Eba Digital
رفتن به کانال در Telegram
📈 تحلیل کانال تلگرام Eba Digital
کانال Eba Digital (@ebadigital) در بخش زبانی جاوهای بازیگری فعال است. در حال حاضر جامعه شامل 13 512 مشترک است و جایگاه 7 563 را در دسته رمزارزها دارد.
📊 شاخصهای مخاطب و پویایی
از زمان ایجاد در невідомо، پروژه رشد سریعی داشته و 13 512 مشترک جذب کرده است.
بر اساس آخرین دادهها در تاریخ 04 سپتامبر, 2026، کانال فعالیت پایداری دارد. در ۳۰ روز گذشته تغییر اعضا برابر -215 و در ۲۴ ساعت گذشته برابر 1 بوده و همچنان دسترسی گستردهای حفظ شده است.
- وضعیت تأیید: تأیید نشده
- نرخ تعامل (ER): میانگین تعامل مخاطب 39.47% است و در ۲۴ ساعت نخست پس از انتشار، محتوا معمولاً 10.82% واکنش نسبت به کل مشترکان کسب میکند.
- دسترسی پستها: هر پست به طور میانگین 5 336 بازدید دریافت میکند. در اولین روز معمولاً 1 462 بازدید جمعآوری میشود.
- واکنشها و تعامل: مخاطبان بهطور فعال حمایت میکنند؛ میانگین واکنش به هر پست 14 است.
📝 توضیح و سیاست محتوایی
نویسنده این فضا را محل بیان دیدگاههای شخصی توصیف میکند:
“Digital Hustler and Content Creator”
به لطف بهروزرسانیهای پرتکرار (آخرین داده در تاریخ 05 سپتامبر, 2026)، کانال همواره بهروز و دارای دسترسی بالاست. تحلیلها نشان میدهد مخاطبان بهطور فعال با محتوا تعامل دارند و آن را به نقطه اثرگذاری مهم در دسته رمزارزها تبدیل کردهاند.
13 512
مشترکین
+124 ساعت
-427 روز
-21530 روز
در حال بارگیری داده...
کانالهای مشابه
ابر برچسبها
هیچ دادهای
مشکلی وجود دارد؟ لطفاً صفحه را تازه کنید یا با مدیر پشتیبانی ما تماس بگیرید.
اشارات ورودی و خروجی
---
---
---
---
---
---
جذب مشترکین
سپتامبر '26
سپتامبر '26
+1
در 0 کانالها
اوت '26
+72
در 1 کانالها
Get PRO
ژوئیه '26
+75
در 0 کانالها
Get PRO
ژوئن '26
+35
در 1 کانالها
Get PRO
مه '26
+48
در 2 کانالها
Get PRO
آوریل '26
+609
در 3 کانالها
Get PRO
مارس '26
+481
در 0 کانالها
Get PRO
فوریه '26
+155
در 2 کانالها
Get PRO
ژانویه '26
+647
در 6 کانالها
Get PRO
دسامبر '25
+480
در 1 کانالها
Get PRO
نوامبر '25
+56
در 1 کانالها
Get PRO
اکتبر '25
+86
در 0 کانالها
Get PRO
سپتامبر '25
+219
در 2 کانالها
Get PRO
اوت '25
+491
در 3 کانالها
Get PRO
ژوئیه '25
+394
در 2 کانالها
Get PRO
ژوئن '25
+40
در 0 کانالها
Get PRO
مه '25
+70
در 0 کانالها
Get PRO
آوریل '25
+81
در 0 کانالها
Get PRO
مارس '25
+10
در 1 کانالها
Get PRO
فوریه '25
+12
در 1 کانالها
Get PRO
ژانویه '25
+3
در 3 کانالها
Get PRO
دسامبر '24
+72
در 4 کانالها
Get PRO
نوامبر '24
+356
در 5 کانالها
Get PRO
اکتبر '24
+3 319
در 5 کانالها
Get PRO
سپتامبر '24
+3 173
در 12 کانالها
Get PRO
اوت '24
+9 540
در 8 کانالها
| تاریخ | رشد مشترکین | اشارات | کانالها | |
| 05 سپتامبر | 0 | |||
| 04 سپتامبر | +1 | |||
| 03 سپتامبر | 0 | |||
| 02 سپتامبر | 0 | |||
| 01 سپتامبر | 0 |
پستهای کانال
Dafaa itti fayyadamaa! - Paaspoortii guyyaa 45-60 bahu ammas deebi'eera
Na biratti guuttachuu kan barbaaddan na qunnamaa!
