cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Exit Exam For All Department 2024

👉👉👉Namni kamuu addunyaa mo'ichaa keessa seenuun dura sammuu isaa keessaatti ilaalcha mo'ichaa gonfachuu qaba.!👈👈👈

Show more
Advertising posts
2 398
Subscribers
+2324 hours
+1247 days
+57330 days
Posting time distributions

Data loading in progress...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Publication analysis
PostsViews
Shares
Views dynamics
01
Badhaasa birrii 1000.00 Marsaa 5ffaa Baankii Oromiyaa irraa! Ergaa kana namootaaf affeeruun Badhaasa birrii kumaa marsaa 5ffaa badhaafamaa! 1. Dursa Liinkii armaan gadii tuquun https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=386095768 2. Itti aansuun Start kan jedhu tuqaa 3. Join Channel Kan jedhu tuqaa 4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa 5. Mallattoo Share ⤴ fayyadamuun firaaf aantee keessaniif qooda 6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif qoodaa! Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 fi isaa oliif warreen qoodaan Badhaasa Birrii 1000.00 badhaafamu. 5ኛው የ1000.00 ሽልማት ከኦሮሚያ ባንክ! መልዕክቱን ያጋሩ፣ የ5ኛ ዙር የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ! 1 - በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=386095768 2 - በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ 3 - Join Channel የሚለውን ይጫኑ 4 - ወደ ቦቱ ይመለሱ 5 - Continue ሚለውን ተጭነው የመጋበዣ የሼር ምልክት⤴ ያግኙ 6 - መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ! አሁኑኑ ሼር ማድረግ፣ ይጀምሩ ቀድመው ያሸንፉ!
6161Loading...
02
#Baga Ayyaana Faasikaa geessan! Yuunivarsiitiin Riifti Vaalii Kaampaasiin Asallaa hordoftoota amantii Kiristaanaa hundaan baga Ayyaana Faasikaa bara 2016 geessan jechaa ayyaanichi kan waldanda’uu, kan jaalalaa fi kan nagaa akka isiniif ta'u hawwii isaa ibsa. ሪፍት ቫሊ ዩኒቨርሲቲ አሰላ ካምፓስ ለመላው የክርስትና ዕምነት ተከታዩች እንኳን ለ2016 ዓ.ም የትንሣኤ በዓል አደረሳችሁ እያለ በዓሉ የመተሳሰብ ፣የፍቅርና የሰላም እንዲሆንላችሁ ምኞቱን ይገልጻል ።
1 0020Loading...
03
Ayyaanni ayyaana gaarii!!! 🌿🌾🌴🌲🌺
7861Loading...
04
#Oduu_Hatattamaa! --------------- Ebla-21/2016 #Qormaatni_Biyyoolessaa_Kutaa_12ffaa_Bara_2016 Waraqaafi 'Online'niiin kennamuun kan beekame yoo ta'u, #Adoolessa 3-5/2016 Saayinsii Hawaasaafi #Adoolessa 9-11/2016 Saayinsii Uumamaatiif kan kennamu ta'uun ibsameera. #Barattootni_Qormaata_Waraqaan Ykn Hard Copy'n fudhatan; #1_Barattootni_Saayinsii_Hawaasaa Waxabajjii 30 - Adoolessa 01/2016, #2_Barattootni_Saayinsii_Uumamaa immoo. Adoolessa 6-7/2016tti gara Yunivarsiitii itti qoratamanitti kan galan ta'uu, dhaabbatni Tajaajila Madaallii Barnootaafi Qormaataa Biyyoolessaa beeksiseera. #Hubachiisa:- Manneen Barnootaa Online Qormaata fudhatan kanneen armaan gadii yoo ta'an. kan hafan immoo.........See More 1. OBN Education TV Position 8.0⁰ West Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B Frequency 11512 Polarization Vertical Symbol rate 27500 2. MOE Television Position: 8.0⁰ West Satellite Eutelsat 8 West B Frequency 12520 Polarization Vertical Symbol rate:- 27500 https://t.me/Oromiyaa_Education_Biiroo
9631Loading...
05
Dambi Dollo University, College of Engineering and Technology, Department of Mechanical Engineering is excited to announce the upcoming "Third on Campus Recruitment Drive" with an International Mechanical Engineering Core Company for the graduating final year students. The event will take place from May 30th to June 3rd, 2024 All graduating students in your final year please take note of the following important information regarding the on-campus recruitment drive. The recruitment process consists of three rounds of selection. The first round, a written exam, will take place on May 30th, 2024. The syllabus for this exam will be based on your exit exam syllabus. The second and third rounds, a technical interview and an H.R. interview, will be conducted on June 3rd, 2024. For further details and inquiries, kindly reach out to Prof. Dr. Krishnaraj, the Chairman for the On-campus Recruitment Drive, @ +251946381416.
