, saayinsii, seenaa, bineensotaa, Oromo,Qosaa fi k.k.f of keessatti qaba. 🔗 KITAABA IRRA ⤵️ Ummatni Kuushii Dh.K.D. naannoo bara 4000 baha Afrikaa hanga Galaana Diimaatti (Red Sea), Kaaba Afrikaa Morookoodhaa hanga biyyoota Atilaantikiitti, Arabiyaa irraa hanga Mesoppotaamiyaa, Awurooppaa fi Giddugala Eeshiyaa akka turan ni himama. © "PDF"iin kun akka isiiniif "Post" godhamuu hayyama nama barreesse irraa waan arganneef, maqaa Uummataa oromoo dhaan ni galateefanna Dubbisuu Fi #Share Gochuun Dirqamaa! Afaan Keenya Haa Guddisnuu! BE CHAIN READER👇 @weirdo_jr
Show all...
👍 29 12👎 1

Ajab!😁 Qorattoonni hawwaa qorannoof yeroo gara Hawwaa imalan Dhiiras ta'e Dubara yeroo baayyee Daayiper godhachuun socho'uu. Sababni isaa immoo Hawwaa irratti akka lafaa irraa salphumatti qulqullaa'uun waan ulfaatuuf. Dinqisiisoon Barsiisaa sin Bashannansiisa🌍🙉🙈✨✨✨ ✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨ ✨✨✨@Dinqisiisoo✨✨✨✨ ✨✨✨@Dinqisiisoo✨✨✨✨ ✨✨✨@Dinqisiisoo✨✨✨✨ ✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨ 💫Yaadaf @Dinqisiisoo_bot💫 💫💫💫💫#Join_Us💫💫💫💫 💫💫💫💫#Share💫💫💫💫💫
Show all...
😁 22👍 4 4🤣 2
Kana beektu? Akkaa Addunyaatti Baayyinni namoota furdina humnaa oliif saxilamani kan baayyina namoota beelaaf saxilamani irraa ni caala. Baayyina ummata addunyaa keessaa 30% kan ta'an furdina humna oliif saxilamodha Dinqisiisoon Barsiisaa sin Bashannansiisa🌍🙉🙈✨✨✨ ✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨ ✨✨✨@Dinqisiisoo✨✨✨✨ ✨✨✨@Dinqisiisoo✨✨✨✨ ✨✨✨@Dinqisiisoo✨✨✨✨ ✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨ 💫Yaadaf @Dinqisiisoo_bot💫 💫💫💫💫#Join_Us💫💫💫💫 💫💫💫💫#Share💫💫💫💫💫
Show all...
😁 7😢 4👍 3🤣 2
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐈𝐬𝐩𝐨𝐨𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐚𝐣𝐚𝐚𝐲𝐢𝐛𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐝𝐮𝐮 𝐥𝐚𝐚𝐭𝐚? 𝙲𝚑𝚊𝚊𝚗𝚊𝚊𝚕𝚒𝚒 𝚈𝚎𝚛𝚘𝚘 𝚐𝚊𝚋𝚊𝚊𝚋𝚊𝚊 𝚔𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊𝚝𝚝𝚒 𝚓𝚊𝚊𝚕𝚕𝚊𝚝𝚊𝚖𝚞𝚖𝚖𝚊𝚊 𝚐𝚞𝚍𝚍𝚊𝚊 𝚊𝚐𝚛𝚐𝚊𝚝𝚎 𝑶𝒅𝒆𝒆𝒇𝒇𝒂𝒏𝒏𝒐𝒐 𝑾𝒂𝒂'𝒆𝒆 𝒌𝒊𝒍𝒂𝒃𝒂 𝒌𝒂𝒎𝒊𝒊 𝒅𝒉𝒂𝒈𝒂'𝒖𝒖 𝒃𝒂𝒓𝒃𝒂𝒂𝒅𝒅𝒖?
Show all...
👍 2🔥 1
𝐀𝐑𝐒𝐄𝐍𝐀𝐋 🔫
𝐋𝐈𝐕𝐄𝐑𝐏𝐎𝐎𝐋 🟥
𝐌𝐚𝐧𝐜𝐡𝐞𝐬𝐭𝐞𝐫 𝐔𝐧𝐢𝐭𝐞𝐝
𝐌𝐚𝐧𝐜𝐡𝐞𝐬𝐭𝐞𝐫 𝐂𝐢𝐭𝐲
𝐂𝐡𝐞𝐥𝐬𝐞𝐚 🔵
𝐑𝐞𝐚𝐥 𝐌𝐚𝐝𝐫𝐢𝐝 ❤️
𝐁𝐚𝐫𝐜𝐞𝐥𝐨𝐧𝐚 ❇️
𝐕𝐢𝐢𝐝𝐢𝐲𝐨𝐨 𝐆𝐨𝐨𝐥𝐢𝐢 𝐃𝐚𝐚𝐰𝐰𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟
𝐉𝐨𝐢𝐧 𝐆𝐨𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 ✅
Jaalalleen kee ati baayyee jaallattu si dhiiste yoo nama biraatti heerumte maal goota? Waanti gara biyyaa Hindiiti dhagahame kun immoo nama rifaasisaa. Dubbiin akkasi dargageessi shamara jaallate akka itti heerumtuuf gaafata, isheen garuu isaatti heerumuuf fedha waan hin qabneef gaaffii isaa kufa gochuun nama biraatti heerumte. Dargaggeessi kunis sababa kanaan baayyee mufachuun guyyaa cidha isaani irratti Boombii meeshaa muuziqaa keessaa dhoksuun akka kennaatti kennaaf. Dhimma kana quba kan hin qabne misirroon dhiiraa obbolleessa isaa waliin meeshaa muuziqaa kanaan utuu taphatu lubbuun isaani darbite. Dargageessi kunis to'annoo poolisii jala oole. Dinqisiisoon Barsiisaa sin Bashannansiisa🌍🙉🙈✨✨✨ ✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨ ✨✨✨@Dinqisiisoo✨✨✨✨ ✨✨✨@Dinqisiisoo✨✨✨✨ ✨✨✨@Dinqisiisoo✨✨✨✨ ✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨ 💫Yaadaf @Dinqisiisoo_bot💫 💫💫💫💫#Join_Us💫💫💫💫 💫💫💫💫#Share💫💫💫💫💫
Show all...
15👍 9😁 8😱 4🤯 3
Henry Fischel beektu? Sirna barnoota ammayyaa amma jiru kana keessatti namni yeroo jalqabaaf qorumsaa egaalchiise ykn sirna qormaata nama jalqabsiisee Henry Fischel jedhama. Utuu carraa isa arguu argattanii maal gootu ykn maal jettuuni?😌 Dinqisiisoon Barsiisaa sin Bashannansiisa🌍🙉🙈✨✨✨ ✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨ ✨✨✨@Dinqisiisoo✨✨✨✨ ✨✨✨@Dinqisiisoo✨✨✨✨ ✨✨✨@Dinqisiisoo✨✨✨✨ ✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨✨ 💫Yaadaf @Dinqisiisoo_bot💫 💫💫💫💫#Join_Us💫💫💫💫 💫💫💫💫#Share💫💫💫💫💫
Show all...
👍 13 9😁 5🖕 3🫡 2👎 1