Inbox: @OroDV1
Magaalaa feetan irratti beellama idilee fi ariifachiisaadhaan isiniifan guuta!
| 2 | Facebook page 30K followers ol qabu kan qabdanii fi gurgurachuu kan barbaaddan na qunnamaa!
Link page sanaa fi gatii ittiin gurgurachuu barbaaddan naaf barreessaa!
Inbox: @Eebbaa1
Page active ta'uu qaba! | 2 029 |
| 3 | Qabxiin Kutaa 12ffaa gadhiifameera!
Karaalee sirrii qabxii ittiin ilaallattan 3'n:
📌 Marsariitii (Website):
https://result.eaes.et
📌 Telegiraamii (Telegram):
@EAESbot
📌 Ergaa Gabaabaa (SMS):
6284
📌 Komii dhiyeessuuf (Complaints): https://result.eaes.et/complaint
NB: Admission number sirrii fi Maqaa jalqabaa(First name) qubee sirriidhaan barreeffamuu qaba!
@EbaDigital | 6 844 |
| 4 | Paaspoortii guyyaa 45 - 55 gidduu bahuu jalqabeera
Tajaajila Paaspoortii kan barbaaddan na qunnamaa!
Inbox: @OroDV1
Magaalaa feetan irratti beellama idilee fi ariifachiisaadhaan isiniifan guuta! | 3 997 |
| 5 | Hub: Tajaajila paaspoortii hundarratti ashaaraan ni kennama!
Namoonni baay'een akkuma durii paaspoortii haaraa baafachuu qofaaf ashaaraan kennama jedhanii yaadu. Garuu yeroo dhiyoo asitti namni paaspoortii haareffatus, kan bade baafatus ta'e, tajaajila kamiyyuu argachuuf dirqama biiroo immigration deemee ashaaraa kennuu fi suuraa haaraa ka'uu isa barbaachisa.
Sababnisaas paaspoortiii inni fudhatu E-Passport waan ta'eef suuraa fi biometrics(ashaaraa) haaraa kennuun dirqamadha.
Kan ashaaraan hin kennamne paaspoortii inni duraa E-Passport yoo ta'e qofadha.
Tajaajila paaspoortii kan barbaaddan @Orodv1 irratti na qunnamaa!
Inbox: @OroDV1
Magaalaa feetanirratti beellamaa normaliinis ta'e ariifachiisaadhaan isiniifan guuta. | 3 923 |
| 6 | Usdt bitachuu fi gurgurachuu kan barbaaddan na qunnamaa!
Binance, Bybit, Tonkeeper, Exness, Paypal
Doolaara Paypal baay'inaan nabiraa ni argattu!
Gurgurachuu yoo barbaaddanis na qunnamaa!
Inbox: @Eebbaa1
Hub:
- Username kanaan alatti kankoo miti. Hattoonni maqaakoon isinitti dhufuu waan danda'aniif of eeggannoo taasisaa!
- Ani ofiikoon dursee isiniif hin barreessu. Yoo isin naaf barreessitan qofan isiniif deebisa! | 1 825 |
| 7 | Adsense Account - Kan youtube'dhaan banamee verify ta'e namoonni qabdanii fi gurgurachuu barbaaddan na qunnamaa! Gatii bareedaadhaan isinirraan bita.
Inbox: @Eebbaa1 | 3 915 |
| 8 | Deebii guutuu - Ati eenyu? Ogummaa akkamii qabda? Maal maal hojjetta? Akkamiin galii argatta?