8580Loading...
06
Akkana jedhe Sooqiraaxis Yeroon dargaggeessa ture, ganama yeroon hirribaa ka'uu hin jaalladhun ture.Harmeenkoo immoo amalakoo kana baay'ee na'rratti jibbiti, waan Daldalaa Sooressa akkan ta'uuf naaf abjottuuf. Guyyaa tokko Harmeenkoo faayidaa ganama yeroon hirribaa ka'uun qabu akka natti himuuf, Ana faana gara Barsiisaakoo dhufte. Barsiisaa: Sooqiraaxis, Seenaa bareedaa tokkon sitti hima, atimmoo seenicha'rraa waan baratte naaf himta, tolee! Sooqiraaxis: Haa ta'u. Barsiisaa: Simbirroota lamatu turan, Isheen ganamaan kaate raammoo funaannattee nyaattee ilmoolee ishees soorte. Isheen lammaffaarratti barfattee kaate immoo, waan nyaattu homaa'llee hin arganne, ni beelofte. Seenicharraa maal baratte, Sooqiraaxis! Sooqiraaxis: Raammoowwan warri ganamaan dafanii ka'an Simbirrootaan nyaataman. An deemeera Nagaatti!😁 Waan dubbiftaniif‼️ #GALATOOMAA @Oromoo_Motivate
1 4813Loading...
07
Media files
1 4182Loading...
08
Media files
1 8972Loading...
09
Media files
1 6561Loading...
10
#Tiktok Tiktok Ameerikaa keessatti cufamuuf Manni maree bakka bu’oota ummataa Ameerikaa "TikTok" US keessatti dhorkuuf sagalee kenneera. Manni maree bakka bu’oota uummataa dhimma #TikTok irratti sagalee 360 ​​kennuudhaan, dhaabbata ByteDance jedhamuun kan hoogganamu Tiktok dhaabbata Ameerikaa tokkotti yoo hin gurguramnee fi hariiroo Chaayinaa waliin qabu hin kutu yoo ta’e guutuu Ameerikaa keessatti akka cufamu murteesse. "TikTok" US keessatti fayyadamtoota miiliyoona 170 ol qaba. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA 📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA 📡 📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚 @ABDIISABAA 📚 🌐 abdiisabaa.com 🌐 abdiisabaa.org Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf! 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
6161Loading...
11
XIINXALA GADIFAGOO (CRITICAL THINKING) Nama xiinxalaan nama dursu ta'uu ni feetaa? Nama akkanaa ta'uun adeemsa itti fufiinsa qabuudha.Akkasumas shaakala, of-madaaluu, yaadaa fi ilaalcha mataa keetii mormuuf fedhii qabaachuu fa'a si gaafata. Tooftaalee dandeettii yaaduu kee guddisuuf si gargaaran keessaa muraasni akka armaan gadiitti ibsamanii jiru; ❶Fedhii beekuu horachuu: Waaʼee addunyaa naannoo kee jiru beekuuf fedhii dhugaa horadhu.Gaaffii gaafachuu, odeeffannoo haaraa barbaaduu fi ilaalcha adda addaa qoradhu. Fedhii waa beekuu qabaachuun guddina sammuuf annisaa isa jalqabaati.Annisaan fedhii kanaan waa baruuf nu keessatti uumamu yaada qeeqaas kan jajjabeessudha. ❷Dandeettii yaada qeeqaa jajjabeessu horachuu: Yaadni qeeqaa odeeffannoo xiinxaluu, falmii madaaluu fi murtii sababa qabeessa ta’e kennuu of keessatti qabata. Dabalataanis tilmaama adda baasuu, loogii beekuu fi amanamummaa maddootaa madaaluu shaakaluu, akkasumas gochaalee rakkoo furuu fi sababeeffannaa loojikii barbaadan irrattis bobba’uu nama gaafata. ❸Rakkoo walxaxoo ta'an maadheffachuu(Embrace complexity): Dhimmoonni baay’een roga hedduu kan qabaniifi furmaata salphaa akka hin qabnes hubachuu. Ilaalcha dachaa ilaaluun, wantoota adda addaa madaaluu fi wantoota bitaa sitti galan ammoo hubachuuf qalbisaan caqasuu qabda. Wantoota walxaxoo ta'an garmalee salphistee ilaaluu irraa of qusadhu. Hubannoo ga'aai rratti barbaadi malee. ❹Dhaggeeffachuu dammaqinaan shaakali: