ELSAY TECH
Exploring Tech, Crypto, & Trading 📈 | App Reviews & Insights 📱 | Join me for the latest trends, tips, and updates!
Show more📈 Analytical overview of Telegram channel ELSAY TECH
Channel ELSAY TECH (@oromootech) is an active participant. Currently, the community unites 12 227 subscribers, ranking 9 955 in the Technologies & Applications category and 374 in the Finland region.
📊 Audience metrics and dynamics
Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 12 227 subscribers.
According to the latest data from 30 August, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -237 over the last 30 days and by -4 over the last 24 hours, overall reach remains high.
- Verification status: Not verified
- Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 6.92%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 2.31% reactions from the total number of subscribers.
- Post reach: On average, each post receives 846 views. Within the first day, a publication typically gains 283 views.
- Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 6.
📝 Description and content policy
The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
“Exploring Tech, Crypto, & Trading 📈 | App Reviews & Insights 📱 | Join me for the latest trends, tips, and updates!”
Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 31 August, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Technologies & Applications category.
Data loading in progress...
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 31 August | 0 | |||
| 30 August | 0 | |||
| 29 August | 0 | |||
| 28 August | 0 | |||
| 27 August | 0 | |||
| 26 August | 0 | |||
| 25 August | 0 | |||
| 24 August | 0 | |||
| 23 August | 0 | |||
| 22 August | 0 | |||
| 21 August | 0 | |||
| 20 August | 0 | |||
| 19 August | 0 | |||
| 18 August | 0 | |||
| 17 August | 0 | |||
| 16 August | 0 | |||
| 15 August | 0 | |||
| 14 August | 0 | |||
| 13 August | +1 | |||
| 12 August | +5 | |||
| 11 August | +2 | |||
| 10 August | +1 | |||
| 09 August | 0 | |||
| 08 August | 0 | |||
| 07 August | 0 | |||
| 06 August | 0 | |||
| 05 August | +4 | |||
| 04 August | +2 | |||
| 03 August | +2 | |||
| 02 August | 0 | |||
| 01 August | +2 |
| 2 | 👊Hawwii guddaadhaan kan eeggama turee MMA fight injifannoo Jonnittin xummurame.
✔️Seedoon sekondoota muraasa kessatti harka jonnii galuudhaan mo'ameera👊
📱@Elsay Tech | 319 |
| 3 | ✔️Guys airdrop kun multiple account hin dhorku kanaafuu telegram account baayyee namooti qabdan itti fayyadamaa
✔️Namni hin eegalle yoo jiraate link kanan eegalaa ➡️ https://t.me/ATF_AIRDROP_bot?start=5687742481
✔️Namooti eegaltani jirtanimmoo wallet connect gochu hin dagatiinaa akkasumas yeroo yeroon farm achirra jiru claim gochuu hin dagatiinaa
✔️Comment jelatti link waliif ergaa walif start godhaa | 372 |
| 4 | 👋Guys airdrop ani kaleessa isinif post godhe maalirra geessaniittu ?
🤑Airdrop salphaafii maallaqa bareedaa kaffalu !
✔️Baayyee keessan hojjecha jirtu jabaadha namooti kaanimmoo wallet connect hin goone wallet keessan Tonkeeper'tti yookin telegram wallet'tti connect godhaa
💸 300 ATF = $1🏦
✔️Farm achirra jiru sahati sahatitti claim gochuu hin dagatiinaa
✔️Akkasumas nama tokko qofa invite link dhan ATF 100 argattu
💛Namooti hin jalqabin jirtan link kanan jalqabaa ➡️ https://t.me/ATF_AIRDROP_bot?start=5687742481
👛Wallet connect hin gochuu hin dagatiinaa
📱@Elsay Tech | 415 |
| 5 | 🌐Facebook page gurgurataf dhihaate jiru
✅Followers 17k
✅Language Afaan Oromoo
🟧Gatin isaa baayyee gadi buhaadha
✔️Gatii xiqqoodhan namooti barbaadaa turtan kun isin hin darbin
✔️Page kana bitachu kan barbaaddan keessan amma na dubbisaa yookin naaf bilbilaa
📞0931253708
📥Dm➡️ @Eyob_Degefe | 440 |
| 6 | 🌐Facebook page gurgurataf dhihaate jiru
✅Followers 17k
✅Language Afaan Oromoo
🟧Gatin isaa baayyee gadi buhaadha
✔️Gatii xiqqoodhan namooti barbaadaa turtan kun isin hin darbin
✔️Page kana bitachu kan barbaaddan keessan amma na dubbisaa yookin naaf bilbilaa
📞0931253708
📥Dm➡️ @Eyob_Degefe | 2 |
| 7 | ✔️Airdrop ammatti fooyyee qaba jedhee an yaadu kana hojjedha
✔️Mood isaa akkuma airdrop kanan dura darbanii Tap Tap kan qabu dha
✔️Dabalan ammoo link keessan nama affeerun ATF coin sassabbachuu dandeessu
✔️Nama 5 yoo invite gootan ATF 500 akkas jechun tilmaaman dolara 1 jechuudha
✔️Link kanan seenaa ➡️ https://t.me/ATF_AIRDROP_bot?start=5687742481
📱@Eyob_Tech | 407 |
| 8 | 📣Yeroon Qabxiin Kutaa 12ffaa Itti Ifoomu bekkameera
🕓Barattoonni qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) fudhattan hundi, har'a galgala sa'aatii 1:00 irraa eegaltanii qabxii keessan ofiin ilaallachuu akka dandeessan isin beeksifna.
✔️Har'a sa'aa booda ykn boru ganama irraa kaasuun barattoonni kutaa 12ffaa bu'aa qormaata isaanii akka ilaalan ni taasifama.