Kun gaaffii nama baay'eeti. Warri kaanis waa'ee hojii online fi hojiiwwan dijitaalaa haasawuu fi barreessuukoo yeroo argitan gaaffiin kun isin keessatti uumamuu hin oolu.
Maxxansa kana keessatti gaaffii keessan guutummaatti isiniif deebisa! Waa'eekoo baruu yoo feetan hanga dhumaatti dubbisaa!
Dursa achii as dhufa(Background) koo xiqqoo isiniif ibsa:
- Waggaa 8 dura hojii online yaaluu jalqabe
- Barnoota Digrii muummee saayinsii kompiitaraatiin waggaa 4 dura Yuunivarsiitii Samaraa irraa eebbifame. Barnootatti nama jabaatun tures!
- Durii kaasee teeknoolojii fi wantoota dijitaalaa qorachuu, barachuu fi hojjechuu baay'een jaalladhan ture.
- Durii kaasee wantoota haaraa baruuf, hubachuuf kaka'umsa olaanaan qaba. Maxxansaalee(Blog) fi Kitaabota murteessoo ta'an nan dubbisa, Viidiyoo garagaaraa nan dawwadha!
Dudduubni koo gabaabaatti kana fakkaata.
Egaa, Ani amma ogummaa dijitaalaa baay'een qaba. Ogummaa kanneen gonfachuuf waggoota 7 ol natti fudhateera. Ammas ogummaa dabalataa gonfachuuf akkasuma ogummaa duraan gonfadhe sadarkaa olaanaatti guddisuufis tattaafachaan jira.
Ogummaawwan gonfadhe keessaa kan yeroo ammaa galii naaf argamsiisaa jiranii fi akkamiin akkan galii ittiin argachaa jiru bal'isee isiniif ibsa!
Ogummaa gurguddoo galii galii naaf argmsiisaa jiran:
1) Content Creation
- Tiktok(157K+ followers)
- Telegram(50K+ total members)
- Facebook(8K followers)
2) Digital Marketing
- Social Media Marketing
- Social Media Management
- Paid ads
- Script Writing & Copywriting
3) Creative jobs
- Video Waraabuu
- Viidiyoo gulaaluu(Video Editing)
- Graphic Design
- Sound Design
4) Services
- Passport Services
- DV application & Processing
- Short Term Trainings
5) Website Design & Development
- Blog Websites
- Landing page Websites
- Business & Corporate Websites
- Portfolio Websites
- Educational & E-Learning Websites
- Entertainment & Media Websites
- Non-Profit & Charity Websites
- Personal & Biography Websites
- Event Websites
6) Artificial Intelligences(AI)
6) Forex Trading
Hub: Kanan tarreesse kun ogummaa koo dijitaalaa interneetiin walqabatanii fi yeroo ammaa galii ittiin argachaa jiru qofadha. Ogummaa kanbiroollee qaba jechuumaafi!
Ogummaawwan kunneen akkamiin galii naaf argamsiisaa jiru?
1) Content Creation: Tiktok, Telegram, Facebook
Akkamiinan galii argadha?
- Tajaajila ofiikoo kennu beeksifachuudhaan. Fkn: DV, Paaspoortii, Graphic Design, Video Editing, Leenjii Garagaaraa
- Dhaabbilee biizinasiif beeksisa hojjechuudhaan. Fknf. Mana elektroniksii Obbolaawwan Teknolojii
- Youtube immoo jalqabuufin jedha!
2) Digital Marketing: Tajaajiloota Digital Marketing biizinasii garagaaraaf kennuudhaan
- Social Media Management
- Paid ads
- Content Creation with strategy
- Content Marketing fi kkf
Bal'inaan hubachuuf Amaya Marketing daawwadhaa!
3) Freelancing: Ogummaakootiin hojii battalaa namootaa fi dhaabbileef hojjechuudhaan
Fknf: Graphic Design, Video Editing, Web Development fi kkf
4) Artificial Intelligence(AI): Hojii koo baay'ee keessatti AI fayyadamuudhaan ariitii fi si'aayinaan hojjedhee galii koo fooyyessaan jira.