Yeroo haasawa ykn falmii irratti bobbaatu namoota biroo dammaqinaan dhaggeeffachuuf Xiyyeeffannoo guutuu kenniif. Gaaffiiwwan ifa taʼan gaafadhu, akkasumas ilaalcha isaanii hubachuuf carraaqqii godhi. Dhaggeeffachuun dammaqinaan hubannoo haaraa akka argattu si gargaara. Akkasumas, ilaalchuma keeyyuu irra deebitee dhugummaa isaa akka ilaaltee madaaltuuf sigargaara. ❺Ilaalcha addaa addaa barbaadi: Sagalee fi ilaalcha addaa addaatiin of marsi.Namoota seenaa, muuxannoo fi amantaa adda addaa qaban waliin haasa’uu shaakali. Ilaalcha adda addaatiif saaxilamuun yaada kee bal’isa, akkasumas gara laafinaa fi hubannoo akka qabaattuuf si gargaara. ❻Ilaalcha kee xiinxali: Yeroo hunda yaada, amantaa fi adeemsa murtoo mataa keetii irratti xiinxala geggeessi. Loogii ykn tilmaama qabaachuu dandeessu kamiyyuu qorachuu fi qeequun mormi. Ilaalcha filannoo biraa ilaaluu fi ragaa ykn falmii haaraan yeroo siif dhiyaatu yaada kee jijjiiruuf banaa ta’i. ❽Bal’inaan dubbisi: Kitaabota, barruulee fi meeshaalee biroo gosoota barnootaa fi ilaalcha adda addaa irraa dubbisi. Yaada, tiyoorii fi falaasama adda addaatiif of saaxili. Dubbisuun bu’uura beekumsa keetii bal’isuun dandeettii qeeqaa fi kalaqaan yaaduu kee guddisi. ❾Dandeettii fi eenyummaa kee hubachuu shaakaluu: Of beekuu fi dandeettii xiinxala sammuu keetii guddisuun yaada fi miira kee murtii namoota biroo malee akka ilaaltuuf si gargaara. kunis caalaatti ofuma keen akka yaadduu fi murtoo fooyya’aa akka gootuuf si gargaara. HUB: Nama xiinxalaan nama dursu ta’uun imala obsaa fi cimina gaafatu ta’uu isaa hin dagatin! Galatoomaa! https://www.facebook.com/Galataaduulaa1
7584Loading...
12
2016 new blue print for management 💕✤Join https://www.youtube.com/@beckylearning ✨
7903Loading...
13
የባንክ አገልግሎት ያለ ኢንተርኔት! ካሉበት ሆነው ኢንተርኔት መጠቀም ሳያስፈልግዎ *832# በመደወል የባንክ ሂሳብዎን ያንቀሳቅሱ! አዋሽ ባንክ! Tajaajila Baankii Interneetii malee! Bakkee jirtan irraa interneetii osoo hin fayyadamiin *832# bilbiluun herreega baankii keessanii sochoosaa! Baankii Awaash!
8090Loading...
14
https://www.youtube.com/@beckylearning
8205Loading...
15
https://www.youtube.com/@beckylearning
9407Loading...
16
https://www.youtube.com/@beckylearning
7182Loading...
Repost from Oromia Bank
Photo unavailableShow in Telegram
Badhaasa birrii 1000.00 Marsaa 5ffaa Baankii Oromiyaa irraa! Ergaa kana namootaaf affeeruun Badhaasa birrii kumaa marsaa 5ffaa badhaafamaa! 1. Dursa Liinkii armaan gadii tuquun https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=386095768 2. Itti aansuun Start kan jedhu tuqaa 3. Join Channel Kan jedhu tuqaa 4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa 5. Mallattoo Share ⤴ fayyadamuun firaaf aantee keessaniif qooda 6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif qoodaa! Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 fi isaa oliif warreen qoodaan Badhaasa Birrii 1000.00 badhaafamu. 5ኛው የ1000.00 ሽልማት ከኦሮሚያ ባንክ! መልዕክቱን ያጋሩ፣ የ5ኛ ዙር የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ! 1 - በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=386095768 2 - በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ 3 - Join Channel የሚለውን ይጫኑ 4 - ወደ ቦቱ ይመለሱ 5 - Continue ሚለውን ተጭነው የመጋበዣ የሼር ምልክት⤴ ያግኙ 6 - መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ የ1000.00 ብር ተሸላሚ ይሁኑ! አሁኑኑ ሼር ማድረግ፣ ይጀምሩ ቀድመው ያሸንፉ!