✔️Qabxiin yemmuu gadi lakkifamu qabxii keessan karaawwan armaan gadiidhaan ilaluu ni dandeessu:-👇👇
1. https://result.eaes.et
2. https://result.neaea.gov.et
3. https://t.me/eaesbot
4. SMA ➡️ 6284
Hiriyoota keessanif share godhaa
🫶Result gaarii isinif haa tahu
✈️@Eyob_Tech | 497 |
| 9 | 🌐Facebook page gurgurataf dhihaate jiru
✅Followers 17k
✅Language Afaan Oromoo
🟧Gatin isaa madalawwadha
✔️Namooti page kana bitachu barbaaddan keessan na dubbisaa yookin naaf bilbilaa
📞0931253708
📥Dm➡️ @Eyob_Degefe | 1 251 |
| 10 | 📣Guyyaan Qabxiin Qormaata Kutaa 12ffaa Itti Ifoomu fi Sagantaan Barumsa Yunivarsiitii Ifa Ta'e!
✅Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaa ibsa dabalataa laataniin, qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) guyyaa Wiixataa ykn Kibxataa ganama barattootaaf gadhiifamu ta'uu beeksisaniiru.
Link ittin ilaallattan akkuma MoE qabxii gadi dhiisetti isinif maxxansa
✅Adeemsa simannaa barattoota haaraa ilaalchisees, jalqaba irratti Yunivarsiitiin Finfinnee fi Yunivarsiitiiwwan Saayinsii fi Teeknoloojii ulaagaa isaaniitiin barattoota erga filatanii fi simatanii booda, yunivarsiitiiwwan hafanis saffisaan waamicha barattootaa akka taasisan qophiin taasifamaa jiraachuu ibsaniiru.
✅Tarkaanfiin saffisaa kun kan barbaadameefis, sagantaa idilee qabame eeguuf yoo ta'u, barnoonni dhaabbilee olaanoo bara 2019 (A.L.I) akkaataa karoorfameen Fulbaana 05 akka eegalamu gochuuf hojjetamaa jiraachuu piroofeesarichi hubachiisaniiru.
✅Hunda keessanif result Gaarii isinif haa ta'u ‼️
📱@Eyob_Tech | 637 |
| 11 | 🛒Namooti account arman gadii kana bituufi gurguruu barbaaddan keessan na dubbisaa
📱 TIKTOK ACCOUNT
🌐 FACEBOOK ACCOUNT
📱 YOUTUBE
🌐TELEGRAM CHANNEL
😎 TELEGRAM OLD GROUP 2019 - 2016
➕Akkasumas
🎁Telegram Gift garaagaraa
💰Coin TIKTOK 💻
☑️Telegram Premium
🪙Dolara bitu fi gurgurachu 💵
✔️Waan kamuu na biraa argachu dandeessu keessan na dubbisaa
📞0931253708
Dm⬇️
📧 @Eyob_Degefe | 655 |
| 12 | Hi family akkam jirtu 🫡
✅️Kanan dura kan isin beeksisnee turre 'VIP ROOM' keenyatti dabalamuf gargaarsa namaatin add kan itti ta'aa turtan amma ofiima keessanii process jiru xumurun add itti of gochuu dandeessu
✅️Kunis kan tahu karaa bot telegram yookin website gadii jiru kananidha
📌 @ElaFx_bot
📌 11.yerase.com
✅️Bot kana yookin website kana ofiima keenya kan create goonedha sababa ta'eef yaaddoo tokko isinitti hin dhaga'amin
✅️Process isaa yoo isin rakkise yeroo itti aanu video qopheesse isinif maxxansa
✅️ Contact support (gargaaraa) DM ➡️ @Eyob_Degefe
🌐 ELA FX | 730 |
| 13 | Gaban crypto guyyaa har'aa kana fakkaata 🟢
🌎 @Elsay Tech | 744 |
| 14 | 🔥Youtube account gurgurataf dhihaate jiru
✅️ Subscribe 4.96k
✅️ Watch hours 2296
💲Gatiinsaa madalawwadha
📞 0931253708
📥 Dm @Eyob_Inbox | 864 |
| 15 | ✅️ Youtube account namooti gurgurachu barbaaddani ulaagaa gadii jiru kannen guuttan keessan na dubbisa nan bitaa
👨👧 Subscribe 4k
⌚️ Watch hours 1k
©️Copyright 🚫
🔥New account 2025 , 2024 , 2023 ta'u qaba (Active)
📥 Asiin na dubbisaa ➡️ @Eyob_Inbox | 945 |
| 16 | ✅️ Youtube account namooti gurgurachu barbaaddani ulaagaa gadii jiru kannen guuttan keessan na dubbisa nan bitaa
👨👧 Subscribe 4k
⌚️ Watch hours 1k
©️Copyright 🚫
🔥New account 2025 , 2024 , 2023 ta'u qaba (Active)
📥 Asiin na dubbisaa ➡️ @Eyob_Inbox | 1 |
| 17 | Sold out ❌️
Gurgurameera ❌️ | 833 |
| 18 | 🔥Youtube account namooti barbaada turtan kunoo 🙌
✅️ Subscribe 5.44k
✅️ Watch hours 7429
💲Gatiinsaa madalawwadha
📥 Dm @Eyob_Inbox | 861 |
| 19 | 🛒Tiktok account gurgurtaf dhihaate jiru
✅Followers 28.4k
✅like 8.6k
💲 Gatin isaa madalawwadha
📞0931253708
📧DM ➡️ @Eyob_Inbox | 861 |
| 20 | #Angar_Guutee
💔Saba keenyarraa duutif buqqa'insi lafaa haa dhaabbatu !✊️
🌐 @Elsay_Tech | 839 |