5) Barsiisuu fi leenjisuu: Qaamaanis ta'e karaa Onlaayinii ogummaa garagaaraa leenjisuudhaan galii murtaa'e nan argadha.
6) Forex Trading: Daldala sharafa biyya alaa. Baay'ees ta'uu baatu yeroo murteessaa ta'etti forex trading nan hojjedha.
Gabaabaatti ogummaawwan kanneenin qaba. Bifa kanaanimoo galii ittiin argadha.
Dhimma kanarratti gaaffiin addaa yoo jiraate isiniifan deebisa. Gaafadhaa! | 4 677 |
| 9 | بدون متن... | 3 198 |
| 10 | Usdt bitachuu fi gurgurachuu kan barbaaddan na qunnamaa!
Binance, Bybit, Tonkeeper, Exness, Paypal
Doolaara Paypal baay'inaan nabiraa ni argattu!
Gurgurachuu yoo barbaaddanis na qunnamaa!
Inbox: @Eebbaa1
Hub:
- Username kanaan alatti kankoo miti. Hattoonni maqaakoon isinitti dhufuu waan danda'aniif of eeggannoo taasisaa!
- Ani ofiikoon dursee isiniif hin barreessu. Yoo isin naaf barreessitan qofan isiniif deebisa! | 1 104 |
| 11 | Gurbaan kun maal maal hojjeta?
Ogummaawwan akkamii qaba? Hojii online akkam akkamii hojjeta? Akkamiin galii argata? Bal'inaan baruu ni barbaadduu? Ni barbaaddu yoo ta'e barreeffama dheeraadhaan waan hunda gad fageenyaan isiniif ibsa.
📸 Selah Production by Damee Hordofaa | 3 610 |
| 12 | Badhaafamtoonni baga gammaaddan!
Ji'a 1 dura badhaasa namoota 10'f qopheesseen ture. Baadhaasichi maal akka ture ilaaluuf as tuqaa: https://t.me/EbaDigital/1298
Baay'inni badhaafamtootaa 10 hanga guututti eegeen ture. Garuu hanga ammaatti nama 7 qofatu ulagaa jedhame guutee badhaasaaf kaadhimamee jira.
Namoonni maqaan keessan badhaafamtoota keessatti ramadame ajaja hunda akka raawwattan ragaa screenshot naaf fiduudhaan badhaasa keessan fudhachuu dandeessu.
Inbox: @Eebbaa1
Badhaasni itti fufa! | 5 426 |
| 13 | Bara dhufurraa kaasee Carraa DV Ameerikaa yaaluuf paaspoortii qabaachuun dirqama akka ta'e dhageessaniittu mitii?
Paaspoortiin bakka baay'eetti barbaachisaa jira. Namoonni tajaajila paaspoortii barbaaddan, Paaspoortii haaraa baafachuuf, haareffachuuf, Kan bade baasuuf, akkasuma maqaa fi umrii jijjiirrachuu yoo barbaaddan magaalaa barbaaddan irratti beellamaa normaliinis ta'e ariifachiisaadhaan isiniifan guuta.
Inbox: @OroDV1
Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa! | 5 069 |
| 14 | Facebook fi Instagram isiniif hojjechaa jiraa?
Yoo isiniif hojjechuu didee hin rifatinaa! Rakkoo akka addunyaatti mudatedha.
Dafee akka sirreeffamu ni eegama!
@EbaDigital | 9 256 |
| 15 | Birr kuma 13 amanee natti erge 🥺
Nama Jimmaa tokkotu paaspoortii isaa bara dhalootaa jijjiiruuf na qunname. Dokumantii fi form hunda erga naaf ergee booda, Gatii tajaajilaa birr 500 akka naaf ergu itti hime(Gatii paaspoortii ofumasaan akka kaffalatuuf). Gatiin Paaspoortii immoo birr 12500 ture. Sana booda walumatti kuma 13 sitti erga naan jedhee, Akkuma jedhe kuma 13 natti erge. Anis amanamummaadhaan xumureefii waraqaa beellamaasaa ergeefiin jira.