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
#Baga Ayyaana Faasikaa geessan! Yuunivarsiitiin Riifti Vaalii Kaampaasiin Asallaa hordoftoota amantii Kiristaanaa hundaan baga Ayyaana Faasikaa bara 2016 geessan jechaa ayyaanichi kan waldanda’uu, kan jaalalaa fi kan nagaa akka isiniif ta'u hawwii isaa ibsa. ሪፍት ቫሊ ዩኒቨርሲቲ አሰላ ካምፓስ ለመላው የክርስትና ዕምነት ተከታዩች እንኳን ለ2016 ዓ.ም የትንሣኤ በዓል አደረሳችሁ እያለ በዓሉ የመተሳሰብ ፣የፍቅርና የሰላም እንዲሆንላችሁ ምኞቱን ይገልጻል ።
Show all...
Repost from Sanyii Guddataa
00:24
Video unavailableShow in Telegram
Ayyaanni ayyaana gaarii!!! 🌿🌾🌴🌲🌺
Show all...
#Oduu_Hatattamaa! --------------- Ebla-21/2016 #Qormaatni_Biyyoolessaa_Kutaa_12ffaa_Bara_2016 Waraqaafi 'Online'niiin kennamuun kan beekame yoo ta'u, #Adoolessa 3-5/2016 Saayinsii Hawaasaafi #Adoolessa 9-11/2016 Saayinsii Uumamaatiif kan kennamu ta'uun ibsameera. #Barattootni_Qormaata_Waraqaan Ykn Hard Copy'n fudhatan; #1_Barattootni_Saayinsii_Hawaasaa Waxabajjii 30 - Adoolessa 01/2016, #2_Barattootni_Saayinsii_Uumamaa immoo. Adoolessa 6-7/2016tti gara Yunivarsiitii itti qoratamanitti kan galan ta'uu, dhaabbatni Tajaajila Madaallii Barnootaafi Qormaataa Biyyoolessaa beeksiseera. #Hubachiisa:- Manneen Barnootaa Online Qormaata fudhatan kanneen armaan gadii yoo ta'an. kan hafan immoo.........See More 1. OBN Education TV Position 8.0⁰ West Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B Frequency 11512 Polarization Vertical Symbol rate 27500 2. MOE Television Position: 8.0⁰ West Satellite Eutelsat 8 West B Frequency 12520 Polarization Vertical Symbol rate:- 27500 https://t.me/Oromiyaa_Education_Biiroo
Show all...
Oromia Education Bureau

1. OBN Education TV Position 8.0⁰ West Satellite Eutelsat/hotbard 8 West B Frequency 11512 Polarization Vertical Symbol rate 27500 2. MOE Television Position: 8.0⁰ West Satellite Eutelsat 8 West B Frequency 12520 Polarization Vertical Symbol rate:- 27500

👍 8 2
Photo unavailableShow in Telegram
Dambi Dollo University, College of Engineering and Technology, Department of Mechanical Engineering is excited to announce the upcoming "Third on Campus Recruitment Drive" with an International Mechanical Engineering Core Company for the graduating final year students. The event will take place from May 30th to June 3rd, 2024 All graduating students in your final year please take note of the following important information regarding the on-campus recruitment drive. The recruitment process consists of three rounds of selection. The first round, a written exam, will take place on May 30th, 2024. The syllabus for this exam will be based on your exit exam syllabus. The second and third rounds, a technical interview and an H.R. interview, will be conducted on June 3rd, 2024. For further details and inquiries, kindly reach out to Prof. Dr. Krishnaraj, the Chairman for the On-campus Recruitment Drive, @ +251946381416.
Show all...
Akkana jedhe Sooqiraaxis Yeroon dargaggeessa ture, ganama yeroon hirribaa ka'uu hin jaalladhun ture.Harmeenkoo immoo amalakoo kana baay'ee na'rratti jibbiti, waan Daldalaa Sooressa akkan ta'uuf naaf abjottuuf. Guyyaa tokko Harmeenkoo faayidaa ganama yeroon hirribaa ka'uun qabu akka natti himuuf, Ana faana gara Barsiisaakoo dhufte. Barsiisaa: Sooqiraaxis, Seenaa bareedaa tokkon sitti hima, atimmoo seenicha'rraa waan baratte naaf himta, tolee! Sooqiraaxis: Haa ta'u. Barsiisaa: Simbirroota lamatu turan, Isheen ganamaan kaate raammoo funaannattee nyaattee ilmoolee ishees soorte. Isheen lammaffaarratti barfattee kaate immoo, waan nyaattu homaa'llee hin arganne, ni beelofte. Seenicharraa maal baratte, Sooqiraaxis! Sooqiraaxis: Raammoowwan warri ganamaan dafanii ka'an Simbirrootaan nyaataman. An deemeera Nagaatti!😁 Waan dubbiftaniif‼️ #GALATOOMAA @Oromoo_Motivate
Show all...
👍 7
Photo unavailableShow in Telegram
1
👍 2 2
Repost from ABDII SABAA