Hubadhaa!
Namni kun online kanarraan na beeka malee homaa tokko hariiroo wajjin hinqabnu. Akkasumatti na amane! By the way, Namoonni muraasni ishee birr 500 kanayyuu amananii natti hin erguuf ni sodaatu.
Namoonni paaspoortii karaakoon guuttachuu barbaaddan Normaaliis, Ariifachiisaas magaalaa isin feetanirratti isiniifan guuta.
Inbox: @OroDV1
Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa! | 4 516 |
| 16 | Breaking - Paaspoortiidhaaf qaamaan deemanii ashaaraa kennuun hafuuf jedha!
Kunis kan ta'u ragaa ashaaraa maamiltootaa National ID isaaniirraa fudhachuudhaan akka ta'e ibsameera.
Hub: Ammaaf hojiirra hin oolle!
Paaspoortii kan barbaaddan @OroDV1 irratti na qunnamaa!
Inbox: @OroDV1
Tajaajiloota Paaspoortii argachuuf maal maaltu barbaachisa kan jedhu odeeffaannoo guutuu argachuuf as tuqaa! | 4 228 |
| 17 | Qophooftanii? Sa'atii 8:00 am irratti galma Harmony College keessatti walargina!
Hub: Hirmaachuuf kaffaltii kaffalamu tokkollee hinjiru!
100% FREE!
Namni fedhii qabu hundi hirmaachuu danda'a. Har'a(Sambata Xiqqaa) Sa'atii 8:00 irratti argamuudhaan waa'ee hojii online gad fageenyaan baradhaa!
Bakka leenjii: Buraayyuu, Maariyaam, Bulchiinsa Magaalaa Fuuldura, Harmony College | 8 856 |
| 18 | Qophooftanii? Boru(Sambata Xiqqaa) waaree booda sa'atii 8:00 irraa kaasee leenjiin kennamuu ni eegala!
Hojii Online isa sirrii fi galii guddaa argamsiisu akkamiin akka hojjetamu barachuu yoo barbaaddan leenjii kana of hin dabarsinaa!
Hub: Kaffaltiin kaffalamu tokkollee hinjiru! 100% FREE
Bakka leenjii: Buraayyuu, Bulchiinsa Magaalaa Fuuldura, Galma Harmony College
@EbaDigital | 4 117 |
| 19 | Hojii Online dhugaan jireenya namaa jijjiiruu danda'u akkamiin akka hojjetama?
Hojii Online hojjechuuf fedha kan qabdan leenjii bilisaa Sambata Xiqqaa dhufu(May 30, 2026) galma Harmony College tti isiniif qopheesserratti akka hirmaattan afeeramtaniittu!
Leenjii kanarratti:
- Waa'ee hojii online gad fageenyaan ni barattu
- Sa'atii muraasa keessatti muuxannoo waggaa 5 olii ni qooddattu
- Hojiiwwan Online bilbila keessan qofaan hojjechuu dandeessan 5 ol gad fageenyaan ni hubattu
- Gaaffii keessan hundaaf deebiin ni kennama!
Hub: Leenjii kana fudhachuuf maallaqni kaffalamu tokkollee hinjiru! 100% BILISA!
Leenjiin waaree booda sa'atii 8:00 irratti eegalama!
Buraayyuu, Maariyaam
Bulchiinsa magaalaa Fuuldura | 8 472 |
| 20 | Hojii Online - Leenjii bilisaa marsaa 2ffaa isiniif qopheesseera!
Kottaa! Muuxannoo waggaa 5 olii qooddadhaa! Bilbila keessan qofaan madda galii uummadhaa!
Bakka leenjii: Galma Harmony College, Buraayyuu Bulchiinsa Magaalaa Fuuldura
Guyyaa leenjii: Sambata Xiqqaa dhufu Caamsaa 22, 2018 (May 30, 2026)
Sa'atii leenjii: Waaree booda sa'atii 8:00 am | 4 334 |
